Osoo Bakka Koo Buutanii Maal Gootu?

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 3 янв 2025

Комментарии • 50

  • @imabettolsa9532
    @imabettolsa9532 4 года назад +4

    Uuuuuuuuyiii😭😭😭😭😭😭😭
    Baayee oneee namaa rasaa
    Yaa obbolleessaakoo
    Waqqayyoofii dhisaa
    Malee homaa iraatii hin rawatinaa
    Duraasii shakidhaa malee ijaan hin argine
    Hundumaayuu waqaafii dhisaa waqayyoo gumaa abbaa keessaanii hin basaa
    Jalalee obbolletikesii hin tuqinii
    Abbaan kee sifii hin galuutii
    Atiisii waqayoofii dhisii barumsaa keetii jabadhuu
    Sini jedhaa anii
    Aniyuu akumaa ke kanaa
    Oneenii kiyaa yeroo hundaa naa bosii sababinii isaa
    Obbolleessaa abbaako kanii akaa lubuukootii jaladhuu namnii dhoksaadhaani nu jalaa ajessaanii akumaa atii shakitee kanaa namotaa shakinuu olllaadhumaa kenyaa qabnaa turee garuu homaa gochuu hin dandenyee
    Obbolleessii abbaa kiyaa kunii
    Akaa malee barreddaa. Akaa malee qabenyaa qabaa kanumaa hin nafanii dhoksaadhani ajesaanii du'adhumaa isaa argine lafaa qabanusii dhabneraa yaa obbolleessaakoo dubbini shakanifii namaa hin milkahuutii atii jirenyaakee itii fufii gumaa abbaketii waqaafii lafatuu basaa dhugaan hin cituu hin qala'atii malee baraa egatee dhagesaa obbolletikeesii homaa hin godhini gurbaan utuu abbaakee midheraa ta'e akasii hin tasisuu ta'uu danda'aa shakidhaanii homaa hin hojetinii waqafii dhisii barumsaakee jabbeesii harmeekee ishee imimaan ishee haxawachaa sii gudisaa jirtuufii dabarsii hadaraa kanii du'e hingaluu😭😭😭😭😭😭😭

  • @rabiyaaadam6450
    @rabiyaaadam6450 4 года назад

    yaa alaa dua akaa malee nu didi kaa bayee garaa namaa nyataa😭😭😭 jazaa rabin si kafalaa ati obsi harmee tee wajin jiradhuu abaa kee duayii godhifii

  • @hawwiijaalmarroo430
    @hawwiijaalmarroo430 4 года назад

    Homaa hin godhin nama sana midhan iran gaa jetelee hin yadin malifi namani sun qabatama wan hin tanefi akasuma namani sun ituu abbaa kee ajesuu kesaa harka qaba tee of amane mucha kana hin jalatu wanti qabataman hin jiruu wan tefi Obsi oboleti kelee gorsi male hin midhin hadhakee jajabesi qabadhu akashen siduraa hin midhamane guma abaketi rabiyuu hin basa wan tefi jajabina sif haa kenu 😭😭😭😭

  • @waliyatubewaliyatube190
    @waliyatubewaliyatube190 4 года назад

    ansi mucaa bedeeleti gaaru wani sira ga.e bayyee nama gadisisa gaaru jaallalen ykn kan obboletti kee hulfese kana dhuguuma akka abbake ajese siirriti akka isa ta.e gaatti hin beknef obsan adda baafadhu gaaru abboletin keemo akkasin of egaanodhana wajiin jiratu gorsi amma dhugaan baaramuti

  • @sumeeitalaaarsioromofarti7772
    @sumeeitalaaarsioromofarti7772 4 года назад

    Oboleetii teenna sunii namaa akkamitii mataa fayya qabdii lataa atii dhigaa abbaa kee hin dhisii tohanoo seraa jala olchii gurbaa poolssi haa qorratamuu hin dhisin dhigaa abbaa kee gadalii isaa galchisisii😭😭😢😭😢😕😢😢😭😭😭😭😭

  • @maliyaakamal1195
    @maliyaakamal1195 4 года назад

    Uuuuufii wan bayee namaa dhibuu garuu osoo obbooleeti kee gorsiite yoo barbadee manaatis desuu wan kanaa adanii bafatee mucaan kun dhugumaa isaa tanan bodaa ishee irratis midhaa guddaa fidaa wan ta.ee hundaa callaa atii obsii rabbii jajabinaa siif haa kenuu abshiir namaan obsee mixii qalee tiruu basaa jedhuumiree atii jabadhuu

  • @mariyamethopia6374
    @mariyamethopia6374 4 года назад

    Dhugamaa namaa gadisisaa kanafuu isinisi diqamaa dhisuu qabadii namichaa abbaisii ajeeseekanaa yoo kuni dhugaa taee😭😭😭😱😱🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️

  • @boontuuwallaggaa7698
    @boontuuwallaggaa7698 4 года назад +2

    Anii akka yaada kooti dubbii kana sirriti obboleeti keeti him amansiisi akka isheen isheen isaa dhistuu taasiisi malee akkamitti nama abbaa keessan ajjeese dukka jiraati ishee kunii waan dubbiif hin toleedha dhugaa dubbachuuf obboleetin kee yoo jechaa keesaan irraa kan ejjeete darbituu yoo taa'ee isheeilee dina keessan garaa isaa kamtuu nama abbaa isaa ajjeese dukka jiraata ? Yaa obboleesa koo atii sirriti dhuguma mucaan suunii abbaa kee ajjeessu isaa yoo bartee guma abbaa keeti baasu qabdan jedha anii garuu dursa akka isaa ta'ee sirriti barii

  • @accountethiooiamuzictube8541
    @accountethiooiamuzictube8541 4 года назад

    Waaw galoo kenyaa halli qophii kee bayee namati tolaa your soud is best continue ❤❤👍

  • @werknishhavan3080
    @werknishhavan3080 4 года назад

    Uuuuuuuuuuuuuuuuffff yaddaa jiruu obboleetti keetti himii irraa adda haabatu akkamittin namaa abbaa keessaan ajese wajiin jirati

  • @boontuwallagaawallaggabiyy5947
    @boontuwallagaawallaggabiyy5947 4 года назад

    UUUFFF GARAA NAMA NYAATA
    WAQAYYOO JAJJABINAA SIIF MAATI KEEF HAAKENNUU
    Ani garuu kan jedhu
    Hubachuu dursaa sirritii tarii hirriyaa obbolleti kee kan ta'uu dhisuu maal
    Kanafuu jechaa nama irraa amma dandeese ofii kee adaa gafachuu yaali
    Dhigaa abbee kee gooftaan haa barbaduu
    Jireenyaa obbolleti kees keessa galtee hin jeeqin
    Yooni dogoggoreef garuu dhifama

  • @sumeeitalaaarsioromofarti7772
    @sumeeitalaaarsioromofarti7772 4 года назад

    Akmii namaa harkaa dhigaa wojii jirratii sanuu namaa abbaa isii jalaa ajjeesee malii jeetee wojini jirratii kaa salphinaa dhinii dhigaa nyataa gurbaa sunii dhigaa abbaa keessanii kanii ajesee dhosufii Intalaa teessanii firomee kunii safuu dhugaa onnee namaa gubaa gurbaa seraa jala olchaa homaa hin tatuu hin sobdii oboleetii teenna gadii demuu tunii

  • @hayyatiwallagga9337
    @hayyatiwallagga9337 4 года назад

    Durra dhugga tau issa mirkanefadhu atti sana boda immo uguma mucca oboletti kee jalate fanna jiru tanan dhisun dirpama ishetti kaan Abba ishe ajesse ishen immo Akamitin irra adda hin bau jetti??? Dhirra kaan birra hin jirru moo issa male kaan Abba kee immo bayye naama gadisisa😭😭kanaf atti dhugga tau mirkanefadhu gumma Abba kee immo rabbi hin dhisin kaan issa iratti issa ajessu moo?? Yaa rabbi koo maal dhagenya garru 😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ethiopia9515
    @ethiopia9515 4 года назад +1

    Uuuffffffff waan garaa namaa nyatudhaa

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 4 года назад +1

    Welcome galo keenyaa 😍😍😍😍

    • @muhammadallha3083
      @muhammadallha3083 4 года назад

      Rabii"siyasabarsisu"obbolesako"

    • @kyreekoa5808
      @kyreekoa5808 3 года назад

      You all probably dont give a shit but does any of you know of a way to get back into an Instagram account??
      I was stupid lost my login password. I love any help you can offer me.

  • @BiiftuuAhmad-l8h
    @BiiftuuAhmad-l8h 11 месяцев назад

    Obsii qaalii keenya

  • @huletexsadiqnegn3755
    @huletexsadiqnegn3755 4 года назад

    Bayyee namaa dhibbaa kun akkamitti hikkuu kan

  • @alaafeejalalaa4427
    @alaafeejalalaa4427 4 года назад +1

    Wontichii ragaa hin qabuu waan tahef shakii qofaan miraa keessaa yoo galaan ofifuu ni rakatuu waan tahef obsaani tohachuun barbachisaa dha

  • @buzeetube9144
    @buzeetube9144 4 года назад

    jabadhu bro

  • @zawuditu6012
    @zawuditu6012 4 года назад +1

    Akka yada koti obboleti kee sura sutan gorsii ati immoo tasgabayii harmee ketif jecha

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 4 года назад

    Uuuuuuuuuuuf kun nama dhiba garuu obboleti kee iraa dhorgii sutaa sutaan amasisii raabi siif haa laafisuu

  • @hawwiikoofikaroora2394
    @hawwiikoofikaroora2394 4 года назад +2

    Qophiin kee baay'ee namatti tola Haaluma kana itti fufee. Galoo keenya🎵

    • @sabotuoromouae3871
      @sabotuoromouae3871 4 года назад

      Sena kunii mati kenyartis rawatame ture baay.ee aka ulafatu sirti beka yaa obolesa koo waqayoof isii marti isa ni argata gafa toko kanif homa irti hin rawatin 😭😭😭😭

  • @aggdbh9350
    @aggdbh9350 4 года назад

    Yalahaala.iboho.rabinihi.siyasbiresuu

  • @simbooshawaa3847
    @simbooshawaa3847 4 года назад

    Kuni isaa tahu dhisuu danda'aa inni osoo abba ishee ajjese akkamiti intaala jalaata ittu dhiyaachuni ni ulfaata dhiigaa kanaaf mirkaanneffadhu obllessa koo

  • @adanubekele8292
    @adanubekele8292 4 года назад

    Uuuuuuuuuff baayee na gadiise obbolesa ko atii obboleti ke tasagabisi akkamiti nama abba ishe lubbu base nafana jiru hin barachisu abbaa kan bakka buhu hin jiru raabbii sif ha lafisu obbolesa ko waqayo kan dhiigaa basu jiraa isati buhi atii

  • @zeinabfadlallah8122
    @zeinabfadlallah8122 4 года назад

    Wel com galoo kenyaa uuu Wan bay'ee namaa gaaddisudhaa 🤔

  • @zabebaahmed5858
    @zabebaahmed5858 4 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭

  • @leensaa.shaawaa6006
    @leensaa.shaawaa6006 3 года назад

    Dhisii.raabiin.siifi.haa.laafisuuuu

  • @alamiiabdiinjiraa279
    @alamiiabdiinjiraa279 4 года назад

    Uuuufffff bayee nama gadisiisaa

  • @alaafeejalalaa4427
    @alaafeejalalaa4427 4 года назад

    Hadhaa badaa nati toltanii betasabaa keessaan taheen jiraa

  • @naseemsameer2188
    @naseemsameer2188 4 года назад

    Abshir obolesa Kenya rabi oba sifa latu

  • @iyesusabdiikoot352
    @iyesusabdiikoot352 4 года назад

    Maloo.obsii.obbolessaakoo

  • @jituuoromo5595
    @jituuoromo5595 4 года назад

    yaa obbollesa kenyaa kun nama dhibbaa dhugumatii wanti ta,ee hin debi,uu wan tahef dhisi obboleti ke ubachisa aka wajini hin jirane dhugumati yoo nama kana ni shakita ta,e kan kanara mo waqayoo ha ikuu dubbi akan nama idhuu uuuuuuuuuufffffffff

  • @sinboot9110
    @sinboot9110 4 года назад

    Uuuuuuuuuuuffeee obolesaa koo obsii oboletii kee dhisuuu qabdiii

  • @aberugerbi5616
    @aberugerbi5616 4 года назад

    Uuuuufffff

  • @tsigetayee7176
    @tsigetayee7176 4 года назад

    Anadhufujenegalokeenya

  • @naimnaim6567
    @naimnaim6567 4 года назад

    Kani bayee na gadiisisaa garuu tasgaba.ii atii Wan hundii ni darbaa abshiri samuu kee dhabda harmee ketiif jechaa obsii yoo atii wa tatee betaa wanii harmeeni kee tatuu yadii harmee ketiifii obsii

  • @naimnaim6567
    @naimnaim6567 4 года назад

    dhugaa bayee namatii cimaa garuu obsii gorsii obbolettii kee harmee jajaabesii ni midhamtii deseenii iishefii jedhii obsii jabesii qabadhu harmeeni wa tatii wantii hundii ni darbaa

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 4 года назад

    Maloo obbisii haramee kefii jechaa tagabayii hadaaa bafadhuu Haramee kee mitaa tarakkafi tokkoyuu Akka hin fudhanee hadhooko biyyi lafaa kuni bubayii heduu qabadii dadayii waqayoo obbosaa sifi hakenu

  • @azinashube249
    @azinashube249 4 года назад

    Uuuuuf nama gaddisiisa

  • @hayatsanyimoti1133
    @hayatsanyimoti1133 4 года назад +1

    Obosi.era.darabi.abolesa.ko.

    • @bebytigabu8219
      @bebytigabu8219 4 года назад

      Uùuuuuuuuf kun wana gara nama nytuu

    • @sa3diyasa705
      @sa3diyasa705 4 года назад

      uuuuuuuuuffffffff bayyee nama gadisis