Tarkaanfii Cululuuqa WBO hasawa ajajaa WBO Jaal Gammachuu Abbooyyee taasiisan irrati yaada bilchaata

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 окт 2024
  • Tarkaanfii Cululuuqa WBO hasawa ajajaa WBO Jaal Gammachuu Abbooyyee taasiisan irrati yaada bilchaata
    waraanni bilissuummaa Oromoo (WBO) Lixa Wallaggaa Aanaa Noolee Kaabbaati loltuulee diinaa du'a fi madoon adabe
    irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Lixaa godina Wallaggaa lixaa Wallaagaa Baha Kaabba Shaggar kibba Shaggar keessatti ergamtoota Abiy Ahimed maqaa sakattaa WBOtiin bobbaate irratti tarkaanfii fudhateen hedduu du'aa fi madoon adabeera
    Jajjabeen Waraana Bilisummaa Oromoo godina Wallaggaa lixaa Aanaa Haaruu keessati WBOn guyyaa har'aa waraana Faashistii pp irratti tarkaanfii laaleessaa fudhateen injifannoo baoonsaan xumureera
    Tarkaanfii laalessaa kanaanis loltoota faashistii bilsiginnaa duan adabeera
    Gama Meeshaatiin
    Rasaasota hedduu akkasumas boombiilee fi uffataale waraanaa irraa hiikuun mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromootiif oolcheera.
    Tarkaanfii WBOn fudhate kanaanis mooraan diinaa raafamaa yoo jiru, lagannaan gabaa fi uggurri geejjibaa qeerroon waamame godinichatti jabaachuun barameera.
    motummaan abbaa irree biyya ixoophiyaa ummata Oromoo irreechaa irreefatuuf Bahan irrati tarkaanfii garagaraa fi dararaa adda adda akkasumaas badii tokko malee qabee hidhuu cimsee itti fufeer.Hawaasni nagan jiruu fi jireenyaa isaa gaggeefachuu dadhabeera
    murni angoo of harka qabu nuutu isinii beekaan maqaa uummanii hin qabnee irrati manxaansuun garii isaani isin degartootaa waraana bilissuummaa oromooti jechuun hidhuu darararuu itti fufaniiru
    hawaasni gamtokkoon hidhattootaa finxaaleeyyii amaaran gamtokkoon loltoota mootummaatin qabeenyaan isaa jala barbaadaa'a akkasumaas Lola yeroo garagaraati hidhattootaa waraana bilissuummaa Oromoo fi raayyaa ittisa biyyaa gidduti taasifamuun jidduti namootni nagaya lubbuu dhabaa jira

Комментарии • 5