Ani tokkoofadha mee warri Ayyuuf Saidon warra irraa jalaalaf yuutubii hojjaachuullee nubaarsiisan jettaan ummanni qashtii waan video kana dawwatan kottaame ol nagufadhaa 🎉❤🙏👈
Wabbiin bayyeen nama gariidha dhugaa nama waga meqa jalaate dabarse sif kenne Ara akkasiti si fana ta'uun Isa dhugaa bayyee nama dhibba ayyuun garuu sammuu Isa hin egduu yeroo hundaa nama arasti dhugaa
hin sobdaa tolee ishee womaa hin balessan siti rakoo qabaa ati durumayuu hin kijibdaa utuu danta ijolee keeti qabatee akkan hin godatuu hin gafa ilmoargatee moo hin dematuu mucayuukee dhiftaajetaa kun hunduu kijibaa keeti sumayaa amaraa tateefi jibbamu hin qabduu hadha ijoleeti tolee
Ayyuu baarduu koo rabbiini ilimoo siifii haakeenuu wly baayee siijaladha❤❤❤❤❤❤
Tiish
Yaa rabbii !!! Ayyuu of qofaa hin jallatiin baar Jaarsaa nama sanuu abbaa maatii hattee kana beekii namichaa ijjoollee isaa biraa haa deemuu maal maratuun akkanaa
isheen miti isatuu namaa dhibaa isheen mali kaan habituu sobaa
Soba dhisaa atii fii isinilee hin yadanii haqa jaritii tanii balesitee atii dalanisuni rabbii siraa ha jiratuu atii haqa nyatee qalibii jaaritii cabisitee ijolee tee bochifitee afanii qbidaa hin dubata😊
Tunii fayaduu namini lubbuu basaa jedhuu inuu bahee jiruu isii lubumaa basuu ilimaa telee osoo dhalitee halaa garii si gudisuu dadetuu hadha lubuu ofi basa jetuu iraa malii baratii
Osoo taribihaa isilamaa iraa gudatee lubuu malii akaa tahee betii kaferaa homaa bebee lubuu ofii qosaa oluu wolini batabata jedhii
Kkkkkkkkkkkk 😂😂😂
Wolayii komamati hin barreessu jedhe ture sila maluma tate saido 😢😢😢hangana marara
Nuuf summaya dubbarati cimatudha obsa qabeti fakkenya dubbaratoota rabbii kiyya umrii isii haa dheresu ijoole ishii wolin waan jenu hin qabanu Amshiri umu jamila ati dubbarati cimatudha yeroo hundaa sii diqisifadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤yen qojo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Umuu jamila
Ayyuu nyataa Afaan kahi Saido wojii yeroo wa nyataani❤❤
Amshiraa Saidifi Ayuleen Rabbii ilmoo isin ha keenuu inshaa allh❤❤❤❤❤
Saidoo Ayyuu islamesii ilmanii ketifilee Gafaa Argatee Yadii
Siirumaa yeroo duwwaa jiirtuu sii erguu diidee yeroo hulfaa sii ergiitee kunii waan yadamuu mitii enyuttii naa gattee demtaa siin jechuufii malee kunii siirumaa waan gaarii mitii osoo bekte ciidhaa koo naaf gotee demii ilmoo kee lalladhuu jettii malee kunii yeron ulfayee demtaa kunii sobaa dhugaa
Ayyuu koo rabbii isini haa milkeeyu ❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤❤
Hordoftonnii seyidoo hundii keessaanuu dhifamaa naaf godhaa malee seyidoo fakkasee oddeessaa biloniin samuu isaa hikatee. isaa jalalaa ayyutii karaa harkaa baleessee isinii hoo maltuu jal sii ofaa guyyaa maraa.ittii anasuu immoo seyidoo maloo afaan kee kanan maqaa sumayyaa osoo kasuu batee gaariidha fakkesaa wayii.akkerii jiruu sii harkaa badee wa'ee ayuu malee. ilove you sumayyaa habibati ❤❤❤
Dhugadhaa❤❤❤
@@xajjeetube4778 dhugaa dha jiradhu
@MesyMessy-ub8ky dhugaa hin dhabinii🥰🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SamioGg-p1r 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Sumeyyaanniis teenya.
Ayyuuniis teenya. Dumaashota jabeeysiboo
Rabbii isii dhafi hakeenuu garuu yeroo hudaa Ayuu qofafi yadaa summayani qoba isi jirtii firrii fi matii isii biraa hin jirtuu ati garuu suummayya dhaf yadee hin betuu Ayuu Kani biyyaa isif matii isii biraa jirtuuf ciqammitaa sumeeya dubarti cimmitudha 😭😭
Diramaa kunii yoomumaa xumuraataa😂😂😂lakii godhaa maati naafi ta'aa mee❤❤
Ayyuun bayyee Garaa nanyatii maloo saydoo ijoolumaa qabdii Rabbii jeedhii ofitii qabi
Ee wly 😢😢😢
Du'ayimma goradhu ayyu amntan islama akkana mitti baredu tiyya obsaa barbachisa kanafu Namni obsaa hin qabne hundayu hin qabu ishi
Waqayoo isinaa ebbisuu horaa bayyadhaa itti gammaderaa ❤🎉
Walhii rabbin si dhsuu dhugaa rabbii walhii sumyaa hin midhnii demii garaa ijlee ketii
Rabiitu illmo Nama kena rabbi si ha kenuu
Ani tokkoofadha mee warri Ayyuuf Saidon warra irraa jalaalaf yuutubii hojjaachuullee nubaarsiisan jettaan ummanni qashtii waan video kana dawwatan kottaame ol nagufadhaa 🎉❤🙏👈
Abe kotu maatii naa ta'ii lubbuu
@AmiraAp-n6n toole haadhookoo
🙄😡👎
Maatii naa tahaa ❤🎉❤rabbiin waan waan isin yaaddan rabbi isini haa tahu❤milkaaya❤😢❤
Mashallaaaa rabinii umurii wojinii isinii haa dheresuu
Rabbuu dhiifama siif hingodhu
Deemi gowwa
Mashallah Rabbiin Isnahaknu🤰❤️❤️❤️❤️
Worree kessaan hin dhumuu sillaa wly hallaa sheriyaa mussillimaat jaraatii offii ijaa tokkonn iallalluu barabachisaa wly summayee rabii sabirii aishaa fii kadijja kenee siif kenee itii sii hadabaadhuu🥰🥰🥰
Gafaa .garaa godhatee moo osoo hini dahini hini demituu sini jetii ganaa arigufii deminaa gudii
Ya Ormoo wabii laluu dadhabee dhuga rabii onee ko kesaa holataa yo amanuu batanii rabii argaa Wabii my 💔dhuga waqayoo anii otoo.....? Silaa bakumaa Wabii jiruu demee itii herumaa dhugaa rabii mali godhaa.. 😍
😢abaa mana hanii qabduu tanatii iti cabsii 🤣🤣🤣
@@hanatu itti cabsi ani minzeen isiinif ta,a 🙆😂👈
Wabiii saredha dhalla isaa dhufite demite fanaa akana tahu isaa nama jibisisaa adabate hin ta uu gawa wahii isaa hinjalatini haabibiti kunii saredha
Maasha allaa Maasha allaa Bagaa Defatee Ayuu Baredukoo ❤❤🎉🎉🎉
Raabin haa keenu insha Allah ❤
Saidoo jl lamaanu woli qixtaa horadhuu obboolleessaa
Mashallha Mashallha rabiin daima sinefii hakenuu 💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟
Sayidoo malii ayyus sijalatte malee malgoote ayyus haganaa hincabsini❤❤ anii sumayas ayyus bay,e jaladha
Summayaa Summayaa Maali Jetaaa Usii Jetee hin Jiratuuu Yaa RABBII
Masha Allah jabduu intala Oromo bagaa ittii Herumtee Saido horaa bulaa qaalii ijoollee Oromo 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤💕💕💕💕🥰🥰🥰🥰🤍🤍🤍🤍🤍🦋🦋🦋🦋bil Afiyaa 🤌
Ayyuu koo Rabbiin isin Haa milkeeysu❤❤🎉🎉
Hallaa.kanan.ilmoo.akamitiii.argachuu.dandesii.ilmanifii.abaa.adan.fagesiteeemoo.rabi.hin.sodatuu.atuu.ilmoon.ishin.arkatuuu.hin.jirtuuu.qabadhuu.saidoo.yAman.akanatiii.badde
Tanan achitiii.jartifi.ilman.ketira.ayuu.filatee.bar.ajaibaa.qabda
Walahii kuni kijibaa Haadha ilmaa dhistee moo Astagfirullah😢 Rabbiins waal qixas jedha bar Ajaa'ibaa
ayuu dhekamuu hini barbachisuu dhuga dubachufi ayuu rabii ilmoo si ha kenuu saidoo atisi obsii ❤❤
Dhugaa kee jettee hanicho ❤
Rabbiin dadafe Ayyuu Rabbiin ilimo haa keenufi❤❤❤❤❤❤
Ee ayyun dhuga bantii atu oso irra hin dhalchiine akkamitti amaanta rabbin amumatti ilmo siif haa kenuu
Inni Sumayyaan jette dhugaa ta'e hoo 😅😂😂😂😂😂.kanumaaf argaa masaanuu jibbe anoo mataan ishee haa cabu. Jaartii ilmaan wojji baatii meeqaaf kophaa gatanii ishee haaraya wojji shaasha jechuun diroonii nama liqeeffachiisa maaloo 🏃🏃🏃🏃🏃🏃🙄🙄
Ayuu sirrii jetee sumayanis dhugaa qabdii wolak kanatii kani badii qabuu simaa sayidoo atin hamile sumayaa eguu turtee vidiyichaa sana gadii dhisuu hin turee akka wani jechaa ayutin haratartuu itii fakkataa garuu rabbi nagaya haa busuu
Maqa sumaya hishayina
Sayidi hisobin Jallalumafi Sumayan misibadha Eera fagadhu
Odu bayee yaeka ijoleesatif silayu hin debistuu demi jetaan malee afan ke qabadhu😢😢😢😢😢😢
Wowo Ayyuu teenya si jalan garuu mee ufataa mushiraa babarada kawadhuu yeroo baka bashanana fa demitu malif ofi gadi dhiste yaa Ayyuu too jakeeti bbaredaa qabada ufata babareda godhadhu ati mushiradhaa shashi maratu jalani refesa kee gudufu me mataa haaduu fakataa maloo👈👈👈
Dhugaa jete ana naa dhibee malif ufta garii hjn ufane anii taka ufta garii irra arge beku
Anaa nati tolotee ayyani akka shamarani bara kana ofi hin gotuu wollhi mashaa Allah tabaraklh
Sayadoo atii maaliif hayyuu feedhii shee guttaa kan dhuffee sittii bohee naa fudhii sin jedhee ishedha mitti ijolleekeef sumaayyaa biyyaa hormaatii gattee guyyaa tokko Rabbii iraa si gafataa Hin gabbiitaa garuu
Yaarabbi jireeny kessan Kun duai cimaa barbaada akkuma tokko qilleensarra jirttani mee isinif hunddu tasgabbidhaan itti mariadha duai godha atimmo saidoo hadha manakee akkami saguraa fudhatte hin fiiginii nyaatas yotae manumatti akkami misrrootti qopheffadha nyaadha misiroon satikanaa millashi ykn salgantu jiraa ollaa bitaf migaa walin dhadhammi gaarii godhaamee rabbin jiruu xumanita qadu sin haajirachisu
Usii ayyu bira ta.ii hanga isiin ilmoo godhatuu
Esnuma jjala Essa haadeeminuu. Xiqta
Mashallh ayyu baredu
Ayyu galatomi Sa'ido sabbona goote😂
Inshaa'Allah Abiyyinis hima fudhana turrus😂
Ani Ayyu nan jaladha garuu❤
Ilmoo shaay bunna seetan moo maal jechuu dha Rabbiin gize fedhutti namaaf kenna subaanalla
malikuni horin dhugaa horidhaa atii
Dhugaa jedha wsbiin
Tunii bodda hin sodaachifttii Wolahi akka Rabbii Sumayaattii yaa sumayaa obbsa Rabbii sii haa kenuu kunii jalallaa mitti ija kananii Yoo ulfofttele hin dhiisttu Ummanii kenaa Dubii kana Eega
😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤maaashaallh aayuleni dhugaa qabdii sumiyee obsifi yàa galbi isileni mushuraadhaa❤❤
Saido dhifma naaf godhi ani hedu takka sitti mufadhe garu waan jabbate kuliyu rabbii siif haa lafisu dura demii summaya amasisi isn dubbarati cimatudha boda hadha mana tate ayu lee fidata garu summaya qalbii nuu cabbasite bira demii amasisi ishaa alha rabbii siif haa lafisu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Masha Alhaa ijraa hafaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Wl wr wb Gaafa Deemtu Manaatti Ishee Hiidhi Akkuma Jette Saidoo Ayyuu Amalii Ishee Hin Dhiisu Sila😂
Rabiini umurii eraa wajiini isiinii htusiusuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂
Umnaan nyaanan umnaa hin tahuu jedhee oromon umnan qabdee qalbii isaa dhukubsitee jaalalaa naf tahaa onnen isaa gamaachuu qabaa jetee kan yaduu yo tahee dogogortetaa dubartii bultif tatuu jechuun kanumaa jarsaa ofii jechaa isaa dhageesudhaa gubatus dhiftuus sumayaan fedhii isii yo dhiftee malee ini wajuumaan jiraata ati yeroo yerotii kiloriksiidhaan sodaachisaa jiraadhuu murteenke kanaa malee hin jiruu
Namichuma gagama kana isayu hin qafatu jalalafi miti of Ajeftifi jedhe bulgu
Balage dhuga ar,a bay,e na,arsse isa jalatte male malgote video isaniyyu lalun nadabara jirani
Wabbiin bayyeen nama gariidha dhugaa nama waga meqa jalaate dabarse sif kenne Ara akkasiti si fana ta'uun Isa dhugaa bayyee nama dhibba ayyuun garuu sammuu Isa hin egduu yeroo hundaa nama arasti dhugaa
Sumyaa sii dhisii
Sumyyaa sii wayaaa wly
atii nama yadaa gudaa qabu sii sahee atii nama dubartiin olif gad oftuu tish.tana maraatuu filaata ilmaan te dhiftee
Rabbii wojiin umurii isin hadheeresu
Ummataa darsaa ilmaan jalachuun jartii jalachuu akkaa ta'ee hin bektaani
kkkk subahan Allah guyyaan dhumaa dhufteee wallahii isiin Muslima mooo 😢😢😢 rabii nu qaqa biiii
Maltuu bade
Buliti akkaa Aliiyif Fi faxumaa issaanif ha godhuu ❤❤❤
Micayo maloo ati sado kana waji jirachu kee midha malee sii fayadu akati siti hasu argita hasaa tufi lubbu ishifi malee ani jalala ishi miti jedhe😢 jalali bakaa lama yuhu wali qita tahu qaba sanu dhira ati jalatu cala dhira ini sii jalatu waji jirachu sii waya ture garu amalee badi kee dhifama gafadhu osoo atilee hin midhami inilee sii tufati kana calaa qabanya isalee osoo hin babadi isalee dhisi hiki kee kani tahe waqayo sii kenaa nami dhala godhate gilaa hike kani bira horuma wani tafi ❤❤❤❤❤❤❤
Mashalla Allha rabbii sif ilmoo garii issaanif ha kanuu
Maashaallah mandii nyaatuu hedduu jalladhuu bil afiya❤❤❤
Namni akkamiti yadda yaa ummatta???? Namni hadhaa ijoolee dhiisee hadhaa ijoolee dhiisee taa kalleessaa gaddaa fii gamachu walin dabbarsaan dhiisee akkamiti dhallaa hadhaa argeef jechaa karraa debii'a wallayii hedduu qalbi nama cabsaa 😢😢😢😢ofii kabajaa
Mubaraka dhifma wojiin keessa bayii wayye saido fi summaya rabbii sodadhu nuu summaya akka malee qalbii nuu cabbasite isnti haa dhagayamu 😢😢😢😢😢😢ani isii lee hin bekku garu waan jedhu badhabe bayye gara naa nyaate 😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa keti anilee na marartee hadhaa ilmoo isa akkas qalbii cabsuun 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Sa'idoo ati akamiti ayatuu bichaa miti sumayaa haqa siiraa qabadii garii ijollee demmii biyyaa yamani bade saniti ilmaan kee gatee
Dhugaa jete qalii nama ❤️
Usi gowa
hin sobdaa tolee ishee womaa hin balessan siti rakoo qabaa ati durumayuu hin kijibdaa utuu danta ijolee keeti qabatee akkan hin godatuu hin gafa ilmoargatee moo hin dematuu mucayuukee dhiftaajetaa kun hunduu kijibaa keeti sumayaa amaraa tateefi jibbamu hin qabduu hadha ijoleeti tolee
Dhisaan waanuma sii jalatufu Wly garaa nama nyatu😢❤
Boo deem dhama'aa ati wllhi waa hunda ishuma tana jala hoggaa deemte jiruu tee tan ful duraa akkam godhuuf deemta moo wahi sitti goote
❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ Mashaa Allaa ❤️ Wow ❤️ 🎉 🎉 🎉 ❤
Saidoo afan hin banin odduu worree kkkkkkkkkk odduu worree
Mushuraa gatee deemtaa haganati silaayuu
sareemaqaa sumyaahin tuqaa balagee sumayaa namaa gariidh
Sayido jabadhu dirama kee akka ajibati😂❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂
Mashaallaah ijara afaa
gurbati dhumaa hafufeekan malii kun wobii saree dhaa ayuu yomu sumayaa hin jallatuu kan jalaa muraa bekkaa
Anii yroo hutaa isinii hodofaa gafinii koo moo isii sii jalafii karaa sii debitee jibafii mafii jetnii ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤isii rabifiii siii malee malii qabdii garuu isii garaa amtaa mulimaa dhutee ❤sifii rabii qofaa qadii kanaa bekifii garuu isii irtii rabinii sodadhu pills ama
Aswrwb mashallaah mashallaah 🥰 rabbii ha kenufii❤❤❤
Atii Kijibaa dha malif jenaan akka Amataa keessan itti iyyu gocha hin jirtu Amataan wali qixxa ilalii jedhe atii garuu Ayuu Ayyu jecha oltaa RUclips guba batee hadha manaf kee ijjollee hin bektuu akkam akka jiraan Jazbaa uuuuuuuufffff
አማርኛውን ሰምቼ እስሰድብሀለሁ ምን እደምትል አልገባኝም
masha Allah ♥️ ♥️ ♥️
Qoyii atti saidoo hayuun naa debistee yoo jetuu hin safaatu uuuuuuuuuu
Mucan kun miskina jalalatu akkana godhara 😢😢😢
Ranii sii 😢😢😢😢birahadhbatuu ayuu nanii sii hubatuu hin jiruu 😢😢😢😢
Dhiirti tokko jaartii heddu fuuchuuf dandeeytii control godhuu qabaachuu qaba .sodaachisaa asii achi oofuun maafii faaydaa😂
Mashaallhhaa mashaallhhaa mashaallhhaa 🎉🎉🎉🎉bagaa gamddee qalli nama obllessaa kiyyaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Said atii fayyaa.hin qabduu namiti sirnii.sii.dhamftee.jirtii qurna ufitii.qarsisii
Mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ayuu baye sijaladhaa
Malii jechudhudhaa Kun sayido rabbiin sii DHISUU ijolee fi sumayyaa gatee ayiiiiiiiiiiiii 😭😭😭😭😭😭 Rabbiin hin sodatuu sumayaa Kan hundaa irrati xaphatee gemii
Obboleessi sayido kun miskiina fakkaata innimmo hin haasahuuhi😅😅😅😅😅😅❤❤