Jaartiisaa Dhiirota Waliin Bulcha | Jijjiirraa Maallaqa Gabaa G.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025
  • Jaartiisaa Dhiira Waliin Bulcha
    Jaartiisaa Dhiira Waliin Bulcha

Комментарии • 107

  • @samsom6201
    @samsom6201 5 месяцев назад +3

    Namnii Amantaa tokkoo jala jira jechuun Amantaa sanaa guutumaa guututii hordofaa jiraa jechuu mitii fallaa sanaa namoonni Amanta Da'oo godhatanii fedhi foonni isaanii raawwatan heeduu jiraa

  • @AbdulbasixNagaa
    @AbdulbasixNagaa 5 месяцев назад +3

    Subbahaan Allah 😢😢😢yaa Allah nu eggii😢😢😢

  • @SumayaMiftah
    @SumayaMiftah 3 месяца назад +1

    Game ilmi dhugaa sif haa dhalatu galatoomi 😢hedduuu sidinqisiifadha silaa utuu Muslimni Hindi qur.aana hordofee kiristaanni Hindi injiil San yookin macafa qulqullu hordofee namni tokkolle sheyxanaf namaf nukaf hurjiif hin salaatu oboolessi obbolessatis gaaraa hin jabatu namni Wal hin ajjeesu jireenyi hin qalawu ture nuti jecha rabbii dinnaan barakan nageene gidduukeenna bade😢

  • @HxJjf-e9o
    @HxJjf-e9o 5 месяцев назад

    Gaamee laakoofsaa kee naa hojechuu dodee❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Obsefayisa
    @Obsefayisa 5 месяцев назад +6

    Yero tokko tokko wanni nuti matii kenyaa irra dhale fedhaa osso hin tane dirqamani itti darbinnu nu tasisa kanafu rabi kessa kenyaa laphee kenyaa nuha lalu mali gonna moti karaa garii irra nuha qabu jenna 😢😢❤❤

  • @JawharaDaso
    @JawharaDaso 5 месяцев назад

    Uuuuuuuufffffff yaa rabbii nuu basii😭😭😭😭😭😭😭

  • @FgFg-cn2tx
    @FgFg-cn2tx 5 месяцев назад +1

    Gamme koo jecha nama dhisi ati hoji bareda hojicha jirta jabadhu dhuga dubachuf kuni wanuma Jiru mare abotota meeqatu wani akana hojicha Ola arga olla maali amata xuqe siin jedhani anis kiristana garu ati, wani amta Homa balesine dhuga Jiru dubate dubadhu beeka keenya 🎉🎉🎉

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee6109 5 месяцев назад +2

    Anii yeroo baay'ee jiruu hiriyyaa shamarree baay'ee ishee Jaaladhufi ishee kabajuu Akkasumas wajjiin waggaa Lammaffa wajjiin baranee Achii booda isheen kutaa 9 itti na Birraa kuftee Achii Anii Gara kutaa kudhaan itti darbee Achii kutaa kudhan xummuree Boodaa Qabxiin naf hin dhufee turree Achii booda obbollatii ko magaalaa Finfinnee jiriti turree kaan booda Anaa kotuu na jette Achii ishee Birraa deemi ji'aa 3 booda gara mitti ko deeme Achii booda hiriyyaa too birra deeme Achii booda Maaloo riifees kee siif dha'aa na jettee Alilee Akkasuma. Tolee jedheeni naaf dhoftee gaafa ahii booda Gaafan gara Finfinnee deebiye sister ko mataa ko naafi keehetu mataa keessa murramera sister ni ko baay'ee naatte Maaloodha kunii jette suuraa ka'aaste Yeroo. Arguu dhugaadha kan booda xabalaa deeme Garuu fayyumaa turree. Garaa biyyaa arbati imaalee Amaa waggaa 4 hojjadhee garuu birrii tokko ilee hin qabuu Namootiti ile na Arrasa. Waalii. Galatee hin qabuu madamii wajjiin yeroo hundaa walola Amma Waldaa durboo Maariyaam kessa seene kadhannaa naf godhiin Aboonii Amantaa Achii Abjuun dha Natti hima waan Dabtaraa isitti godhamee raa Jedha kanaafu. Kadhannaa itti jabadhun Qulqulluu Mika'eel natti fakkaata waan Dabtaraa namaa godhuu Ayi🥺🥺🥺😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲

  • @ahmedhussen8436
    @ahmedhussen8436 5 месяцев назад +1

    Gammee seenaa baayee barsiisaa fi gorsallee of keessa qabu nuuf qooduu keetiif baayee galatoomi jajjabaadhuu kaa

  • @obseobse563
    @obseobse563 5 месяцев назад +4

    Gammee keenyaa guddaa galatoomii dhugaa waaqa barumsiif seenaan atii nuu fidduu akka of yaadannullee nu godhaa😢yaa waaqayyoo nu eegii🤲🤲🤲🙏

  • @gadisegadise3143
    @gadisegadise3143 5 месяцев назад +1

    Isgoo isgoo waqayoo wan bada biyya kenya irra nuuf kasi naga nuf busii nuuf mirmadhu

  • @wayintasfaye3975
    @wayintasfaye3975 5 месяцев назад

    Gaammee gorasa baareda nuu dhiihesa jiirriatta jabadhuu

  • @LovelyBubbles-fb8gj
    @LovelyBubbles-fb8gj 5 месяцев назад

    Uuuuuffff yaa Allah 😭😭😭 subbahaan Allah yaa rabbi nueggii yaa rabbii nuu basii yaa Allah 😢😢😢

  • @fathiha6936
    @fathiha6936 5 месяцев назад +8

    Anatu jalqaba ilaalle❤❤❤

  • @meskeremtujiba9327
    @meskeremtujiba9327 5 месяцев назад

    Dhuguma jete maqa waqayoo dayefatani waan bayyee hojatu

  • @Danientertainment-tt8nn
    @Danientertainment-tt8nn 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤ gammee galaatomi🎉🎉🎉

  • @RahmaAhmad-ot2ly
    @RahmaAhmad-ot2ly 5 месяцев назад

    Guga galatmoo rabii waan akkan iraa nuu haatiysuu

  • @MissBaiyus
    @MissBaiyus 5 месяцев назад

    Jabaduu sanya koo🥰🥰😍

  • @Kookeet9984
    @Kookeet9984 5 месяцев назад

    Gamme gudda galatoomi yaada hubana namaf kennanidha waqayyoo nu haa olchuu 😢😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @MariamAbu-dj9uw
    @MariamAbu-dj9uw 5 месяцев назад

    Jabadhuuu ❤❤❤❤❤

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee6109 5 месяцев назад

    Anii Amantii ko ortodokasi Garuu Dabtaraa Waaqayyoo isiina haa Sallaphisuu Waaqayyoo Gooftan Gammee Eebbifamii Hojji bareedda itti fufii Waaqayyoo Dabtaraa Moruuttu Oromiyaa kessa haa balleessuu😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭

  • @zxczxc3083
    @zxczxc3083 5 месяцев назад

    😮😢😢😢😢😢Maqaa iyesusin 😢😢😢😢

  • @AyantuDhaaba
    @AyantuDhaaba 2 месяца назад

    Dhugaadha❤❤❤❤❤

  • @chaltukebede1759
    @chaltukebede1759 5 месяцев назад

    Uuuffffff😢😢😢😢😢 Yaa rabbii koo 😢🙏

  • @samiramuhammad4187
    @samiramuhammad4187 5 месяцев назад

    Gamme wan jiruu nu hima jiraa umataa offi hin sobina wh yero ama wanuma kan fayadamu dura oromon falafa hin bekku Amartu biyya kena fidde jedhuu ama oromon Muslim kiristanaa wan kana baratee Yaa rabbii nuu bassii

  • @boseapplicant9417
    @boseapplicant9417 5 месяцев назад

    Yaa Waqaa koo nu basii hojjii seexanaa Galatomii Gammee dhugaa jiruu dubattee .

  • @HuzeefaJihad
    @HuzeefaJihad 5 месяцев назад

    Obboleessa koo ati dhugaa dubbatte homaa waan amantaa tuqu hin dubbanne ati nuuf galatoomi dhugaa jiru dubbatte male

  • @KTG200A
    @KTG200A 5 месяцев назад +1

    Wow yaa Gammee keenya nama dhugaa nuuf jiraadhu.warri hojiin keenya maaf ifa baasta jettan immoo gara uumaa keessaniitti deebiyaa malee dhugaa haaluun hin danda'amu❤jabaadhu Gammee koo waan gaarii hojjachaa jirta

  • @samsom6201
    @samsom6201 5 месяцев назад

    Dhugaadha🥰🥰

  • @FoziJawaro
    @FoziJawaro 4 месяца назад

    Mashaallha galatomi 😢😢😢😢

  • @BakarMusa-xo8yo
    @BakarMusa-xo8yo 5 месяцев назад

    Yoyyaa ❤❤❤

  • @Burtie-ei7vx
    @Burtie-ei7vx 5 месяцев назад

    G Koo Qaallii 💔😢❤❤❤❤

  • @nuradawud6037
    @nuradawud6037 5 месяцев назад

    Dhugaa dubbachuuf gammee haalii ati itti dhiheessitu amantaakamirraayyuu waantuqu natti hinfakkaatu.Maaliifuu sheexanni deeggaraa waan hindhabneef namoonni sidhaabsisuuf waan hintaane dubbatu waanta’eef qophiinkee baayyee gaariidhaa jabaadhu sifaana jirraatii.Biyya alaateenyee waan sihordofaa jirruuf qophiikee hunduumaa dhaggeeffataajirra. Jabaadhu!

  • @Hababayeeeeew
    @Hababayeeeeew 5 месяцев назад +1

    Ebbifami game😢😢😢

  • @FetihaFatushe
    @FetihaFatushe 5 месяцев назад

    Dhuga rabii Kuwait 🇰🇼 385 erga jiru mee namni nama bareda akka game jedhe ergu na Barbara 😢😢

  • @BezuAngasa
    @BezuAngasa 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤g❤ kenyaa❤❤❤

  • @shjdhaid4271
    @shjdhaid4271 5 месяцев назад

    😢😢😢🤲anii biya kiyatii hin Galu..

  • @BontuGetachow-id5zl
    @BontuGetachow-id5zl 5 месяцев назад

    ergaankee bareedaadha dhugaa keessuma bara keenya kana keessa. hedduu namarra of eeggachuun barbaachisaadha jabaadhu

  • @Burtie-ei7vx
    @Burtie-ei7vx 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤g❤❤❤❤

  • @madinaseyid
    @madinaseyid 5 месяцев назад +3

    Yero sharafa ilaltu kan Qatar 🇶🇦 ile nu himi please yero huda kan Qatar nuf hin himtu ❤❤

  • @Qimamii
    @Qimamii 5 месяцев назад

    Suban Allah rabbin nuhaa eguu wly bayee nama yadesaa gammee Kan Waar Qatar malif nuf fiduu didee 😢

  • @werkneshgedefa4798
    @werkneshgedefa4798 5 месяцев назад +1

    Jabaadhuu

  • @ghalalin8870
    @ghalalin8870 5 месяцев назад

    Bayyee galattomi 😢😢😢😢

  • @BiliseGangul
    @BiliseGangul 5 месяцев назад

    Welcome Gamme kenya ❤

  • @AraarseeTasfaayee-n5s
    @AraarseeTasfaayee-n5s 5 месяцев назад

    Dhugaa keti wan jiru jira tola miti silayu uttu hojetu heddutu nama gaddi jiraata harki waaqayyoo nuraa haa cabsu malee

  • @fayisedadi7322
    @fayisedadi7322 5 месяцев назад

    Dhugumaa jetee Gamee ebifamii ogesa namaa ❤❤❤❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 5 месяцев назад

    Teenks gammee 😢😢😢😢😢

  • @Tadelu-w7e
    @Tadelu-w7e 5 месяцев назад

    Galatomii gamee waan baay,een iraa baradhee seena atii nuf qoduuraa

  • @hanatu
    @hanatu 5 месяцев назад

    Bagaa nagani dhuftee gamee kenyaa ❤❤

  • @AbigailPrescilla
    @AbigailPrescilla 5 месяцев назад

    Dhugaa dhaa gamee wahee waraa tochituu dadhanee waqayyoo lafaa kani irraa isani yaa kasuu gooftaa kenyaa Iyyesusii kiritosii

  • @chaltukebede1759
    @chaltukebede1759 5 месяцев назад

    Galatomii Gamiyee Yaa baraa kanaa innummaa rakkannee rabbii guddaan nuufii Yaa lanfiisuu

  • @QaaliiAdaba
    @QaaliiAdaba 5 месяцев назад

    Dhugaa jeet biyaa kenati bayee tokkoo bayatee jiraha shirkni Atni homa gonee wanum jiruu Dubatee❤❤

  • @ObsinetObsinet-ws5hw
    @ObsinetObsinet-ws5hw 5 месяцев назад +1

    Astgfurulah yaa rabbi ngh busi 😢qophiin guyyaa hadhaa heddu takka naa sodachise kun biyyaa kessati rawwatama jira yoo jedhamu kessa kootu ofi na jibbee😊

    • @Hawii-g2b
      @Hawii-g2b 5 месяцев назад

      Siriti bayatee jiraa biyaa kenaa kessaa wani dhamasaani namaa firaa kiyaa taee horii ngadaa biri iraa fudhataan ini magalaa biratii ofi argee qulaa ufatalee ofiraa hin qabuu ergasii samun isaa ngayaa mit🥲🥲🥲

    • @marthairana5
      @marthairana5 5 месяцев назад

      Siritii biyaa kenyaa jiraa kunii durumara kasee matin kiyaa dur qabenyaa jalala gudaa qabna turee qabenyis garaa dhaqe in beknuu jalali walif qabnus badee matin kiyas wal ikan obolan kos addaa addaa facanee nagaa waqayoole wal in gafanu abban kiyaa mana maxafa deme guraa aree fii dabasa aduree qe,e kesan kesaa awalamee kanafuu re,ee gurati qaliti ijolee kee fana nyadhaa olaan in gahina jedhee gale harme kiyati imee anuma qalta malee re,en kun mana kanati in qalamtuu jetee mazarin sanuman kunoo addaa facanee afnee waqayoo bekaa guyaa tokoo dinaa qanesee matii kos akaa durii tahuu baths alalumati jalala akaa debisuu abdiin qabaa🙏

    • @ObsinetObsinet-ws5hw
      @ObsinetObsinet-ws5hw 5 месяцев назад

      @@marthairana5 laa ilah ilalah rabbin tokkochi ni dandaha waliti isiin haa deebisu 😭😭yaa oromoo bakka jirtaniti akkuma amanta kessaniti kadhana kessani cimsaa

    • @marthairana5
      @marthairana5 5 месяцев назад

      @@ObsinetObsinet-ws5hw Rabiin sii haa ebisuu hadhoo koo naf jiradhuu dhugumaa undumti kenyayu akaa amanta kenyatta cimuu qabna

    • @obseobse563
      @obseobse563 5 месяцев назад

      Hojii seexaana hin sodaatii amantii keetiin waaqa ittii amantuu sodaadhuu innii Wan nama sodachiisuu San caalaa waan ta'eef!!!!!

  • @IftuRaya11
    @IftuRaya11 3 месяца назад

    Dhugadha

  • @MmMmm-kj4ld
    @MmMmm-kj4ld 5 месяцев назад

    Gamee dhugaa jetee nano kenyaa nii jiraa

  • @Kabani-s9p
    @Kabani-s9p 5 месяцев назад

    Waqayyo soyaa Eebbosu

  • @bortoqal6711
    @bortoqal6711 5 месяцев назад

    Kunii Hojii baraa dhumaatii yaa waaqayo nu debisii watii dhagamuu gurafii garii mitii😢😢

  • @Siinboone-vq1jw
    @Siinboone-vq1jw 5 месяцев назад

    Galatoomi dhugaa rabbi

  • @SamiraSamira-l5j
    @SamiraSamira-l5j 5 месяцев назад

    Dhugaa jeete gamee amannata kamuu keessaa wanti Akkana imaa jiraa hin dhagahini jeechaa nama

  • @abdumoosa4974
    @abdumoosa4974 5 месяцев назад

    galatoomi oboleesa koo❤❤

  • @AraarseeTasfaayee-n5s
    @AraarseeTasfaayee-n5s 5 месяцев назад

    Jiraadhu gammee koo dhugaa gorsi heddu nati tola anq

  • @Hanagutafita
    @Hanagutafita 4 месяца назад

    💪💪👍👍

  • @FiloWardi
    @FiloWardi 5 месяцев назад

    Bagaa dubbate gamme ko abban barbade sitti bilbilu dhisee ofi iyyu haa fannisu hojii isanitu jalaa gadi bahuu warra bukuu jedhii😅
    Atii qaxalema dhirati barii👍😘🙏🏻
    OROMON kuno silasi ofi dagatera malo osoo warra daftara godhani sana eddi qabani immo malo yoo fannisani ykn ajjesani namaa hin gadisisuu turee dhugaa argaa abbashee ilmani qomaxaa warra budotaa,xonqawotaa uuufffi yaa oromo osoma tokko ajjefte mulifte mali qabaa?silaa tokkon ishe itti hin debituu turee😢😕😕😕👍👍🙏🏻

  • @fanosejiimmaa6266
    @fanosejiimmaa6266 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤

  • @bertaamoud4997
    @bertaamoud4997 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ሀናየጌታልጅ
    @ሀናየጌታልጅ 5 месяцев назад

    Dhugumaa mee biyyii kenyaa kananii badee jira Annuu ofii shakaan jira biyyaa Arabaa woggaa 6 hojedhee ommaa jijiramuu hin dandenyee 😢

  • @SamiraSamira-l5j
    @SamiraSamira-l5j 5 месяцев назад

    Dhugaa dubachuuf qophii Kuni bayyee nati tolee galatoomi

  • @ryankfoury2907
    @ryankfoury2907 5 месяцев назад +1

    Tokkofaan anna like ❤❤well come game koo❤❤❤❤

  • @Badh174
    @Badh174 5 месяцев назад

    Qalluu jechun gosa waraa ituu harargee keessaa jirtuu dha maalif qalluu jechun naaf gallaa hiin jiruu gaaruu

  • @GenuAbdiisaa
    @GenuAbdiisaa 5 месяцев назад

    Qatar hoo

  • @AbdisheTasfaye
    @AbdisheTasfaye 5 месяцев назад

    Game waqayoo bara jirenya kee haa ebbisuu wan hedduu sirra baradhe ergaa Wagga 4 tii qophin kee guyaa tokoo naa darbee bekuu Garuu biyaa Araba jiraa qormrataa narra fagachuu didee wan hojedhuu fi karorsuu tasaa Wal naf hin dhaqabuu. Furmata dhabee bo.aa olee

  • @anisanagara3088
    @anisanagara3088 5 месяцев назад

    Uuuuuuuuuuufffiii

  • @Sabiir-q8k
    @Sabiir-q8k 5 месяцев назад

    Gamee jiradhu

  • @SisaiSisai-m1m
    @SisaiSisai-m1m 5 месяцев назад

    😢😢❤❤❤

  • @IBOOOmar
    @IBOOOmar 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @anisanagara3088
    @anisanagara3088 5 месяцев назад

    😢😢😢

  • @Tiji-v7h
    @Tiji-v7h 5 месяцев назад +2

    😢😢😢😢😢😢

  • @BaboBb-w2o
    @BaboBb-w2o 5 месяцев назад

    😭😭😭😔😔

  • @عبداللهالدوسري-ن5ب
    @عبداللهالدوسري-ن5ب 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤🎉🎉😢

  • @alhilamobile9223
    @alhilamobile9223 5 месяцев назад

    Galatomii

  • @saradamisee1972
    @saradamisee1972 5 месяцев назад

    😢😢

  • @Fatheya-go7gx
    @Fatheya-go7gx 5 месяцев назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉

  • @NtvNtvhawii-sh6py
    @NtvNtvhawii-sh6py 5 месяцев назад

    Kan kiristanaa fakachaa hojii kiristanaraa hin egamnee bayetuu jiraa atii garuu waraa akas utuu godhanii kiristaana ofiin jedhaan hin amanin kirustanaa jechuun kiristos jechudhaa

  • @masiidha2380
    @masiidha2380 5 месяцев назад

    😢

  • @sinbonetube5529
    @sinbonetube5529 5 месяцев назад

    Gamee nagaan sifi yaa ta,uu mee app maqaa guyyaa guyyaa dabalufi gadii bu,uu isaa ibsuu kometii jalaa nufii kayii

  • @Hawii-g2b
    @Hawii-g2b 5 месяцев назад

    Dhugaa ketii gamee kenaa namani dalgaa akanaa hojatuu amanti kamuu baka hin buuu shiyixanaa musilimaa kessas jiraa shekaa ofin jedhaa digimit hojataan😢😢

  • @faaxeefaaxee100
    @faaxeefaaxee100 5 месяцев назад

    Ana duraa😂

  • @SadiyaAhamad
    @SadiyaAhamad 5 месяцев назад +1

    game ko atii wan amnata kesa galini hojii ke qofa hojadhuuu

  • @DamozeAlamayyo
    @DamozeAlamayyo 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Bareduu12
    @Bareduu12 5 месяцев назад

    Like godhaa😢😢

  • @meskeremtujiba9327
    @meskeremtujiba9327 5 месяцев назад

    Galatomi game

  • @samiramuhammad4187
    @samiramuhammad4187 5 месяцев назад

    Game galatomi qaali

  • @HxJjf-e9o
    @HxJjf-e9o 5 месяцев назад

    Gaamee laakoofsaa kee naa hojechuu dodee❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AyantuDhaaba
    @AyantuDhaaba 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BooniiBoonii
    @BooniiBoonii 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤

  • @zaraahimed5105
    @zaraahimed5105 5 месяцев назад

    😢😢❤❤❤

  • @ahmedmuktar9367
    @ahmedmuktar9367 5 месяцев назад

    😢😢😢😢😢

  • @RhamaHussin
    @RhamaHussin 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤