Mee ani kan si fakkaadhu si gaafadhee kaa sanyii, amma atumti kuni osoo waan gaarii wayii nuuf hojjattee si faarsuun,si jajjabeessuun sirrii hin ta'uu? Mee natti himi.
@@abdifreedom1552 oto waqni jiru nama farsun maf barbachise animo kanin are abtamu lamutti bayyen isa jalladhayyu amman isa jalladhun isa jibbe kalessa hin farfata ha'ra immo birr arge sirbe lubbu isa birritti gurgure kana manna yo illuminate itti yo gale isa hin wayyu amma fakkessu
የሚገርም ሙዚቃ እና ባህል 🔥🔥🔥🔥 ማነው 1 ቀን ሙሉ እየደጋገመ እንደኔ ያዳመጠው ? 🔥🔥🔥 በርታ ወንድሜ 👍
Sa'aa abbaan gaafa cabse ormi ija balleessa jedhuu mitiree!! Jabaawwan ofii abbaatu kununfataa jabaadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@members❤❤
@follower's🎉🎉
በስማም በጣም በጣም ተደምጦ የማይጠገብ ሙዚቃ አብቹም ሆነ ሌሎቹም ይገባቸዋል የልፋታቸው ዋጋ አሁንም እገዚአብሔር ከጎናቸው ይሁን ኢትዮጲያ በልጆቿ ታፍራ ተከብራ ትኖራለች።
አብይ ገዳይ
@@legizewnew1477አንተ እርስ በርስ ተገዳድለህ በ አብይ አታሳብብ
@@Firomsis_0123 ነው እንዴ አብይ ገዳይ ነው አለቀ
እጅግ በጣም ደስ ይላል እናመሠግናችኋለን፣በርቱ ወንድሞቼ፣❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
ዋው ዋው እጅግ በጣም ነው የተደሰትኩት ምርጥ ስራ ነው ይገበዋል አቢይ my king king king 💪💪💪💪💪
Woooow Ijoollee Dinqiidha Isin...An Tasa Hin Shakku Abbichuu,Shimee,Aaddee Keenya Adaanech Yeroo Hundumaa Isaan Waliin Jirra❤💪
Who came from tiktok
Moti you're great man .
Hojii ajaa'ibaa hojjette , siin boonne, jabaadhu hojii kanaa olii baayyee sirraa eegna.
የኔ ከአፋር ነኝ ግን በጣም የምዉድችሁ ❤❤❤❤❤❤
Great song! We need to protect our hero!
Faarfannaa guddaa! Goota keenya tiksuu qabna! Namoonni muraasni asitti qoosuuf yaalaa jiru, garuu namoonni kun waggoota 27 darban osoo Oromoon duguugamee ajjeefamu homaa hin goone!
ጀግና የጀግና ዘር እናመሰግናለን❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I’m Oromo diaspora will be back soon❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤😮😊wow so beautiful culture oromo 🥰 Koo ❤❤❤❤bayaa baradha xignii Laancaa bagaa gasaan ❤️❤️😊
Waw waw....Ara itti nu dabala dhuga akkanatti kunoo oftahun cubbu qabu Osso kan wanyu wanyu kan horu hora jedha oromoon ....ammas kana olitti issin eegna issin galatooma jenna artistonni dhuga lafa jiru calaqisistan💪💪💪💪💪💪💪
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 Amazing work 👍👍👍👏 Great job ❤❤
First comment jalqaba ❤❤❤❤❤❤
አብኮ ዬለም ደሱ ቀይ አበለሀው እንዴ ደሱ ኦሮሞ ደሜ ነው እመጣለው የፍያል ቁርጥ አምሮኛል ደግ ሰው ነህ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Beautiful biyya ofii Akkanatii Jaalachu very good ❤❤❤
Akkasi gurbaa❤❤❤❤❤
Dhumni kessan nama farsu tate wayyo money power
Mee ani kan si fakkaadhu si gaafadhee kaa sanyii, amma atumti kuni osoo waan gaarii wayii nuuf hojjattee si faarsuun,si jajjabeessuun sirrii hin ta'uu? Mee natti himi.
@@abdifreedom1552 oto waqni jiru nama farsun maf barbachise animo kanin are abtamu lamutti bayyen isa jalladhayyu amman isa jalladhun isa jibbe kalessa hin farfata ha'ra immo birr arge sirbe lubbu isa birritti gurgure kana manna yo illuminate itti yo gale isa hin wayyu amma fakkessu
Dassuu hin beektu yaa raatuu callistee hin odeessin money nama facaasu inni dhaqii guurradhu
oromoo akka kee yeroo hunda qabsoo oromoo gadi buusu….HORII, BARIYA woyiin!
@@EthioExpress qabso fi kana maltu walitti fide bro
Jabaa ofii Abbaatuu Jabeeffata Oromoon wal faarsuu wal jaalachuu qaba isaatu diinaf yaaddodha💓💓💓💓💓💓
Dhugaa jedhii me
waw okash kenyaa 👍👍👍🎉🎉🎉❤❤
Jaarii kun oroommoo 4quulquuluudha warning jaraa qeeqaruu diiqla tigiireeti waiting Islington gotaanu hin jiruu siirba jarraa woliin❤❤❤❤❤❤
Bagaa oromoo tatan ❤annile oromoo ta'u koti Nan gamada 🥰❤️💚
Baagumaa oromo ta'e dhaaladhe i so proud of oromooo koo❤❤❤
Finfineeni tasisee dubaii jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤
Without oromo there is no Ethiopia 🎉🎉🎉🎉🎉😅😅😅qe,een abbaan tolti🎉 congratulations ❤❤❤
Jaabadhaa ama yarooni kenyaaaa🎉🎉🎉🎉
አቦ ውቢት አመንሲሳ እንዴት ትረሳለች አንተ እያለህማ❤❤❤❤❤❤❤❤
Inaffaa dhiisaka😆
Ijollee Abbaa gadaa❤️
Waan bareeda ummata jaalalaaf akkasitti yoo qoodan tola dabala ammalle❤❤❤ Sayyoo keenya baay'ee sii jaallana
Ani sirbaa hin jaladhuu garuu hadhaa Dhugaa imimantuu ija naa bu 'ee rabbi tokko nuu haa godhuu ❤❤❤
Tafee waan gariidha hojii halaa yeroo wajiin demudha
Sirrii hojate arara farsite
Tokko qeqxee tokko hin degaree
Bravo bravo
Ishoo !! kan biyyaaf hojjate galata isaan maluuf beekkumtii kennuun yaada nama beekaa irra eegamudha !!!!!! ❤❤❤❤
Waljajjabeessun aadaa OROMOOTAA haa ta'u!
Yeroo namni lubbuun jiru wal haa farsinu yoo balleessan;dandiirraa miliqan dandiitti haa deebisnu ,walitt hinaafun aadaa OROMOOTAA akka hin taane! Namni qulqulluun hin jiru hundu bakka jirutti ni balleessa akkasumas waan gaarii hojjeechaa deema. Jaarraa heedduuf goota lubbuun darban qofaa faarsun hin malu,kan jiranis haamallee keenna deemun dansaa dha. HORAA BULA DEEBANAA!
Great perspective!
Wow 💯 ittii cabasii
its nice song
Dasuu Ambo Album gutuu sirraa Eegnaa !!! Waan barbachisuu hundaa nii deegaraa ! Jabbaa ofi abbatuu jabbeftaa
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤ bayee bareedaa ❤❤❤❤
ደሡ አምቦ 🥰🥰🥰🙏🙏🙏
Abbaan Gingilchaa Jeneraal Habataamuu Lamuu gara sirbaa deebi’uun isaa waan dansaa ❤❤
Wwwwww oromo koo bayy,ee is irra bareda ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amazing song ft Sayo Danda ❤❤❤❤
Waqayyoo isin haa eebbisu jiraadhaa hojii baayyee bareedadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Galatooma baay'ee isin jaalanna. Jabaa keenyaaf dhugaa bahuun gaariidha. Baay'ee galatoomaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
I am from Tanzania love you oromoo people
Amazing music ❤ keenyaa barrii qaba irraati Oromoo ❤❤🎉🎉
Dhiraa adhaa kessaan oromotaa koo jabaadhaa malooooooooook❤❤❤
ይገባችዋል 💪💪💪💪
Hayiiiii woraa faarsee bullaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
🎉🎉🎉🎉🎉wowwoowowoowowowowooo
Offiikallaa oromoo koo shawa koo❤❤❤
Wwwwwuuuu ❤️💯💯
Bira dabroo,bira dabroo; ijoollee ilaalcha mooyataa tana!.
jabaadhaa, mortuuf hinaaftun gaduma deemti.
Maqaa koo akkamitti keecha dhibe garuu😢 I'm proud of you 💪
Maqaan kee maal keessa godha nabee koo❤❤
I from canada ilove this songs
Sibikun baye numarache nubosise umuri nuf dheradha ❤❤❤❤❤ kesankesati haftefi sayyo yeron sagalekesan dhagahe nabosisa ❤💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋
Wowowowow❤❤❤
Qabi qabii wayoo osoo si biraa jiradhee❤❤❤❤💪🏻💪🏻💪🏻🐅🐅
❤❤❤❤❤❤❤❤
Great work
Akkuma kee anis dura Abiy jibbaan ture 😊 dubbiin amma naaf galte ❤ maallaqa malee abiy Ahmed jaalachuun ni danda'ama🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 🕺 🕺 🕺 🕺
Amen amen bless all my Oromo people 🙏🙏🙏
Woga 1000nuf jiradha wly❤❤❤❤❤❤
Haftamuu dhugaa sagaleen Kee adda🔥👌
Wawooo oro koo❤❤❤❤.one love ❤️
😱😱numachumafi murtatani katanitu barana ani jacha hin qabu ittimuma nujabadha 👌👏💪💪
Biree kiyyaa😂
Aduu tiyyaa😂
Habtamu lamuu maqaa nunyaatte
Haderaw HORII woyin 🐄🐄
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ijoollee keenya Ijaraa Nuuf hafaa Dhugaa sin jaaladhaa anii😎
Wow good job 👌👏👏
Bayy namte toole ❤
የኦሮሞ ሊጆች አላችሁ like አድርጉኝ ገና ታሪክ እንሰራለን ምቀኛ ተንበርክኮ ይኖራታል በፍክር መኖር ካልችሃለ በሚገባዉ እናዎራዋለን ሚርት ሲራ ነዉ👌👌👌
Good job❤❤❤ jabaa ofii abbatu jabeeffata!!
LOVE IT !!!!!!!!!! What does tole means :-) Just asking. Beautiful!
Okay
Wow bayyee namati hojjii bayyee barreda like godha mee
abichu super smart
Bagaa Oromoo tatan ❤❤🎉🎉❤🎉annile oromoo tau koti Nan gamada❤❤❤🎉🎉
❤❤❤...Baay'ee namati tola......
Power of the money😂
An uf tahuu Keessantu natti tole. Jagnoota koo jabaadhaa.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sirba Ajaa'ibati Dasuu Abbaa Biyyaa Baga itti Cabsite garaa na qabbaneessite Wallaahi ❤
Sultan from Bole
hoooo Bal'aa gezzaa 🤔🤔🤔🤔
Wawuuu ijolee biyya nibareduuuuuuu
Sirba Ajaa ibaa ummata jaalala waan barbadan deggaruu mirgaa keessan jabadha ❤❤
👍Good job Dessssha👍🙏
Sanyiin leenca leencuma duruu.jabaadha.namatti toltuu dhugaa rabbii.hinaafftuun haa gubatu.
Wow bayye barreda dhugaa 💪 💪 💪💯💯💯💯
Jawaar waa takka shakkeera😂😂😂
Kkkkkkkkk
Maalii shakkee
Comment nati tole😂
oromoo akka kee yeroo hunda qabsoo oromoo gadi buusu….HORII, BARIYA woyiin!
Wawaw ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wawu iti nu jabadha qaliwani kenyaa ❤
Baayyyee bareedaa dha. Jabaadhaa, Galatoomaa🙏
Great job 👏
Ayii nama waqeesuu egaltani ijollee keenya
Akkasii ijoollee abbaa gadaa.artistoota keenya umurii nuuf dheeradhaaaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayee bayee namati tolaa❤❤❤❤
Peace of love❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Kun dhugaa waaq namatti tola❤❤ ulfaadha Adem🎉🎉
❤❤❤kanaa dubiin sayyon duruu namaa jabaa
Yaajama Malli Kuni ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bocher dha from shewa caancoo
🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤ jajjaaboo oron qabdu we ❤ you🎉