Jawaar Mohaammad garamitti deemaa jira?

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 дек 2024

Комментарии • 1,3 тыс.

  • @keeoltube618
    @keeoltube618 8 часов назад +42

    Hamilee ittiin Jawar Mohamed fi Kolonel Gammachu Ayyaanaa Qeeqxu hin qabdu. Sirna Hachaaluu Hundeessaa fi Battee Urgeessaa nyaate nutti hin faarsin

  • @Ur_Airdrop
    @Ur_Airdrop 6 часов назад +51

    Unsubscribed because of jawwar
    Jawwar is king of Ethiopia 🇪🇹 ❤❤❤❤❤
    now time is for jawwar we love you and we support you jawwe🎉🎉🎉🎉

    • @kenatamasgen-pi3tq
      @kenatamasgen-pi3tq 5 часов назад +2

      exactly 100% namtittiima buuffee kana argaashee na jibbisiise dhugaa waaqaa

    • @MideksaTeshome
      @MideksaTeshome 3 часа назад +1

      Unsubscribe mirga keessanni garuu jawaar king of Ethiopia dhisii king of oromiayu hin tau

    • @LawofGod
      @LawofGod 2 часа назад

      Jewar is a looser

  • @milkesagemechu9439
    @milkesagemechu9439 10 часов назад +40

    Habtaamuu lamuu, woggoota dheeraaf dinqisiifataa fii hordofaa keen ture. Amma booda hin dandeenye. You have changed a lot. You are adding salt to the ulcer of millions.
    Kan lubbuun jiru ni jijjirama jedhe Haaceen.

    • @aditya_han37
      @aditya_han37 8 часов назад +5

      Dhuga rabbi liki jate. Ega biya gale hedu takka jijirame. Hace is king👑 always 😢😢😢

    • @TegenuTLFeyisa
      @TegenuTLFeyisa 6 часов назад +4

      Garaaf jilbeenfachuurra maali yoo duutee biyyoo nyaatte. Ani Jawaar hin deeggaru. Kana yoon jedhu wanti inni dubbatu hundi sirrii miti jechuu koo miti. Jawaar jajjaboota Oromoo baay'ee keessa isa tokko. Oromoon sareen mandaraa gaafa kutaa argattee itti duttu hin fedhu. Jawaar bakka itti qeeqamu hedduu qaba. Habtaamuufi PP'n garuu hamilee kamiin? Jaal Gammachuu Ayyaanaatti muudii qabattee kaa obboo Gingilchaa! Gingilchaa!... jechuun akka keenyatti afuuftuu, kan oduu yaasu jechuudha. Si maxxana kun. Maal ku😂

    • @Abdunasir-h9g
      @Abdunasir-h9g 4 часа назад

      Yes haceen duraan dubbii fixe
      Nama jiru hin faarsinaa.........

    • @KaalidNuuraddin-q4e
      @KaalidNuuraddin-q4e 3 часа назад

      Dhuguma afuuftudha😂😂​@@TegenuTLFeyisa

  • @EymenHusen
    @EymenHusen 7 часов назад +48

    Gurbaa kana unsubscribe hagonuu ya umataa oromoo irraa kasaa😢😢😢 jawee king

    • @Alia765Al
      @Alia765Al 6 часов назад +1

      𝑈𝑛𝑠𝑢𝑏𝑠𝑐𝑟𝑖𝑏𝑒 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑓𝑎𝑑ℎ𝑒 𝑜𝑠𝑜𝑜 ℎ𝑎𝑠𝑎𝑦𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑑ℎ𝑎𝑔𝑒𝑒𝑓𝑎𝑦𝑎𝑛𝑖 𝑚𝑎𝑡𝑡𝑎 𝑑𝑢𝑟𝑒 𝑏𝑖𝑐ℎ𝑎 𝑖𝑙𝑎𝑎𝑙𝑒😂😂

    • @KennaKoo-u6t
      @KennaKoo-u6t 3 часа назад

      EEE dhugaa ketii gantuu

    • @LawofGod
      @LawofGod 2 часа назад

      Mogn neh

    • @FiloWardi
      @FiloWardi Час назад

      Unsubscribe godhee anis kuno abyi sun in bitatee fakkata Kanas🥲🤔

    • @wezirtemam
      @wezirtemam 57 минут назад

      Gooneerra

  • @MegersaDeressa-wv5kz
    @MegersaDeressa-wv5kz 6 часов назад +13

    Atti garu nama dhugumaa umata kanaaf yaduun si se'e garu motumaa fana akka jirtu araa sira baradhe galtu.atti garu hinuma na gubdeem dhugaa amilee akkamittin jawarin qeqxaa garu

  • @FiraolBati
    @FiraolBati 9 часов назад +18

    Kijibdu habtamu duraa si jaladhaa amma garuu na jibsiste wa' ee jawar akksi dubachuu si eggamuu shime torortaa wolii madalachifta😭😭😭

  • @marimagudato5952
    @marimagudato5952 6 часов назад +10

    Jaweee king of the king long life Jawaaaaa loved ❤❤❤❤❤

  • @Abdii-k4o
    @Abdii-k4o 10 часов назад +64

    Afuuftuu Abbaa garaa

  • @sanyiialiiwaaqo1079
    @sanyiialiiwaaqo1079 7 часов назад +30

    Habtee dhugaa dogongortee waan jirtuuf ga bahii jawaar dhiifama gaafadhu

  • @Katale-ns5
    @Katale-ns5 10 часов назад +29

    Jawaar qeequuf course mataasaa danda'e barachuu qabda😂😂

  • @SameeraSameera-i5l
    @SameeraSameera-i5l 4 часа назад +12

    Akkaa jaweeeeen tayee tayii ok nu jawe walin jiraa❤

    • @JituuLamaa-dy9nm
      @JituuLamaa-dy9nm 3 часа назад

      @@SameeraSameera-i5l mirgaa qabida garuu nalifi jibite Jawwarrii arisii watefi ykn islamaa watefi Dogoggora qaba jarisii ijaa kee bani ubadhuu sanyii koo

    • @SameeraSameera-i5l
      @SameeraSameera-i5l Час назад

      @JituuLamaa-dy9nm Anii Arsii dhaa bar jawr yomuu Namaa dhugaa dubatuu waan Anii Arsii tayeef mittii wallhayii

  • @gutematira9924
    @gutematira9924 9 часов назад +20

    Maal taatee haftish attii abbaa feetee degaaru mirgaa guuttu qabda garu dhugaa jiruu dhoosuuf hin yaaliin 1 jaawar kaa jedha jiru duras mormaa ture hin bekktaa attiis
    Ergaa isaan angoo qabatan bota isaan gargaran garaa dimokirasitti fiduuf yaalaa ture garu isaan fudhachu hin dandenye kaanaf gara mormuti debi’e Habtish😮

  • @adugnalemu8572
    @adugnalemu8572 4 часа назад +5

    Nama qaxalee ofiin jedhu kanaaf warri bilxiginnaa qansiraa itti baayisaa jiru. Ani tureera ergan nama kana unsubsribe godhee.

  • @hibakind123
    @hibakind123 9 часов назад +17

    Jaweee ko Hundaa Olin Jaladhaa in Bari wa agree male ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    • @JituuLamaa-dy9nm
      @JituuLamaa-dy9nm 9 часов назад

      Ija kee bani sanyii koo Jawwarrii jechuu seexanaa dhuga rabia

    • @JituuLamaa-dy9nm
      @JituuLamaa-dy9nm 9 часов назад

      Mootummota dariba yaddadhu watata nugodhanii ammoo ofumani wali fixuu jiraa Dhugaa rabia malee abyii mitii

  • @tahirtibesso4267
    @tahirtibesso4267 6 часов назад +8

    hammille Jawaariin qeeqxuu qabdu afuuftu...

  • @Afa-y8p
    @Afa-y8p 10 часов назад +31

    Nama Hachaaluu Fi Jaal Battee ajjeessutuu Jawwar dhiisa tortoraa haadhakee

    • @JituuLamaa-dy9nm
      @JituuLamaa-dy9nm 9 часов назад

      Situu tofitorra gadhee ganitu Jawwarrii otuu dhira taye biyya kenyaa tate afufitu hacce kenyaa kali biyya issaa tate wareegame biyya bayee mitii

    • @qanookasayee1904
      @qanookasayee1904 8 часов назад +1

      Kanii hacee kanii nyatee jawarii hangoo barbachaa hiin milkonefii malee Amasii mo yoo manaa hiidhaa sanatii debiisanii malee oromoo galaa qabaa

    • @JituuLamaa-dy9nm
      @JituuLamaa-dy9nm 7 часов назад

      Yes.
      Of course

    • @hawwaadiksiis3157
      @hawwaadiksiis3157 5 часов назад

      👹​@@JituuLamaa-dy9nm

  • @obsimonaahuseen6313
    @obsimonaahuseen6313 Час назад +1

    Yaa habtamu ko yeroo dhertuu si hordofaa ture video te tanin like hin godhiin wa qabu arraa garuu akkaa maleen siti dalanee❤❤❤

  • @oromia583
    @oromia583 10 часов назад +9

    Ati siyaasa beekuu battuus olola sirriitti beekta wallayii, Ati garuu sirriitti PP taate olola mootummaa irraa hojjata jirta😂😂😂

  • @BurtukanBekele
    @BurtukanBekele 6 часов назад +6

    Sarree jawar qequf sii hafaa diqala addanch😅😅😅😅

  • @True-d4q
    @True-d4q 9 часов назад +11

    PA ati Amma akka hariifatti jawar qeequ keeti 😂😂
    Nama faarsa nama qeequ kana siif haarawa yaa xaasa
    Jawar nama akka keeti kana dhoqqee irraa ni toolchaa beeki

  • @KanateBayesa
    @KanateBayesa 2 часа назад +1

    Habtamu Atiis bakka duraa hin jirtuu!!!!kan na gadisisuu yoo jiratee gadii debitee Saroota fanaa iyyukedhaa galatoomii

  • @Obsakaba5061
    @Obsakaba5061 4 часа назад +4

    Afuuffee!! Nutimmoo idduma kaleessa jirra akka kee oliif gadis namaan hi hammacamnu.. Achuma jira inni kaleessa nu dhiise dhufe bakkuma duraatti dhuftani!

    • @ObiFayeso
      @ObiFayeso 2 часа назад

      Kuni akkasuma konkan duwwan qixxa eele irrati kunu

  • @NuradinAyube
    @NuradinAyube Час назад +1

    Affuuftu jawaar abbaa fedhee caalaa gota

  • @Figamedia
    @Figamedia 10 часов назад +30

    Adaa namni garaa guuttannaan waan haasayu hin beekuu!

    • @ephrembedhaso7741
      @ephrembedhaso7741 7 часов назад +1

      sirrii jetee sanyii

    • @UsMan-vb1ui
      @UsMan-vb1ui 4 часа назад

      Garaadhaaf miti wanti tahamuu qabu akkasidha gamnumaan yoo jiraate

  • @Arsiibiyyatiyya
    @Arsiibiyyatiyya 3 часа назад +1

    Silaa dhugafi jirate oboleetii karaa deema san irraa dubadhu dhugaa oromoo hin awalin😢😢😢

  • @fedhiitofik4154
    @fedhiitofik4154 8 часов назад +10

    Bitamtuu duwaa😊

  • @IbsaaGammachiisaa
    @IbsaaGammachiisaa 2 часа назад +1

    Salami kushee haadhakeeti ,dandeetti isa kamiin jawariin qeequ barbaaddaa ati abbaa garaa haadharaw

  • @LataTafa-k7e
    @LataTafa-k7e 9 часов назад +14

    Dogongora jirta Haabtee, atis mootummaa jala akka galte sirraa mulata, Jawar is a king always

  • @FowzaanShamsuddiin-m5c
    @FowzaanShamsuddiin-m5c Час назад +2

    Haptaamu maaltaate
    Akkabiyya dhufee
    Du'u feetaa
    yeroo qeeqxuus
    xiqqeeffadhu

  • @pare10jk35
    @pare10jk35 9 часов назад +9

    Mucaan kee amma guddatee jira , RIB erguu ni dandeessa yoo feete

  • @DegagaTayeofficial
    @DegagaTayeofficial 2 часа назад +1

    Ati dura rayyaa ittisa biyyaa tahi 😅😅😅

  • @samuelbirhanu7715
    @samuelbirhanu7715 10 часов назад +9

    Banda oromo sii qofa

  • @Senahiyessahinqabdu
    @Senahiyessahinqabdu 3 часа назад +1

    Oso waa'ee jawar yaduu rifesi nama iiraa buuqisan siti dhaban akka si irraa hin hacane dakiyee 😂😂😂

  • @IyouFey
    @IyouFey 7 часов назад +5

    Siyaasa hin baranne jetteem😆😆 atoo dhuguma jaanjoo wayiiti

  • @AbdulbasitMussa
    @AbdulbasitMussa 2 часа назад +1

    Kkkkkkk, wayiii garaan akaa namaa iysisuu

  • @pare10jk35
    @pare10jk35 9 часов назад +5

    Osoo itti hin qophaawin Media irratti bahuun , akka kee kana nama gooti.
    We got no point what you just presented

  • @SoresaAbdisa-f7h
    @SoresaAbdisa-f7h Час назад

    habtamuu, harkaa, harkaa jeechaa jirtaa, jawwee is a wise man

  • @user-Million-v2h
    @user-Million-v2h 9 часов назад +22

    Shale hadharaw...jawee dhugaa dubbate jawee king..habtamu garru Sarre ajoftu dha atti

  • @Kadejah-m3e
    @Kadejah-m3e 3 часа назад +1

    Uusssss jiraatudhaaf bitaa mirga of jijjirtani😢😢😢😢jawar is king❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JAAFARIBRAAHIM-k1r
    @JAAFARIBRAAHIM-k1r 6 часов назад +3

    Yeroo garii hin haasawa jettee albaata 😎😎😎😎😎😎😎😎
    Shimallisii fii abiyyi Yoo jaalatte mirga keeti bada dheedhii

  • @junedhusen
    @junedhusen 6 часов назад +2

    Habtee jiraachuuf jettee mootumma hin deeggarin ykn dubbachuudhuma dhiisi sababni isa afuura kaabineetu si keessa dubbataa jira waan ta'eef

  • @FayisaGirma-c8c
    @FayisaGirma-c8c 6 часов назад +5

    Waayee jawaar haasa,uun gaara dhiibudha akkaumaan yerooo kee hin gubin

  • @CellDirribeCell-d1f
    @CellDirribeCell-d1f 5 часов назад +1

    Garraa jawar birras dhuftee mashala Aftamuu jabattee akkanatti afufana malee jirachuu Rakkisadhaa jabbadhuu kunmaaf malee fayyidaan galteef hin jiruu

  • @samsongetachew7466
    @samsongetachew7466 10 часов назад +11

    Bakka na dhukkube dhiisaa bakka gooftaan jedhe naa koobaa jette niitiin

  • @OsmanJerso
    @OsmanJerso 5 часов назад +2

    Konka ,jazbaa, hattuu,gantuu jawaar yoomin Akka Kee Garaa guuttachuf jiraate.moraali maalitin jawarin qeequf yaalta,zalzala ye honk lij😊

  • @shamilsultan-j3b
    @shamilsultan-j3b 10 часов назад +6

    Haftamuu Ati jawarin qequu hin dandettuu

  • @rabbirraailmasabaa7867
    @rabbirraailmasabaa7867 2 часа назад +1

    Wayyoo 😢😢😢😢 yaa nuyii yaa haabtamuu duras ati eenyu akka turte wal beekna ture
    Naman baayyee si ajaaibsiitun ture jettee jettee ammammoo,...................
    Maqaa keee "fayidaaf" jedhii jijjiirradhu bor ammoooo,.........

  • @BonaGuta-w8i
    @BonaGuta-w8i 9 часов назад +6

    Jawee king

  • @AndualemTefera-q2h
    @AndualemTefera-q2h 4 часа назад +1

    Habtish akkuma duriikee osoo waan dhugaa cinna dhaabbatte siif waayya deemsike Amma garuu sijibisiisa

  • @AchalluBedassaHommaHobsse-s8v
    @AchalluBedassaHommaHobsse-s8v 9 часов назад +15

    A'afuftu bitamtu dha ati

    • @JituuLamaa-dy9nm
      @JituuLamaa-dy9nm 9 часов назад

      Ija kee bani oblesa koo dhuga arakaa rabia jiriti malifi yoo jetee duri darraaraa baay'ee nuragage ameen ofumaafuu wali ajessa jira abiyi mitii biyya kenyaa kanitu Jawwarrii miti amarasi miti

    • @AbdurhamanAliyyiAbdurhamanAliy
      @AbdurhamanAliyyiAbdurhamanAliy 9 часов назад

      Haftamunis Abba Gara ta.u Amma bare

    • @bogaleoda6331
      @bogaleoda6331 6 часов назад

      ጅል እና አክራሪ አትሁን የሚያዋጣው አንድነት ብቻ ነው

  • @nahomasefa4852
    @nahomasefa4852 2 часа назад +1

    Afuuftu taatee jirta habtaamun jawaaran waan tokko jechuu hin dandeessu isaantu jijjiramnaan jaawaar jijjirame ok

  • @nesirmuktar2385
    @nesirmuktar2385 10 часов назад +4

    Aja'ibauma bar atis waa liqimsitee lafa hoo argatte moo😂

    • @AliyiWoday
      @AliyiWoday 7 часов назад

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SanbateeWalloo-z8i
    @SanbateeWalloo-z8i 4 часа назад +1

    Atii nama gaaratii garruu oromo sii jallataa ofii jibisisuu demetaa fakkaataa Hafatamu lakkii lakkii ❤❤❤❤❤

  • @abdissaararsa4037
    @abdissaararsa4037 8 часов назад +10

    Ayi wallaalummaa. Beekumsa dhabuun akkas onnee namatti hora.

  • @hasharudina3905
    @hasharudina3905 4 часа назад +1

    Woooow hamile akkkamin jowar qeqta horofaa dhoqee

  • @propavinet
    @propavinet 8 часов назад +1

    ❤❤❤ sagaleen duuubarrattii dhagaa'amu nama jeeqa. kolfa nuf dhiisi.

  • @TofaTEC
    @TofaTEC 8 часов назад +7

    Unsubscribe

  • @retabekele
    @retabekele 4 часа назад +1

    Hahhhaa jawar qequu ketiii humnaa kamin mal bektaa atii gingilchuu fi basasuu malee jazbaaa

  • @Bereda100
    @Bereda100 6 часов назад +4

    Thank you 🙏🏽 you speak my mind 👍🏾🤩

  • @abdurahmanyasin8382
    @abdurahmanyasin8382 6 часов назад +2

    Kitiibataa akkamiit bilxiiginnaan si kattabddee abboo😂😂😂😂

  • @Masii-tube
    @Masii-tube 8 часов назад +6

    Dhugaarra hin goriin ammayyuu ati nama hubataadha❤

  • @AnasMohamed-g9h
    @AnasMohamed-g9h 54 минуты назад

    Habtamuu khan dhumaa jira Oboleewwan kee Ilmaan Wallaggatu dhumaa jira😊

  • @AyantuEbisa-o7b
    @AyantuEbisa-o7b 8 часов назад +7

    Jawwee king of king's

  • @Ñæníí430
    @Ñæníí430 6 часов назад +1

    Ani duruu si jibee wly wanumaa atu gingilchamuu qabda😂

  • @ZelalemAshetu-h6e
    @ZelalemAshetu-h6e 8 часов назад +5

    Jabaadhuu habtish❤😂

  • @marwaantube
    @marwaantube 3 часа назад

    😂😂😂 Aboo afanin ilamaa sharmuxaa

  • @berhanumoreda
    @berhanumoreda 6 часов назад +3

    Habtish:- Abbaa Dhugaa, man of integrity! Bless you brother!

  • @GosaGuta
    @GosaGuta Час назад

    Ergamaa biltsiginnaa maalif taata habtamuu😂😂

  • @teshomegezahegn1069
    @teshomegezahegn1069 8 часов назад +4

    Habitat ebiifamii.....!!!!

  • @thomashunde8760
    @thomashunde8760 55 минут назад

    Maal Habtish kadhaanan akaana,
    inni biyyaaf hojjata atii garuu harkaa facaafte kan akaana sii godhuu

  • @halimahalima152
    @halimahalima152 9 часов назад +4

    Jaweeee king🎉🎉🎉

  • @AbasAdem
    @AbasAdem Час назад

    ❤❤❤❤❤dhugaa baantaa Alamuu

  • @helentsegaye3325
    @helentsegaye3325 Час назад

    Galatoomaa nuuf jiradhu❤

  • @abditaye5011
    @abditaye5011 4 часа назад +2

    Salami habtaamu mucaankee raayyaa ittisa biyyaatti dabalamee jiramoo?

  • @EnabaAbdi
    @EnabaAbdi 5 часов назад +1

    Jawe king of Ethiopia

  • @KoluGirum
    @KoluGirum Час назад +1

    Maal taatee Habte rifeensa gaafa dhabbateen sii shakkee waa sii keessa sii kahanii moo

  • @Naolkoo4595
    @Naolkoo4595 6 часов назад

    Good job brother, Especially you raised an amazing issue about Burayu, it's very true, so government must focus on that area!! Thanks

  • @SirOil-vv5kq
    @SirOil-vv5kq 2 часа назад

    Yaada baay'ee gaariidha,Habtee kiyya, jabaadhu!Kitaaba keenya Guddicha,itti nuuf makaa!

  • @EyasuMan-g9e
    @EyasuMan-g9e 51 минуту назад

    Jaweee 👑of king oduu wayii

  • @obsamahammed9666
    @obsamahammed9666 2 часа назад

    Dhugaa Rabiii..duran sin fadha turee garu.....ama bodaa....Arka ke hin dan dahu

  • @bayisajota8245
    @bayisajota8245 4 часа назад

    " Buqqeen yeroon kenneef dhagaa cabsa " jedhan.
    Quufni Koloneel Gammachuu fi Jawwee qeequuf si geessise.

  • @Walin819
    @Walin819 5 часов назад +1

    Ayii Yaa Habtaamuu Lamuu..😢
    Waa'eenkee Baayyeema na dhiba jechan Dhabe
    Waan keessa Dabarte hunda beekta mitii maaf dagatte garuu waa'ee qabsoo oromoo Atisoo haa xiqqaattuu Aarsaa itti kaffalteettaa Mee mootummaan kun maaluma siif godheeyyuu Amma kana Jala kuftee faarsitaa Mee ifa naa godhimee

  • @dejenetadesse1155
    @dejenetadesse1155 5 часов назад

    Garan qufee fafedhaa 😅😅

  • @walmaragibee
    @walmaragibee 6 часов назад

    Studion kee haaraan sun akkam?

  • @FarahanAbdi-k8x
    @FarahanAbdi-k8x Час назад

    Wallaalaa akka keetii qeeqi malee waan beekkumsa itti hin qabne hin dubbatin jedhaan gurbaa kana

  • @madinawayu9295
    @madinawayu9295 Час назад

    Ati qeqaa Isaa dhisii jiruu kee jiradhuu😎😎

  • @KennaaSHOW12
    @KennaaSHOW12 4 часа назад

    Jijjiramnii dhufee Isumaanii yo dogoggoree obbolessaa keessaanii ofittii qabaatii wajjumaan hojjadhaa malee hin qeeqiinaa please 😭😭😭😭😭😭

  • @SleepyCherryPie-ks8bx
    @SleepyCherryPie-ks8bx Час назад

    Jawee is king 👍👍👍👍

  • @abubekerahmed2758
    @abubekerahmed2758 3 часа назад

    Habtish jabadhu gurba kunta kinte kanatti naf himi mee adaraa kee jawar jette hin yaamin kunta kinte jedhin

  • @sanyiisudi4981
    @sanyiisudi4981 3 часа назад

    ayi sifaan gadde Habtekoo

  • @KamilHasen-ze4gh
    @KamilHasen-ze4gh Час назад

    Ee gaafa lafa fi mana gaafa siif kennan akkanatti kijibu qabda . Aduu tiyya jedha 😂😂😂

  • @Somaliunity-m6n
    @Somaliunity-m6n 3 часа назад

    Jawar is king adero

  • @ibsaaHararge
    @ibsaaHararge 2 часа назад +2

    Jenerala Haftuu Afuftu Biltsginaa😎 Molaxaa😎Akkaa jirtaaniin Unsubscribed goodha Oro koo jala bahaa gurbaa Asmesayii tanaa👊

  • @SirOil-vv5kq
    @SirOil-vv5kq 2 часа назад

    Yaada baay'ee gaariidha,Habtee kiyya, xiqqoo, ishee

  • @fenet1433
    @fenet1433 3 часа назад

    Jawee king nuu jawee wajjin jira

  • @MorkisoBakako
    @MorkisoBakako 3 часа назад

    Ati cinaa tokko dhaabattee, jibiinsa akamai akka qabduuf mudhifte. Sobaan siimoo jawaar! Kana ummaninuu beeka

  • @teshomegezahegn1069
    @teshomegezahegn1069 8 часов назад +1

    ሀብትሽ ሁለቱም የሚረግጡበት የጠፋባቸው ግራ የተጋቡ ይመስላሉ ...????

  • @Niizeetube
    @Niizeetube 3 часа назад

    Dhuga ketii ❤❤❤❤❤

  • @TamiratTamirat-ee1yz
    @TamiratTamirat-ee1yz 3 часа назад

    Namn jibisisaa akkaa Jawar hin jiru

  • @Jaarraatube79
    @Jaarraatube79 Час назад

    Jawar King of King ❤❤❤