🛑kotaa hojii biyaa kenyaa dawadha
HTML-код
- Опубликовано: 10 фев 2025
- #SIFAN_MEDIA bagaa nagaan dhuftani karaa mana kotii kotaa dawadha hojii biyya kenya hojii biyyaa kinyaa hojene kotaa xalayaa jaalala seenaa jaalala Walaloo jaalala dirama afanaa oromoo dambalii jaalala yero jaalala
Sifan koo baga nagan dhufute bayee namati tolaa jabadhuu wayoo bayee barechite tolochite bidene😔😔😍😍😍namati tolotuu bareduu koo😍🥰
Baga Nagaan dhuftee Sifan qalii too 💕Biyyaa galtee jirtaa jechuudhaa 😍Wow Dhugaa hojiin biyyaa keessa keessatu baadiyaati baayee namati tolaa Agarsiifni akkumaa itti fufeeti haa ta'uu jaabadhaa itti fufaa 👍💕❤Buna nuti hixadhuu😃
Nagenyii jalali Waqayyo isiinif Yaa baay'aatu sifiyee koo bagaa Waqayyoo nagaan maati keetii biraa waliin SII gahee galataa rabbii baay'ee namatti tola jabadhuu wow bidenaa baay'ee baredaa mashaa allaaa 👍🥰
Kotuu mati naf ta'ii anis sifin ta'aa sanyii koo
Obbolesaa ketiif100,%👍🏆👏
Ana dhufuu Siifookoo jabduukoo
dhugaa bayyee namatii tolaa jabadhuu wan badiyaa keenyaa nutii argisiftee amaa biyyaa na yadachiftee mogotoo 😢❤❤
Bagaa nagahaa Galtee sifuu koo jirenyaa Badiyaa Bayyee namatii Tolaa wowowo Akayii sanii mee Asii Kichii uu Anii Lee Bayyee jaladhaa
matii naf taa hiriyoota koo🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Sifuu kooo bagaa nagayanii dhufitee💚💛❤️gobzii too☺️ sifuu koo bagaa nagayani galitee biyaa keti nagani sii galichee🥰Dajanee😂✅
Sifaan baga nagan biiyyaati mAti ketiti wLiargitan bareda tolchite
Kotuu mati naf ta'ii anis sifin dhufa mana kee
Bagaa nagaan galtee sifuu😍 Bayyee Namati toltuu badiyyaa jirenyaf bayyee namati toluu
Bagaa nagan dhufte baredukoo
Wowowowo jabàdhuu garii dha itti fuf..
ሰላም ሰላም ጤና ይስጥልኝ እደምን ቆያችሁኝ አሪፍ መልክት ነው በርቱልኝ ስላገኝዋችሁ በጣም ደስ ብሎኛል ከናተ ብዙ ነገር እጠብቃለን ይመችሽ እህት🍫🍫
Bagga naggan dhufte sifu
በርች♥♥♥♥♥♥♥♥
Jabadha namati toltu
Wani badiyyadha argeni si ilalle durani si bekku ama mattii siffi ta .e jira jabadhu namatti tollaa
baga nagan dhufte
Kkkk irraa gadii yasee moqorii qoraa dhani biyyaa kesanii sifan namati tolaa dhugaa
Anaa dhuufuu siifaaniyee heduu namatti tooltuu.kkkkkk
Dajanee kkkkkk 😆😆😆 wowowow iji irraaa hafii . Yaa dajanee homaa kaan ergaa betee ni ga,aa
Sifuu atii immoo bidanaa 💯
Mather kessaan garagaraa yeroo hundaaa hatii ofii 💙 riqichaa waan ta,eef wayii sifuu biyyaa akkaan galuu naa gochaa jirtaa ,🤔🤔
Kotuu subscribe naf godhi sanyii
Akmi jita fayadha sifani ko
Nageeny siif haa baytuu siifoo koo bagga nagadhan dhuftee wayooo enumaa badee maqaan koo argaa kee buddeen akkanti dirsusuu moo🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️obboolleessaa kee santuu buddee seeran tolchaa shammaran laman keessnuu 🙃🙃🙃🙃✅😂😂😂😂😂
Kkkkkkk yaa bala moha kenya
Akmi jita sifani tena a bagaa nagayani gatee baga a waqayoo si gagare akmi jita ya baredu to naf jiradhuu jabadhuu waqayoo si gagara garu it I cimi. Adi qana wa babareda naf fidaa ya sifani jabadhuu garu Bideni bayee nama gamachisa wawwe kkkkkkkkkkkk
Kkkkkkkkkkkk
Kkkkkkkkkkk
Naatiyee koo 💞
Sifoo gaaltemo ati
Namati toltu sanyi too