Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Dhuugaa dha rakoon yeroo adda addaa ture, ammas nijiraa, fulduraatis bifaa jijjiraate mudldhachuu qaba. Rakkon inni guddaan kaayoo jijjiraachuu dha . Akka Leencoo ffaa dha inni 2001. Ammas kan akka Qajeelaa Mardaassa ffa jira. Opdo n uumuuri guutuu Oromoo addaan qoodu jiraate.Jiraadhu jabaadhu, Jaal Gammee.
Jiraadhuu Leencaa Sabaa Oromoo Jaal Gammachuu Abbooyyee❤️ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoo tokkoo isiin haa godhuu oromoo koo .!!!😭😭😭??? Dhugaan hin qaalatii malee hin ciituu.❤❤❤❤
jabadha tokkummaa kessaan cimsa.amma ajaaja olana jaal marroon hala yeroo irraatti mal akka isaan jedhaan yaada jiruu osoo nuf ibsaani bayyee barbaanna
Jabadha
Lubbuu nuf dheeradhu Gameessa namaa Jaal Gammee
Warri gabrummaa oromoo irratti fe aa jiru warruma Hooganaa oromoo ofiin ju u kana
Baarihuuf yoo jeedhuu ni dukkaanahaa.
Brilliant mind
Qabsoo fedhii angoo garee dhuunfaa ABO shanee obbo Marroo malee yeroo ammaa qabsoo saba oromoo wantii jedhamu hafeera.
maal jettaa ilmaa koddomi miliqee mana sireetti dhalatee
Jaal Gammee waaqayyoo siwajjin haata'u!Waan jette hundi dhugumadha.Bilisummaan gali!Oromoon sibukkee jira!
❤❤❤❤❤
Haa baratnuu waan kaleessaaIsa galmee seeñaa keessaaInni iyyuu haan nu miidheeQabsoo haqaa hudheeKanaaf haa baratnuuTokko taanee haa sochoonuuJaallan qaqqaalii dhabneeKanneen of booda hin deebinee
nutti hiin kolfisisinnaa
rabbi isiin haa ararsu anni waan isiin gafadhu 1,moyii tufaa entu ajese 2, kamaal heebboo entu ajese 3, boru gurmeesa 4, jaal jajesaa dina
❤❤💚♥️♥️👁️👁️🎉🎉
Jaal Game dhugaa dubatte Oromoo diiguuf PP ta'uun ga'aa dha
jaal Gammee seenaa qabssoo oromoo eessaa ka ee eessa akka gahee jirufii ssenaa darberraa amma maal barachuu akka dandeenyu sirriiti ibssiteeta ulffaadhu qabssoo keessa jirru kana kan galmmaan gahu warra akka keessan beekumssaan bilshaate malee warra miiraan qabssoo keessa galan miti jabaadhaa haalli amma qabssoon keessa jirru %95 xumurarra gahee jira diinnis kana baree WBO diiguuf dhama aa jitra
Gotakoo naa jiraadhu
❤️♥️❤️♥️💚♥️💚♥️♥️♥️
Uffee leencakoo jechakee keessati baayyee lapheekoo qabbaneessee faayidaa oromoo xiqoosheeyyuu hinsharafamu jette sana natti tolte
DHugaa kee ti jaala kiyya.Waan kaleessaa irraa barachuutu haalan nu hanqatee jira.Fakkeenyaa 1.kan bara 1978 2.kan bara 1999 3.kan bara 2008 kanneen kana irraa barachuun maaliif dadhabamaa?
JAbadha.wAbo
Dhuugaa dha rakoon yeroo adda addaa ture, ammas nijiraa, fulduraatis bifaa jijjiraate mudldhachuu qaba. Rakkon inni guddaan kaayoo jijjiraachuu dha . Akka Leencoo ffaa dha inni 2001. Ammas kan akka Qajeelaa Mardaassa ffa jira. Opdo n uumuuri guutuu Oromoo addaan qoodu jiraate.
Jiraadhu jabaadhu, Jaal Gammee.
Jiraadhuu Leencaa Sabaa Oromoo Jaal Gammachuu Abbooyyee❤️ 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoo tokkoo isiin haa godhuu oromoo koo .!!!😭😭😭??? Dhugaan hin qaalatii malee hin ciituu.❤❤❤❤
jabadha tokkummaa kessaan cimsa.amma ajaaja olana jaal marroon hala yeroo irraatti mal akka isaan jedhaan yaada jiruu osoo nuf ibsaani bayyee barbaanna
Jabadha
Lubbuu nuf dheeradhu Gameessa namaa Jaal Gammee
Warri gabrummaa oromoo irratti fe aa jiru warruma Hooganaa oromoo ofiin ju u kana
Baarihuuf yoo jeedhuu ni dukkaanahaa.
Brilliant mind
Qabsoo fedhii angoo garee dhuunfaa ABO shanee obbo Marroo malee yeroo ammaa qabsoo saba oromoo wantii jedhamu hafeera.
maal jettaa ilmaa koddomi miliqee mana sireetti dhalatee
Jaal Gammee waaqayyoo siwajjin haata'u!Waan jette hundi dhugumadha.Bilisummaan gali!Oromoon sibukkee jira!
❤❤❤❤❤
Haa baratnuu waan kaleessaa
Isa galmee seeñaa keessaa
Inni iyyuu haan nu miidhee
Qabsoo haqaa hudhee
Kanaaf haa baratnuu
Tokko taanee haa sochoonuu
Jaallan qaqqaalii dhabnee
Kanneen of booda hin deebinee
nutti hiin kolfisisinnaa
rabbi isiin haa ararsu anni waan isiin gafadhu 1,moyii tufaa entu ajese 2, kamaal heebboo entu ajese 3, boru gurmeesa 4, jaal jajesaa dina
❤❤💚♥️♥️👁️👁️🎉🎉
Jaal Game dhugaa dubatte Oromoo diiguuf PP ta'uun ga'aa dha
jaal Gammee seenaa qabssoo oromoo eessaa ka ee eessa akka gahee jirufii ssenaa darberraa amma maal barachuu akka dandeenyu sirriiti ibssiteeta ulffaadhu qabssoo keessa jirru kana kan galmmaan gahu warra akka keessan beekumssaan bilshaate malee warra miiraan qabssoo keessa galan miti jabaadhaa haalli amma qabssoon keessa jirru %95 xumurarra gahee jira diinnis kana baree WBO diiguuf dhama aa jitra
Gotakoo naa jiraadhu
❤️♥️❤️♥️💚♥️💚♥️♥️♥️
Uffee leencakoo jechakee keessati baayyee lapheekoo qabbaneessee faayidaa oromoo xiqoosheeyyuu hinsharafamu jette sana natti tolte
DHugaa kee ti jaala kiyya.Waan kaleessaa irraa barachuutu haalan nu hanqatee jira.
Fakkeenyaa 1.kan bara 1978 2.kan bara 1999 3.kan bara 2008 kanneen kana irraa barachuun maaliif dadhabamaa?
JAbadha.wAbo