😁👉Gooftaan si fudhachisa! Diraama Ajja'ibaa Orto fi Pheenxe‼️ Dhangaa Lubbuu
HTML-код
- Опубликовано: 6 фев 2025
- 😁👉Gooftaan si fudhachisa! Diraama Ajja'ibaa Orto fi Pheenxe‼️ Dhangaa Lubbuu
🙋♂️🌹❤️👉Please don't forget to Like, Share and Subscribe to Our Channel
💚💚💚💚💚💚💚💚💚
💛💛 🕊WEL COME 🕊 💛💛
Welcome to the RUclips Channel of Dhangaa Lubbuu
Baga gara RUclips Channalii Dhangaa Lubbuu nagaan dhuftan.Chaanaaliin kun kan barsisaa Dajanee Gurmessaa yoo tahu tajaajila hafuuraa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootiif kan qophaa'edha.Kabajamtoota hordoftoota keenya Subscribe, Like, Share fi comment godhaa Maqaa waaqayyoon na jajjabeessaa.Jallatannii waan Hordooftannif guddaa galatoomaa.
____
Welcome to the RUclips Channel of Dhangaa Lubbuu.This channel is dedicated to the spiritual services of the Orthodox Tawahido Church.Dear followers, Please Subscribe, Like, Share and comment Please encourage me in the name of God.Thank you so much for following my Channel!
--------------------------------------------------
እንኳን ወደ ዩቲዩብ የDhangaa Lubbuu ቻናል በደህና መጡ።ይህ ቻናል ለኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን መንፈሳዊ አገልግሎት የተዘጋጀ ነው።ውድ ተከታታዮች እባካችሁ ሰብስክራይብ፣ላይክ፣ሼር እና ኮሜንት አድርጉኝ እባካችሁ በእግዚአብሔር ስም አበረታቱኝ ስለተከታተሉኝ በጣም አመሰግናለሁ።
Diraaman kun akka itti fufu kan barbaaddan like fi share gochuun na jajjabbeessa 😂
Jabadhaa ittii fufaa barsisaa keenyaa waaqayyoon sagalee jireenyaa sii haa dhagesisuu ameen
Dhugaa barsisaa kenyaa waqayyoo sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu barumsaa guddaa qabaa ittii nuu fufaa
Ittii fufii b/s koo
iti fufaa
Itti haa fufu barsisaa Barumsa Gaariidha Jabaadha 🙏🙏🙏
Waaqayyoo.Gooftaan.sagalee.jireenyaa.siin.haa.dhagesiisu.barsiisaa keenyaa.ebbifamaa.jabadhaa.itti.fufaa.❤❤❤
Waqayyoo goftan sagalee jirenyaa isin haa dhagesisuu ebbifamaa barsisaa kenyaa iti nuf fufaa
Ameen Ameen Ameen SagaleeJireenya Isina ha Dhagesisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
❤❤❤
Matii naf ta'i❤❤🎉
ijoolee Tawahidoo sher godha B/S kenyaa jajabbessa jabbaa ofii Abbadhumatu jabefataa🌹
Kotu matii naf ta'i😍🤩
Barsisaa kenyaa ebbifamaa 💕 🙏
Uuuuuffff baruumsaa guddaa of kesaa qabaa barsisaa kenyaa Ebbifamaa Waqayoo goftaan sagalee jirenyaa isiin haa dhagesiisuu gotaa Tawaidoo Ebbifamaa ⛪✝️💯💯💯💯🍇🍇🍇❤❤❤
Jabbaadha baarsiisa keenyaa waqaayyoo bara tajajilaa keessaan siinif yaa dhageesisu
dhugaa ebifamaa barsisaa kenyaa
Baayee nama barsiisa keenya umrii maatusalam nuuf jiraadha
Waqayoo sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu bara tajajilaa kesaan sinif haa dhersuu Ebbifamaa barsisaa kenyaa
Barsisaa keenya Eebbifamaa Waaqayyoo bara tajaajilaa keessan siif ha dheeresuu Waaqayyoo Iccittii dhokataa isinif ha ibisuu 🙏🙏🙏🙏
Jabadha barsisa kenyaa waa bayye irra barane waqayyo bara tajajila kessan sinif ha dheresu🤲⛪️👍❤️⛪️⛪️⛪️❤️
Bs kenyaa bayyee garidhaa Barumsaa guddaa qabaa ebbifamaa waaqayyoo gooftaan sagalee jirenyaa baraa baraa isiin haa dhagesisuu ebbifamaa ❤❤❤itti fufaa. 🤩
Waqayyoo sagalee jirenyaa kan dhumaa hin qabnee isn haa dhagechisuu barsisaa kenyaa baraa tajajilaa kesaan isinif haa dheresuu ameen 🤲
Barumusa qabaa iti nuf haa fufuu barasisa kenyaa waqayoo sagale jirenyaa sina dhagesisuu ebifama 👏 ♥️
Waaqayoo goftaan saagalee jirenyaa Isiin haa dhaagesisuu Ebbifamaa Baarsisaa keenyaa
Waqayyoo sagale jirenya sii haa dhagechisu barisisa Kenya jabadhaaa😅😅🥰🥰🥰🥰
Waaqayyoo sagalee jireenya isiina dhageesisuu barsisaa keenya ebbifama
Ebifama barsisa kenya dhugumati dhugati waqayo sagale jirenya isin ha dhagesisu itti nuf fuffa namati toll🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏
Dhugumaa dhugumattii waqayyoo gootfaa sagale jireya sii yaa dhagechisuu B // saa keenyaa ebbifamaa 😂😂❤❤❤❤
Waqayoo sagalee jirenyaa sinaa dhagechisu Ebifama barsisaa kenyaa jajabadhaaa iti nuf fufaa shaakitonii debii hin qabanii 👏🏻👏🏻
Ameen Ameen Ameen dhuguma dhugasti waaqayyoon sagalee jireena isina dhageesisuu bara tajajiila keessani isinif haa dhereesuu ebbifamaa🙏🙏🙏
❤❤❤
Waqayoo sagalee jirenyaa issin haa dhagesisuu ebifamaa B/S kenyaa Barumsaa gudaa qabaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqqayyoo saagalee jireenyaa isin haa dhageesisu ebbifama
Waqayyoo sagalee jirenyaa sinaa dhagechisuu Ebifamaa jabadhaa barumusaa garidha
Barsisaa kenyaa jabadhaa itii fufaa barumsaa gudaadhaa waqayon isn haa Ebisuu 🥰🥰🥰🥰
Waqayyo goftaan sagalee jirenyaa baraa baraa isiin yaa dhagesisu baraa tajajila kessan isinif yaa dheresuu ebbifama barsisaa kenyaa barumsaa gudda irraa baanee itti nuufi fufaa🙏💖💖💖
Ebifama waqayoo sagale jirenya sin haa dhagesisu ebifama bayee gariidha wanuma nuu basii jedhama jiruu ebifama 💯💯💯 jabadha barsisa Kenya dhugaa barumsa Nama jijiruu danda,uu dhugaa 👏👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍
😀😀😀😀barsisaa bayee namatii tolaa dhugaa waqayoo sagalee jirenyaa isinii haadhagesisuu jabadhaa😍😍
Waqaayyoo gooftaa sagalee jireenyaa isaa haa dhagesiuu bara tajajilaa isaafi haa dheeressuu eebbìfamaa ❤❤❤❤❤
B/s kenyaa waqayyoo umurii baraa Tajajilaa keessan isiinif haa Ebbisuu 👏itti fufaa barumsaa guddaa qabaa waqayyoo siin ha gargaruu❤
Dhugaa rabbii barumsaa gudaa qabaa jabadhaa barsisaa kenyaa waqayoo sagalee jirenyaa isnii haa dhagechisuu ebifamaa ⛪✝️🙏🙏🙏
Wow bayyee namati tola waqqayyoo ijaa kenyaa issaa kessaa nuf haa Banu please part 2ffaa barsisa waqqayyoo sagalee jirenyaa siin haa dhagesisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Barumsaa bareedadha barsiisaa kenyaa waaqayyo sagalee jirenyaa isiin hadha gessisu ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoo sagalee jireenyaa sii haa dhagesisuu dhaltuu motummaa isaa sii haa tasisuu barsisaa keenyaa ebbiffamaa barnoota baay'ee namatii toluudha ittii nuu haa fufuu
አሜን አሜን አሜን🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍
Ameen Ameen Ameen barsisaa Kenya waqayoo sagalee jirenya isin ya dhagesisuu umurii tajajilumaa kessan nuf yaa dheresuu
Waqayoon sagale jireenyaa isin haa dhagesiisuu barsiisaa keenyaa 💯💯✅✅🥰🥰
Kotu matii naf ta'i maloo🤩😍🥰
Waqaayyoo goftaan sagalee jireenyaa isiin haa dhagesisuu barsisaa ebiifamaa❤
Somaratis nuuf hojedha mee haa dhagahani jarii yommi fonna somaa jedhee cuubuu irraa somaa jedhee malee nunu jedhani yero maraakanatis nuuf hojedha dhifama walin 🙏🙏🙏 waqayoo bara tajajila kesani haa dheresu ebifama kenaa tawayidoo umri nuuf dheradhuu jabaa kenya
Eeyeeni foni soma hni jeenee,foonii soma Kani jedhu esaa Jira nti ima Mee,yoo kitaba sobara jiratee malee,yoo foni dhite hmi dhitaa ,wanani cubura fagachudha, Kuni seera malee dubi waqayora hni jiru foonii soma Kani jedhuu👍👍👍👍👍👍♥️
Jabadha barsisaa kenyaa nufi jiradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nafaa ragiidhaa kun namaani tokkoo namaa lamaa ta.uu isatiifi
Jabdhaa barsisa kenyaa hubana hedu qaba🥰🥰🥰🥰🥰
Jabadhaa Barsisaa keenya.
Wuu hni fakatuu,dhuga Rabi ,
Waqayyoo gofttaan sagalee jirrenyaa siin yaa dhaagechisisuu baarumssa bareeddadhaa itti nufi fufaa💔💔🤲🤲🤲
Matii naf ta'i haadho koo
Diraamaa,baayee namatti tolu dhugaa waqayyo isin haa ebbisu barsisa keenyaa itti fufaa❤❤
Kotu matii naf ta'i giftii kiyyaa🥰😍🤩
@@sinantube1 tolee
Jabaadha jabaa keenya waqqaayyoo bara jireenya kee haa ebiisu⛪️⛪️⛪️🤲🤲🤲🙏🙏🙏
Jabadhaa Barsisaa kenyaa dhugadha ebifamaa waqayyoo sagalee jirenyaa sin yadhagesisuu ❤❤❤
Matii naf ta'i qaalii❤🥰
Wwooww ergaa bayee qaba barsiisaa kenyaa waqayoo sagale jirenyaa sii haa dhagesisu ❤❤❤❤❤❤❤
Wwwww barasisaa kenyaa waqayyo isini haa ebisuu
Jabadhaa barsiisaa kenyaa waan garidhaa dhugaa namaa boharsasii namaa barsiisasii❤❤❤😂🌺🌷🌺🌺🌺🌺
Dhugumatii barsaaa waaqayyoo isiin haa ebbisuu barumsaa heduu irraa argadhee jaabadhaa waaqayyoo iccitii isaa isiinif haa ibsuu😍😍😍 phenxichaa👉😂
Prt 2barisisaa🤲🤲👂👈bayisee agefadhee jira
Ebifama waqqayyoo goftaa isni haa ebisuu barasisa
Wantan duraan hin beekne waa hedduun irraa baraadhe ebiifamii barsiisa keenya itti nuu fufii 🙏🙏🙏
Gudda ebbiffama barsisa kenya waqayo goftani sagale jirenya isani yaa dhagechisu ❤❤❤❤👍
Matii naf ta'i qaali
Jabadhaa barsisaa keenyaa WAQQAYYOO gooftaan sagalee jireenyaa isin haa dhageesisuu 🥰🥰🥰😍😍
😂😂😂dhugumatii Ebbifamaa ittii fufaa ......
Waqayyo'sagalee'jirenyaa'isinaa'dhagesisuu'barsisaa'kenyaa'ebifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤😂😂😂waw baye garidha 😅😅
Ameen Ameen Ameen barsiisa keenyaa dhugumaa dhugaatti waqaayoo goftaan sagalee jireenya isiin yaa dhageesisu erga guddaa qabaa waa baay'ee irra baraane ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏♥️🥰🥰🥰
Jabadhaa barsisaaa kenyaa nuu jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹
Jabadhu barsisa kenyaa uuuuuuuufffffffffffff namati tolaa😂😂😂😂😂❤❤❤❤
Kotu matii naf ta'i qaalii tiyyaa
Jabadhaa waqayoo sagalee jirenyaa sii haa dhegesiisuu 🙏🙏🤲🙏🤲
Jabadhaa barasisaa kenyaa itii fufaa barusaa gudaa qabaa waqayyoo dagalee jirenyaa sinaa haa dhagesisuu Ameen
Baarsisaa keenyaa Eebifamii dhugaaa waqayoo saagalee jiirenyaa isinii yaa dhagechisuu Eebifamii fiirii Taawayidoo keenyaaa❤❤❤
Wayyo barsisa kenyaa baayee dasa nama jedha jabadhu itti fifi
Eyeni dhugumaa jiruu barasisaa kenyaa
W
Lachuu barasisaa dajaaneeti
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ❤❤❤❤❤
Rifachu Amma kaa wangela yoo dubistu hin rifatin jedhin😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣B/s kenya
Amen Amen Amen maaloo baay'ee nama ajaa'iba!!❤❤❤❤
Waauuu barsisaa kenyaa barusaa qabaa itii nufii fuu........
Barasisa kenyaa waabayee iraa baree jiraa waqayoo saalee jirenyaa sihdhagesisuu nufii jiradhuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏♥️♥️♥️🤲🤲
waqayyoo gooftaan sagalee jirenyaa isiin haa dhagesuu barsiisaa kenyaa ebbifama🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ebifama ebifama ebifama waqayoo sagalee jirenyaa sin haa dhagechisuu barsisa ❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo sii haa eebisuu❤❤❤❤❤
Waqqaayyoo sagalee bara bara isani Yaa dhagesisu ♥️♥️♥️♥️🎉🎉🎉
Jabadhaa Barsiisaa Keenyaa dhugaa jiruu kunii❤❤❤❤❤❤
Jabadhaa B// kenyaa ❤😊
Dhugaama dhugatii waqayyoo sagalee jirenyaa isin yaa dhagechisuu
Barsissaa kenyaa
Diramaa kana akaa Adani nujalaa hin kunee barumasaa garii qabaa.❤❤❤
Waaqayyoo Gooftaan Sagalee jireenyaa isin haa dhageessisu Ebifamaa waaqayyo Gooftaan manaa isaa keessati si haa qusaatuu lafaa irraati wammatuu maqaa isaa samii irraati dhaltuu mootummaa isaa sii haa taasisu firrii durboo maariyam Ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa ebifamaa mloo barisisaa bayee na gumadate gofata fudhaadhu kan jedhani gafii na mudate debi.i argadhe uuuffffee dhuga waqa waqayoo goftan bar jirenya kesani sini ha ebissuu ebifamaa ufff jecha qabuu❤❤❤❤😢😢😢
Dhugaadha goftaa kan namaa tokko miti hundaa namaaf dhufee❤❤❤❤❤❤
Kotu matii naf ta'i🥰😍
😂😂🤦♂️🤦♂️Abet Baarsiisaa Keenyaa Dhugaa baayee naamatii tolaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dhugumaa waqayoo addii Kenya's eyee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯⛪🤲💓💗💒💞♥️❤️🥰🥰⛪🤲💓💗💒💞♥️❤️⛪🤲💓💗💒💞♥️❤️⛪🤲💓💗💒💞♥️❤️⛪💓💯
Dhugumaa dhugumaatii waqayyo sagalee jirenya isin yaa dhagesisuu Barsisa kenyaa Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama Ebbifaama ebbifaama waqayyo bara Tajajilaa kessanii isinif haa dheressuu❤❤❤❤kanumaa irra icciti isaa dhokata isinif yaa ibsuu waqayyo umman kenyaa Ebbifaama Ebbifaama ebbifaama itifufa Barsisa ❤
Matii naf ta'i Kotu🥰😍
Waaqayyoo sagalee jireenya siin haa dhagesisuu Ebbifama barsisaa keenya jabaadha itti nuuf fufaa barumsaa guddaa qabaa
Barumsaa gudaa of keessaa qaba waqayoo sagalee jirenyaa isin haa dhagesisuu barsisaa kenyaa ebbifamaa 🙏🙏🙏
Amen sagalee jireenya si haa dhageessisuu 🙏🙏🙏🙏
🤣🤣🤣🤣 barsisaa keenyaa waqayyoo umurii sini haa dhereesuu jechi kun hundii narra gaheeraa dhugaa waqayyoo barumsaa gudaa nu dabarsitan👍👍👍❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏 waqayyoo mana qulqulumaa isaati sin haa qusatu ♥️♥️❤️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Dhugumatti waqayyo sagalee jireenya isini haa dhagesisuu barsisaa keenya 🎉🎉🎉
Waqayoo goftaan sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu ebifaamaa barsisaa kenyaa ❤❤❤❤❤❤dirama aja'ibaa 😂😂❤❤❤❤❤
Eebfamaa. Waqaayoo. Sagallee Jiraa. Sn. Hadhagesuu. 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Dhugadha barisiisaa koo waqaayoo sagallee jireenyaa isiin yaa dhageechiisuu bara tajajiilaa keessanii yaa dheresuu amen dhuga bayee namatii tolaa itii fufaa dhugaa barumiis bayee iraa ariganee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa barisiisaa barusi keessaaan bayee namatii tolaa anii hagaa isiin hagaa isiin vede,oo galakisitaanitii naa gamadaa dhugaa amatii kiyaayuu isiin iraa baradhee waqaayoo isiin yaa ebisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebifamaa ❤❤❤
Kkkkkkk barisisaa barumsa bayyee qaba galatoomaa nuuf jiradhaa❤