Dibata Baadheen Manatti Hafee /Faar.Kabbabuu Guutaa - Tumsa Mo'aa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 фев 2025
  • #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
    SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
    / moaatv
    CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
    / @moaatv479
    Copyright ©2020: Mo'aa TV
    Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Комментарии • 47

  • @biftuuadunyaa851
    @biftuuadunyaa851 5 месяцев назад

    Ameeeen waaqayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu obbleetti keenyaa farfaana bayyee nama ebbisuu batee jirtii

  • @ShalomFeyera
    @ShalomFeyera 3 месяца назад

    Jabadhuu hadhokoo Kan rakatuu dhiphinis waraa Kan goftatii hin baya.ataa bagaa har.aa gessee hufnii kee yoo dadhabee kanaa bodee mucaa keraattii sii darbaa akumaa dukanii jiruu iftiis nii jiraa namnii obsuu ulfinatii ba.aa akka dukana.uttii hin hafuu hin Bari.aa uuuufffff ayii rakinaa waqayyoo saa gargaruu hadhokkoo jabadhuu hin darbaa abbaan dibatichaas waqayyoodhaa inniis jiratadhaa samuukee hin qabiin hadarakee giftiikoo senankee hin jijiramaa

  • @MoloGeda
    @MoloGeda 3 месяца назад

    Farfaata amaanuel waaqayyo gooftaan isin yaa eebbisuu obboleeti kenyaa waaqayyo jiraaf ati garuu amaanuel seenaa keessa dabartee mee nutti himi

  • @miratmanindra1451
    @miratmanindra1451 8 месяцев назад

    Ameeeeeen iyesuus ebbifami abbaa hadhoko Kun ifatti ba,uu qaba jira abbaan dibatichaa jabadhu jira yesuus! Ameen!☝️☝️👏👏👏🙌🙌🙌🙏❣️❣️❣️

  • @chalabalcha1439
    @chalabalcha1439 Год назад

    warri MOAA namoota akkasii kana barbaadani arguun social media irratti dhiyyeessuu keessaniif eebbifama. far. kabbabuuf waaqayyoo si haa gargaaru, wanti hundumtuu ni darba. obsaan eegadhu.

  • @HaileKelbesa-s5x
    @HaileKelbesa-s5x Год назад

    Anaanyaatu Kabbuu! Abdii hin kutin! Ammas Waaqayyo inni ati itti abddachaa turte si’iin hin gatu. Anaan Waldaa tokko keessaa baane; garuu anumtuu odeeffaannoo akkasii hin qabun ture; warri MO’A’s odeeffannoo nu qaqqabsiiftaniif ulfaadhaa!

  • @Atina450-gv3vc
    @Atina450-gv3vc 2 месяца назад

    Waqqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii dhugaa

  • @warqinashabarraa
    @warqinashabarraa Год назад

    Uuuuuuuufee ebifaamii waqayyoo bara kee haa ebisuu dachaa dachaa 😢

  • @tolesheduresa7172
    @tolesheduresa7172 3 месяца назад

    Uuuuuffeeee 🥺 waaqayyoo gaariidha 😢😢😢❤❤ ebbifami haadhooko 🥰

  • @Chalaetefa22
    @Chalaetefa22 Год назад +1

    Kara namaa mitii,Kara Waaqaa yaadatamuun siif haa ta'uu!

  • @yawahremedia8569
    @yawahremedia8569 Год назад

    😢😢😢Uuuffffee waaqayyoo gariidha gadii bu'uun ol ba'uu fidaa jabadhuu. 😢😢

  • @burki7633
    @burki7633 Год назад

    Obsii hadho koo waqayyoo garumadhafi godhee ayyanna dachaan siifha bayyatu darbbi demmii warrii mo.asi Ebbiiffamaa❤❤

  • @Billise-t5x
    @Billise-t5x Год назад

    Senaa ishe calaati farfannaa ishettu namatti dhagahama ebbifama

  • @Gadisesoboka
    @Gadisesoboka Год назад

    Obsii abeko waaqayyoo guyyaa qaba ❤❤❤❤😢

  • @cgvb6766
    @cgvb6766 11 месяцев назад

    Ishoo tv mo a eebbifamaa naman ani eegaa ture nufiddan

  • @Ela-uk4zz
    @Ela-uk4zz Год назад

    waaqayyoo guddaa isiin haa eebbisuuu
    maaloo seenaa fi waaqtole qixxaata Najjoorraa nu barbaadaa

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa Год назад

    Uuuuufffffeee Waaqayyoo baara jireenyakee haaebisuu ebifamii sigarggaraa Waaqayyoo jiraa 😢😢😢😢🙌🙌☝☝☝☝☝😭🤲🤲🤲

  • @KalilSaad-s9d
    @KalilSaad-s9d 6 месяцев назад

    😢😢😢😢😢❤❤❤❤waqàyoo senaa nama jijiraa jabadhuu

  • @hawahawa2475
    @hawahawa2475 Год назад

    Ammeen ammeen ammeen waqayyoo barafi jirenyaa kee haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa dachaa jabadhuu waqayyoo jira

  • @burki7633
    @burki7633 Год назад

    Ammuu kenyaa ebbiffami waqayyoo dachaa sii haa ebbisuu darbbii demmee❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 Год назад

    Eebbifaammmaa tv mo'a iji waaqayyoo warra iji nama irraa hin jiree iraa jiraa uufff jabbadhuu giiftiikooo❤❤❤❤😢😢😢 waaqayyoo ammayyuu wula sitti ha banu

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 Год назад

    Uuuuffffee waqqayyoo siif haa ebbisuu♥️♥️👏👏

  • @burteenugusee1493
    @burteenugusee1493 Год назад

    Ameen Ameen ebifamii Ebifamtuu koo ♥️ ❤️🙏

  • @miserms4091
    @miserms4091 Год назад

    Namii keenyee meshaa muziqaani utaalu malee ulfnaa goftaa walalera😢
    Eebbifamaa dachaa dachaan Mo'aa TVn 😢😢😢

  • @Tejex1596
    @Tejex1596 Год назад

    Waaqayyoo guyyaa qaba obssii hadho koo

  • @chaltugasso7948
    @chaltugasso7948 Год назад +1

    Tasa iyyuu gad hin jedhin! Waan jal'oonni siin jedhaniin gad bu'uun ol of kaasuun sirraa hin eegamu. Hafuurri Waaqayyo keessa keetti waan dubbtu duwwaa dhaggeeffadhu. Inni si waame amanamaadha.

  • @Uae4040-w3u
    @Uae4040-w3u Год назад +1

    Ameeeennnn Eebbifami giftiko hunduumtu wan tahe qaba Waaqayyoo guyyaa sif qaba Hadhaako❤🙏

  • @mimibekaa1065
    @mimibekaa1065 Год назад

    Waqqayyoo sii haa gargaruu obboletti keenyaa 🙏🙏🙏😢😢❤❤❤❤

  • @zeritutubeolana1064
    @zeritutubeolana1064 Год назад

    Uuuufffffeee 😢😢😢😢😢😢

  • @EvaTufa
    @EvaTufa Год назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤amen ameen😢😢😢😢😢

  • @BooneeYouTube-ui5rj
    @BooneeYouTube-ui5rj Год назад

    Waaqayoo gaariidha beekaadha 😭😭

  • @Uae4040-w3u
    @Uae4040-w3u Год назад +2

    28:54

  • @axsyraaxstra8356
    @axsyraaxstra8356 Год назад

    😭😭😭uuuuffeee waaqayoo gaariidha🙏🙏

  • @leliseabdeta1378
    @leliseabdeta1378 Год назад

    wow oggummaa addaa fi ayaana Waaqayyoo nama dhibaa, eebifama dhugaa❤❤❤❤

  • @AyatuuAyatu
    @AyatuuAyatu Год назад

    Uuuu 😢😢😢

  • @Tejex1596
    @Tejex1596 Год назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen

  • @caaliihurumaa4299
    @caaliihurumaa4299 Год назад

    😢😢😢 uuuuuuuuuufffee waaqayyoo koo

  • @WaqayyootikseekootiiTiksee
    @WaqayyootikseekootiiTiksee Год назад

    Waqayyoo siin haa Ebbisuu warraa mo’aa

  • @kiyyaayoutube6050
    @kiyyaayoutube6050 Год назад

    Waan hundaafuu waaqayyoo guyyaa qaba ❤❤❤❤❤❤ebifami

  • @muluuwarqi8112
    @muluuwarqi8112 Год назад

    Lakk bilbilaa nuuf ka'aa🙏

  • @AsteerShaamuluu
    @AsteerShaamuluu Год назад

    Uuuuufffeeee😢😢😢😢😢😢

  • @galanemidya2774
    @galanemidya2774 Год назад

    Waqyo gari dha

  • @meseretleta2556
    @meseretleta2556 Год назад

    Amazing.

  • @muluuwarqi8112
    @muluuwarqi8112 Год назад

    ❤❤❤❤

  • @biliseekuubii2347
    @biliseekuubii2347 Год назад

    😢😢😢😢😢😢😢

  • @dadydodd5880
    @dadydodd5880 Год назад

    Uuuuuuuuuuuufeee😭😭😭😭😭