Abdul well come to back bro wow barnoota gaariidaha akkasummallee yeroo amma kana namoonni baay'inaan hojii youtube irraattii bobba'anii jirachuun ni yaadatama. so kan hojjeechuuf maaltu barbaachisa fkn kanin akka camera laptop fi k.k.k faadha itii fayyadamsa garu nama murasatu beeka kaan ni bitu garu ittii fayyadaman beekani gaffiin kuni kan namoota danuutti jedheen yaada karrattii bal'inan hojjedhuu si jechuu barbadaa hedduu hedduu galatoomii jechaa turtii gaarii
Abdul nagan sinif haa tadhu kessatu eddoo stkire sani naaf galu dide dura amma naaf gale jira dura pusetani delete godhe amma seran naaf gale jiraa dhugaa barsisan dofumaa kessa nama bassa nuuf jiradhu faaya argadhu si jalana
mashaa Allah
Maasha allaha tabaarak allaha naaf mani mee hadaraa
MaaashaaaAllah rabbi beekumsa dhuma hin qabne isiniif haa kennu
Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha Mashaalha
Walkumasalam waramatuly wabarakatu 🥰 galtomi uuuuuy si yadeyu dhugaa jirtuu uman hordoftota Abdul App 🥰🥰
Jiraa Anis bayeen Si Yadee
Mashallah Tabarakallah baayye baredadha
Wel come Abdul App baga nagaa dhufte
Jabadhu
Good jop jabaa namaa
mashaa allah bayee baredaa dha
Wl wr wb abdul appa baga nagan dhufte qali kenyaa mashallh mashallh jiradhuu
nuf galtomii😍😍😍😍😍
Abo Abdu bayye bayye galatomi wollahi ningammade🥰barnota ketietti
Welcomee Abdul App contenew more😍😍😍😍
Wel stay
Mashallah
Anaadhufu sanyii ofii 🙏🥰
Baga nagaan dhufte
Abdul qaalii waan ajaayibaaati dhugaa waaqayyo baraaf jireenyake haa eebbisuuu
Barnoota baayye barbaachisa dha
Hani subscribe naf godhii maree😍
Masha allah bekaa keenya barumsa bayye namati toluu bro koo nuf jiraadhu kana caala bekii✍✅
Galatomi Sigimo Bro
👍👍👍👍👍👍Abdul
Wl wr wb mashaalllaa mashaalllaa
👍👍👍👍👍👍
Maashaa allaah matii janara dhufnee
Galatomii yutube ishee debisuukeetii mate keesi ta'eraa
Galatomi Baga Nagan Dhuftee
Galatomiii sanyii jabadhuu nuu barsisa jirtaa
Waleykum Asselam worhamatullah wobarakatuh galatomi obbolessako qaalinama
Abdul well come to back bro wow barnoota gaariidaha akkasummallee yeroo amma kana namoonni baay'inaan hojii youtube irraattii bobba'anii jirachuun ni yaadatama. so kan hojjeechuuf maaltu barbaachisa fkn kanin akka camera laptop fi k.k.k faadha itii fayyadamsa garu nama murasatu beeka kaan ni bitu garu ittii fayyadaman beekani gaffiin kuni kan namoota danuutti jedheen yaada karrattii bal'inan hojjedhuu si jechuu barbadaa hedduu hedduu galatoomii jechaa turtii gaarii
Hayee galatomi ke beki qaalii
As wr wb mashaalh galatomii Abdul🥰
Waw
Lubbu maati naaf ta.i
Jana kottu manako gori .anis sif tasisera
@@UMMUAJAB koo Anafis godhii
janaa subscribe naf godhii wanii ofii koo😍
mashallaa
Ws. Wr. Wb. Baga nagahaan dhuftee
Mashaallah barumsaa barbaachisaa dha 💕👍🌹
Galatomii
Nuuf jiradhuu obbolessaa kenyaa qalii namaa barumisaa bayee baredaa dhaa itii nuuf fufii 😍😍
Boontu maatii naf ta,i
Bagaa nagan dhuftee Abdul kenyaa galatomii
Galata irra hafii
Wallekum Asalam warhamatulaahii waabaraakaatuu jzkl
❤❤❤
Ani yutube dhiyoo banadhe ture haala isaa immo sirriti hin beeku profayi vidio hojadhe irran kaa,a yoon jedhe naaf hin sarmu yoo eeyyama tate lakk koo siif laadha osoo keesan haala isaa natti himtee natti tola amma Aaren hojachudha dhiisen jira mee na gargaaru dandeesa obbolesa koo
Ms ha allah jiradhu🥰💯
subscribe naf godhii 😍
Good job bro 🥰
Thank you
Abdul app please you tube kiyaa beskisaa naraa kasee defachuu nannii daddaa
Waaw barumsi kee hedduu namatti tola
Abduu dhugaa anuu yeroo bayeen iranfadhe bagirawon gosaa tokko hojedha . Menaan yalaa kankoo thampnail nabareda hin jiru.
Galaatomi abduu barnoota baredaa nufide dhuftaa yeroo hundayuu
Abduu mallatoo xiyyaa sanafaan barbadaa ture galaatomii jabaa kenyaa umuurii dhera nuf jiraadhu🙏🙏🙏🙏
Galata irra hafii qaalii
Abdul qaali barnoota baay'ee namatti toluudha barumsaa adaati hedduu galatomii nuuf jiraadhuu jabbaa Kenya ✅✅😍✍
Galatomi Abdii Goofta qaalii
Thanks for your friends ❤💚❤
subscribe naf godhi😍
OK
❤ jahbaadhu
Jaallatamaaf kabajamaa keenyaa baga nagaan dhufte
Barnoota baayyee gaariidha guddaa galaatoomii
Galata irra hafii hanii qaalii
Ana dhufu Abdul qalii
Heddu galtomi barumsa bayee barbachiso nuf dabarsite😍😍😍😍
Kottu maati naaf ta'i meski
wl wsm wrb bro jabadhuu
maatii naa tahaa
Gafiin kiyya ufiifi video ufbirtti dalysiisa ykn reaction reaction irraa dalgan jechuu kooti fayya tahi
Barnoota kana duraan hojjadheen jiruu akkasuma barnoota video tolchuu keessati ni argata barnoota video editing kutaa 1-11 Dalageen jira tartiiban
Abdul baga nagan dhufte qalii kenyaa anii kanan Hojechuu jalqabe Amma MO yeroo sevi godhu kardii gutii jedha yero gadii busuu jedhu
Isa telegram kiyya irra jiruu fayyadami
Aswrwb anii janaa birii dhufee obboleesso
Jajbadhuuu.barumisa garidha
wl sl wr wb
Galtomi Abdu 💕💕💞💞💯👍👍👍
Ebifami
Nagan sif haa tadhu Abdul Qaali barsisa kenyaa nuuf jiradhu fayyaa argadhu dhugaa
Galatomi
Galatomii sanyii🥰🥰🥰
Lubbuko maati naaf ta.i please
Galatoomi waan baayyeen irraa baraadhe
Abdul nagan sinif haa tadhu kessatu eddoo stkire sani naaf galu dide dura amma naaf gale jira dura pusetani delete godhe amma seran naaf gale jiraa dhugaa barsisan dofumaa kessa nama bassa nuuf jiradhu faaya argadhu si jalana
Galatomi masi qaalii
As wr wb akkami nagayaa jirtani
Obbolleessa mee yutubii nafii banii ee dhifaamaa gudaa wajiin
Ana dhufuu jabdaa kenyaa dhugaa nuf jiraadhu galaatom abduu
Abdul qali kenyaa barumsaa baredaadha hojiraa olchinaa tanaan barumsaa addati qalii kenyaa nuu jiraadhuu 🌹
Galatoomi Ayeetuu qaalii
Umrii dheeradhu
Anaa dhufuu abduu qallii nama
As wr wb akam jirtaa abduu qali namaa mee youtube kiyaa komati kiyaa cufadhaa mee na debisi rabii jedhii
Barnoota comment banuu channel kiya video short jala argaata
@@AbdulApp ok galatomii qali ko
Anaa dhufuQali fine Gari nama nuuf galtomiiBarumsaa Garii nuuf qodee
Gaafii qaba gafiin kiyyas youtube irratti akkata video ufratti taphachoisa irraa dubatan video yicharra bilbila qofan laptopin altti nu barsiisi mee
mee keessaan naa dubiisii.siitiin hajamee
Akmii jirtuu hudii keessanuu
Abdul qaalii ana dhufu barumsaa guddaadha hedduu Galatomii!
Galata irra hafii Naato Qabeetti
As wr wb bro bilbila kee naaf kenni eessan argachu dandaa bilbilaan si dubbisuu barbaade bro waan naan galintu jira pls 🙏🙏
Qaali koo maati naaf ta.i please
W wr wb Telegram kiyya channel Kiyya jala argata
Janatuu ergee
Haye Abdul app galatoomi Mee Sababaa RUclips Wich hours time hi.risuuf nuu himii please
Hayee insha allah video qabadhee dhufaa
Galatomi
Mee RUclips nafii banii nadide dhifaamaa gudaa wajiin okee
Akkaata youtube itti banatan Video channnel kiyya jala argaata
Nuuuf gale
janatube jallati sii argee galatomi
Galatomi Baga Nagan Dhuftee
Gudaa galatomii qalii
Wolhii you Tube banachu barbada garuu Banu wolale nafi hima dhiifama wojini
Channel kiyya jala seenii akkata youtube itti banatan fi itti maxxansan dhima youtube wal qabatuu mara Channel kiyya jala argaata
❤❤❤