Daawwiteen otoo deebi'ee akka yeroo " Ani dhufeen jiraa" fi Beenun galla Yaa sawwan koo" jedhee sirbe sanatti qal'atee arge natti tola. Maaliif ....................... Was very much fascinating music equipped with Dawite !!!!
Dawetefi abdi hasankessan heduu nama bu'aarsaa dawite keenya cd nibitana ni dhagefana absher dubati hin debi'in jabadhuu.warraa omn immoo jabadha wanhundan isiin bira jiraa.
Kkkkk haasan keessan baayee na kofisistaa taphaa keessan nati baay'ee Abdi fi Dawweti baay'een si jaaladha galattooma galan kesan bilisuma Haat'u lammi koo sin lamanu nujiradha
Jiraadhuu dawtee Akkasumaa Lammii koo umirii rabbii isnii haa dherssuu
Daawwiteen otoo deebi'ee akka yeroo " Ani dhufeen jiraa" fi Beenun galla Yaa sawwan koo" jedhee sirbe sanatti qal'atee arge natti tola. Maaliif ....................... Was very much fascinating music equipped with Dawite !!!!
mashaallah daawitee mokonnon baa'ee galatoomi sabboona keenya ba'ees si jaalanna ammas abdii guddaa akka sirraa qabnu abdiin kutin. jabaadhu jagnaa keenya daswitee....
Garuu baayyee na garamaa malif jedha yeroo daawiteen sirba baasuu anu garaa harmee koo keessatu hin umamnee garuu anu dhaladhee ama cuccii ga.aa baayyee beekuu sirba isayuu daawiteen waaqaa meeqaa hin dullomu rabbii umurii kee siif hadheeresuu sinjeedha daawwee♥♥♥♥♥
Dhugaa kee jette anis yeroo dawwiten sirbuu haatii koo hin heerumne umriin isaa haa dheeratuu ammas dawwite hedduu jalaadhan
Dhugaa kee jette anis yeroo dawwiten sirbuu haatii koo hin heerumne umriin isaa haa dheeratuu ammas dawwite hedduu jalaadhan
Dawetefi abdi hasankessan heduu nama bu'aarsaa dawite keenya cd nibitana ni dhagefana absher dubati hin debi'in jabadhuu.warraa omn immoo jabadha wanhundan isiin bira jiraa.
ok Qophii Gaariidha
wowowowowo 🌹🌹🌹🌹🌹Jabadhaa Naamatii Tolaa haasofnii kesan yaa Lamii koo galatomaa 👌👌👍👍
Kkkkk haasan keessan baayee na kofisistaa taphaa keessan nati baay'ee Abdi fi Dawweti baay'een si jaaladha galattooma galan kesan bilisuma Haat'u lammi koo sin lamanu nujiradha
Wowowowowo waqayyoo sin haa jabesuu jabadhaa
wow Abdii namatti tola! OMN utuu akka ammaa murna tokkoon hin dhuunfatamiin
Alhamdulilah 😊
Hundaafuu Rabbiin waliin jira.
abdii bay'ee sii jalana kessuuma gafii fi debii dhisuu baay'ee siin hoodofaa jira itii nuu fufa(awuropa france irraa)👍👍💝💝💖💕
G
Nuuf jiradhaa dhugaa Rabbi haasoyni Dawitee heedu nama gamachisaa nama kolfisiisa seenaan isaan duur keesa kutaan suniis bayee nama gadisiisa amaaf immoo Umrii dheera isiinif haawa Leencaa sanyii Leencaa
Dawee. Koo bayyeen sijaladhaa❤💚❤
Daawitee .M, nufii jiradhuu umrii dhertuu bekaa namaa
Dawitti koo nuuf jiraa Love you 👍👍👍👍Mucaa biyyaa kooooooooooo
bayye NAMA buarsa senanke dawite hori buli
Wayi Daawwitee Namni jiraatee hadhaa darbite irratti dhugaa yeroo namatti himu Miira wal-makaa mitii dhiiga nama boochisa. Dhugaa dha hidhaan hidhaa dha . OPDO 1Nya taatanii baatanii haabbee !!!!!!!!!!!!!!!!!!! OPDUMMAAN Ilma abbaa Garaaf malee ilma Abbaa Gadaaf hin galu !!!!!!!!
QABDUU ! AHHHHHHHHHHHHHHHH REALY THE RIGHT JUSTIFICATION !!!!!!
dawite haftee hacaaluu haftee eebbisaa haftee usmaayyoo baga nuuf jiraattee
Bayyee namaa gamachiistuu ittii fufaa keessatu Dawitee ❤💚❤💚Abdi💚❤💚❤
Gaafifii deebin keessan baay'ee namatti tola. Jabaadhaa akkanumaa itti nuu fufaa. Garuu Daawitee M, Nuija kee keessa si laaluu feena ati ammoo agartuu ijaa gurraacha kana kaahattee yeroo lamaanuu OMN irratti argamuun kee baay'ee na gaddisiise. Aadaa warra farajjiitti uffatte kana yeroo biraatif fooyyessi. Si jaalanna nuuf jiraadhu.
Dawwite bayyen sijjalladha gotako nuf jiradhu
Jabaadhu dhiigaa koo sinjaaladha daawitee♥♥♥♥♥♥
Naaf jiraadha Abboo interview otoo hin taane diraama natti fakkate bayy'ee nakofalchiise haasaan dawwite 😘😘😘gltm Abdi fiixe koo❤
Wow🎉 Dawite koo nuuf jiraadhu
Abshir yaa Daawitee Kenya. Isin bira jirraa jabaadhaa. Egaa sababiin tokko kan ummanni Oromoo kooppii bituuf wallaala. orijinaala yoo bitan bu'aan hagam akka tahe hin beekan. Anilleen isaanirraa tokkon ture. Amma garuu ituunifi Google irra deemeetin single bitadha. Wanni biraa tokko kaniin ida'uu fedhu, Abashoonnis haaluma akkanaa keessa dabran. Biyya san keessatti musiqaan raadionarratti dhagehamuu malee magaalarratti kan gurguramuu jalqabe hin turre. Guutumattuu aadaa muziqaa bitachuu hin qabnu jechuu niin dandeya. Haa tahuu malee, jarri xiqqo nu dura jiran.
Isinis karaa keessaniin ummata barsiisaa (educate) godha.
Nuuf jiraadhaa.
Waayyooo Daawitee kolfaani du.e ani 🤣🤣🤣💖💖💖💖💖👈👈👈
kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Dawite bayyee sii jalana nuf jiradhu
Abdii.beexee nuu jaala in gaatin Ebbiffamaa yadaa keesanif
nice nice conversation wow wow dawite you are brilliant we appreciate you
Bayyee Namatii toltanii🙋🙋🙋🙋🙋
Let us struggle to get the then Oromo Musicians at one Catchment !!!!!!!!!!!!!!!
Daaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuu wayyoo dhiiroo
Abdiiyee
Gariidha, garuu Dawwit namaa dhugatttii qufee hasawuu fakkataa, Yoon dogoggoruu badhee.
Daawitee Baay'ee Baay'ee sii jaladhaa Yaadni kun guddaa uumataa keenyaa gammaachiseera jabaadha itti nuuf fufaa;Abdii tiis nagaakoo naaf himii bilbilaa OMN nis naaf barreessii horaa bulaa.
Hojii kee nyadhuu dawitee kkkkkkkkkkkk sabonaa koo💔💔💔💔
namatti toltan uuuuuffffi yaa sanyiidhan koo maal waliif taana
Dawwee bayy'e sin bonaa Sabni ke
Lubbuuuuuuuuu saba
Daaewiteen tuni koomeedii dha aboo nama kofalchiisa
abdi dawwitee bakka jiru barbaade nuf dhihesu ketif bayee galatoomi,dawwitee bayee si jalana nuuf jiradhu .
yaphi hinjedhiiin dawitee dur hafe
namati tola gaga Sena me dubatu namati tola 😂♡
Nuf jiraadhu sanyii leencaa leencuumaa
baay'ee issin jalana sabbontotaa keenyaa
Nujabadha namati tola yadda umatati kun
we are pray for peace day and night
Ridwan Seman hi 👍👍👍👍💞💞💞💞💖💖
Dawwitefi Umar Suleman hin duloman
❤❤❤❤❤💝💝
maaloo kolfaan na ajjeefte dawit iddoo sheekaan afaanichan akka dubbattu si afeere irraati.
hundaafuu nuuf jiraadha qormaanni kanum jirudha obsaan immoo bakka yaadan maraa ni ga'u.
❤❤❤❤❤
uuuuuuffiiiii kkkkhhhh
gootaa
Wow confident
Daawwee sagaleen kilolee sirba kee dhaggeeffachaan guddadhe, baay'ee si jaalladha~
Abdii, Daawwiteedhaan bakka jiruu barbaaddee karaa foddaa TV OMN nuuf affeeruukeef galata guddaa qabda! Itti aansuun hojiin isin Oromoonni biyya hambaa jirtan aartii Oromoorrattis ta'e siyaasa keenyarratti hojjechaa jirtan baay'ee kan nama boonsudha. Fuuldurattis abdii kutannaa tokko malee nuhis sin bira dhaabbannee kaayyoo keenya milkoomfachuuf jabaannee haa hojjetnu. Dhumarratti ammoo ergaan Daawwiteen nuuf dhaame baay'ee natti tolee jira. Kaassetta keessan illee kanaa booda namni hundi orjinaala akka bitatun abdii qaba. maaliif yoo jette dhaloonni amma dhufe kun dhaloota Qubee Afaan Oromoo waliin dhalatee guddachaa jiru waan ta'eefi!
kk baayyee namatti toltuu dhugaa rabbii itti fufaa
Galata Hirko .mal.of.jaja
solanee
👍
Dawwitti.bagaa.jirta.akkattin.si.jaladhuu.malo
Kkkkkkkkkkk.....Uuufff Dhugaa NuuAjesse Dhugaa Kolfaan
Dave Andhuuf jiraa Abddi Fixee
Jabadhaa lammikoo
guddoo dansaa
dawite baayeen si jalaaladhaa itti fufi
Sali Shifa e
abdiileen waliisuu fedhaasa kkkkkkkkk lola
gaalatomaa sabaa kiyaa
dawwitten gafa sirban ka'ee wan oromon tokko lafatti hafu natti hin fakkatu(ga biyya alas ka biyya kessas martu rasasa fannifate gara qabso)!
wwwwwww baye nama tolla senna bayye yada kessa nama galchu dha
Abdii ilma fixe eysa jirta
kkkkkkk abdii atilee wojinii welisuu egaltee namatii toltaniii
galatom sanyi koo
dhugama jette gababban gudi dhufa kkkkkkkkkkkkk
kkkkkkkk garan nama gubatasa nama kolfisisasa
mulu mulu
AEF
kkkkkkkkkkk namumakegatu dabarise walikenaa.
👍👍👍👍👍👍
💔💕💖👍👍👍👍👍
Kkkkkkkkkkk namaa gamachisaa itii fufii
wwwwwwww
kkkkkkkkkkk Bayee namattii toltanii
inni afaan engliffa ka biraa ESA fidee kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
hhhhhhhhhh Dawite
KKK,🤣🤣 baay'ee namatti toltu
hhhhhh naaf taat...
kkkkkkkk
talamaammadee...............lol
❤❤👍
ሀይ።የኦሮሞ።ልጆች።አለይጠብቀቹ
ሲወደቹወዉዉዉዉዉዉ።ሲተምሩ
❤❤❤
👍👍👍👍👍