Akkata Email Bilbiila Irra Bade Itti Argatan

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 27 окт 2024

Комментарии • 114

  • @Foziyaashashee
    @Foziyaashashee 2 года назад +8

    Ws wr wb Maaashaaalhaa Maashalhaa Abduuu barsisaa Kenyaa Nuf Jirdhuu Wan Adati Kuns barsisaa kena Garuu Gafin Ko Gafa Lakofsa Iti Galafamuu Yo Lakofsi Sun Cufa Taye Ho Argatuu Hin Dandamuu Caran Lakofsa Male Ho Mali Dha Abduu Akasuma Ijolen Lakofsa Biya Birtin Banatan Laofsa Sani Biya Sanuti Dhisan Galan Furman Mali Abaduu Gafi Ko Kanuma Galatomi Na Mudate Oso Hin tane Baruu Wan Barbadef 🥰✅🙏

  • @BassaGamuu1
    @BassaGamuu1 2 года назад +7

    Masha allha barsisaa abaa haqaa anaa dhufu jaba keenyaa barnotaa bayee nuu barbachisuu qabatee nuuf dhuftee heduu galatomi jabaa kenyaa

  • @AbdiiGoofta
    @AbdiiGoofta 2 года назад +1

    Abdul qaali barnoota guda naaf ergaa jirata hedduu galatomii karaa RUclips irraa deemu rabbii umurii kee dheerta jabbaa Kenya 😍✅✅

  • @ridiiorotube3374
    @ridiiorotube3374 2 года назад +2

    Jabadhuu ijaa qeroof qaree

  • @toleetube
    @toleetube 2 года назад +2

    Abdul qaalii isaa kanasii namoota meeqatuu Emil isaa dagatee midiyaa isaa gubbaa turee qorichaa keenya dhugummaatti hedduu Galatomii nuuf jiraadhu 🥰🥰🥰

  • @fiqadeeyoutube
    @fiqadeeyoutube 2 года назад +1

    Godaa Galatomii Obboolleessa Keenyaa Abdu Dhugaa Bayee Barumsaa bareda namotaa Bafii Gafii Kana Turee Ini Kun Dhugaa🙏🙏🙏

  • @halimaaorotube3318
    @halimaaorotube3318 2 года назад +1

    Wl wr wb anaa haa dhufuu mashaa Allah taabarakallah Galatomii qalii namaa barumsaa heduu siraa barachaa jiraa 😍😍😍🙏🙏🙏

  • @Sarontube
    @Sarontube 2 года назад +1

    Wow Abdul guddaa galatoomii jabaa ofii abbattuu jabbefataa ❤️ hubbanaa ogummaa kana caaluu siif haa kenuu

  • @almaziisalalee32
    @almaziisalalee32 2 года назад +1

    Dhugaa Kanumaa olitii Hubanoo isaa sifi haa ipssuu Galatomii obboleessaa keenyaa 💯✅

  • @RAWUDISHAA
    @RAWUDISHAA 2 года назад +2

    Wl wr wb welcome Abdul anaa dhufuu qaali keenya baarusaa baayee baribadamaturi gudaa gaalatomi jezaani kee janata haa tahuu qaali keenya umuri nuffi dheraadhuu

  • @kadijaatube5060
    @kadijaatube5060 2 года назад +1

    Siriti waa sira barta jiraa

  • @SIGIMOMEDIA
    @SIGIMOMEDIA 2 года назад +1

    Wl wr wb masha allah tabarak allah Abdul barumsaa ajayibati nuf jiraadhu wollahi umurii kee rabbi nuf hadheressuu 🤲✅

  • @meskifiqir6046
    @meskifiqir6046 2 года назад +1

    Ana dhufu Abduuuu qalii gudda galtomi barumsaa bayee barbachisoo sirra argachati jiraa

  • @StudioOromoo
    @StudioOromoo Год назад

    Mashaa alhaa barumsii kee bay'ee namati tollaa jabadhuu nama yaddoo mataa miriqanatiin naf jijirtee bay'ee galatomii abdul

  • @siifaantube5427
    @siifaantube5427 2 года назад +1

    Baga nagan dhuftee Abdul jabaa keenyaa😍😍🙏

  • @wenishetabito
    @wenishetabito 2 года назад +1

    Akam oltan nagadha abduu bagaa nagadhan dhuftee

  • @Halimaa4455
    @Halimaa4455 Год назад

    Galatomii akii wan hedduu sirraa barannee✅🌹

  • @Aberashleqa
    @Aberashleqa 2 года назад +1

    Galattoomi gudasa barisisa kenya Abdul app yero unduma barinota nu baribachisu qabade nufi dhufta chima kenya kanumani calatu nufi cimii

  • @ibraahimHasan-rg9rm
    @ibraahimHasan-rg9rm 5 месяцев назад

    0:26 ❤❤

  • @MARTIITUBE2
    @MARTIITUBE2 2 года назад +1

    Dr Barsisaa keenyaaa nufii jiradhu qalii namaa Abdul dhugaa anii kan chanalako jabefadhe barnotaa ketin Gudaa galatomi osoo siqalanii ofii nyatan 🥰🥰dagagiii jiradhuu kininni garaaa qorichaa kenyaaa

    • @AbdulApp
      @AbdulApp  2 года назад

      Kkk Galatomi Martii qaalii

  • @ahmedraya3773
    @ahmedraya3773 2 года назад +1

    Mashalla barissa kena

  • @nalkanayrus2446
    @nalkanayrus2446 2 года назад +1

    Abdul kiyya hedduu galatoomi, mee gaafii tokkoon qaba, gaafiin kiyyaas, Lakkoofsa bilbilaa tokkoon. email meeqa banachuu akka dendeenyu, odoo hubannoo nuuf kannitee...! gaafii jettuun qaba. hubannoo ballaa asirratti akka nuuf kannituus abdiin qaba.

    • @AbdulApp
      @AbdulApp  2 года назад

      Hangaa Afur Ykn shanii Banachuu Dandeesaa Sanan Bodaa Gmail Si dhorkaa Yero Hudumatee Hanga Si dhorkutti Yo Banatee Rakkina Hin qabuu

  • @OromanFamily
    @OromanFamily 4 месяца назад

    Congratulations both 👏 🙌

  • @muheeoro1551
    @muheeoro1551 2 года назад +2

    Galatoomi Barnota ketiif

  • @hanatu
    @hanatu Год назад

    Galatomii dhugaa 💓💓💓💓💓💓💕💕💕💕💕👍

  • @damadaamuu2451
    @damadaamuu2451 2 года назад +1

    Galatoomi Abdul

  • @Halimaatube12
    @Halimaatube12 2 года назад

    Wl wr wb mashaa Allah taabarakallah ❤ Galatomii sanyii

  • @demmetube2356
    @demmetube2356 2 года назад +1

    anaa dhufuu jabaa nama😍😍

  • @Munakadiir
    @Munakadiir 2 года назад +1

    Jabaadhu

  • @Waganetube
    @Waganetube 2 года назад +1

    Galatoomi Abdul barumsaa gaariidha itti fufii

  • @siifootube7738
    @siifootube7738 2 года назад

    Oggeessa keenyaa❤️

  • @abdextube
    @abdextube 2 года назад +1

    Baga nagaya dhufte
    Gafitakan qaba Emel kiyya kale password jijireti
    Saboda Passwordilen duran irasev godhe hudi najalabade akamitin defadha bro

  • @VikVine
    @VikVine Год назад

    Nabara iraa gutumati haqee naf debi.uu dude recovery fi nabara iraa haqee naf debi.uu didee

  • @OromanFamily
    @OromanFamily 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤right you are both

  • @Mirqansashow
    @Mirqansashow Год назад

    Masha'allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @walaloojaalalaa6561
    @walaloojaalalaa6561 2 года назад +1

    Galatoomi qaali

  • @nadhiyouTube
    @nadhiyouTube 11 месяцев назад

    Thank you

  • @mummetube4530
    @mummetube4530 2 года назад +1

    Please abdul app gaaffin ko FBin koo paje hordoftoota bayyee qabu wajjiin na jalaa bade yeroon deebisuf pasportii fi Gmail itti galchu carraa 3naaf Kenna Gmail lakkoofsa fi pasportii itti galchi naan jedha yeron itti galchu code na gaafata lakkoofsa fi Gmail na harka hin jiru pasportii itti galchu naaf hin deebi'u maqaan FBis hin jiru qillinsarra paje ni jira furmaanni maali

  • @maidwarqa1642
    @maidwarqa1642 Год назад

    Maloo obbolesaa koo addara rabbii bayyee rakkadhee lakk koo badee kanii email itin banadbe akkamii godhaa mee nat himmii addaraa oromumaa

  • @oromuuma3512
    @oromuuma3512 2 года назад +2

    Zoom najala cufame naa banamu sidde mee murmaatsa naaf himi pls

  • @IbraahimSheekaAbdurahmaa-vn6dn

    As wr wb habibii walahii anii hin milkofnee niin dhadhabee

  • @Oromiacyber
    @Oromiacyber 2 года назад +1

    Galatoomi Ab

  • @hawiwollega1855
    @hawiwollega1855 2 года назад

    Abdu Lakkkofisaa kee nafii keni siitii hajjomee yu you Tube akka nafi debi'uu sii gafadha

    • @AbdulApp
      @AbdulApp  2 года назад

      Channel kiyya About Jaala Telegram Kiyya Argachu Dandeesa

    • @hawiwollega1855
      @hawiwollega1855 2 года назад

      @@AbdulApp Gurp keessa naa geessa bari nii jiraa Gurp kee keessa keessani siitii hajjomee ture Dhifama gaa😭

    • @AbdulApp
      @AbdulApp  2 года назад

      @@hawiwollega1855 ok Bareesi Group Irrati sifaan Deebisa

    • @hawiwollega1855
      @hawiwollega1855 2 года назад

      @@AbdulApp Bareese jiraa Abdu hadaraa gaa

  • @lemimeti
    @lemimeti Год назад +1

    Email restore ta'ee akkamini argannaa abdee

  • @mummetube4530
    @mummetube4530 2 года назад +1

    Gmail pasportii dagatan tan bilbila keenyarraa hin jirre deeffachuu ni dandeenyaa

  • @BilisaAhmadine-df3md
    @BilisaAhmadine-df3md 4 месяца назад

    emali bayee gahmane🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Sofia1234-fn4us
    @Sofia1234-fn4us 6 месяцев назад

    Imela Koo namatu naaf banee ammaa Garu naaf banamuu didee akkamit bandha?

  • @SafarKomm
    @SafarKomm 5 месяцев назад

    As waaaa Email Password Iranfadh naf banamu dide akkamin godhaaaaa

  • @Sofia1234-fn4us
    @Sofia1234-fn4us 6 месяцев назад

    Lakkofsaa gafaa duraa Suni yoo badee hoo akkamit bandha

  • @DADAFOOBAFA
    @DADAFOOBAFA 5 месяцев назад

    Bilbilaa pattern cabsinee goglee account nuu gafatee kaa imelii issaa hin benee akkamitii sireessuu dandeenyaa ?

  • @umuuyusraa31
    @umuuyusraa31 2 года назад +1

    Heduutaka galtomi what heduu strategy baree

  • @LeniTas55fnfb
    @LeniTas55fnfb 3 месяца назад

    Bilbilaan ittin baname sun bade waan jiruuf maal gochun qaba

  • @Ramadan-sj4om
    @Ramadan-sj4om Год назад

    Dhugaa wly

  • @seenawiili488
    @seenawiili488 2 года назад +1

    Jabaa kenyaa

  • @MustefaUmer-k8p
    @MustefaUmer-k8p 24 дня назад

    Ati nama dhugati barnota ifa tahe nama barsiifta heddun sigalatomfadha

  • @SaidoShow
    @SaidoShow 5 месяцев назад

    Yoo lakkofisi duraan banatte sun yoo siharka hin jirre ho? Ykn lakkofsa biyya alaatin kan banatte yoota,e ho misejiin akkamitti nuf dhufaa

  • @MuneMamiyee
    @MuneMamiyee Год назад

    akamiti api toko ra WiFi cufne toko qofarati fayadamna adara hojadhu rabi jedhitiii😢

  • @HamzaUmaro-z5c
    @HamzaUmaro-z5c Месяц назад

    Hundumti too. Badee hoo😢

  • @VikVine
    @VikVine Год назад

    Akame ngy fayadha gmail kiyaa recovery iraa haqa esalee haqee bodaa naf debi.uu dide akamitin defadha

  • @almazarsii8959
    @almazarsii8959 2 года назад +1

    Bayyee namiti tolaa galatomii

  • @JamilaaMoosisaa
    @JamilaaMoosisaa 2 года назад +1

    As wr wb

  • @sofiyaoromo145
    @sofiyaoromo145 9 месяцев назад

    Akkam nagaa jirtaa
    Ani lakofsaa duraa naa jaala badee hin beekkuu akkam godha

  • @YisakChala-zo3yh
    @YisakChala-zo3yh Месяц назад

    Naaf debisimee??

  • @ibraahimHasan-rg9rm
    @ibraahimHasan-rg9rm 5 месяцев назад

    ❤❤

  • @Yusufmedia1
    @Yusufmedia1 2 года назад +1

    As wr wb barumsa garidha jabadhu yusuf app12 tube

  • @FarihaNasiruu
    @FarihaNasiruu 6 месяцев назад

    Shukuran

  • @KoketOromtitti
    @KoketOromtitti 7 месяцев назад

    Lakkofsa kee akkamitin argadha lubuu ani bahreni jira bakka Lakkofsa irratti lakofsa gara gara itti guti nan jedhe me naf debisi adar

  • @mummetube4530
    @mummetube4530 2 года назад +1

    Gmail bilbila keenyarraa hin jirre

  • @ANANNOShow
    @ANANNOShow Год назад

    Galatoomaa

  • @murtigutoodiree9215
    @murtigutoodiree9215 2 года назад +1

    Abduulkoo

  • @NuradinseefuuSeefuu
    @NuradinseefuuSeefuu 2 месяца назад

    Yoo lakofsii suun nuu jala bade hoo akkam gonaa maloo

  • @WariyyooRacha
    @WariyyooRacha Год назад +1

    Kan Phone numberiin Ittiin bananne San badee hoo?

  • @sarahsaad9228
    @sarahsaad9228 Год назад +1

    Kan lakkofsii badeeho

  • @SultanHassan-qy9lx
    @SultanHassan-qy9lx 6 месяцев назад

    Misegii Email jalan nuf sentu akamitii beku dandenyaa

  • @Joteeyasuuf-ph5tt
    @Joteeyasuuf-ph5tt Год назад

    Jir

  • @firdosaailuu2076
    @firdosaailuu2076 2 года назад +1

    Naa debi,uu didee

    • @AbdulApp
      @AbdulApp  2 года назад

      Maqa email Ke Badee Irratti Fayyadamtee Kan Atti Bareessu Qabduu

  • @IbsaaMan-db8iv
    @IbsaaMan-db8iv 9 месяцев назад

    🎉🎉🎉🎉

  • @mohammedamanjeylan-xv3pf
    @mohammedamanjeylan-xv3pf Год назад

    Naaf taftaateerta qaalii keessa koo

  • @AbdiiAbraahim-f9d
    @AbdiiAbraahim-f9d 27 дней назад

    bilbila bitee imeeldhan cufee natti gurgurate akkamitti banadha oboleesa koo

  • @Foziyaashashee
    @Foziyaashashee Год назад

    Wl wr wb 👍💯💯💯👍👍👍💘

  • @HuseenyeeArsiilijjii-n9h
    @HuseenyeeArsiilijjii-n9h 27 дней назад

    Abdii silkii reset yoo gotee gotee booda akkamiti tik tok sana defataa deebi kee barbada,

  • @TamimaBintislam99
    @TamimaBintislam99 7 месяцев назад

    Yoo lakkofsa sani hin qabne hoo

  • @abdulazizshew
    @abdulazizshew Год назад

    Yuotube kiyya deebifachun dadhabe

  • @nimatmuusaa-wr8oz
    @nimatmuusaa-wr8oz 2 месяца назад

    Yoo lakobsa bilbila san of bira hin qabane ho

  • @arjunahmed5241
    @arjunahmed5241 8 месяцев назад

    email Lama banachu akkamiti danda amaa

  • @AliyyiiMuhammad-fq9jz
    @AliyyiiMuhammad-fq9jz Год назад

    Galatoomi

  • @MaashaaAllaaha-lv4mc
    @MaashaaAllaaha-lv4mc 11 месяцев назад

    Nudide banamuu didee

  • @ahmadAhmad-gr6tr
    @ahmadAhmad-gr6tr Год назад

    Garidhaa galatomi

  • @RuqiyyaaHajii
    @RuqiyyaaHajii 3 месяца назад

    Kaan remove ta,ee hoo😢😢

  • @BarodaTube45
    @BarodaTube45 Год назад

    Galatomaa

  • @AbdiiAbraahim-f9d
    @AbdiiAbraahim-f9d 27 дней назад

    Lakko yoo hin beekne hoo

  • @shamsiyamuhammad7491
    @shamsiyamuhammad7491 11 месяцев назад

    Ol

  • @wenishetabito
    @wenishetabito 2 года назад +1

    Gudaa galatomii

  • @DugasaBulto
    @DugasaBulto 3 месяца назад

    Akkaata kamiin telegram deleted ta'ee recover godhaama

  • @sumayasumee4400
    @sumayasumee4400 Год назад

    Tolee

  • @Medinajimma
    @Medinajimma Месяц назад

    As wr wb akkam Wan udayuu sireefadhe garuu Recovery email codi hin ergaa garuu yero email kessaa senee basuuf jedhu naf hin banamu

  • @FawzaanMohammad-vx7cr
    @FawzaanMohammad-vx7cr Месяц назад

    😂😂😂😂😂😂

  • @IbsaUsman-h8g
    @IbsaUsman-h8g 7 месяцев назад

    Kan gmail beeytu kan password hin beekne kan password ergamtuus gmail irratti buutu gmail sun ammaas bade jira telephone irra hin qabdu akkamitti deeffachuu dan deenya gmail san

  • @AbdulkaremAbdulkarem-so1nj
    @AbdulkaremAbdulkarem-so1nj 7 месяцев назад

    As we wb anu account tiktok email fi laakkoofsan bane ama tiktok naja bade codi email hin beku yero ani laakkoofsa galichu codi tiktok nafi fida Kan email hin beku codi tiktok nafi Kani email na gafata furuman Mali ple

  • @hannatube469
    @hannatube469 2 года назад

    Anaa dhufuu abduu kan password daganee hoo email bekaa password dagadhee you tube tiyaa illee gubatee akamitii defachuu danda'aa