Ulfaadhaa Saba sagalee dhabeef, sagalee taataniittu! Galanni keessan bilisummaa haa ta'u 🥰Thank you for being a voice for a nation that has lost its voice! Thank you for the freedom 🥰
Jechaa dhugaa qabu kan hin qabne gandummaaa yoomuma iddoo kenna Kuni dhuguma barri hamaa jechoota kee hammeesaaa kuun waa saamaa Kanan yoon ja een abbaa garaa Kuun natti waama ibidaa saafaan Galatomii keessaa koorra haasofta bar atu sura takkalaa ❤❤ Siin jaaladha hedduu ati qaalii 🙏🙏🙏🙏❤❤💚💚❤❤😘😘
Ayii ayiiiii ilma nama dhugaa jiruudha bara bara bara abaraama iddoo kaleessa hin jirruu duru maali;kan amma immoo tasa hin jiruu ST ft M Galatooma🎵🎶❤❤
I got artist in my native language,I was waiting until today in this industry for a long period of time artist like you beya mani99ah✌️
I lost my friends last year but whenever I hear this song it ignites me so much as if there is around. Love all my friends ♥️😭😭😭😭😭
98jy z's fzxfxdz hg 😅lp❤❤po polio
Iyyeen dadhabe birmataa dhabe na dhaqqabi nagaan hagabe❤❤❤❤❤
Uummataa Sagaalee dhaabeef galatoomii waan sagaalee taatef Suuraa koo jabadhu
Surraa Ulfaadhu! Waaqayyo si haa eebbisuu! Uummatni keenya gidiraa keessa jiruus kanaan booda kan bilisa isiin baasu eenyu akka ta'ee adda baafadha. Ijaa keessan Waaqayyoo irraa kaawwadhati isaatti bo'aa. Dhugaatti kan rakkoo kana keessa isiin baasu isa qofa! ❤❤❤❤Tks Surraa and Mety
Baayyee namatti tola, haala keessa jirru daqiiqaa 5 gadiitti bifa bareedan nu ibsitan. Suuraa T & Meetii ❤🎉
Surraa sagalee sabaa💪
Uummata sagalee dhabeef waan sagalee taataniif galatoomaa❤
Sagaleen Mety Saketa Dhugaa Baayyee Bareeda Nuuf Jiraadhu Qaxalee Koo❤❤❤
Wow Amma eegameen olitti dhugaa sabaa dubbattani qaalii keenyaa
Wow faarfannaa Ajaa'ibaa Eebbifamaa Sura ft Mety
Galatoomaa uummata sagaleensaa ukkaamfameef waan sagalee taataniif!🙏🙏❤❤❤❤❤✅
Galaatoma dhugaa suraakoo jabaa nm 😢😢😢
This has spiritual message
I like the way they express situations
Rap king 👑 sura T we love You buddy 🙏 respect
Waan Guddaa sirraa eegna sichillee Surraako❤️💚❤️Meetii🤞
I'm crying while listening; Maal bara hamtuu kun? 😢 😭 😿 😢 😭 😿 😢 😭 😿
Ni dandeessa Surraa keenya!🥰
Thank you Sura❤️🔥
Waho meti and sura dop good job continues
I can't stop listening 🎧 your so talented sura T and her voice is amazing 😍
Ayii 😭😭😭
Sura Greatest of all time ♡🤞
Wow this song explains everything thank you very much brother
Ulfaadhaa Saba sagalee dhabeef, sagalee taataniittu! Galanni keessan bilisummaa haa ta'u 🥰Thank you for being a voice for a nation that has lost its voice! Thank you for the freedom 🥰
Amazing
Jechaan dhabee dhugaa erga cimaa dha Hedduu Galatoomaa
Sagalee uummaata ofiif ta’uu caala wantii Nama bonsuu hin jiruu ❤
Welcome to back 🌟🥰
Word can’t express this music sura❤
Keep 🆙
Surraa ati nama jabaa Oromoon qabduudha. Uummata sagalee dhabeef akka kanatti aartiidhaan dabaaluultanii ergaa jabaa dabarsitan. Baay'ee ulfaadhaa! Nama an baay'ee ajaa'ibsiifadhu Sura Takile❤ baay'een sijaaladha!!
Literally crying 🥹😭 😭😭😭
hawaasa rakkoon nam-tolchee tiin xiinsammuu miidhame ogummaa keessaniin waan sagalee taataniif sura fi meetii galatoomaa.
Another level & what a message😢
Haala keessa jiru karaa Ibsamuu danda'amuu hundaan Warra ibsaan Sagalee ta'an hundaaaf kabajatu mala Sura T & Mety S 👍❤️💚❤️
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Bar akkasii isaa akkaa ammaa keessa jiruu kana atii nuraa kasii yaa waqaa koo😢😢😢😢
One music. 400 message 😢
One music.voice for millions 😢
Saba nama rakkoo isaa hubateefii dubbatuuf dhabeef sagalee taataan ulfaadhaa🙏🙏
Waaqayyo beenyaa lubbuu qaaliiwwanii akkasitti hindhiisu•••eebbifamaa jiraadhaa isin!💝🙏
11th watch
Jechaa dhugaa qabu kan hin qabne gandummaaa yoomuma iddoo kenna
Kuni dhuguma barri hamaa jechoota kee hammeesaaa kuun waa saamaa
Kanan yoon ja een abbaa garaa
Kuun natti waama ibidaa saafaan
Galatomii keessaa koorra haasofta bar atu sura takkalaa ❤❤
Siin jaaladha hedduu ati qaalii
🙏🙏🙏🙏❤❤💚💚❤❤😘😘
❤❤❤ Surraa sagalee uummataa!
Metoo You Can!!!!!!!!!!!!!!!! What a sound!
Sura koo ni dandeecha jabadhu
Birmataa dhabe
Qaxalee koo
Maal siin jedha... Ati dhugaa dubbataadha...
..
Real situation in our country..(Oromiyaa)
Sura koo baayyee sii jaalladha bro
Ayii ayiiiii ilma nama dhugaa jiruudha
bara bara bara abaraama
iddoo kaleessa hin jirruu
duru maali;kan amma immoo tasa hin jiruu
ST ft M Galatooma🎵🎶❤❤
Yaa Rabbi waqayyo Kiristoos Maloo Aadaa raa Sabaa keenya fi Birmaa dhuu😭😭❣️❣️🤲🤲🤲🤲
Legends 🔥🙏
Yaa rabbi immimmaan harmee wallaggaa ilaalii
Ati Gita hin qabdu dhugaa! Baayyee dandessaa surakoo ❤️ jabaadhu
I always remember our people sacrificed his life in this five years 😢😢
Galatoomi bayyee namatti tola🙏❤️
This song hits different🔥
Guddaa galatoomaa!
Uummata kanaf kun hin maluu ture...
Waaqayoo hunduu ni danda'aa guyyaa tokkl ni darbaf
Wow thanks bro
Daqiiqaa 5 erga miiliyoona❤
Guddaa galatoomi 🙏
Uuuuuuuf jiraaaadhu
Ulfaadhu S keenya
Quqaa ummata keessa jirtu wallifte
Jabaadhu ❤❤
Surraa ni dandeessa!
Wow that's a good mucic
Si waameera Ani meerre manni kee durii inni masaraa fakkaatu ........lubbuun Ilma namaa gatii dhabe Dura T galatoomi
Jechaan dhabee. Galatommaa.
Dansaadha. Continue more language jajjabaadha🎉❤
Ergaa guddaadha sura & Meti galatoomaa
You explained My / our pain. As usual you did Sura T.
sura baay'ee bareeda akka atti ittii ummataa qulquluu kanaf sagalee tattee ulfaadhu galatoomi 🙏
Suraan haa sirbuu 👌
it's fire 🔥👏
Wow Amazing bareda dhugaa nuuf Jiraadhaa ❤️💚❤️🥺🫡
Wooow Sura amazing be strong bro
Nuf haa birmatuu gooftan farsa Baredadha❤❤❤
Oh!Wow!
I like very much this one, I can’t stop listening
Mal qaba rapharumma dhisee akuma ishet osoo jedhee ❤
Wow music amazing video ❤
Thanks for listening
Galatomaa sagalee sabaaf ta'uun akkasii
Great job❤
Voice for millions in a minutes
I'm the first to watch
Ulfaadhaa Saba sagalee dhabeef, sagalee taataniittu! Galanni keessan bilisummaa haa ta'u 🥰
Wow! Artist Sura & Mety thank you! i haven't words.
Be continue, don't stop❤
My boy's
Wow 1ffaa
Sura
blessing song of end of stupid year2023
I have no words to you Sura king boys of oromoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Amazing music and powerful poem!
Uuuffff lammii koo abshir hooma mitti gafa tokko keessa bana inshaallah 😢😢😢😢
Ergaa/dhaamsa jabduu!
Amazing
Voice
I have no words❤❤❤❤❤❤Thanks SURA
Waaw naic
Big thanks for powerfully message our voiceless people😢
Song of the Year 👏👏👏👏 Good job Sura
Incredible my one ❤️
Very nice ❤❤❤❤❤❤🎉❤🎉❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Callisuufan ture nadide garaatuu❤❤❤ sura t bravo chin up bro❤❤❤❤
Jecha hin qabu🙏
Galatoomi sagalee sabaa.