Yeroo Jaalalaa

Поделиться
HTML-код

Комментарии • 262

  • @bareduusalaleesanyiitaddee1406
    @bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 года назад +21

    Uuuuuuufffff garaa nama nyaata raabbi naa bochisee seenaan kee waqqayyo nama gaarii siif haa kenuu abdii hin kutaatin maatiitu gargara siin basee ayii 😭😭

  • @user-sj3dm9ky6h
    @user-sj3dm9ky6h 2 года назад +3

    ፍቀር እኮ መከራዉ ብዙነዉ am tigray l love you oromo💔💔💔እኔም የምወደዉ ምርጥ የኦሮሞ ልጅ አለ ፈጣሪ ከፈቀደህ እንጣመራለን አይዞን በርታ ነገ ሌላ ቀን ነዉ

  • @bekebeke1749
    @bekebeke1749 3 года назад +3

    Uuuuuuffii bayeee garaa namaa nyaata dhugaa ayii jalalala kan😢😢 homaa miti hadhoo koo kan rabbii sif keene hin dhabadhuu waan huddumtuu gafaa guyyaasa hin oluu addi hin gutaatin jabbadhuu isaa boddati ini daribe darabeeraa issaa garaa fulduratii waqqayoo bochiia 😢seenaa kaa waqqayoo namaa gaari sitaa qabuu addii guutiin jabadhuu sanyii koo senaa kee bay,eee garaa nama nyaata garuu jalalii waan bayeee nama godhaa garuu barumsaa namaf taa kan arguunu dhugaa

  • @MimiDarartu-ju4jo
    @MimiDarartu-ju4jo 4 месяца назад

    Uuuuuf dhugaa garaa nama nyataa waaqayyo nama ishii caaltuu siif yaa kenuu❤❤❤ qalii nama jalalii gowwaa namaa gotii

  • @mariyetobe2318
    @mariyetobe2318 3 года назад +3

    Yaa caraa kana hireen qooda rabbiiti.
    Akamiti dhiyaachuu danda'a anis seenaa barsiisaa ta'e qabaa.
    Kan jaalalee kiya wogaa 7 waadaadhaan woliin turee osoo ani biyati galuuf baatii 6 qofa naaf hafuu inni intala biraa fuudhuu isaa isumatu nati hime ani nagaa gaafachuuf bilbilaafiin

  • @shumiaberagemechu4385
    @shumiaberagemechu4385 3 года назад +23

    TOKKITTII KOO
    Amma utuu ka’ee iji koo na jaamee
    Adeemuu dadhabees utuun takaalamee
    Ifa koo naaf taatee harka koo na qabdaa
    Moo akka simbiraa na harkaa tasa badda?
    Anaa wajjin boossee imimmaan harcaaftaa?
    Moo gadi na darbattee bineensaaf na laatta?
    Ba’aa jireenya koo isan ijibbaadhe
    Yoon dhoksaa garaa koo hiikee sitti himadhe
    Boolla sagal lixxee furmaata naaf laattaa?
    Moo ormatti odeessitee ittiin na lafafta?
    Akka haadha kootti simararsiifadhee
    Beelaafi dheebuu koo utuun sitti himadhee
    Beela koo beeloftee qabdee na tirsitaa?
    Moo dammaan maktee summii na nyaachifta?
    Utuun dhukkubsadhee dhaqni na adoodee
    Ka’ee utuu harki koo buddeen qabuu didee
    Akka simbiraatti afaaniin naaf laattaa?
    Moo, achi garagaltee na teessiftee nyaatta?
    Lafan ciisuu ka’ee suuta sosocho’ee
    Akka daa’imaatti utuun sitti boo’ee
    Ofitti na qabdee na hammattee raftaa?
    Moo na balfitee dhibee koo ajeeffatta?
    Egaa tokkittii koo….
    Dhuguma yoo taate lafee cinaacha koo
    Anaan kan gargaartu firri gaafa rakkoo
    Sidha erga ta’ee manni koo galgalaa
    Natti hin sinsinnaa’in sinsinnii jaalalaa.
    (Shuumii Abarraa Gammachuu, barreessaafi ogeessa saayinsii hariiroo hawaasaa)
    Contact me for detail on facebook: Shumi Abera Gemechu

    • @sameerasami4404
      @sameerasami4404 2 года назад

      Bagaa,nagaa, dhufte,mucaa,biyyaa,Koo❤️💚♥️

  • @sisaytsegaye8138
    @sisaytsegaye8138 Год назад

    Homaa mitti kormee dhiraa jireenyi itti fufaa!Abdii hin kuutin!

  • @jijijiji8035
    @jijijiji8035 2 года назад +1

    Baayy.ee gara nama nyaata obolleesaa koo homaa miti waqayyoosaa jabeesu ati barumsaa kee qofati jabadhuu

  • @uaess9428
    @uaess9428 3 года назад +3

    Dhirri nan bararulleni kun heddu na barare dhugaa maalif jennan yeroo baay'e nama miidhu waan ta'ef garuu intalli daba qabdi maati amnsisun inuma danda'ama ture garuu rabbi waan siif yaade qaba abshir / anis jaalalle yeroo dheera faana turen qaba ganna kana jaarsa erguuf ta'a garuu maatin kee wayi na diduyi jechaa jira garuu nan amnsisa maati koo rabbi nahaa gargaaru / warra boqollo obn na jibidistu dhugaa gantoota

  • @ateqanaeem9178
    @ateqanaeem9178 4 месяца назад

    Wolahi gara mana nyata jabadhu wan hireketi hindhabdu .😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘💘💘😥😥😥😥

  • @Kebeda
    @Kebeda 3 года назад +2

    Uuuuffffff😭😭😭😭😭garaa nama nyataa obsii oboleessaa ko❤️❤️❤️

  • @oromiyaantanoromootitube3512
    @oromiyaantanoromootitube3512 3 года назад +2

    Hedduu bareedda Anaaniyaa dhugaa mucaa koo siif kenna abshiir namni tasgabbaayan hedduu natti tola

  • @kamilaashaaffi8001
    @kamilaashaaffi8001 2 года назад +1

    Walahi gara nama nyata siruma jalalakeen qabdu sobde siti fakkesa turte malee akkamin dirqamn nama herumsisaa silamo dirqamn jiramo zabana kana warenya kun malumafu rabbin kan sijalatu atis kan jalatu sifa kenu brooo damoo darbitee guyya biraamo ma dawalte sin gafane 😭😭😭😭dhiras ta.e dubarsa warri nama gowomsitan arada of qusadha 😭😭😭

  • @kokibe2931
    @kokibe2931 3 года назад +5

    Ayyi namaa qabenyaa kallee nama lalee Ayizo obbollessa kenyaa kan rabbii sifii kennee hin Dhabiduu

  • @saamirashaawaliji6156
    @saamirashaawaliji6156 3 года назад

    Miskiin waalahii abshiir haadho koo raabiin waan ofii jaalate siif haa keenuu baaye gaara nama nyataa ayyyyyiiiiiiiiii jaalala

  • @hawiinetoroshawaash4850
    @hawiinetoroshawaash4850 3 года назад +12

    gurbaa jirtayuu?mucaa biyya koo🙋‍♀️ani yeroon biyyaa jiruu bayyen sii jaladhan turee garuu sii qanfadhe malee dhugaa 😔 sii arginaan garan naa na'ee uuffff 💔Anii garuu amma baruumsa addan kuteen biyya alaan jiraa dhugaa jalalees qabaa👌waqayyo hiriiyaa gariii kan biraa siif haa kennu qaxaalee mucaa biyya koo jabadhuu baruumsa keetii jalatani dhabuun wanumaa jiruu Abdiin jiraa fulduraa kee umuriin kees sii dangeesuu ganadha👌

    • @bontuararsa9502
      @bontuararsa9502 3 года назад

      😂😂😂😂😂😂😂😋😋😋😃

    • @hawiinetoroshawaash4850
      @hawiinetoroshawaash4850 3 года назад +1

      @@bontuararsa9502 😏😔😜

    • @urjiikabbadaa9720
      @urjiikabbadaa9720 3 года назад

      🤣🤣🤣🤣🤣 Maalif sodaateyu

    • @hawiinetoroshawaash4850
      @hawiinetoroshawaash4850 3 года назад +2

      @@urjiikabbadaa9720 durba wanan tahefan sodadhee kaa 🙂durbii dhiraf gafii jalala dhiyesun Qannii guddadha akkuma Adaatu☺😏

    • @urjiikabbadaa9720
      @urjiikabbadaa9720 3 года назад

      @@hawiinetoroshawaash4850 🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰dhugaa keetii qoosaa fan jeedhe

  • @Birqee-ox3yc
    @Birqee-ox3yc 3 месяца назад

    Homaa mitii dhugaa waqqayoo bekadhaa kaankee kan tatee nii jirti namaagadisisaa homaa mitii maloo

  • @obse1975
    @obse1975 3 года назад

    Uuuuuuuuu maloo maal argina garaa nama nyataa nama amanun gari miti

  • @ketemasheshetu7187
    @ketemasheshetu7187 3 года назад

    Ayzok obboolleessa koo Kan siif yaade ni jirti ati barnoota kee qofatti jabaadhu.hiree kee Kan harkaa qabu adaada ishii otoo hin taane Rabbii qofa.atis boru hojeeta taata.

  • @bisra7025
    @bisra7025 Год назад

    Uuuufff bay,ee nama gadisisaa,rabbii tan isii Caltu sif haa Basuu inshallah

  • @JeylanJeylu
    @JeylanJeylu 4 месяца назад

    Maddan jalala abumutti baldhatta madda kessa ke ha fayisuu rabbi

  • @eleniseboka5857
    @eleniseboka5857 3 года назад +9

    Ayy jalala kana 😢

  • @bassaashano6725
    @bassaashano6725 3 года назад

    Uuuuuuuuuuùffffffuuuuu bayyee onnee namaa cabbasaa.dhugaa rabbii sifi haa fayyisuu jabadhuu sabbonaa namaa

  • @belayche4050
    @belayche4050 3 года назад +2

    Brother you are kind and strong 👍💚💚💚💯

  • @ayyaantumalaaku3202
    @ayyaantumalaaku3202 3 года назад +1

    waqaayyoo ishet haa ararmuu durayuu in sobdii

  • @user-jx9cm4jm3j
    @user-jx9cm4jm3j 3 года назад +1

    እናመሠግናለን ጥሩ ትምህርት ነው አይዟ😘😘😘

  • @uaeajman4945
    @uaeajman4945 Год назад

    Miskiina karaa nyaatai inni jiruu kkkkkkk❤❤❤❤❤

  • @darartutube2323
    @darartutube2323 3 года назад +1

    Baay'ee nama gaddisissaa
    Ayyizoo obboollesa koo Anuu sittin Erumma.

  • @kennaatube5029
    @kennaatube5029 3 года назад

    Wayyooooooooo wayyyooooo maloo kaa dhifamaa godhifitii ergaa ishen tidarii sentee akkaa isheen mana sanan tirarii san kessatii hin midhamnee rifatuu ketiin

  • @emuyeebonsaa5264
    @emuyeebonsaa5264 3 года назад +1

    AyiZoo mucaa biyaa koo waaqayyoon daadadhaa bidenii sii qophee hin shagatuu kanaa jaalataan yoo dhanaan kanaa caraa ofi hin dhabenii qalii mucaa jaaldu 👍👍

  • @muluneshtafasa8865
    @muluneshtafasa8865 3 года назад

    Waaqayyoo kan ishee caaltu siif ha kennuu mucaa biyyaa.

  • @shamsiiintalaaoromo6468
    @shamsiiintalaaoromo6468 Год назад

    Nama gadisisaa wallaahi 😭😭habibii rabbii kan jalatuu siif haa latuu 😥😥

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 года назад

    Bayye gara nama nyata Waaqa uuufffaa matidhuma tokko tokko iccitii😭😭😭😭

  • @melikatringo5852
    @melikatringo5852 3 года назад

    Uuuuuuuffff bayee garaa nama nyataa dhugaa waqqayyoo kan ta,i yadee si ha kenuu rabbii

  • @kiyyaatadele1187
    @kiyyaatadele1187 3 года назад

    uuuuuuffffee maloo kaa dhugaa hedduu gara koo na nyaate ayyii yaa jaalala

  • @user-ih7yz8po3k
    @user-ih7yz8po3k 3 года назад

    Homaa mitti jabaadhu
    ❤❤❤❤ Kan waaqayyoo siif kennee hinumaa jirraa

  • @zedtube6887
    @zedtube6887 3 года назад

    Abishir Obalesaa koo kani caaluti bataa saniyi koo ❤❤❤🧡🧡💯💯💯

  • @fedhaawaqi1519
    @fedhaawaqi1519 3 года назад

    Kan waqayyoo siif qoodee jirti jabadhu

  • @chaltufeyisa4202
    @chaltufeyisa4202 3 года назад

    wayyoo bayee gara naa nyataa waaqayyoo siif jiraa obboleesakoo

  • @meseretbirhanu9055
    @meseretbirhanu9055 3 года назад +1

    Homa miti guyya tokko ishenis itti gafatamti ati garu nama sii jalatu argataa

  • @chaltufayisa1400
    @chaltufayisa1400 3 года назад +1

    Homaa mitii anis garu achuman ture sin bare malee

  • @user-jr8uo3ru6p
    @user-jr8uo3ru6p 8 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤ok😊😊😊

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 3 года назад

    Uuuuff garaa nama nyaata jaalali yoo dubbatu salphaa fakkaata malee baayyee ulfaata rabbii nama dhugaa siif haa laatu oduu nama fayyaa maraacha

  • @AsSa-jj9wj
    @AsSa-jj9wj 3 года назад

    Iuuuuuufffff baye na marare baye gara na nyate waqayo kan ishi cala sijaltu waqayo sif ha kenu

  • @qaashtiisanyiioromoo9561
    @qaashtiisanyiioromoo9561 Год назад

    Ayhii seena.koo fakkataa.dhumaa.irrattii😭😭😭

  • @fiqademokonon5517
    @fiqademokonon5517 3 года назад

    Uuuffiii dhugaa bayee garaa Namaa nata kodhee koo obsi qalii
    Kotuu mee Natu Sijaltaa 😂lakkaa kee Nafii ergiii ❤

    • @ananiyabekele6232
      @ananiyabekele6232 2 года назад

      Kkkkkkkk.........yaada keef guddaa si galaatefadha

  • @sinbootube9213
    @sinbootube9213 3 года назад

    uuuuuf garani nama nyataa waqayyo sii yaa jabbesuu😭😭😭🥰

  • @alama3212
    @alama3212 3 года назад

    Uuufffeeee wayyooo baay,ee nama gaadisisa waaqayyoo nama gaarii sifa kenuu

  • @uaeuae7259
    @uaeuae7259 3 года назад

    uuuuuuuuuuffffff baye gara nama nyata dhugaa muca biyakoo obsii kan sijalatuu waqayo sifa yaduu

  • @simbootube3711
    @simbootube3711 3 года назад

    Uuuuuuufffffff garaa namaa nyataa waqqayyoo kan garaa keti sif haa basuu bro

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 года назад

    Saffuuuu hirya Akana Diini borodha Nama marga jedha Oromoni

  • @jamilahikhatun8380
    @jamilahikhatun8380 3 года назад +1

    uuuuuu yaa rabbii kessa nama isuma beka anis mudano akkana qaba maluma ta'uu jalale ko kani isaa dhugaa barataa kuta 12 garu maati kiyaa hin jalaatani ani isaa male jirachuu danda'uu furmaan kiyaa mali inilee daqiqaa tokkof na obsu danda'uu garu abban ko nama ani jalaanee dirqamaan na kenaraa 😭😭😭😭😭😭😭 hayii jalalaa ♥💕♥♥💕

    • @boniiamboo8414
      @boniiamboo8414 3 года назад

      Uuufffaaa homa miti Baredu ko nama jala tu male dirqama hin qabidu isimati Eerumi boda in dararamu hin ciqami hadhako💞💯💟😭

  • @bontuushewa1075
    @bontuushewa1075 3 года назад +1

    💖💖💖💖💖💖💖💖 jaallaalii ni dhufaa abshiir lubbuu

  • @alihamm9402
    @alihamm9402 3 года назад +1

    Uuufff garaan namaa jalaatee gowwadha homaa mitti kodee

  • @user-it6od2vk7k
    @user-it6od2vk7k 11 месяцев назад

    Uuuuufff yaa jaalala kana hoo

  • @galoocawwaqa1620
    @galoocawwaqa1620 3 года назад

    Uuuuuuuufffffff baay'ee garaa namaa nyataa dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😥😥😥😥😥😥

  • @obsaantube7880
    @obsaantube7880 3 года назад +1

    obsi ananiyyaa muudannoon kee heedduu nama barsiisa garaas nama nyaata. jabaadhu never give up bro koo

    • @firiottolcha1099
      @firiottolcha1099 3 года назад

      Obsaan mee lakka saa nafi ergii yoo betee ani moo bayyeen isaa jaladhee

    • @obsaantube7880
      @obsaantube7880 3 года назад +1

      @@firiottolcha1099 kkkkkk onnee isaa miidhamte fayyisuu ni dandeettaa??

    • @firiottolcha1099
      @firiottolcha1099 3 года назад

      Obsaa maloo natii qosiin kaa nafi ergii bilbilaa saa anis muddanoo akka saa sani wanini qabufi siritaan hubadhafii

    • @user-nf8qc1oc9r
      @user-nf8qc1oc9r 3 года назад

      @@firiottolcha1099 kankoo si ergu

    • @firiottolcha1099
      @firiottolcha1099 3 года назад

      Kani kee hin fedhuu

  • @obseal4249
    @obseal4249 2 года назад

    Uuuufffi dhuga bayee nematidhagahamma dhuga obbolesa ko anisi seennaa akka keni qabba garu Mali godhu kan waqayoo jedhe male hin ta,u

  • @Mitiku682
    @Mitiku682 3 года назад +2

    Waqayoo namaa laphee qululu sii jalatu siif haa kenuu

  • @miresafite1021
    @miresafite1021 3 года назад

    jalaala, jalaala kan na qabee kan mucayyoo.......

  • @tigistbiranucell8557
    @tigistbiranucell8557 3 года назад

    Uuuuuuuuuffffi bayeee garaaa namaa nyataaa waqayoo kanii ofii.jalateee sifiii hakenuuuu

  • @kidanefikadu1092
    @kidanefikadu1092 3 года назад +2

    Jalaala dhugaa dha.

  • @tamanagetacho9415
    @tamanagetacho9415 3 года назад

    dhugaatti wanna bay'ee ulfaatadha abshir nama jaalalaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa

  • @shukriyajibril9000
    @shukriyajibril9000 3 года назад +1

    Hedduu nama gaddisiisa garu homa miti abshir 😥😥😥😥😥😥😥

  • @zaraamanuel7847
    @zaraamanuel7847 3 года назад

    Bayeee garaa nama nyataa homaa mitii waqqayyoo kan siif kahee hun dhabduuu.

  • @dameewaqumaa1342
    @dameewaqumaa1342 3 года назад +2

    Uuuuuuuuuufiii obsii obolessaaakooo😭😭😭😭☝️

  • @masaretcity5093
    @masaretcity5093 3 года назад

    Uuuuuuuuu mudaanoo Akkaasiin qaba dhugaadha Anuu maraadhee uuf broko obbosaa sif haa keenuu

  • @amanehusen815
    @amanehusen815 3 года назад

    Uuuuuufiiii.wlhii kesaa.koo.naa.dhukubsee. obitertaa.dhiraa.jiradhuu.atii

  • @senaalamii6275
    @senaalamii6275 3 года назад

    Uuuuuuuuuuuffffff bro obsii sifsii waqayoo jiraa

  • @barisoballa1974
    @barisoballa1974 3 года назад

    I love this lady but I am 75 years old what can I do my own answer to be Honest Oromo free!!.

  • @obseekasuu6140
    @obseekasuu6140 3 года назад +1

    Uuufffee senaa garaa namaa nyataa

  • @getutarafa7719
    @getutarafa7719 3 года назад

    Waaqayyoo dhugaa jaalala isaa haa barbadu!

  • @aseelayele2246
    @aseelayele2246 Год назад

    Koodkoo middiya kanara dhiyachum fedha midhama jalalan qaba?? Sin qunamu fedha??

  • @mdamin9092
    @mdamin9092 2 года назад

    Dhugaatti baayyee garaa nama nyaata

  • @farfatuumuluushigidoo2185
    @farfatuumuluushigidoo2185 3 года назад

    Uuuuufffeeeeeeee bayyee garaa namaa nyataa

  • @grend5224
    @grend5224 3 года назад

    Uuuuuuuuuufffffffiiiii ayzo Bro rabbii jiraal

  • @derejealemu7774
    @derejealemu7774 3 года назад

    Baayee nama gadisisa

  • @snbcfgh8745
    @snbcfgh8745 3 года назад

    Uuuuuuuuufff nama gaddisiisa obbolessako😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @berhanebekele8621
    @berhanebekele8621 3 года назад

    uuuuuuuuufff abashir obbolleessa kenyaa kan waqayyoo jedhe hin dhabadhu

  • @safeyah0075
    @safeyah0075 3 года назад

    Uuuuuuufffffffff rabbin kan isii caaltu siif haa kennu dhugaa

  • @mimiw4924
    @mimiw4924 3 года назад

    Uuuuuuufff rabbii jalalaa irratii midhamtee kana bakkaa busee Kan akkaa keetii jalalaa dhuugaa si jallatuu si yaa keennuu

  • @zaramusaendirszaramusaendi7936
    @zaramusaendirszaramusaendi7936 3 года назад +1

    Uuufff obboolleessakoo abshir rabbii saa gargaruuu

  • @abeerkfgnff9316
    @abeerkfgnff9316 Год назад

    Uuuuffffi kiyyaa akamitti ibsadhuu laatuu 😭😭😭

  • @obosanjiirraa19
    @obosanjiirraa19 Год назад

    Abishir biroo kan rabii obbosanii eggii

  • @obsinanbirri6628
    @obsinanbirri6628 3 года назад

    sagantaa kana hedduu jaaladheera bareedduu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @qubeetefera5117
    @qubeetefera5117 3 года назад

    Ayyyiiiiiiiii namaa midhametu beekka jalalaa akkati namaa midhuu 😭😭😭😭😭😭😭

  • @abdiioromooforomiyaa9373
    @abdiioromooforomiyaa9373 3 года назад

    Eessa,jirtii nati himuu jaallattee hin dhabinii hin galchinaafi kkkkk

  • @abdurahmanabdusemed9460
    @abdurahmanabdusemed9460 3 года назад

    Jaalalaa jidu ossoo mijjaate qiileensii seenu hinqabu ture nama mitti

  • @workijifara6428
    @workijifara6428 3 года назад

    Bayee gara nama nyataa Atii barnotaa keeti cimii boruu sitiu jalata oso hin tanee situ jalatamaa 😥😥

  • @berkenbazzi3170
    @berkenbazzi3170 3 года назад

    Uuuuuffff baayee gaara namaa nyaata

  • @user-qo8ss8mi6w
    @user-qo8ss8mi6w 3 года назад

    Abshir haadhoo koo gara naa nyatee dhugaa 😭😭😭😭😭😭😭

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 Год назад

    Jabadhuu omaa mitii♥️♥️♥️

  • @fatihamohd7917
    @fatihamohd7917 Год назад

    Uuuuuff yaa jalala

  • @obse1975
    @obse1975 3 года назад

    Kkkkk sa,aatin9nati dherste wayi jalala

  • @asterkatamaal576
    @asterkatamaal576 3 года назад

    Uuuuufff bayyee gaara nama nyataa

  • @oromoormiy250
    @oromoormiy250 3 года назад +1

    Oma moti rabi jiraa aizoo qomo

  • @sabootuuoromo4379
    @sabootuuoromo4379 3 года назад +3

    Yaa rabbii garaa nama nyaata seenaan kee

  • @tayitutube6246
    @tayitutube6246 2 года назад

    Saafuuuuu jalalaa kanaf godaanisaa

  • @GenuAbdiisaa
    @GenuAbdiisaa 3 месяца назад

    Wayyiiiiiii

  • @mestwetteshome3323
    @mestwetteshome3323 3 года назад

    Gara nama nyata ayzok kan sif jedhee taetuma sii dhegaa homa mitti 😭😭😭😭