lakkoofsi keenna yoo namarrati hidhame jiraate cody qofaan akkamiti ufirra hiikna yoo hidhuu barbaan

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 10 фев 2025

Комментарии • 141

  • @sultanmahmoud5167
    @sultanmahmoud5167 3 года назад +4

    Hedduu nuuf galatoomi ❤️ barumssa ati barsiisaa ti jirttu irraa buhaa baayyee Argadhaatin Jíra Namoonni biras Akuma koo Buhaa Argataara jedheen yaada.
    Namoonni baayyeen Yutuubi banatanii Garuu Sabskiraa.itii hin qaban. NAMOONNI tokko tokkos Yeroo jarri Sabskiraa.itii ykn Ishee Diimttu sana gadi xuqan Imelii gaafata Asumaan dhiisee keessa Baha namnni
    Kanaaf waahii kanaarrattis ituu ballinaan Ibsitee jedheen yaada.
    Nin beeka akkaataa Imeli itti banatan atis Fakkaatonni keetis Hedduutu barsiisaa turan Galanni keessan guddaadha

  • @Samira-t6u
    @Samira-t6u Месяц назад

    Galaatomi adara me lakkfsa tele Kani lakkfsa Simi kooti ITIN baaru na himi kan biyaa Saudi Arabia 😢😮😮😮😮

  • @Jamila-gj2es
    @Jamila-gj2es 2 месяца назад

    ❤❤❤❤bayye tokko galatomi dhuga rabi mee lakkofsa kee na baresi waa si gafadha

  • @asayechworku9745
    @asayechworku9745 5 месяцев назад

    Maaloo adaraa rabbii jedhii kan nama naraa fagoo jiru sanaa akkaamitiin hidha

  • @KutalaTuto
    @KutalaTuto Месяц назад

    Hedduu galatoomi gaaffii kiyyaa silkii kiyyaa namii na bilbiluu danda'a malee anii nama bilbiluu hin danda'u rakkoo isaa yoo beete nafii himii

  • @Soresaa-v7n
    @Soresaa-v7n 3 месяца назад

    Bilbilaa kiyaa tokkichani nama heduu wajini Akkamini dubachuu dandaa,a ❤❤❤debii kiyaa naa debisii

  • @NaahifAbdulaziz
    @NaahifAbdulaziz 3 месяца назад

    As wr wb nuf jiradhu rabbii umurii kee nuf haa dheresu jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤rabbii beekumsaa kana irati daballee siif haa kennu insha Allah qalii nama ❤❤❤❤❤❤

  • @SadiahSadiah-jx4nh
    @SadiahSadiah-jx4nh 9 месяцев назад

    As wr wb Baarsisaa nu jiraadhu 1ooo raabbin haafiyyaa guutu fi beekumsaa sif haa daabaluu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SareHolaa
    @SareHolaa Год назад

    Abbo kabajama abba gada baroomsi kee bayee bareedadha garuu gara biraatin channel biraatin osoo sports kubba Milaa adunyaa hordofte bayee namatii tola afan oromotin hin juru wan taheef 🙏👍

  • @AsterAster-kv7oy
    @AsterAster-kv7oy 5 месяцев назад

    Maloo 😭😭😭😭😭😭💔💔😭😭 naaf baduu dide akkam godhu natti himii maloo madamin koo codiidha narrati Hite jirti naaf badhu dide uufff

  • @GfBg-d5n
    @GfBg-d5n 23 дня назад

    As wr wb barsisaa anii gafiin qaba Mee rabbuma jedhii bilbilii koo addi yeroo namni nabilbilu naf hin seenu namni yeroo gafadhu hidhamadha Nan jedha Mee akkamiti irra hikka

  • @foziyaahu3845
    @foziyaahu3845 3 года назад +1

    Abdu maashalaa galatommii
    Garuu kaa Lakkofsaa Ethiopia biyya Arbatii hidhamuu hoo jiraa dhifama wajin kkkk

    • @saraasanyiijawwe1669
      @saraasanyiijawwe1669 3 года назад +1

      Eeee hin jiraa wly 🤣🤣🤣

    • @foziyaahu3845
      @foziyaahu3845 3 года назад

      @@saraasanyiijawwe1669 😁😁🥰 Natii himii mee Sanyii

    • @saraasanyiijawwe1669
      @saraasanyiijawwe1669 3 года назад

      @@foziyaahu3845 dhisii lubbu tiyaa wly wantii akkana bultii nama digaa namotaa hedutu warii jarsaa biyaa qabuu fa'aa gara wal digutii demani si fayaduu wly garaa rabbitinile keyrii hin qabu sanyii to ❤❤

    • @sanyiacaluhundesa7102
      @sanyiacaluhundesa7102 3 года назад

      Hattu hhh

    • @badhaatu2052
      @badhaatu2052 3 года назад

      Taa akka tiyya numa jirti edaa🤣🤣
      Wlh anile yeroo baay.ee barbaade dhabee

  • @AsterAster-kv7oy
    @AsterAster-kv7oy 5 месяцев назад

    Maloo 😭😭😭😭😭 adara waqa natti him 😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭

  • @TeferiSami
    @TeferiSami 11 месяцев назад

    Dhugaa baayyee baayyee galatomi an dura of irratti hidhee of irraa hiikuudhaf barbaadee code dhabee rakkachaa ture Amma garuu irraa kaasen Jira jabaadhu

  • @THTHTh10-q8q
    @THTHTh10-q8q 6 часов назад

    Mashaallaah🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @MaragituBadaso
    @MaragituBadaso 6 месяцев назад +1

    Akami naga jirta barsisa ati lokosa fetatani iti gacha jetee kometi ko mafi debifatuu sany mee nadebisi 1243 jedhe hidhee nara hikamuu didee malii godha

  • @sanyiimedia575
    @sanyiimedia575 3 года назад +1

    Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiikoo prank aja.ibaa daawwadhaa❤💚❤❤

  • @AbdiiMuhammad-n9n
    @AbdiiMuhammad-n9n 4 месяца назад

    Kan nama nubira hin jirree nubarsiisi
    Ykn wayta nama biraatiif dawwalnii wojjoli haasayan karaa ittiin dhageenyu waan jarri haasahan

  • @AhmedAbdela-n2i
    @AhmedAbdela-n2i 2 месяца назад

    Maaloo gaafii kana naaf deebisaa
    Chaanaalii iimoo akkamitti banadhaa ittin barsiisuuf barbaada

  • @GhJa-x5n
    @GhJa-x5n 5 месяцев назад +1

    Nama naa bira hin jiree bilbilaa isaa ofirraati idhuun barbadee .malattoo kamin fayyadama?

  • @AmiinSulxaan-gh5oo
    @AmiinSulxaan-gh5oo Год назад +1

    Kan na bira hin jirre san naaf himi mee

  • @ulfadhugofta542
    @ulfadhugofta542 Год назад +1

    Irraa baadu dide Ani itti gaalche😢

  • @MuhaammadG.Birkoo
    @MuhaammadG.Birkoo 7 месяцев назад

    Bilbilli Koo yoo charge ( battery cufate) nama biraa irratti waama kana akkamitti ofirra hiiku dandeennya

  • @AmsaluGema
    @AmsaluGema 23 дня назад

    App barredaasa kan barnotaaf naa gargaru naaf ergimee

  • @magebole-p8t
    @magebole-p8t 6 месяцев назад

    Thank you 💕

  • @MudasirAman
    @MudasirAman Год назад

    Waan baa barbaada ture sirra argadhe heddu galatoomi🎉

  • @خالدخالد-ض8ر5ع
    @خالدخالد-ض8ر5ع 3 месяца назад

    Wly hduu galatoomi umrii dheradhu

  • @MaragituBadaso
    @MaragituBadaso 7 месяцев назад

    Oke silki ko haga giseti fi jedhe kodi ati nati himteni 1243 hidee hikamu didee akami godha

  • @LailaLaiali
    @LailaLaiali 3 месяца назад

    Nafi badu dide madam narati hite

  • @aminakedir2896
    @aminakedir2896 9 месяцев назад

    Abduu duraan bilbillikoo yeroo Aduu keessaa ofiin ibsaa dabala yeroodukkana keessaammoo ofiif ibsa hir'isature tasan ofirraa cufee deeffachuu wollaale ????

  • @DagotubeDA
    @DagotubeDA 6 месяцев назад

    Yeroo bilbilamu namni nan argatu maal tauu isaati?

  • @lalisatilahun2744
    @lalisatilahun2744 2 года назад

    Bilbilli Nama tokkoo Akka inni yeroo tokkotti Nama Lama irratti bu'u(waamu) gochuu dandeenye?
    Fkn. bilbila hiriyaa kiyyaa irratti yeroo bilbilamu ,anas isas yeroo Wal fakkaataatti waamuu akkamitti dandeessisna?

  • @seenaafayyisaa7753
    @seenaafayyisaa7753 8 месяцев назад

    Guddaa galatomii baruumsaa nuuf kenniteef
    Garuu maqaa rabbitiin sii qabee rabbii guddaa tokkichaa saan sodadhuutii namaa naarraa fagatee jiruu halaan ittiin hidhuu nattii himii sababaa kanatiin hadhaa manakoo dhabaa jiraa

  • @NuradiinAhmed-yz8oq
    @NuradiinAhmed-yz8oq Год назад

    Nama silikii Isaa Sabira hin jire akkamiti ofiraa hikkiin

  • @ShaltoKurkure-x3l
    @ShaltoKurkure-x3l Месяц назад

    Olbeesa kiyya Ani sudi jira akkamin hidhu danda

  • @hawwiibilisummaa3898
    @hawwiibilisummaa3898 Год назад

    Abduu Mee bilbilii koo bakkaa call Sanaa call forwarding Nan jedhaa

  • @ÀliyyiiUmar-t3v
    @ÀliyyiiUmar-t3v Год назад

    akka lakkoofsa ofirati xalafanii nama san to,atu akka inii siratii hin beyne akkamiin godhanii

  • @firomahmed9269
    @firomahmed9269 Год назад

    yutubi wan duran itti waye kesan itin lalla ture

  • @LeencooAbdii-hx1ii
    @LeencooAbdii-hx1ii 3 месяца назад

    Thank you

  • @jafaroromotube1964
    @jafaroromotube1964 3 года назад

    As wr wb akami abdu gafii qaba Facebook kiya wanni ani post godhe namni biro sheri godhu hin dandahu akamitin banadha amas afaan oromoti barese ykn video fi sura post godhe afan English post taha akamiti jijjira naaf debisi dhifam garu amuma

  • @haleemaalfoah3694
    @haleemaalfoah3694 Год назад

    Dhifamaa akkamitti lakkofsa of bekkani kani bilbilaa keesaa jiruu

  • @DebelaBeshura-v6m
    @DebelaBeshura-v6m Месяц назад

    Itopiya kessatti ni hojjetawo?

  • @MuluWakjira-xr5fg
    @MuluWakjira-xr5fg 8 месяцев назад

    All Kan hin qabnee akkam

  • @FaizooAliyyi
    @FaizooAliyyi 6 месяцев назад

    Infinix hot_ 8saffisa fudhatu naf himi

  • @MurKedi
    @MurKedi 11 месяцев назад

    Bilbili ko infinix yeroo bilbilu ni dukanaa akkamiti sirressa

  • @KaamilAliyyii-n7b
    @KaamilAliyyii-n7b 2 месяца назад

    Bagrawondi video akkamitti hojjatan

  • @JamalAhmed-y3f
    @JamalAhmed-y3f 7 месяцев назад

    Thank you very mach

  • @ArsiiMichuu
    @ArsiiMichuu Год назад

    Akkamitti fb namaa hidhuu dandeenye naaf himi mee

  • @abolahab7729
    @abolahab7729 5 месяцев назад

    Kaan nama irratti hite akkamitii hitta

  • @faxumaaamaan4282
    @faxumaaamaan4282 10 месяцев назад

    Abdu mee imoo Jarasaa kiyaa kodii malee Akamitii hidhaa

  • @meme12love93
    @meme12love93 Год назад

    Me obbolesa koo kara bilbila stc code cufame nati him akm aka ira hi kamu yero namn bilbila enterna hasau

  • @AhmadinNuuroo-x3x
    @AhmadinNuuroo-x3x Месяц назад

    Messeagra nama warabuu egalee

  • @TaborHaIle
    @TaborHaIle 10 месяцев назад

    Halluu nama rabbii akkm atii

  • @HasanWako
    @HasanWako Год назад

    Fakkeenya Nama biraa irrati hidhuni malif barbaachise?

  • @Miccirshow
    @Miccirshow 3 года назад +1

    Jabaadhu

  • @MuluWakjira-xr5fg
    @MuluWakjira-xr5fg 8 месяцев назад

    All Kan jedhu yoo hin finee'o

  • @Huzeyfa-lq5yy
    @Huzeyfa-lq5yy 11 дней назад

    Galatoomii qaalii namaa

  • @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
    @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa Год назад

    Mashaa Allaha.bro

  • @tsehaybejiga617
    @tsehaybejiga617 Год назад

    Fagenya irra ho hin axalafmaa ?

  • @sanyiacaluhundesa7102
    @sanyiacaluhundesa7102 3 года назад

    Madamin takka na gubde galtoma daqiqan nati bilbilti qoricha isiti wowwww hhhh

    • @MaragituBadaso
      @MaragituBadaso 7 месяцев назад

      Akamin iraa banataa yoo banu barabadee lubu mee nafi himi😊

  • @MusxeeMusxee-y1g
    @MusxeeMusxee-y1g 11 месяцев назад

    Galatomi sanyii❤❤❤

  • @makiyaaman6218
    @makiyaaman6218 3 года назад +1

    😍😍😍😍😍

  • @SarahSarahhh-f1y
    @SarahSarahhh-f1y 10 месяцев назад

    Akka ati jeti yaaleni not networki na jedhe malifidha garu rakkoni kosa malidha nati himii me isa namni hidhee ofira hikufi jedheni not ## 002# kanadha miti isa namni xalaafe ofira hikufi brotheri OK yero o jedhu na dide malifi garu

  • @سبحانالله-خ3ك
    @سبحانالله-خ3ك Месяц назад

    Heduu galatomi my bro

  • @ShachiiyeeBaalee
    @ShachiiyeeBaalee 3 месяца назад

    Ok my brother

  • @AmsaluGema
    @AmsaluGema 23 дня назад

    Hojjin kee baay.ee namatti tolaa galatomi

  • @jemaljebo2374
    @jemaljebo2374 8 месяцев назад

    Jiradhu❤❤

  • @BoseBose-x1q
    @BoseBose-x1q Год назад

    ❤❤❤❤❤❤galatomii biroo ko

  • @KaamilAliyyii-n7b
    @KaamilAliyyii-n7b 2 месяца назад

    Bagirawondi videio akkamitti hojjettan

  • @Ham-e1m
    @Ham-e1m 5 месяцев назад

    Galatoom❤❤❤❤

  • @dineehasen3647
    @dineehasen3647 Год назад

    hin beytuu silaa beyte ni himta

  • @mahmah3499
    @mahmah3499 3 года назад

    Galatarabii Abdu Kenya qali

  • @fatimataha437
    @fatimataha437 3 года назад

    Achi nutti himi matima nurra Fago jiru ofirraatihina

  • @WabiiSabaa-rw8ys
    @WabiiSabaa-rw8ys 25 дней назад

    Akata. Bilbila. Xiqaa. itin.xalafuu. dandenyu. Nuf himime yodandahame

  • @FatiyaaNuradin
    @FatiyaaNuradin 3 месяца назад

    Galatomii ❤❤❤❤❤❤

  • @Slmaz-y3u
    @Slmaz-y3u 19 дней назад

    Akkmit bilbil hidhu danangn

  • @KenaniNasi
    @KenaniNasi Год назад

    Galtomiii bro qaaliii

  • @seenaadiriba1486
    @seenaadiriba1486 3 года назад

    Abdu maloo bilbila koorraa plays store delete naa jala ta'e akkamiitin bufachuu danda'a?

  • @jafaroromotube1964
    @jafaroromotube1964 3 года назад +1

    Gafi qaba

    • @sanyiimedia575
      @sanyiimedia575 3 года назад

      Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i oromookoo

  • @ahmedmohammed954
    @ahmedmohammed954 Год назад

    ❤❤

  • @WabiiSabaa-rw8ys
    @WabiiSabaa-rw8ys 25 дней назад

    Lakofsi. Ati nubarsifte. Sirimiti

  • @AbrahimMuhamed-mr5td
    @AbrahimMuhamed-mr5td 6 месяцев назад

    Good

  • @ChjDioh-wi6pu
    @ChjDioh-wi6pu 4 месяца назад

    Silkki hidhame akkamitti hikuu dandenyaa

  • @Astrahe
    @Astrahe 6 месяцев назад

    Malo bilbilaa iddo Simi hidhame akkamiti hikama
    Simin hin hojata qafotu hidhame

  • @FadiluRamuse-yg9zk
    @FadiluRamuse-yg9zk Год назад

    masha alla galatoomi

  • @SebonNugusu-qr6vm
    @SebonNugusu-qr6vm Год назад

    Nuti himi maaloo

  • @Barihan-n6m
    @Barihan-n6m Месяц назад

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @doradora7263
    @doradora7263 9 месяцев назад

    kan codii erguu didee hoo

  • @بناتببنانى
    @بناتببنانى 3 года назад

    Hidhamuu isaa hoo akkamiin beekna?

  • @SifaanGetacho
    @SifaanGetacho 4 месяца назад

    Gafaa IRA hiknuu hoo

  • @aminajamal-fx3rw
    @aminajamal-fx3rw Год назад

    Galatooma

  • @shawaatube6423
    @shawaatube6423 2 года назад

    Mashaallaah galatomii

  • @shukuribakar9767
    @shukuribakar9767 3 года назад

    Well ceme

  • @jfj2799
    @jfj2799 2 года назад

    Galatoomii

  • @AbdulkadirHusena
    @AbdulkadirHusena 15 дней назад

    Idoo tokko tokkotti hin dalagu.

  • @Halima-rd7zl
    @Halima-rd7zl 7 месяцев назад

    galatomii 🥰

  • @badhaatu2052
    @badhaatu2052 3 года назад

    Abdu mee warra biyya akkamiti irra hidhan na himi😢

  • @saidahmed2540
    @saidahmed2540 Год назад

    👍

  • @SimaleeMuhaammed
    @SimaleeMuhaammed 4 месяца назад

    Akkamitti hikna boodaa