interview with Singer Addisu Wayima

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 дек 2024

Комментарии •

  • @Biblelovers2061
    @Biblelovers2061 2 года назад +10

    Faarfattoonni bara kanaa gadi taa'aatii namoota waaqayyoo warra akka addisuufaa kana irraa baradhaa.
    Addisu is so amaizing I love his wisdom and His fear and reverence for the Lord.
    God bless you dear!!

  • @matchannel3728
    @matchannel3728 7 лет назад +9

    Dubbannaa ogummaa si keessa guute kanaaniyyuu namoota Mootummaa Waaqayyoof kara Kristoos ni waamta. Great singer equipped with absolute wisdom! Blessed man Addisu.

  • @tekowameeshtu7914
    @tekowameeshtu7914 4 года назад +7

    ኡኡኡፍ አዲሱ እንዴት እንደማከብርህ መዝሙርህ በጣም በጣም የሚሞርድ የሚያንፅ በትክክል ከመንፈስ ቅዱስ የተሰጠህ መሆኑ የሚያዳምጥ የሚሰራበት የሚያንበረክክ እጅንና ልብን ወደጌታ የሚያነሳ ወደመንፈስ የሚያስገባ ነው

  • @habtamuatoma9307
    @habtamuatoma9307 2 года назад +3

    Maaloo Addisuu nama waaqayyoo umurii dheeraa jiraadhu ati dhuguma nama jijjiramaati(RESPECT)

  • @senaamagarsaabalchaa1981
    @senaamagarsaabalchaa1981 7 лет назад +1

    wowowow Addisu waqayyo wantaa hundaa gutee si umee goftan ha galatefamuu ofitiii amntee ofiin bonun ke bayye nagamachisee ebbifamii

  • @fireberhanu3577
    @fireberhanu3577 7 лет назад +2

    Ameen ebbifamaa....farfanaakee bayee natii tola addisuu ebbifami waqqaayo siha ebbisuu

  • @netsanetake7896
    @netsanetake7896 2 года назад +4

    እንዴት እንደማከብር ያንተ ዝማሬ ስሰማ ሁሌ አለቅሳለው ዘመንህ ይባአረክ

  • @ahmaddbbouk73
    @ahmaddbbouk73 6 лет назад +2

    Ameeeen dhugadha ebifama ijoole waaqayyoo adiisuu fi bara jirenya keessanii haa ebifamuu

  • @christinealamu8173
    @christinealamu8173 7 лет назад +1

    Wwwoo waaqayyo isn hebbisu ebbifama dacha addisu baay'ee tokkoo farfaanake jaaladha ebbifaami baara kee gutuu Ameeeeeen baay'ee tokkoo waali faakatu ijoole gofitaa ebbifama

  • @tadesseseboka2185
    @tadesseseboka2185 7 лет назад +4

    አዴ በእዉነት እግ/ር በዚህ ዘመን አንተን ያሰነሳ ሰሙ ይባረክ ፡፡ የተሰጠህን ፀጋ ሳታመቻሚች ለሕዝቡ ማድረስ ቀጥልበት እግ/ር ይባረክህ፡፡

  • @adugnamerga1789
    @adugnamerga1789 3 года назад +2

    Uffee #Addooko ati kennaadhaam...jabaa keenya jabaa Waaqayyo nuuf kenne!

  • @masiijesusyoutube7411
    @masiijesusyoutube7411 3 года назад +1

    Waqayyoo baraa kee haa ebbisuu namaa waqayyoo karaa farfaana keeti garaa goftaatti dhufee📖📖📖📖❤❤❤❤👏👏👏👏👏

  • @f.syejawaarzereabatejaalma5792
    @f.syejawaarzereabatejaalma5792 3 года назад +2

    Wowwww wale fakaatu dhugaa

  • @meseretabdiadisfitratnegn3278
    @meseretabdiadisfitratnegn3278 7 лет назад +1

    wawa addisu waqayoo Bara kee hunda ha ebbiissuùu dhugadha Farfana kee Ada anile hundara Kan ke jaladha🙏❤❤❤💝💝 ebbiiffaamaa dachaa!

  • @senaamagarsaabalchaa1981
    @senaamagarsaabalchaa1981 7 лет назад +1

    Addisu waqayyo inni dibee si kasee ha galatefamu atis barii Jirenyaa ke dacha dacha ha ebbifamu❤❤❤❤❤

  • @gadaanet
    @gadaanet 2 года назад +1

    Gaaffii fi deebii barsiisaa ta'e dha. Faarfataa Addisuu, warreen kaaniif fakkeenya guddaa waan taateef guddaa galatoomi! Waaqayyo jireenya kee guutuu haa eebbisu!
    💙💙💙

  • @martinab2055
    @martinab2055 7 лет назад +10

    One of my favorite singers. I love his songs. May God bless you both abundantly!

  • @WorkeShura
    @WorkeShura Год назад

    Wow dhugaa ba'ayeee nama gamaachiisa dhugaa nama waqayoo addoo amaaleen sodan fi jaalalii waqayoo si keessa haa jiraatuu bara baraan eebbifama

  • @chaltumalimo4455
    @chaltumalimo4455 7 лет назад

    Uuuuuuuuuuuu Faarfataa Addisuu naman sammuukootti yeroo hunda faarfannaasaa ajaa'ibsiifadhu Waaqayyo si ha eebbisu goota nana.

  • @dirribeemamoodiribeemamoo7427
    @dirribeemamoodiribeemamoo7427 6 лет назад

    Farfanaa addoo bay'ee bay'ee bay'ee bay'ee bbbbbbyyyyyyyeeeeeee jallaadhaa nufjiraadhuuuu heedduuu sii jaallanaaa. Garbiichaa. goofta eebbifamiiiiiiiiiii. Paster kafeyalewu akkasumaa eebifamiiii

  • @keyadhaile4320
    @keyadhaile4320 3 года назад +1

    Wow waqayyoo baraa kee haa ebbisuu farfataa addisuu ,bagga nagaan dhuftee namaa anni bayyee farfanaa isaa jalladhee ittin ebbifamaa dha, long life for you ♥️

  • @asnakukuma1171
    @asnakukuma1171 7 лет назад +1

    Waaqayyoo gooftaan siin eebbisuu Addoo keenya Waaqayyoo abbaan keenya baraa kee eebbisuu nuu jiraadhuu umridheeraa namaa kakuu♥♡♥♡♥

  • @egzihabermalkamnewu925
    @egzihabermalkamnewu925 Год назад +1

    Ebbifama Gooftaan Bara tajajila Keessaan haa Ebbisu 🙏🙏🙏♥️♥️♥️♥️😘😘😘😘

  • @በሰይጣንግርግርመሸበርትቻ

    በጌታ ስም ተባረክልኝ ትልቅ ቦታ ምሰጥሕ ዘማሪ ነሕ ዝማሬዎችሕ ማይጠገቡ

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo908 Год назад +1

    Waaqayyo Si Haa Eebbisu Addookoo Jaalalan Si Jaalladhu Sis Faarsaakees Hin quufu Kabajamaa Namaa❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍🥰🥰🥰 Waaqayyo Umuriikee Nuuf Haa Dheeressu😍❤️❤️

  • @Eyasusamuel-w9b
    @Eyasusamuel-w9b 9 месяцев назад

    Abbaa beekumsa !Be blessed abundently man of God!

  • @abrhamatrissaw155
    @abrhamatrissaw155 7 лет назад +1

    far.ADDISUU waaqayyo dachaa amayyuu si haa eebbisu! sagaleen dhalootaaf ta'u si keessaa hin dhabamiin

  • @tigisthailee
    @tigisthailee Год назад

    faarfannaa Addisuu Wayyimaa baay'ee baay'een jaalladha. yeroo hunda ganama ganama dhaggeeffachuun araada natti ta;e dhugaa. waaqayyo dabalee dabalee isin haa eebbisu!

  • @lensesinke8097
    @lensesinke8097 2 года назад +2

    Ati dhuguma nama addaati,Addisu waaqayyo si haa eebbisu,kan biraa homaa hin jedhu jiraadhu.ammayyuu waaqayyo bara kee haa eebbisu,osoo eebbifamtuu hafi.waan tokko sitti hin hir'atiin.dhuguma ati dhugaa bahumsi keeyyuu nama ijaara,nama fayyisa,qalbii namaa sirreessa.jiruu fi jireenya cinqii biyya lafaa nama dagachiifta ati.Ati dhuguma adda waaqayyo si dibeera.
    Waaqayyo maal naan jedha nama jedhu nama akka kee dhabnaan biyyi fi addunyaan kun dhiphachaa jirti.kiristaanni furmaata fida jennaan ofiiyyuu madda rakkoo ta'aniiru,waaqayyo nama akka kee kana dabalee dabalee biyya kanaaf ,adduunyaaf haa kennu jechuu malee yaada biraa hin qabu.
    Ati nama kabajamaadha.nama waaqayyo kabajedha.waaqayyo sirratti ulfaatee mul'ata.Ati dubbiin kee jechi kee tokko akkasumaan ta'e hin jiru.hunduu dibamoodha.jiraadhu

  • @GetteG-v3u
    @GetteG-v3u 9 месяцев назад

    Ameeen Ameeen Uuuuuffffeeeeee
    Namaa waqayoo ebifamii hubataa nama goftaa cali Amayuu
    Akaa sumatii iti fufii
    ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @kindebuli3098
    @kindebuli3098 4 года назад +1

    Dhugaa wal fakkatu! Addisu jabbadhuu ati nama dhugaati

  • @solomonbekele8188
    @solomonbekele8188 3 года назад +1

    @ Addisuu Waayimaa! Waaqayyo siyaa eebbisu! Faarfannaa yeroo huundumaa dhagahamee hin quufamne!

  • @meetidinqa935
    @meetidinqa935 5 лет назад +1

    Waaqayyoo baraa jireenya kee haa Eebbisuu far Addisu

  • @HawiShife
    @HawiShife Год назад

    dhuga addisun nama waqayoti waqayoyu dhuga bahaf nama ogesa akka isa dubbin wangela kessa gute hin argannu farfana isatin jirenya namota bay, e jijirame arge ♥️♥️♥️

  • @hawehawe9806
    @hawehawe9806 6 лет назад +2

    Ammen Ammen ebbifamaa waqqayoo issin haa ebbisuu garuu firooma qabduu wal fakkatuu

  • @misskaram8813
    @misskaram8813 6 лет назад

    Uuuuuuuuuffee WAQAYYOO goftaan ISNII HAA ebbisuu ebbiffama bariifii jirenyii kessaanii haa ebbifamuu maqa iyesuusii dhugaadhaa bay'ee namatii tolaa ebbiffama ebbiffama

  • @dammeebarsisa.saudiarabiai3853
    @dammeebarsisa.saudiarabiai3853 7 лет назад +1

    Ameeeeeeeeennnnnnn ameeeeeeeeennnnnnn ameeeeeeeeennnnnnn ameeeeeeeeennnnnnn Waqayyoo gaarii dhaa kanuma caalaatii Waqayyoo hubannaa fi ogummaa isinif haa dabaluu waan baayee nuu habachiftaanii Ebbiffama

  • @dbv4216
    @dbv4216 Год назад

    Wow obbolla fakkatu dhugaa waqaa ❤❤❤amazing God bless you 🙏❤Adisu gudan sii jalladha sii kabbaja ❤❤

  • @gemedamilkiyas1354
    @gemedamilkiyas1354 5 лет назад

    waaqayyo isin haa eebbisu Addisuu baay'ee akkan jaal'adhu yeroon argu mara ittin hima. Waaqayyo hojii dinqisiisaa isaa ittiin hojjeteera. Nama waaqayyo biyya keenyaaf eebba godhee kenneedha. Eebbifamaa.

  • @dawitabebe8706
    @dawitabebe8706 7 лет назад +1

    Waaqayyoo isin haa ebbisu farfaata Addisu baayee sii jaalana waaqayyoo tajaajila kee haa ebbisu

  • @bekayadesa7714
    @bekayadesa7714 7 лет назад +2

    ADDISUU WAAYIMAA BAA'YEE SIN JAALADHA EEBIFAMI !!!!!!!!!!!!!!

  • @tejtuabdisaa9453
    @tejtuabdisaa9453 7 лет назад +1

    waqayyoo gooftaan kanuman caalati ayyaana isaa siif haa dabaluu hadhoo koo darbii deemii bara kee guutuuu🙌🙌👏

  • @amantebalay9774
    @amantebalay9774 Год назад

    Addisuu yoomiyyuu faarfataa dhugaadha,waaqayyo isaa eebbisu!my no one choise!

  • @bakkalchabariifayyinaa6301
    @bakkalchabariifayyinaa6301 7 лет назад

    jaallatamoo fi kabajamoo luba kafalew fi farfataa addisuu waaqayyo inni hojii gaarii isin keessati jalqabe hamma dhumaati fiixaan ba'umsa isiniif haa kennu! barri keessan eebba waaqayyoon haa xumuramu. jaalala guddaa isiniif qaba.

  • @booniilataa8840
    @booniilataa8840 6 лет назад

    Uuuufffff waaqayyoo gooftaan baraf Jireenya keessan haa eebbisuu eebbifamaa maqaa iyesuusiin barumsaa guddaa nuf taatanii

  • @BiqiltuE
    @BiqiltuE 4 месяца назад

    Addeekoo nuuf jiraadhu,ati Naman baayyee jaalladhudha ,waaqayyo umurii dheeraa siif haa kennu❤

  • @እያሱስውስጤነውእያሱስውስ

    Uuuuuuuufffffeeee ebbifami maqaa waqayyoo tiin sii jaladhaa Siin kabajaa

  • @nurawako4435
    @nurawako4435 7 лет назад

    Faarfataa Addisuu gooftaan si haa eebbisuu. Waan hunduma caalaa qajeelfama Waaqayyootiin socho'uuf dheebochuun qarooma guddaa ati qabdu qoodadhee jira.

  • @GemeLikassa
    @GemeLikassa Год назад +1

    Paster Kafe Guudaa ebbifaam nama bilchaata nama Waaqayyo dhuugaa namni akka kee nuuf haa bayyatan ❤❤❤

  • @gudetamen8520
    @gudetamen8520 4 года назад +2

    Legend one Addisu Wahimaa! God bless you much!

  • @turabeturabjanan7356
    @turabeturabjanan7356 7 лет назад

    Addisuu farfannsa ba'a namarra busa waqayyon nama kessatti muli'isa ufff addisu ani duran amanti hin qabun ture garu farfannan addiau akkan krstisin fudjadhu na tasisera።darbes immo abbakos gooftan sanyii addisu nuf haa bayyisu ammalle Adisu nuf haa ebbisu

  • @ababechyohannis680
    @ababechyohannis680 6 лет назад +1

    Amen Ebbiffamaa maqaa iyeesusn garuu walii fakkatuu Adisuu

  • @GemeLikassa
    @GemeLikassa Год назад +1

    Adde we love you you and respect you so much,God bless U abundantly ❤❤❤

  • @eshetushakitawkeno1234
    @eshetushakitawkeno1234 3 года назад

    Ebbifamaa nama waaqayyoo addisu waaqayyo SI haa ebbisuun

  • @fulefanoohojiiwaqayyooisaa5156
    @fulefanoohojiiwaqayyooisaa5156 4 года назад +1

    Haleluyaaa uuuuuuuuufffffffeeeeeyee ameeeeeen ebifamii

  • @lelliseegaramulelliseegara2437
    @lelliseegaramulelliseegara2437 7 лет назад +1

    Wow wow dhugaadha keena ati qabdu addaadha farfaanaa kee bayyee kan nama fayyisudha bayyee kan Abdi namati naqudha ebbi jireenyaa keetifi haa ta'uu ebbifamii ❤❤❤❤❤❤🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷✅✅✅✅✅✅✅

  • @yesuskakukoosinqofadhaphon8925
    @yesuskakukoosinqofadhaphon8925 5 лет назад

    Waaqayyoo isinf yaa Ebbiisuu Ebbiifamaa baay'eee namati toltuuu nama waaqayyoo

  • @HdhHdd-ti6dw
    @HdhHdd-ti6dw 11 месяцев назад +1

    Eebbifamii waaqayyoo bara jireenyaa kee haa Eebbisuu dhugaa ogumaan Waaqayyoo si keessaa ka'ee addaa

  • @fasoo3286
    @fasoo3286 3 года назад +1

    Wowowowo bayee namati tola eebbifamaa 💝💝💝💯

  • @abebeolkeba2840
    @abebeolkeba2840 7 лет назад

    Si Haa eebbisu Addii hedduun si jaaladha.Ati ogeessa .jecha kee"faarfannaan proffession miti Ayyaana malee".

  • @harootubemegi
    @harootubemegi 6 лет назад +1

    waaqayyo si kaase anaas haa kaasu ... in si gaarare anaas haa gaargaruuuuu ameen

  • @selamassafa320
    @selamassafa320 7 лет назад

    wowo adisu farsaa kee qofa miti hasaan keesa erga qaba nami dhugadhan waqayoo duka demu walduma keessati dhibam jira

  • @genetbelay9929
    @genetbelay9929 7 лет назад

    Eebifami Addoo. Faarfannaa kee hedduun jaalladha.Ammayyuu waaqayyo ayyaana isaa siif haa baay'isu.

  • @mengistudebele5702
    @mengistudebele5702 7 лет назад +3

    Baay'ee namatti tola galatooma, Addisuu Waaqayyoo siin haa eebbisuu.

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад +1

    Ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo baraaf jireenya keesanii haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa dachaa dachaan

  • @betelemtelanu2373
    @betelemtelanu2373 6 лет назад

    wowowo Akkuma walfakkataniimo Bagaa sodaaletataniikaa namaatii tolaa bayeeeeeee dhugaaa gooftaan Iyesuus dachaa siin haa Ebbiisuu

  • @GenetYutub
    @GenetYutub 4 года назад +1

    Genet we com addisuu Bayee sii jalanaa

  • @tsigezeleka4207
    @tsigezeleka4207 7 лет назад +1

    Ameeeeeeeeeeeeen Ebbiffama barumsa guddadha
    Ebbiffama dachaa Ayyanni kana caalu isinif haa dabalamu

  • @yesuusmichuulafaaonaatony3546
    @yesuusmichuulafaaonaatony3546 7 лет назад

    Addoo bayyee bayyee si jalanaa ebbifamii dachaa dachaan farffanaa ketinis bayee ebbifameraa

  • @ifinikooyasusedhaamenamenu7560
    @ifinikooyasusedhaamenamenu7560 7 лет назад +1

    Amen Amen Amen Ebifami Adisuu

  • @bontuuxaafaa2230
    @bontuuxaafaa2230 7 лет назад +1

    Wooooo ebbifamaa bayyee namati tolaa

  • @tolesaregasa1681
    @tolesaregasa1681 5 лет назад

    Waaqayyo hubannaa eenyumaaf hin kenniin siif kenneera inni haa galatoomu,waaqayyo kanuma caalaa eebba isaa siif haa baay'isa ADDIS!!!!!!

  • @malkaaabbaayaadaa3889
    @malkaaabbaayaadaa3889 7 лет назад +1

    waaqayyo isiniin nuuf haa qusatu......ayyaana kana isin irratti haa qusatu.....nuu jiraadhaa!!!

  • @josephtaresa2864
    @josephtaresa2864 2 года назад +1

    Baay'ee si jaallanna Addisu jiraadhu nama Waaqaa!!!!

  • @girmawaktola8858
    @girmawaktola8858 5 лет назад

    waaqayyoo guddaa siin haa eebbisu.hedduu itti boqonneerra.

  • @roobsaanjabadhaitifufaorom891
    @roobsaanjabadhaitifufaorom891 7 лет назад +1

    Ebbifamaa ijoole waqqayoo. ..

  • @dibisaweyumaofficial2355
    @dibisaweyumaofficial2355 7 лет назад +2

    Ebbifaamii Nama waqayyoo ammayyuu.........sii jalannaa !

  • @gebissaayela1648
    @gebissaayela1648 10 месяцев назад

    Cubbuu baatuurraa kumtaala baatuu wayya! So amazing proverbs ❤❤

  • @iyyasuusgooftadha1112
    @iyyasuusgooftadha1112 3 года назад +1

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen

  • @paulosbeka1997
    @paulosbeka1997 9 месяцев назад

    You are BLESSED Adoo and Kefalew

  • @hassanezzeddine9354
    @hassanezzeddine9354 5 лет назад

    Waaqayyoo guddadha.eebbifama

  • @waldaahiikumsaa113
    @waldaahiikumsaa113 9 месяцев назад

    Faarfataa Addisuu galatoomi ogeessaa nama!👍👍👍👍

  • @ebisagemechuabdisa6504
    @ebisagemechuabdisa6504 5 лет назад +1

    Addisu waaqayyo si jireenya nama hedduuf kaaseem, dibatikee jireenya nama danuu ijaare, Gooftichi haa galatoomu!

  • @bxhdhxnxb5718
    @bxhdhxnxb5718 3 года назад

    Uuuuuffffffeeeee Ebbifamaa Amalee goftaan dachaan isiinf haa Dabaluu

  • @abunebiraahuuaponi367
    @abunebiraahuuaponi367 4 года назад +1

    Ameèeeèn Ameèeeèn Ameèeeèn Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa dachaa goftaan si haa eebbisuu

  • @animucaakakkuti2256
    @animucaakakkuti2256 7 лет назад

    Addoo nama waaqayoo guyaa 1 akka sii arguu Abdiin qaba ebbifamiiiiii atii nama afuraati jabadhuuu

  • @kaayyoofantube8628
    @kaayyoofantube8628 7 лет назад

    Faarfataa addisuu akkasumas Paster kaffee......hedduu isin galateefanna

  • @gelanafayera2576
    @gelanafayera2576 4 года назад +1

    God bless Addisu Wayima, Jechoota fi yeedaloomiidhagaadhaan Waaqayyo faarsuu, Carraa akkamiiti?

  • @diboraamucaayesus4808
    @diboraamucaayesus4808 6 лет назад

    Woooowwww F// Adisuu ogumaafi huban kan caluu siif Dabalamuu Fars kee duwwa mitti Dubii kee jireenyaa nama jira ❤❤❤❤❤

  • @girmagetachew973
    @girmagetachew973 3 года назад +2

    "Lafi inni dhufees, lafi inni dhaquus tokkicha"!! Eebbifamaa!!

  • @ababechyohannis680
    @ababechyohannis680 6 лет назад

    Anis jedhe rraa Adisuu waqayyoo Wanii sabaa sana si ta'e kan keessii hin dubataa

  • @elsabetbayisa4541
    @elsabetbayisa4541 Год назад

    uff damma afaan damma isa kanaan si guuteef galanni haa tau siif immoo ayyaanni siif haa dabalamu baayee si jaallanna!

  • @HawiShife
    @HawiShife Год назад

    kanan si jaje video didu keti baga dide waqayoyyu si mulisa mal gota of mulisu warri of mulisaniyu dhuma hin qaban har,a male didi ammayyu 💯💯

  • @eyesusfikirnewwarkelamyege746
    @eyesusfikirnewwarkelamyege746 7 лет назад +1

    Ameeeeennnnn waaqayyoo isin haa eebbiisuu eebbiifamaa

  • @faituuwaariqu4105
    @faituuwaariqu4105 10 месяцев назад

    Uuuuuuuuuffeee waqayyoon isin yaa ebbisuu ebbifaamaa ebbifaamaa ebbifaamaa namaa waqayyoo ❤❤❤❤

  • @waqayyootikseekotianihomah3827
    @waqayyootikseekotianihomah3827 3 года назад +1

    Waqayyoo baraf jirenyakeesaan gudda haa eebbisuuu ....Hafaa jiiradhaa 📖✝️🙏

  • @yenu2273
    @yenu2273 7 лет назад +1

    Woww baayee namatti tolaa eebifamaa yaa sabbaa waqayoo dachanni

    • @danyfeg1087
      @danyfeg1087 7 лет назад

      waaqayyoo isn haa ebiisuu baay'ee namatii tooll

  • @siifaanjimmaaDari
    @siifaanjimmaaDari 7 лет назад +1

    Guuddaa Galatooma garu dhuguman waal fakatuu ebifaama lafa jiratantii!!

  • @tigisttemesgen9919
    @tigisttemesgen9919 6 лет назад

    dhugaa baayee wal fakkatuu lamaan keessanuu baayeen isiin jaaladhaa nuuf jiraadha faarfanaan kee yoomu kan yeroon irraa hin darbinee fi kan nama boqochisuudha Addisuu Waaqayyoo dachaa si haa ebbisuu

  • @tesfayebogale8780
    @tesfayebogale8780 2 года назад

    adde Waaoayyo ammayyuu ayyanasaa siif haa baayyisu baayyee sijaalanna