Ya yasiin nasiha takka wanin si dhamuu nama yoo interview godhuu yo barbadee ulamotafii beektota bayyee qabna San interview nuf godhii amas music jechaa masha Allah jechuu jirta bro Kiya ifi walalan hojate badii dilaa nama si laluu jiru kana hunda ifira debisuu jirta walumanu nuha qajelchuu yoo natii arte afonanila
Intal kijibdu siiti umrii 16 gara 17 tii hhhhhhhhhhhh hin kijibin sir hin bareedu Silatu ati tan hijabanin muziqa baasa jatu tan umrii kijiba miti Garuu rabbiin sis qacelche nus ha qacelchu😢😢😢😢😢😢😢
Vedio kana Share like goodhaa Yaa Hordooftota kiyya qaqaliwaan Galatooma
Karru isii wow❤
Wly Dhugaa Dubbachuf Gaafii Keessuma Qopheesurati Rakko Jira Gama Kiyyan
Ya yasiin nasiha takka wanin si dhamuu nama yoo interview godhuu yo barbadee ulamotafii beektota bayyee qabna San interview nuf godhii amas music jechaa masha Allah jechuu jirta bro Kiya ifi walalan hojate badii dilaa nama si laluu jiru kana hunda ifira debisuu jirta walumanu nuha qajelchuu yoo natii arte afonanila
Amiin amiiiin garuu dhifama hojjii karaa maliraa jirtaami karan kaa quradhatin kara qurannaa debidhaa akkasi❤❤❤❤
Masha Allah garu wan hojatan addan bafadha wan danga Rabbi isiin hin dabarsine Maloo Rabbi sodadhaa
Yaassin hedduun sijaaladha kanaafuu si,arkuunbarbaada
Jabadhuu habibi lakiin gafiin tee heddu jabdudha anu nin rifadhee ❤🥰🥰🥰🥰
Rabbii rahmataa hagodhuuf garuu sirbaa iraa jiraa jettee mee sirbaa kana adiisaa fii qur'anatuu faqqadee
Jajjabadhu obolesa kiyya ❤️ ♥️ 0:55
Ani islaama jachaa numaan Aammayyeeysaa Ajab dubbii
Ammaas Hijaabumaaniin wallisuu yaada Qabaa Ajab dubbii Rabbii
MashaAllah tabarak Allah muciyoo biyya tiyya❤❤❤❤
Intal kijibdu siiti umrii 16 gara 17 tii hhhhhhhhhhhh hin kijibin sir hin bareedu
Silatu ati tan hijabanin muziqa baasa jatu tan umrii kijiba miti
Garuu rabbiin sis qacelche nus ha qacelchu😢😢😢😢😢😢😢
Interview kee gana namani dhiyattu waan haqa dubatuf itti muddi yassu
Waw yasin attitu sagalee qabaa akkam❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yasin kenya sagataa gafii fi debbii ittii jabadhu bayye barreda
16&17jettii sila hin qanafatu😅😅😅😅
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 9:58 9:59 10:00
Subhanala rabbiin waluuman nuha qachelchuu sis tiyaa guyya boruu yadadhuu oso walistu du'uufi oso qurana qaratu du'u Kamtuu iraa callaa tana atuman ofi deebisii debisaa Isa ati fi yasiinis akka waan rabbin haalal godheeti hasoytanii waan boruu itti sheenoytan hin hojatina
Mucatiin artists taurra oso din rabbi barate das jetii erra hin toluus
Kijibaa Abii durbumaa Akasii esaa jirtii mitii
Harifaa ji iin😂❤👍
Wl wr wb amiiiiiiiiiiiiin❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
jaabadhuu qalii nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabadha garuu damo muziqa dhisi karaa Quranaa debii gifitiko❤❤❤❤
Abboo gafin tee musiba❤❤❤
Gaafin te ec
Yasin dooma gafi maalif kessa murta ?
Qadhimaa tiyyaa tuni micciyyoon ❤
Yasiin good 💯💯💯💯💯💯
Garu gafiin kee hedu baredi walhii hedu hedu das jati abbuu kanus jabadhu
Yasiinoo atii kolfan nufixee😂😂😂
❤❤❤😂
Wl wr wb😂😂😂😂😂jabahdu yasinii
wk wr wb Amiiiiiin Amiiiiiin Amiiiiiin Amiiiiiin Amiiiiiin Amiiiiiin yaa Allah ishaallaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Huddu Nin Qaba Jette Yaada ? Gaafi Akkami ? Hin Naffayu Wly @YNA ORO
Yasin kiyy qali garuu gafii jabduu qabda wly isi dhisii anuu ninsodadhee wly
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
16. 17. Xuxoo sii binaa mimii qajelumaa hin himatuu KKkkkkk 😂😂😂😂 wolhii ajaibaa qabdaa
Xasaa wayyi bebe dhisi😂😂😂😂😂
@@sofiahuseen4589😂
Adeero gaafi akkam nama gaafatta
Amiiiin Amiiiin ❤❤
Yeroo hasoftuu years nama boharsita jaabadhu
Amiiiiiiiin
16😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Amma kun hiikka muziqa ketiti
Baredu intala biyaa kotii ❤
Dhuga ketti suren sun??!!
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Bbb 🎉❤❤
Ko❤❤❤❤❤
Gafi te vedio agutu akka hin laale nama gooti😊
❤❤❤❤
What generation is?
How
Galani keysan hn badin
Mashaallaa ❤❤Mashaallaa 🎉🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉🥰🥰🥰🥰
Abo yaasin jirachuu dadhabne biyyii yeman tan ati beytuu sanirraa nu jiijjiramte ani bara 18tin jiraacha jira amma nu didee du aa ii nuf godhi
Ani dabbuma isheetu natti tola malee sirbi isii natti hin tolu
Umuri 16 jeti leyoftuu 30 umuri ishe sobdim kijibduu yo dhuga dubate mal qaba 16 kkk😂😂😂😂
❤kkkkkkk
Amiiiiin amiiiiin
Namni addunya arke namaf galaani
🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Kkkkkk hojii kesan😅😅
Yasee Obolesaa koo
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
😂😂😂yasin koflan nu fixe😂
❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Dubrummaa hin qabdu😂
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Namni mislimaa hinsirbbu maaltaatan yaasin😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Kkkkkkkkk 🙆🤭🤭🤭
Namu nama wajjiin hin seenuu boolla ofi ofumaf seenuu nama hin galchu gorsiin homami
❤❤❤❤❤❤😊😊😊
❤❤😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
❤😂❤😂😂❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂
11
What 😂😂😂😂
Jabadhuuu hbb kiyya
kolfa qabada 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🥰🥰💚🥰💚💚🥰💚💚💋💚💋😘💋😘💋😘😘💋😘💋😘
😂😂😂😂😊
What 😂😂😂😢
😅😅😅😅😅
Shamarran akkana barredu ta'a biraattis fidi gaa
Gaafuma akkam nama gaafata sa khun ish ?
Hahaha 😅😅😅😅
27😂😂😂umrii kenyaa hin dabaluu😂😂😂
Namni nama bekhu haadubbatu. Muciyoon dhugumaan jolledha wallahi wabillahi,garuu umrii isiirra guddatte male. Amantanis amanu battanis dhugaan jirtu tanuma.
❤🥰
Huduu baredaa qabdaa wii🚶♀️
😂❤
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
hojii tee nyaadhu yaasin
Kudhaa 16 jatee kkkkkkkkk 10 hin jatuu
Oooooo gaafiin hacucce qabde😂
huddu bareda qaba jette yaadda jette yeroo nama gaafattu mal jechu 😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂
🤣🤣
Hijaaba baasun ammyumma???
16 jeete ajaiba qabda amaluma keenya umurii keenya 16 fi 17 hidarbuu silayuu 😂😂😂😂😂
Kkkkkk
Gaafi tee arraf hin taane wly mica tana warri sanitis ni daawwata
Surre san baga jabessite gafatte