IJOOLLUMMAA KOON YEROO JALQABAAF WALDAA DEEME WAAQAYYO NA WAAME

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 29 ноя 2024

Комментарии • 222

  • @gebrug7123
    @gebrug7123 4 года назад +8

    ተባረክ በጣም እድለኛ ነህ ቢያንስ ሶንስት ቋንቋ በደንብ ትናገራለህ አየህ እንደዚህ ነው መባረክ

  • @sisaysisayi9525
    @sisaysisayi9525 4 года назад +7

    ተወዳጁ አባቴ ፓሥተር ታምራት ጌታ አብዝቶ ይባርክክ በጣም ነው ምወዱክ ጌታ የሡሥ ከነቤተሠብክ አብዝቶ ይባርክክ ባተ እጁ ነው ጌታን ያገኘውት ኑርልን አባቴ ሀሌ ሉያ አሜን

  • @banchirgaadajenee2037
    @banchirgaadajenee2037 4 года назад

    Wwwwwww bay'ee bay'ee namatii tolaa waqayoo gudaa godhee isinii haa ebisuu ebifamaa dhugaa afanii oromoo hin dubataa jedhee yadee hin bekuu garuu waqayoo dinqidhaa jabadhuu waqayoo sii haa ebisuu bay'ee isinii jaladhaa እግዚአብሔር አብዝቶ ይባርክህ ተባረክ ከዚህ የበለጠ ጸጋ ሞገስ ይስጥ ተባረክ. 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Abt943
    @Abt943 4 года назад +1

    May God bless you minster of God Tamirat. Namoota Waaqaa akkasii nuuf affeeraatii muuxannoo jireenyasaanii fi tajaajilasaanii irraa qooddachuu qabna. I am blessed by his testimony.

  • @rosakejela4503
    @rosakejela4503 4 года назад +1

    Humna addatiif ayaanaan barsiiftuu worship san irmachuuf dhebuu gudaan qaba guyyan galun egaan jira
    Woooooow yaadaa baayeef gaarii deebii siirri keniitanis

  • @ayelekenea9282
    @ayelekenea9282 4 года назад +3

    Waaqayyoo isin haa eebbisu kakuun ni bula malee ni waata ameen

  • @destaergano3121
    @destaergano3121 4 года назад +2

    አሜን ክብር ለእርሱ ይሁን!!
    You are always my favorite gospel preacher also multi linguistic -Affan Oromo, Amharic and English.

  • @badriaamer7444
    @badriaamer7444 4 года назад +1

    Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen waqqaayyoo garidha Ammen Ammen goftan bara jirenya kesani ha ebisuu ebifama kana calati darba dema hoji waqqaayyoo hojedha

  • @shambelture7260
    @shambelture7260 4 года назад

    Waaqayyoo sii haa Eebbisuu Erg.Taammiraat Gooftan isiin haa eebbisuu Bayyee Gammaadnee Dhugaa isaa Gooftaa.......... Garuu nuuf Kadhadhuu Tammee.........

  • @caaltuubaanchee8552
    @caaltuubaanchee8552 2 года назад

    Wow dhugaa tajaajilaa kana ani afaan oromoo beeka jedhee hin yaadu uffu waaqayyo ayyana isaa isaanif haa bayyisu
    Bayye itti gammadeera hafaa nuuf jiraadhaa Apostle Tammee❣️❣️❣️❣️

  • @caaltu3655
    @caaltu3655 3 года назад +1

    Uuuuuuffeeee amen haleluyyaa haleluyyaa Ammmmeeeeeeeammmmmm ebbifammaa nama waqayyoo

  • @gutemadunfa1000
    @gutemadunfa1000 4 года назад +2

    God bless you man of God. Baay'ee si jaallanna. Dambi Dolloo dhufuu didde naa jedhaani warri moo'a.

  • @beezatujo338
    @beezatujo338 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifammaa waaqayyoo barf jirenya kesani yaa ebisu Eebbifammaa darba dema Eebafi taha muladhaa kanuma calati Ayaanaa isa isinf yaa bayatu maqa yesusin omtu qabe isn dhabu in dandayin Adunyafi Eebaa ta'a muladhaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @abgettube2866
    @abgettube2866 4 года назад +5

    Stay blessed! Jabaadhaa waaqni ammallee dabalee isin haa eebbisu. Addunyaaf eebba ta'aa

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 3 года назад

    Wowowow waaqayyoo baraaf Jireenyaa keessan haa ebbisuu!!!!🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖💒💒💒💒📚📚📚📚😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤

  • @mergomulugeta1556
    @mergomulugeta1556 4 года назад +2

    wow!God bless you,you're such blessed,anointed man of God&we love you more.

  • @hannahanna826
    @hannahanna826 4 года назад

    ታሜ ተባረክ ተባረኩየጌታ አገልጋይ እንወዳቹዋለን

  • @danwonder9150
    @danwonder9150 4 года назад +2

    Gobz journalist GOD bless you both we can learn a lot from the life experience real man of GOD my soul can feel it

  • @biliseegudeta4430
    @biliseegudeta4430 4 года назад

    Wauuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu
    Ufeeeee baye toko ebifama dhugaa afan oromo bekta In sene waqani ayana isinif haa bayisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💖💖💖💖🙏🙏🙏🙏👏👏🤝🤝🤝🤝

  • @wondmagegnudessaofficial1632
    @wondmagegnudessaofficial1632 4 года назад +1

    #Waan guddaa irraa baradheera...dhaloota baayyee baasuudhaaf karaa godhee Waaqayyo guddaa isaanitti fayyadameera...jaalalaa fi kabaja guddaa isaaniif qaba. Sagantaa Afaan Oromootiinis akka jalqaban abdii qaba, Waaqayyo isaan haa gargaaru... eebbifamaa Team MO'AA TV!

  • @yesuusgooftaa266
    @yesuusgooftaa266 3 года назад

    Maqaan gooftaa yesuus haa kabajamu maqaa yesuusitin!!!!!!🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📚📚📚📚📚

  • @gelanachibsa327
    @gelanachibsa327 4 года назад

    Wow apostle Tamirat God blesses you more and more. May you ASK the God and tell to the nations about our futurity of this pandemic word wide disease. I like the word ASK that is acronym: A-ask, S-search and K-knock.

    Mathew 7:7

  • @miskuumer2099
    @miskuumer2099 4 года назад

    Waaaawoooo Taammee mucaa biyyako eessatti afuurri ke badee baga nagaan dhufte eebbifami dachaa

  • @ebbaa
    @ebbaa 3 года назад

    Yaa namaa Gooftaan Yesuus ani Yihuudiidhaa jedhe ummata isaa tajaajila tureem. of ta'i

  • @boanergesmovement4978
    @boanergesmovement4978 4 года назад

    Wow Taammeeko baayyee Waaqayyo si haa eebbisu dhuguma Waaqayyo siwaliin jira. Ijakee Waaqayyoorraa hin kaasin.

  • @martaadejene6368
    @martaadejene6368 4 года назад +1

    ameen ameen ameen waqayyoo siinii yaa eebbiisuu eebbifamaa

  • @dibooramucaayesuusi4237
    @dibooramucaayesuusi4237 4 года назад +3

    ameeeeeeen ameeeeen Waaqayyoo bara kee haa ebisuuu R//T//

  • @DandiWakwayya
    @DandiWakwayya Месяц назад

    Apostle Taareqenyiin nama hedduun ajaa'ibsiisifadhudha

  • @ingridhallmen6333
    @ingridhallmen6333 4 года назад

    Namaa waaqayyoo gooftaan koo baraa haa eebisuu.yeroo hundumaa keessi koo baayye isitti gamaadda sababni isaa hafuura qulqullu dhalootaf dheebotaa waan ta'e.

  • @margawaalagamargawalaga3643
    @margawaalagamargawalaga3643 4 года назад

    Ebbifami gaaru orromo maati in faakatu turte Garu. Omma miti

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 4 года назад

    Oooooooooh Afaan Oromoo bekkuu edaa Akkam isinniin jaallaadhuu waaqayyoo dachaa darbii isinnii haa ebbisuu p T love to you ❤️💗👏💯

  • @naolgebisa3461
    @naolgebisa3461 3 года назад

    Eebifamaa rajii taamiraat silaa oromiffa nidanda'ndeeta waaqayyoo siwajiin haata'uu👌

  • @rosakejela4503
    @rosakejela4503 4 года назад

    Bekka garu gafan dura dhaga'e amanun dadhabee baayee isiin jaalallaa gaf biyya gales isiin arguun fedha Eebbifaamaa

  • @hawii1034
    @hawii1034 4 года назад

    Wowoo ameeeeeen ameeeeen nama waaqayyo tamme ebbifa 🙌🙌🙌👏👏❤❤❤❤❤❤

  • @nardosmatiwos415
    @nardosmatiwos415 4 года назад +1

    Stay blessed man of God I have experienced many things from you

  • @burtetube243
    @burtetube243 4 года назад +8

    Isini Oromoodha Edaa Beqaa afaan keenya Saba irraa dhalate barumsa ladhu Ergaa Tammirat Gooftaa isini haa Eebisuu Ijoollee kees Afaan Oromoo barisiisi!!

    • @demusebu6378
      @demusebu6378 4 года назад

      Waqayoomul,atakanasifhakenuulafsaaimokeenufkeniihadaakadhatabarbanaa!!!!

  • @efamergaofficialpage
    @efamergaofficialpage 4 года назад

    Eebbifamii galoo naman jaaladhu naaf hafeerte. Apostle waaqayyoo si haa eebbisuu. Tajaajilli kee haa bal'atun kadhannaa kootii

  • @nardsoshifaraayuu4580
    @nardsoshifaraayuu4580 4 года назад

    👏👏👏ebbifamaaaaaaaaaaa dachaan
    ani garu tajalaalia bareeda kan afan oromoo inn bekka naat fakkinee elelelelelelelelelelelelele❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪👍👍👍

  • @rebirabeyeneofficial9831
    @rebirabeyeneofficial9831 4 года назад

    Baayyee si jaallanna
    Eebbifami baayyee !! Jabaadhu kan caalutu si eeggata.

  • @burtee649
    @burtee649 4 года назад +7

    Wow, waaqayyoo isini haa Ebbisuu Ebbifamaa dhugaa in amanee turee Raajiin Tammirti Oromoodha gaafa na jedhani barumsaa keessan baayee baayee jaalladha maloo Afaan Oromoob nu barsiisa, kutaa isaa afees gad nuuf dhisaa

    • @seemborak6238
      @seemborak6238 4 года назад

      Lubbee Anii bekkuu turee Akka bekkuu mee Maa nati hin Bimini ree kkkk

  • @tolawakwarkisa1180
    @tolawakwarkisa1180 4 года назад +3

    Waqayyoo isiiin haa ebbiisuu
    Next luba Balinaa Sarkaa akka nu affertaan shakkii hin qabi

  • @bontuumotummaa4850
    @bontuumotummaa4850 4 года назад

    Ebbifami .
    afaan Oromoonis akka sagaale waqayyoo barsiiftu Abdiin si egnaa 🙏

  • @ababotullu9655
    @ababotullu9655 4 года назад

    Waaqayyo siyaa eebbisu afaan oromootin akka nu tajaajiltu abdiin qaba

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus8479 4 года назад

    Ameeen Ameeen ebbifama waqaayyo sin haa ebbisuu wow nama waqaayyo tamirat bay'ee nama aja'abaa afaan oromoo bekusaa

  • @EvangelistGeletaEjersa
    @EvangelistGeletaEjersa 4 года назад

    Ani hagaana dandaaha jedhee yaaduu nama ajahiiba! Waaqayyoo bayyiisee sii eebbisuu jedhaan..!

  • @badriaamer7444
    @badriaamer7444 4 года назад +1

    Waqqaayyoo isinfaha ebisuu ijooleef mana jirenya kesani❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏☝☝☝☝☝

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 4 года назад +11

    Anii taasumaa hin yaaduun turee Erg: Taammirat afaan oromoo haasa'uu hin seene,anaa dhufuu laman keessanuu gooftaan isiin haa eebbisuuu

  • @dinqeebalaachoo5344
    @dinqeebalaachoo5344 4 года назад

    faaruu inni faarsee akkam akkan jaalladhuu W
    Waaqayyo isaa haa eebbisuu

  • @the_new_horizon
    @the_new_horizon 4 года назад

    well oriented interview session by two gentle men! May God bless you abundantly! !

  • @jesussaves4444
    @jesussaves4444 4 года назад +1

    I see all comments everybody is surprise how Tamirat is speaking Oromifaa and pushing why he doesn’t preach in oromifaa . It sound like they have poverty language speaker. Relax language is just communication tool it doesn’t matter what ever language he speak the main thing is the message . I love oromifa and other language the same.

  • @horamlalisa6226
    @horamlalisa6226 4 года назад +3

    Being Oromo is preordained and it is a gift of God. Disciples preach the gospel from Jerusalem to Judea then Samarian to the end of the earth. Leave your footprint in the sand of Oromia too.

  • @rahelganeti1637
    @rahelganeti1637 2 года назад +1

    Ebbifamii nama waqayyoo inni dubbatee waqayyoo kakusaf amanamadhaa

  • @asterdabidollowallaggaa3088
    @asterdabidollowallaggaa3088 4 года назад

    Safuu geejiba waaqayyoo dinqiidha, rajii tamirat waaqayyo inni si gargaare haa eebbigamu

  • @Jesusislord724
    @Jesusislord724 4 года назад

    Shalom Apostle! Waqayoo sii habissu. Yoo waqayoo jedhee yeroo tokkoo church kee dhufeen hirimadha. God bless you abundantly.

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 4 года назад +1

    Waw baga nagaan dhuftaan,nagaan isiiniif haa baay'aatuu

  • @g.h.zs.
    @g.h.zs. 4 года назад

    Egziabher yemesgen tebarekuuuu

  • @MideksaMitiku-go5qi
    @MideksaMitiku-go5qi Год назад

    God bless Apostle

  • @derejehordofa4043
    @derejehordofa4043 4 года назад

    Wow, waaqayyoo isini haa Ebbisuu Ebbifamaa

  • @جميلةالحجري-و6ر
    @جميلةالحجري-و6ر 4 года назад

    Wowowww ebifamaa ebifamii mucaa kakuu waqqyyoo isini ebifamii 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤❤❤👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻🎤🎤🎤

  • @damitudamitu424
    @damitudamitu424 4 года назад +1

    Aeeeeeeeeeee Aeeeeeeeeeeen Waaqayyoon isini haa Ebissuu Ebifamaa

  • @sarajoseph3908
    @sarajoseph3908 4 года назад

    Ameen ebbifama nama waqayyoo

  • @abdotube6385
    @abdotube6385 4 года назад

    Waqayyoo issin haa ebbisu

  • @yehulashetabdisa1272
    @yehulashetabdisa1272 4 года назад

    ebbifaama waqqaayyo isin haa ebbisu

  • @hannaakebade8254
    @hannaakebade8254 4 года назад

    Ameen ameen ameen

  • @gospelsingerderaratakele6832
    @gospelsingerderaratakele6832 4 года назад

    Eebbifamaa!
    Yaada bilchaataadha!
    Ergaa guddaadha!

  • @ifadebela4949
    @ifadebela4949 4 года назад +7

    Afaan oromoonis taajajil jedhiin

  • @nanovoice7794
    @nanovoice7794 4 года назад

    woow interesting. eebbifamaa

  • @bek0763
    @bek0763 4 года назад +2

    Wooow !! God bless you !!!👏👏👏

  • @wayessaolkaba249
    @wayessaolkaba249 4 года назад

    Oh man of God! Respect you.

  • @tegesty6292
    @tegesty6292 4 года назад

    Ebbifamaa nama waaqayyo🙏🙏⛪⛪🎤🎤📖📖🙏🙏🙋🙋🙋🙋🎤🎤🙌🙌🙏🙏👏👏👏👏👏📖📖🎤🎤🙌🙌🙏🙏🙋🙋🙌🙌👏👏

  • @mamokumsa3999
    @mamokumsa3999 4 года назад

    Afaan Oromoo danda'uu Tajaajilaa Taammiraat waan addaa miti. Wanta ani akka dhuunfaa kootti yeroo baayyee namoonni hedduun nama beekamaa, kabajamaa, jaalatamaafi cimaa ta'e tokko yoo Afaan Oromoo dubbatan ni ajaa'ibsiifatu. Kun garuu maalif akka ta'e anaaf naaf hin galu. Oromoon saba guddaafi bal'aadha. Afaan Oromoos afaan saba guddaa kanaati.

  • @DandisanAsefa
    @DandisanAsefa 4 года назад

    waaqayyyoo guddaa isin ha ebbisuu ebbifamaa

  • @waaqayyoogariidha1741
    @waaqayyoogariidha1741 4 года назад +1

    Wooooooowwwuuu baay'ee nama gammachisa wqy haa ulfaattuu

  • @lamisafkebedeofficial5177
    @lamisafkebedeofficial5177 4 года назад +1

    waaqayyoo bara keessaan haa eebbisu! TAAMMEE EEBBIFAMII

  • @denekedemise8835
    @denekedemise8835 4 года назад

    God blees u pr tamirat tarekegny

  • @dhhdshhd2804
    @dhhdshhd2804 4 года назад

    Ameen ameen ameen ebifamaa

  • @danielalamu7381
    @danielalamu7381 2 года назад

    Nama waaqayyoo nutii baayee jallannuu nuuf dhiyessuu keessanif Galata guddaa naa biraa qabduu akkasumalle barumsii isaan barsiisan sammuuf laphee nama Kan jijirudha jechudha kanaf naamotni afaan amaaraa hin dhageenye baayeen sababa jiranif utuu afaan oromoon barumsaa dargagootaf tahu utuu nuuf kenanin dhaamsaa kodha

  • @adugnadeti8745
    @adugnadeti8745 4 года назад

    Taammee guddaa eebbifami!

  • @letaguta5296
    @letaguta5296 2 года назад +1

    Galatoomaa Ergamaa Tamirati.

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 4 года назад +3

    Wawoo bayee namatii tolaa garu malif afaan oromotin hintajajilee ree?Waqayyoo baraa kesaan yaa Ebisuu Ebifamaa

  • @biretube5829
    @biretube5829 4 года назад +1

    OMG obbolessii kun Afaan oromifaa
    bekaayii? saagallee waaqayyoo affan Amarrifa fii hin Englishn hini barsisaa .turee keesatii Ayyanaa goftaa isaa iraa jiruu dinqisifachan turee jireenyakoo kesatii wowow waraa mo''aa.goftaan siinaa hebisuu wan nuf dhiheesitanif oobboleesaa kenyaa taammee ammaamoo. Afan oromotiin sii heganaa budeennaa jireenyaa saaggalee waqaayyoo aka nuf latuu

  • @melakumulugeta
    @melakumulugeta 4 года назад

    Nama jaallatamaa kana waan nuuf dhiyeessitaniif gooftaan isin ha eebbisu. Ergamaan taammiraat nama ergamoota biroo biyya keenya keessa jiraniif Illee fakkenya tahuudha.

  • @ejetashifera1749
    @ejetashifera1749 4 года назад

    Waqayyoo isin haa ebbisuu

  • @billwin1866
    @billwin1866 4 года назад +6

    Dhugaa afaan oromo beeka natti hin fakkannee baayyeen gammade

  • @shdjdhdh8136
    @shdjdhdh8136 2 года назад

    Ameen ammeen ammeen ebbifamaa ebbifamaa💞💞💞💞🙏💞💞💞💞💞💞❤❤❤❤

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780
    @imanekumaleephisamucaakaku5780 4 года назад +2

    Haleluya Waaqayyo gaaridha💯

  • @leparadisdesjeuxtheparadis8402
    @leparadisdesjeuxtheparadis8402 4 года назад +2

    ebifama namota gofta dhuga afani oroma hin dubatu sene sagatan kesan waye oli ispiritit dhuga sagata gutamu afura baye nati tola nufi jabadha tivi cj oromodhan kometi godha amma achi amarifa baresu wanin hin dadenyefi sin oromo hin dubatani see kanasi bare jira ara ebifam galata nama waqayoo jaladhu nufi dhiyesu ketifi

    • @demodemo8333
      @demodemo8333 4 года назад

      Woooooowuuuuuuuuu.bay.enama.gamachisa.ebifama

  • @milkamil5332
    @milkamil5332 4 года назад +1

    Tame bayeee sijaala ebifamii ayanii gofta dachan siif habayatu

  • @faarsaaafaanoromoo1264
    @faarsaaafaanoromoo1264 3 года назад

    Waaqayyoo sin haa eebbisuu prophecy

  • @robsanalemu4161
    @robsanalemu4161 4 года назад +1

    God bless you. Waaqayyo guddaadha

  • @muhammeduaq423
    @muhammeduaq423 4 года назад

    Wowowowowow dhuga tamirata afan Oromo ni danada.u yii dhuga ani hin ammane ko

  • @shubisaabera8429
    @shubisaabera8429 4 года назад

    Gooftaan bara kee guutuu haa eebbisu. Guddoo si jaadha

  • @AbbeeTaariku
    @AbbeeTaariku 4 года назад +1

    Ameeen! GBU man of God❤❤🀄

  • @chaliwegga944
    @chaliwegga944 4 года назад

    Garbicha waqayyoo goftaan si ha'ebisuu umurikee nuf haa dheressu inni guddan lammi isaa waqarraa ta'uu keenyatti baayyiseen gammada Kan bira barumsa atii barsiftu tokko na darbee hin beeku goftaan damma sagalee isaa afaanke keessa ka'een barsisaa jirta barrike ha'ebifamuu

  • @faantuuinjiguu9182
    @faantuuinjiguu9182 2 года назад

    Faarfatuu kibbee itaanaa fi
    Faarfatuu biliisumaa Mulgeta nuuf haafera maloo yoo isiinif daandame faarf abaraash daanachoos
    Eebbifamaa warri mo'aa isiin bara hundumaa nii mootuu kiristoos mo:ee isiin mosisera garuu waan biyyaa lafaa tv kanaa irraatti hin fidina

  • @danibultum4444
    @danibultum4444 4 года назад +2

    Elele Tammirat Afaan Oromoo dubbachuu eegalusatiin

  • @Danb776
    @Danb776 4 года назад +1

    Bless you man of God

  • @madinahaman6889
    @madinahaman6889 4 года назад

    Ameen ameen

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780
    @imanekumaleephisamucaakaku5780 4 года назад

    Ameeeeen Ashuuuuu dach nuf Eebbifam

  • @sukareatomsa8443
    @sukareatomsa8443 4 года назад

    Baayeen dinqifadha gaazexeessaa kana wow