Yeroo Jaalalaa
HTML-код
- Опубликовано: 8 фев 2025
- Seenaa Jaalalaa Lammii Abraahim Siree Ykn Lammii A-Siree
Jaalallee koo Miidiyaa Hawaasaaniin argadhe jedhe Lammii Abraahim Siree Ykn Lammii A-Siree
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: RUclips.com/OBNoromiya...
Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/...
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Teeleegraamii:t.me/OBN_Voice...
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.
Wly ani wogaa 4 gutuu naa kadhate dhifamaa dhodhefii woliti debinee Alhamadulilayi garaa dhifamaa qabachuni garidhaa ❤❤❤❤
Gosh bagaa rabii walitii siin deebbisse akuma wal jalachuun jiruu wal dhabunis jiraa isafis baranotaa.taa,aa umurii walin dheradha 🥺🥺🥺🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤
Ammaallee offi egaadhuu dhiiri nama nyaati
Jalatani dhabu baayyee nama midhaa waa'ee jalalaa kama jalaatte dhabeetu beeka abshiir bro❤ rabbiin bakkaa siif haa busuu❤😢
Atti obsi ga😢
Anaas osoo na Affeeree worri OBN kun😢
Bayee namaa gadisisaa dhugaa rabii anni jalalee kiyyaa woggaa 5 olii wolii jirranee hicciti annii hiryyaa tiyyaa jedhii ittii himataa turee jalalee kiyyaa naa himaa turtee adda naa baftee kunoo woggaa 3 Erggaa isani adda bayee 😭😭😭😭😭😭😭hayii hiryyaa budduu fi badaa😭
Dubini masnuu jabadhuu😂😂😂😂 nuti masnuu hin fenuu
😅😅😅dhugaa keetii
😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
Atituu baleeyse dubartiin waa hunda calaa akkaa masanu jibbitu hin beektu bro garuu jalaatte dhabun kee heddu namati dhagahama 😢❤
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
Baay'ee balleesite waan baay'ee si jaallatuf si dhiiste nama birallee jaallachuun ishiif ulfaatadha😢😢😢😢
Worri as dhufe hunduu ni boyaa gurbaan jabaadha
Kan sii galafatee hiriyyaa keettii 😅😅oromootuu yoo mamakuu akas jedhee hiriiyyaan garriin Tuulluu ta,ee sii mulisaa hiriyyaa badaan haroo taa,ee sii dhidhimisaa jedhan ammaa hiriyuumma kee sanituu jalale tee tan duurra san fudhaa ofif jalatee masanuu iratii jaladhuu siin jedhee micayyoon nama gariidha rabi micayo garii siif keenee situu bulufachuu walalee jaban sii caluu sii harkaa bafatee kiinnoo💔😭💪😁🙏
😂😂😂
Hiriyaadhuma ISA sanatu inaafee akkas godhera isheenis Akka dhufte beekuu danda,a inni,xawalwaalee otoo anati immoo dhuga dhahen sii ajjeessaa
Siif gaalee dubin dhugaa keetii harkaa bafatee itti milikawaee😁😁😁😁😁😁😁😁😁 hrriiyaa ganatuu😢😢😢😢😢😢
Wly dhugaa keeti dubbiin tee tanaatu sirriidha bro❤
Hhhhh dhaheen si ajjessaa
Nama ofi giidu Seenssiissuuni kanna fidaa
Uuuuuuufffffff situu ballessee obbolesaa koo 😢😢😢😢😢
Obbolesa kenyaa Rabbi hosaa siif yaa keenu❤❤
Anis guyaa tokko naan dhufaa yeroo jalalaa irraat kan koo midhaamu ossoo hin tanee milkaudhaan❤❤😂😂
Namnii kun namaa gaariidha yeroo ammaatti namni anatu baadii qaba jedhu hin jirru.
anuumaa mucatiinii 💔💔😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔😭😭😭
😢😢😢
gosh baga si dhiste ati maa irraatti jalqabda ati😅😅😀
Godanyaa kee sanatuu addaan sii baasee dhugaa uuuffii
Atii siilaa gorsaa gaarii siiti fakatee
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
Baga si gatee😛😛😛😋🤪🤪😜😜😜😜🤪🤪😜👌👌👌👌👌👌
Dhifamaa siifi goote obsaa hin fixxatiin bro❤
Waqqayyoo ganas sii wajjiin jiraa abshir
Gurbaan irraa sii ari'atee eee miskinnii lammii
hin jedhamu
@@rawneseid5747 akkamii jedhamaree
hiriyaan Kee isiin gidduu seenuu hin qabu ture bar Situ Badii Qaba Shammarran Gorsaafii Dhoksaadhan Horatuu
OSO mal balesita Lafa kanara jedhani jalala kana balesa 😢
Hiriyaa kesantu sobe adaan isiini base hirayaa ketuu badaa bro
Isin maaltu qalbii sagaltama jalattu badha isinin je'e mammadoo baga si gatte 👌🏻👌🏻😛😛😛
😂😂😊
wow. mashallah ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jalalachuu duraa offitiii amanamumaa qabadhu maaliif hiriyaa tee tanii akkaa jalalatuu dhabuu kee offitiii am anumaa dhabuu ketiii
Akkka waan nataatitiin rifadhe
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
Sirra hin fokisa hamdiyaa jijira😊
Wowwww hedu bareda wlh. Masha Allah
Baga hin boyinka sanyi dhira baga imimanke qabateka😂🎉😂
Suun ofiif jalatee bar😂😂😂😂😂😢😢😢😢
Mucaa beekati addaa isni basee😂😂😂badee
Maqan ko jalalan midhama jedhamma
Me hamziyyaa mamadi maluman yalamma
Malla naf malli atumti hataman
maalumaafuu fulduraaf rakkoo kee fi warra ykn jaalallee keeti ofumaaf furi namni sadaffaa hin barbaachisu
Moneti ha dhuftuu ati demii
Hamdiyaan moonet caalti dhugaa
Homaa mitii biroo😢😢
Akkama teete muuctniii😢😢
Dini kenya guda masanudha😂😂mafi ira marisite atti😊
AsWrwb hamdiyaa tenyaa❤❤❤❤❤
Gara nama nyaataa dhugaa
Siitu ballesee obbolessa koo
Lammii A Sire masha Allah
Gorsaa hiriyaa hin dhagahiinaa😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 situu balleessee
Demi asi baaga siti hin debiyin
Baga Samiitti si dhoofte ati maaliif irratti janajantee😢😢😢fuute dhiifama gaafattaa sanuu🙈🙈🙈
Ati maliif imaan dhabdaa dhugaa isiiti bagaa si shifte isiin Nama akka kotitii
Bilaash taate bro wly
Baayyee nama gaddisiisa dhugaa
Sii tolchiite hojii kessan nyaachu qaabdu maltuu shamaara biraa iraati gafaachu barbaadiche Namni tokko yoo wal jalate qaama lamaata giduu hin gaalchiisa osoo guyyaa san siin arguu baate adeemsa kessa kan lamaafa saniis jalaachu kee hin ollu akkumaa qosaati egaalani boodaa dhugaa goodhu ishii Namaa kutaano qabdi shamaaran hunduu akkana ta'uu qabduu dhiira dukaa bo'uu dhisaati akkanati onnee kessan kessa kutaa baasa 😂😂 obbolleessa koo kan kaana bodaafa of egaadhu hireen haarka rabii jirti kan kee lafuuma jirti abshiir
Yaa rabii ni tolchati baleesitee😅😅
Shukirii yee
Ayi argaa jaalalaa 😢😢😢😢😢😢
Kotuu matii naf ta.i lubee
Hamziyeee ❤❤❤❤
Experience ajaa'ibati bro
Abshiir biroo
Ayii miskiina 😢😅
Isaa addan isiin basee ishiin siratti jaalataa hordoofii jaa’ee sin amo jaalalee irratti qabadhuu sin jaa’e miskinaa kiyya 😢😂😂isin Lachuu nyaadhamtan hiriyyaa gantuu 💔
Hi
Yii jaalaa😢
😂😂😂😂😂 Hiriyaa bada qabda dhugaa😢😢😢
Hayij hiriyya bara kana!!!
Maaloo Mooneetiin hin jirtuuyi entrviewiidhaaf
Taka taka masanuu barbadii😂😂😂😂😂😂😂😂
Kkkkkkk😂😂😂😂 irati nananesii❤❤❤❤
Anii kaan naa dhibuu OBN media jalallatti mo kan umattatii 😅😅😅😅ee miskinna wly waraa jalallan midhamuu kanna😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Waa hin hafne ati😢
Pirankin tae jedhe bron surprise jechuf jedhe
Baayyee namaa gadisisa 💔💔
Kotuu matii naf ta.i sanyii
❤❤❤❤❤ hubbii
Hirriyamaa keetuu sii nyaachise gurbaa lammii 😂😂😂😂😂
hinjedhamu
Eeyyeen hirriiyyan isaa ofif jalatee micayoo tofotadhan harkaa bafatee gosh mamadoo leebbaa hattuu😁😁😁😁😁😁😁😁😁
😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
wel come
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤❤
Eee masanuu 😮😂😂
Waawuu
❤❤❤
Baga si didde ati torbe tokko lama keessati maaltu si mudde abaaramtota silaa isinii eci
Abaaramtota 😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
irraa nanneessuutii Matara sii nanna,eekaa 😅😅😅
Ani wanni j tana baruu diduuf boonu Male dhira obn kanarra wan bayye bare yeroof jalattani wal jalattu
❤❤😭😭
Uuuuu isumatuu garaa sii baleesse🙆♀️🙆♀️🙆♀️🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
Wayii hiryaa bara kana silaa barumsaa hordofuu dhistee jedheeti kaa dubarumaa Nanesi jedhee ti kaa😂😂😂😂😂
😥😥😥😥😥❤️❤️
Heduu nama gamachistaan
Dogoggora arsa nama kanfalchisuu
Kkkkkkkk hatticha baga kasaarte wallah
😂😂😂😂😂
Gaa'illi Dhugaan Aarssaa guddaa nama gaafachisa,maaf Dafttee yaadaake yaada biraaf Erggistte? dhugaa mucayyoonkun badii hin qabuu,Situu dogoggoree Obboleessako,Garuu Intalaa ishee 2ffaa,hin dhiisttemo akkam goote?
Niifakeesita male jaalaluma tokko hinqabdu ati torbe lama obsuu dadhabdee masano itafadaare
mudaano akkaasii qaba😂😂😂
Irra nananeysi 😂😂😂😂😂😂
Wallenuu isumaa akkas gorsee sanatuu jalaatti jaalateen se,a😂😂😂😂😂😂
Hayyii caarra kee kan lafa fudhatii tan okotaa buftee jedhaa oromo koo.hedduu gaara nama nyaata hundaf obsaa sif ha laatu
😭😭😭👍👍👍💌💌💌💌😭😭😭
Wuyii masanu
😂❤❤🎉🎉🎉
duraan mucaatin sin jalaatu maale uttuu sijallaate kaanaaf dhistuu turee
Ati itarvii hin godhin sagalen ke hin bareedu
Aja malifi hin barene
😂😂😂keetu bareeda ati godhika
Hhhhh dalagaa masanuu lammii akka malee daleeyde atiis
Irra nannaanessi siin jedhee bilaash si godhe😂