Grade 12 History Unit 5 Part 1(Afaan Oromoo)
HTML-код
- Опубликовано: 23 дек 2024
- Waraana Addunyaa 2ffaa
Bu'aaleei saa
Midhaa geessise
#hulageb_info_media #hulageb info media #geography grade 12 #grade 12 Geography exam #geography of ethiopia and the horn
Maaloo barsiisaa Rabbummaaf sin uumeef jechaa orderidhan Afaan oromootin hojjedhaa dhugaa Rabbii sirriitti nama galaa barnoonni keessaan hin dagatamuu Amaaraa nan waallaaleefanii.❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Thank you teacher
Order in to continue
Learning
Please teacher
Adaan hin dhabiin halumaa kanan Itii fufii teacher
Chapter guutuu isaa tartibaan nuu hojjadha ergaa afaan oromoon hojjattaniti teacher maloo akka itti dhageefanutu hin tole dhifamaa waliin ❤
Dhiisen jira RUclips irratti
Guttuu isaa Haalaa kamin arganaa maloo
You are right please continue in case of this. Jabaadhu haaluma kanaan itti fufi
Thank you so much my teacher heduu si jaalana ❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi🙏
Maloo barsisaa part 2 itti ansii kaa history and geography itti nuf ansii afaan oromo ttin
Thank you professor ❤🎉❤
Maalo brsa koo Isin eessa turtan baaye baaye isin barbaada turre adara barsa afaan oromootin daddafa nuuf dalagdaa❤❤❤
Tole🙏
እናመሰግናለን ❤ Geograph grade 12 ስራልን
Eshi🙏
Ibaaakihin teacher geography unit 6 sralin😢😢😢😢😢😢
Eshi
Akanatti itti nuuf fufiga teacher ❤❤
❤❤❤❤
Aķkanatti itti fufiii❤❤❤❤❤
❤Bayyee galatoomii my teacher ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee namatti tola teacher ❤❤❤❤
Ittumaa nu fufii barsisaa heduu si jaalana 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Mool barsiisaa part 2geogarpy and history itt nu dabaaal kaa afaan oromoo itt nu fuuii brother
Barasisaa koo geography kutaa 12 exam isaa nuuf hojadhuu
Barasisa baay'ee galatomii dafii nuu ofii geography bakaa dhisteeraa nuu egalii
Geograph nuf itti jabaadhu haya amma miidhaamne bar
Dhifamama wajjin otoo afanorom tin nuf barsiste barban my techar 😂grade 12 I am very happy my techar
@@AxmedXussen-u8s dhiisen jira Afaan Oromootin
Be amaregna btseraln mine ayyyyyyy yasaznal.
itti fufii bro koo❤❤❤❤❤
Afaan oromotiin
Baga nagayaan nu dhuftan Barsiisaa maal isin goonee hagana muluu maaf walirraa turraa mee ammaa dafa geo grade 12 unit 5 part 2 nu hojjadha
Dhiifama busy ta'eeni
Galatoomaa Barsiisaa. Geography nuf ergaa maaloo isin eeggataa Jirra
Afaan oromotii nuuf gad dhiisi
Tku teacher akkanumatti fufi
❤❤❤❤❤
Barasisa dadafii gadhisii
Maaloo unit 1 irraa kaasaa nuuf dalagamee teacher
Thanks teacher Economics grade12 exam unit 4 sarlin please❤❤❤
Please 🙏 🙏 history itii nuu fufii part 2 fi hangaa chapter 5 dhumaa issaa
Barsiisan jira galmaa'ii baradhu
Please addan hin kutin barnoota social kutaa12 chapter 5 or 6 irraa itti fufaa teacher❤❤❤❤❤❤❤
Tartiibaan nuf ofii teacher si hordafuu jiraa afaan oromootin social science hunda
Barasisa dafii nuu gadhisii kaa part 2
Yaa teacher kiyyaa qaalii Eessaa nah duura bade saa hedduun sih yaade bar gaa w/y
Yaa teacher kiyyaa hanga qormaata fudhaanuti duurati nah hin dhissiin haya sii male tokko akka addaati naf hin ibsu w/y dhugaa bana bar
Thank you
Unit 1 fi 2.3.4.hin hojanee teacher nuf dalagii gaaaa
History grade 12 new curriculum unit 5#6 nuf qopessii teacher
Tole
Barsiiss galatomi nu jabaadhaa hadaraa
Please do for us grade 12 geography unit 4 by Amharic🙏
itti nuf ansi techar bayee galatomi unit 5 nuf xumurii afaan oromotin history and geography nuf xumurii kaa
Barsiisa afaan oromoottin nuf fufii waan barbaaden sii bira jira geography unit5 historyunit5 economics.
Telegrami irratti na dubbisi
Resakan eko mnw teacherye
Eeyyeen teacher asumaan nuuf ergi telegrami jalaan baayyee rakkannee yeroos nurraa qisaase buufachuufi
Haaluma kanaan itti nuu fufaa barsiisa akka addan hin turre nurraa
Hundii takka sii hin dhibbiin w/y nu hin dagatiin haya
Amiin
Geography G12 nuuf dalagii daaffii
Ere bamarigna siralin❤️❤️😡
Addaina hin dhabbin ga history parati 2 nuff dalaagi
RUclips irratti dhiisen jira
Techar heduu galatomii akkanumati itti nuf fufii if nu barsifte nu jala hin badin.
Itti nuu muddaa
Please my teacher video dabalataa nuuf gad dhiisuun nu bira dhaabbadha!!!!!
Freshman course geography afaan oromo nuf hujadhu maalo chapter 6 7 final exam
Itti nuffu dabbali history
RUclips irratti dhiisee jira galmaa'i baradhu
History grade 12 unit 2 nuuf hojaadhu
Afaan oromoo tiin hojaadhu
History Kan dafa Nuu xummura . Akasumas Kan kutaa 11 katba isa dura irras Xiqqoo Nuu haahadha
Please Next tich
RUclips irratti dhiisen jira
Maloo obbolessa Koo afaan oromoon itti nuuf fufii?? Sii hordofaa jirraa
Dhiisen jira barsiisuu
Barsisaa ngh jirrttaa nii baddee kaa nuu dagattee kaa maltuu sii mudattee?
Maaloo Kan itti anuus daafiit hojjadhu
Grade 11 nuf dalagii unit 5
Partii lammaffa dafii gad nu dhisii
Adaraa barsii nuu fixii hundasaa
Mister mamazgeb falga neber amharic lay moltual enda ahun?
12 geography unit 7 and 8 nufa dalagi
Geography grade 12 curriculum unit five malif hin dalagin nuf
Geography unit 5*6
Teacher essa badde garee ijaartee iniin barsiisaa gara telegram nuun hin jannee .? Nu galmeeessitee hin turree
Erga barsiisuu jalqabee ji'a 1 caalee jira. Saniifin busy ta'e.
Maaloo unit six hojjadhu?
Teacher geography gutuu isaa order dhan nuuf hojadhuu halumaa kanan rabbii jechaa nuf hojadhuu
RUclips irratti dalagu dhiisen jira
ke unit 5 iske. 6 minew ibaakih beamaarinya axadfln translate english
ተቼግረናል እባክህ በአማርኛ አትሰራልንም በአማርኛ ምዕራፍ አራት እርሱ ሙሉ ይህም እንዴት እንሁን
Please in amharic
Malo narsisa itti fufi geo
Addaan hint kutin
Teacher afaan oromotin si barbaada turree adaara haaluma kanaan nuutti fufi
Are geography siralini😢
በአማርኛ አትሰራልንም
❤❤❤