Raajjoota Safuu walalaan Dhangaa Lubbuu Media

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 фев 2025
  • Raajjoota Safuu walalaan Dhangaa Lubbuu Media

Комментарии • 144

  • @dawit6731
    @dawit6731 2 года назад +4

    አመራች እናመሰግናለን በታ ተላለፍን ትምህርት በአሁኑ ጊዜ ሰው ተንቀሳቅሶ መሄዱና የሀዝብ ማጠናከሩን አላውቅም የሚሆን እናመሰግንሃለን እድሜ ዘመን ይባረክ 💞💞💒💒💞💞🕊️🕊️🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @genetethio7334
    @genetethio7334 2 года назад +1

    Ameen Ameen Ameen B/saa keenya dhugumaa Dhugaatti waqaayyoo gooftaa sagalee jireenyaa isaa haa dhagesiuu bara tajajilaa isaafi haa dheeressuu eebbìfamiaa

  • @gadeseeabera58
    @gadeseeabera58 2 года назад +1

    Nagaan isin haa ta'uu baga nagan dhuftaan barsisaa waqaqayoo sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu bara tajajilaa kesaan sinif haa Ebbisuu .maloo yaa Waqaqayoo Saba dandii kera badee nuf yadadhuu yaa Waqaqayoo Afurotaa Amotaa kana nuraa Abomii humnaa ketiin bekaani miti wan godha jirani Atii Dhifama keetin nuf Yadadhuu🤲🤲🤲🤲

  • @jitodeda9998
    @jitodeda9998 2 года назад +1

    Amen Amen Amen barsiisaa keenyaa waqayyoo goftaa saglee jireenyaa isin haa dhageesisuu ebifammaa

  • @seenaaadaree3517
    @seenaaadaree3517 2 года назад +2

    Yaa Abbaa kenyaa cubbuu keenyaa nuuf dhiisii maloo 3

  • @DansureAbera
    @DansureAbera 8 месяцев назад

    Ameen 🤲 ameen 🤲 ameen 🤲🤲🤲 ebifamaa barsiisa keenyaa sagalee jireenya siin haa dhageesisuu baraa jireenya keesaan waqayyoo siini ebisuu🙏🙏🙏🙏🙏

  • @majidaai
    @majidaai Год назад

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Ebifamaa Ebifamaa Waqayyo sagaleejirenya sini yaa Barrumsa GudadhaaaEbi

  • @anwsfg
    @anwsfg 11 месяцев назад

    Hikkaa yesuus kan jedhuu aniyuu namaa meqàan gafadhee barsisaa kenyaa ebbifamii ❤❤❤

  • @chaltuuhalilu711
    @chaltuuhalilu711 11 месяцев назад

    Dhugaa namaa garamaa barsisaa keenyaa waqayoo sagalee jireenyaa isiin haa dhageesisuu Amen

  • @dirbeteklu965
    @dirbeteklu965 2 года назад

    Maloo yaa.waqayyo akka bayyinaan dhifama keetii laphee. Nuuf kenni bara tajaajilaa keessan isiniif yaa dheeressu bariisaa ⛪️⛪️💒💒💒🙏🙏🙏

  • @imabetasaffa3290
    @imabetasaffa3290 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen barsisa keenyaa waqqayyoo gooftaa keenyaa sagalee jireenyaa sii dhegesisuu

  • @GENZEBEDEJENEDEFER
    @GENZEBEDEJENEDEFER Месяц назад

    Omg kana waqayyoo nama haa bararuu 😢😢😢😢orthodox amantaa ishee dhugaa ❤❤❤⛪️⛪️⛪️👏🏾👏🏾👏🏾

  • @samrisamri5444
    @samrisamri5444 2 года назад

    Dhugaa dhugaati waqayoo sagalee jirenyaa bara bara siha dhagechisu barsisaa kenyaa Ebifami bara Tajajila ke sif ha dheresuu barumsa gari nuf dabarsite waqayoo goftaan kenyaa qalbii isanif ha jijiruu dandii ishee siriti isan ha debisu 🤲🤲🤲😭😭😭

  • @Fikadu-tu5vr
    @Fikadu-tu5vr 8 месяцев назад

    Ameen Ameen Ameen Barasisa Kenya sagalee jirenya sin yaa dhagechisu❤❤❤

  • @Madrathhaaa-qw3ux
    @Madrathhaaa-qw3ux Год назад

    Ameen ameen sagalee jireenyaa sinuf yadhageesisuu barsisaa keenya🙏🙏🙏🙏🙏

  • @getakabada5794
    @getakabada5794 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen barsisaa keenya Dajane dhugumaa dhugaati waaqaayyoo Goofttaan sagalee jireenya isiin haa dhageesisu mana isaa keesatis isiin haa qusatu Bara tajajila keesan isiniif yaa ebbisuu umrii nuuf dheeradha eebbifamaaaaaaaaa barumsaa keesan akkanumati itti nuuf fufa

  • @biqiltugadisa6998
    @biqiltugadisa6998 2 года назад

    AMEEN AMEEN AMEEN dhugumati waqayoo gooftaa sagale jireenya bara tajajiilaa keessan issini haa dhageessiisuu

  • @caaltuuesheetuu5763
    @caaltuuesheetuu5763 2 года назад

    B/s keenya Waaqayyo isin haa eebbisu🥰🥰nutis Waaqayyo yeyyotatti dabarsee nun laatin
    Barri kan isaanii ta'eera haa maraatani xiqqoo mee baruma dhumaatituu raawwin isaa kana

  • @mareebashadas6395
    @mareebashadas6395 2 года назад

    Basisaa keyaa waqayyoo Sagalee jirenyaa si haa dhagesisuu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💒💒💒💒💒💒🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @sanyiijaawe315
    @sanyiijaawe315 2 года назад

    Baarsissa kenyaa waqayyoo goffttani sagalee jirenyaa siin yaa dhagechissisu 💓💓💓💓

  • @konjitkebu389
    @konjitkebu389 2 года назад

    Amen Amen baarsisa keenya waqayyo saagalee jireenya si yadhagesisu gaalatomi ebbii fi jaalali waqayyo sif faana yaa ta'u hojii waaqayyoon gaachisu hojeecha jirta jabaadhu

  • @jemayineshjemayinesh2455
    @jemayineshjemayinesh2455 2 года назад

    Amen walumaan nuf yabaay'atuu kabajamoo barsiisaa kenyaa waqqayoo goftaan sagalee jirenyaa isiin yaa dhagechisuu 💞💞💞

  • @yaarabbiisumaaadinikoo3950
    @yaarabbiisumaaadinikoo3950 2 года назад

    AmeenAmeen Ameen ebifami waqayoo sagale jirenya si yaa dhagesisu waqayoo unra yaa qabu

  • @almazjod9296
    @almazjod9296 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen Waaqayyoo sii haa ebbisuu barsisaa keenyaa wa'ee isaanii dhisuudha.waaqayoo Laphee hubanaa haa keenuufii

  • @bashedu656
    @bashedu656 2 года назад

    Ameeen ameeen ameeen barsiisa keenyaa bagaa naganii nuuf dhuftanii

  • @burtukaantafarraa9791
    @burtukaantafarraa9791 2 года назад

    Barsisaa keenyaa Waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa isiina dhageessiiuu ebbifamaa

  • @ziziatnafu7453
    @ziziatnafu7453 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen waqaayyoo sagaalee jireenyaa siin haa dhageesisuu barsisaa keenyaa dhaltuu motummaa isaa sin haa tasisuu gaftaakeenyii iyesus kiristoos mirgaa qulquulotaa sin haa dhabbuu

  • @mulimuli5383
    @mulimuli5383 2 года назад +1

    Amen 🙏 amen 🙏 amen 🙏💖 barsisaa kiyaa waqayoo sagalee jireenyaa

  • @tadelechburusu3459
    @tadelechburusu3459 2 года назад

    Waqayyoo Goftaan sagalee jireenya isin yaa dhageesisuu barsiisaa keenya Eebbifamaa ⛪️⛪️⛪️❤️❤️❤️

  • @debe5811
    @debe5811 2 года назад

    Safuu safuu!!! Yaa waqayyo dhallii nama Kara irraa badderaa yaa barsisa maaloo bara akkamitu dhufa Jira yaa rabbii!!!!

  • @Beshedu4445B
    @Beshedu4445B Год назад

    Waqqayyo saaggale jiireenya issiin yaa dhaaggessisu ebbifama, 🧡🧡🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💒💒💒💒💒👏👏👏👏👏

  • @fathhima-qv6ps
    @fathhima-qv6ps 2 года назад

    Amen amen amen baga nagan dhuftani sisimanne anadhufu barsisa kenya

  • @tigisti1478
    @tigisti1478 Год назад

    Ameen ameen ameen kuni bayyee nama ajayibaa waqayoo nu yaa yadatu

  • @westdesert15
    @westdesert15 2 года назад

    AMEEN AMEEN AMEEN barsisa kenya waaqayyoo laphee isaanif haa banuu 😭
    Baga gesse bara harawa 💒💒🌻🌻🌻🌻🌻✝️🙏❤❤❤

    • @obseequeentube
      @obseequeentube 2 года назад

      Bilbilaa barsisaa wari qabdan naf kennaa mee

  • @Yafelemi
    @Yafelemi 2 года назад

    Bagaa nagaan dhufte barsisaa kenyaa Ebifamii waqayoo sii haa Ebisu sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu Ameen Ameen Ameen

  • @dansiethiopia8990
    @dansiethiopia8990 2 года назад

    Waqayoo sagale jirenyaa isin haa dhagasisuu dhuguma dhugatii

  • @ilfuu9376
    @ilfuu9376 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen Ebifaamaa barsissa kenyaa waqayyoo sagaale jirenyaa issin haa dhagesiisu 🤲🤲🤲🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️✝️💒✝️💒✝️

  • @atiqulislam9483
    @atiqulislam9483 2 года назад

    Ameeeen ameeen ameeeen barisisaa keenyaa tawahidooo ebbifamaaa
    Kunii barumsaa bayyeee namaa dinquuudhaa waqayoo kaaratii isaan haa deebisuuu

  • @mareebashadas6395
    @mareebashadas6395 2 года назад

    AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI AMINI

  • @kumeewtiyasus9416
    @kumeewtiyasus9416 2 года назад

    AMEEÉN AMEEÉN AMEEÉN
    Barsiisaa kenyaa waqayyoon sagalee jirenyaa isiin yaa dhagesisuu Ebiifamaa k

  • @mareebashadas6395
    @mareebashadas6395 2 года назад

    Dhugaa waqayyoo kunii namaa bochisaa kunii hojii shexanatii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ya waqayyoo nuu yadadhuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @Hawiibekaa
    @Hawiibekaa 10 месяцев назад

    Ebifama barsisa kenyaa waqayon sagale jirenyaa sin yaa dhagechisuu ❤❤

  • @mulunashgezaw5040
    @mulunashgezaw5040 2 года назад +1

    Barsisaa kenyaa galaatomaa. Kuni Amaantaa warraa Maratotaati malee Kan Namotaa Saamuu faayyaa mittii waraa dhukkubaa Saamuu qabanidhaa.

  • @felidabia6892
    @felidabia6892 2 года назад

    Amen Ameen bagaa walumaan itini nu gahe waqayyoo gooftaa sagalee jireenyaa sii haa dhagesisuu ebifamii

  • @FeyiseYali
    @FeyiseYali 11 месяцев назад

    Ebifamaa sagaale jienyaa siin haa dhagesisu dhugumaa dhugaattii ebifamaa barsisa kenyaa ❤❤❤

  • @bashadu1694
    @bashadu1694 2 года назад

    Waqayoo sagale jirenya sii haa dhagechisu barsia kenyaa

  • @lebanoncell9835
    @lebanoncell9835 Год назад

    Ameenm Ameenm Ameenm Ameenm Ameenm Ameenm Ameenm Ameenm Ameenm yaa waqayoo nu dhagayii malo atii nufii dhifamaa kee nufii yadhadhuu ❤❤❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @jamilshhill4413
    @jamilshhill4413 2 года назад +1

    Lakkii gotaa maalii warraa saggallee waqqayyoo barrsisaan kaanaa yaa jajabbesinuu ijollee tawayyidoo

  • @abidkoowaqayodha2310
    @abidkoowaqayodha2310 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen baga nagani dhufte barsisa kenya waqayo sagale jirenya sidhagechsu maloo kuni raajotaa sobudha isaa kana amatani isaa kamii kani ajejuu ??? Kana WAAQAYYOO gooftaan nama yaa bararu kuni farfannadha moo muziqadha amasii dabalee dabalee ortodoksiin amataa dhugaati isaa Wangelaa demuu barsisa kenya waqayo bara jirenya sifi yaa ebisuu baye galatomi atii

  • @leme22mare99
    @leme22mare99 2 года назад

    Waqayyo goftaan sagalee jirenyaa sii baraa baraan isiin yaa dhagechisuu barsisaa kenyaa ebbifamma ✝️🙏💞💞💞
    Maloo kanaa waqayoo namaan yaa diduu namumti tokko samuun isaan hin hojetuu waqayoo goftaan laphee isaanif yaa banuu

  • @shawaamangistu4503
    @shawaamangistu4503 2 года назад

    Naageenyii fii araarrii waaqaayyoo issiiniif haa baay,attuu barsiisa keenyaa jaabaadha.

  • @MimiDarartu-ju4jo
    @MimiDarartu-ju4jo 10 месяцев назад

    Waaqayyo laphee sanii yaa banuf nuf imoo jajabinaa nuf yaa kennu❤❤❤🤲🤲😭😭

  • @abebech.4759
    @abebech.4759 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen galatoma nuuf jiradhaa barsisaa keenyaa

  • @gardessygardessy4564
    @gardessygardessy4564 2 года назад

    Woronii penexee nammaa gadisisaa dhugumaa waqayyoo barsisaa kenyaa waqayyoo sagalee jirenyaa si haa dhagesisuu

  • @DiribeMamo-hd1wu
    @DiribeMamo-hd1wu 23 дня назад

    Ebifamii. Basisakenyaa🤲🤲🤲Amee. Ameen. AAmeen

  • @AppC3ll-qo8xi
    @AppC3ll-qo8xi 10 месяцев назад

    Itsoporti xabbacha jiruu isani ya gofta Kan nu basi ❤❤❤❤❤

  • @masiiwalatakidaan995
    @masiiwalatakidaan995 2 года назад

    Dhugumaa Dhugaatti Barsisaa Keenyaa Waaqayyo Gooftaan Sagale Jireenya Bara Bara Isini Yaa dhaggesisuu Bara Tajaajilaa Keessaan Isinif Yaa dherreessu Ameen ✝️🍇👏👏👏👏
    Waaqayyo Gooftaan Ijaa dhifaama isaatin Isaanii Dhugaa Waaqa 😭😭😭😭😭😭😭

  • @qananiidaadhii7800
    @qananiidaadhii7800 2 года назад

    Waaqayyoo sagalee jirenyaa sin haa dhagesisuu🙏

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py Год назад

    Manii amansaa seraa qabaa maloo dhalotaa hin dogogorinaa yadaa garakesanii jijiradhaa uuufff tewayiidoo koo 🙏🙏🙏

  • @wainsatelma4295
    @wainsatelma4295 2 года назад +1

    Yaawaqayoo maalokaalapheesani debisif🤲🤲🤲🤲

  • @Mariyaamhadhako
    @Mariyaamhadhako Год назад

    ❤❤❤❤❤ dhugaa kunii yoo itii yadaaniyuu sammuu nama ol namati ta.a

  • @kabbeedirribaa7281
    @kabbeedirribaa7281 2 месяца назад

    Waaqayyo nuuf dhiisi...sagalee jireenyaa si haa dhageessisu .

  • @abayreta4583
    @abayreta4583 2 года назад

    Nagenyi Fi ararri waqaayyoo siniif Yaa bayaatuu maati waqaayyoo ebifaamaa barsiisa kenyaa waqaayyoo sagalee jirenyaa isiin Yaa dhagechiisuu baarraa tajajiilaa keesaan siniif Yaa dheresuu 🤲🏿🤲🏿🤲🏿

  • @ShewayeTujo
    @ShewayeTujo 9 месяцев назад

    Barsiisaa keenya waqaayoo goftaan sagalee jireenyaa isiin haa dhagesiisuu
    Ana bayee na aja'ibee dhugaa

  • @workineshgediso2975
    @workineshgediso2975 2 года назад

    Ameen ameen ameen

  • @fiqirteguta
    @fiqirteguta Год назад

    Amen Amen Amen ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @desidesi8956
    @desidesi8956 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen❤❤❤❤

  • @Gano-xh6uv
    @Gano-xh6uv 2 года назад

    Waqayyoon Mana isaa keessaa naa hin basuu yaadees hin beeku cuubamtu taa'e tawaahidoo keessatti jiraachun filaadha ani garu

  • @lomilomi5749
    @lomilomi5749 Год назад

    Barsisaa.kenyaa.waqayyoo.goftanii.sagalee.jirenyaa.isinaa.dhagesisuu

  • @appcell7235
    @appcell7235 Год назад

    Uuuuffff yaaa waqaa Koo dhalloonni Kee badni bayyeen issani mallo akka arjumma keeti nuuf Yaa daadhuu Kaa kaatu daffi maranaata Koo maloo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥺🥺🙏🙏🙏🥺🥺👈👈😭😭😭

  • @tigesthajj5372
    @tigesthajj5372 2 года назад

    Baga nagaani nuuf dhuftani barsisa kenyaa

  • @kawtherkarain9346
    @kawtherkarain9346 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen

  • @sksd383
    @sksd383 2 года назад

    Nagaan waqqayyoo siif haa tau barsisaa kenyaaa

  • @tayitutube6246
    @tayitutube6246 2 года назад

    Waqaayyo saagalee jireenyaa isin haa dhaagesisuu barsisaa keenyaa

  • @romeewmariyaam947
    @romeewmariyaam947 2 года назад

    AMEEN AMEEN AMEEN ebbifamaa ❤❤🙏🏻

  • @meseretchala1952
    @meseretchala1952 Год назад

    Waqayoo karaa dhugatii isaanii yaa deebiisiiu😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py Год назад

    Waqaayoon hundumaa kenyaa nuhaayadatuu🙏🙏🙏😢😢

  • @dansiethiopia8990
    @dansiethiopia8990 2 года назад

    Waqayoo waan akanatiraa nuhaa eguu

  • @Beshedu4445B
    @Beshedu4445B Год назад

    Waqqayyo yaa gooffta kaara siirii nuuti aggarsiisi yaa gooffta kooo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @aberurobele6512
    @aberurobele6512 2 года назад

    Waaqayyoo Karatti sini haa deebisuu baay'ee ulfattaa barsiisaa waaqayyoo sagalee jireenya sini haa dhageesisuu Ebbifama

  • @fantofanto5737
    @fantofanto5737 2 года назад

    Baagaa naagaan dhuuftaan baarsiisaa kenyaa Waaqaayon baara Taajajiilaa keesaan isinf haa Ebiisuu✝️✝️✝️✝️✝️✔️✔️
    ..... iraa nuu haa Baaraaruu waaqaayoon 🤲🤲🤲

  • @saharsa768
    @saharsa768 2 года назад

    Waqayo sagale jirenya isiin haa dhagechisu ebifama ebifama

  • @gardessygardessy4564
    @gardessygardessy4564 2 года назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen ♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏

  • @tawaahidooamantaakoo
    @tawaahidooamantaakoo 2 года назад +1

    Yaa waqayyo atii nuu yadhadhuu maloo😭😭😭

  • @soliyana1316
    @soliyana1316 2 года назад

    Waqayyo laphee nuf haa kennu dhuga bayye nama gadisisaa

  • @uwgsujshsu6649
    @uwgsujshsu6649 Год назад

    Waqayoon sagalee jireyaa si dhagee suuu❤

  • @birkebirke233
    @birkebirke233 2 года назад

    Waaqayyo goftan isaan ha qajelchu 🙏😭😭

  • @qananiidaadhii7800
    @qananiidaadhii7800 2 года назад

    Nuu basii🙏

  • @bekurtube9666
    @bekurtube9666 2 года назад

    Barsisaa kenya sagalee jirenyaa sinaa dhagessisu nujabadhaa

  • @debe5811
    @debe5811 2 года назад

    Sagalee jirenya isin yaa dhagesisuu barsisa kenyaa galtomaa

  • @tigesthajj5372
    @tigesthajj5372 2 года назад

    Galatomii barsisa kenyaa sagale jirenyaa dhumaa hin qabne sa dhagechisu ❤ 🙏
    Warreni gochaa kana rawatani waaqayyoo Gooftaan keenyaa yaa yadatu 🙏Sammuu yaa debisuf
    Nuu moo irraa nuuya bararu 🤲🤲🤲💞💯💯💔💔💔💔💔💔💔💔🤲🙏🙏🤲🤲

  • @sifaanobsee5368
    @sifaanobsee5368 2 года назад

    Liking godha ijolle Tawwayido

  • @heenookyoutube7847
    @heenookyoutube7847 2 года назад

    Ameeen ameen ameen 👍👍

  • @likkeemekonin8288
    @likkeemekonin8288 2 года назад

    Dhugaa dhuguumatti waqaayoo gooftaan sagalee jireenya sii haa dhageesisu Barsisaa keenyaa.
    Dandiin dhugaa Ortodoksii Tawahidoo qofaa.
    Waqaayoo gooftaan laphee jechaa isaa dhageefaatu nuf haa keenu.

  • @التل-ي2غ
    @التل-ي2غ 2 года назад

    Dhugaa keesaan jeetaa baarasa keenyaa

  • @waqayoowabiikoowaniiundatt1678
    @waqayoowabiikoowaniiundatt1678 2 года назад

    Waqayoo goftaani qabii jijiranaa isanifii haa kenuu

  • @galnewarquu6607
    @galnewarquu6607 2 года назад

    Amne amne amne

  • @obsituu
    @obsituu 2 года назад +1

    Guyyaa tokko amantin beentee kana ta, a jedhee yaadee hin beeku, galata waaqayyoo 🙏🙏🙏🙏😔😔😔

  • @anwsfg
    @anwsfg 11 месяцев назад

    Dhugaa namaa aja,ibaa barsisaa sagalee Waqaayyoo sirbaa jiruu dhugaa Kun dhibbaa Waqaayyoon karati isani ha debbisuu

  • @dhugaajeteejabadhacell2303
    @dhugaajeteejabadhacell2303 2 года назад

    Eddaa jiraa see jiruyii wayyoo bayyee nama gadisisaa Kan Isaa yaa ta .u. tokkochi ijaa Laphee hin qabuu