Jiruu fi Jireenya Jaamboo Jootee

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 249

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 года назад +1

    Hayyuun lubbuu ummataatii eeguu dhalootaaf beekumsaaan biyyeefis kurreejilbaatii karaan dursii barnootaa haqa ummataatii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 года назад +1

    Gzx Usmaan kolfee barnootaa haqa ummataatii harkii hojii dhalootaaf waraanaa beekumsaaan biyyeefis goota deemsi hojiidha karaan garaadha biruma nafa keessa beekaniin guuza guyyaan hojiif Subahannallah beekumsaaan eeguu welcome omn

  • @Ayantu9446
    @Ayantu9446 9 лет назад +2

    kabajamaa fi jaalatamaa artistii keenya Jaamboo Jootee kabajaa fi dinqisiifannaa guddaan siif qaba.dubbiinkee kun imimmaan na buusise.falli jiru gara Ayyoota, abbaa qabeenyaafi uummata guutuu harkadha.wanna keenya irratti abbaa tahuu qabna ija jabaannee.artistonni keenya hunduu ijaa fi gurra keenyadha.nuuf jabaadhaa seenaa kana jijjiiruus qaban.

  • @sameeramuhamned1927
    @sameeramuhamned1927 7 лет назад +1

    wawwwwoo jaamboo jootee hedduu galatoomi siin jaalana jabbadhu umuiiri si haa dheeresuu rabbiin nufi jiradhu lammii koo hadhura oromoo nuufi jiraadha bakka jirtaaniti hundii keessan

  • @NoorAl-fw4uu
    @NoorAl-fw4uu 4 года назад +8

    Nama ofi osso jiruu dinqiisifachuu hoyyaa gotta keena sii jallaan ❤️❤️❤️gubanni hacee naaf bahuu didde😭😭❤️

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 года назад +1

    Seenaaf yaada sammuu keessi imimmaanii gaafa ummata ofii dugdii abbaaf garaan marii eegnee diina onneen marii nageenyaa qaamaa ummataatii sirna hargansuu dhalootaaf harkiifi harmiis diina did rakkoodha gurris waraana dubbii freejohar Muhammad

  • @nbertgatasewgatasew5903
    @nbertgatasewgatasew5903 7 лет назад +3

    ጃቦዬ ምችት ይበልክ ፍቅር ያሸንፋል ምርት የኦሮሞ ልጅ እውነት ነው ኦሮሞ ፍቅር ነው ፍቅር ያሸንፋል አንድነትን የምደግፍ አንተ ትክክል የኦሮሞ ልጅ ነክ ኦሮሚያ የሁሉ እናት ሰብሳቢ ነች እናት ደሞ ሁሌ ፍቅር ነች አንበታተን ዘረኛ እና ዘረኛይጥፋ ከመሃላችን በጣም ደስ የሚልሙዚቃ ነው ይህሙዚቃ ሁሌ ነው ማዳምጠው ሙዚቃክን

  • @kurikenent2322
    @kurikenent2322 4 года назад +2

    Umurii sii dherasuu oromoo koo💞💞💞💞💞💞💞👍👍👍👍👍👍

  • @jiituoromiyaa8583
    @jiituoromiyaa8583 8 лет назад

    Woooww Woooooww Wooowwww sabboona saaba nuf jiraadhu hamtuun sii hin argin horii bulli dagagi mul'aadhu bakka yaade gahi qomoo ofii 💔 💓 💓 💔 💕

  • @sabiraasabboontuu8885
    @sabiraasabboontuu8885 9 лет назад +2

    HEDDUU GALATOOMI NUUF JIRAADHU JAAMBOO SANYII OROMOO. JABAADH u qophiidhaan eegganna dafii nubiraan gahi .keep it up

  • @nardosabdu4638
    @nardosabdu4638 4 года назад

    Ambbaassaa ummurii nuf dherraadhuuuuuuuuu yaa rabbii bukkee nuf dhaa badhuu

  • @alemugudeta2083
    @alemugudeta2083 6 лет назад

    obboleessa keenna nuuf jiraadhu, hojin kee ati uummata biraa geesse hundi bayyee natti tola, hooji kee fundurattis, kana caala akka hojjettu fi ummata birattis fudhatama guddaa akka argatan abdii guddan qaba, nuuf jiraadhu!!!!

  • @shawitbelete8149
    @shawitbelete8149 8 лет назад

    jabo jote betam yemiwdew ena yemadenkew tilik sew Le ene Ohhh mechem yemayiresagn gize ye zare 7 amete gedema uuuuuuuuuuu...ebdi yehone gize neber yasalefnew sendaffa Bake bemitbal ketema be tezegajew Bazar layi ufffffffff mechem ayidegemem so liyuuuu yehone tizita tilobignal beteleyi imiman jalal kuno
    naran ya'a😭 yamilew song abo ayital new tizitaw so ye sidet gizeyen cherishe Egziyabiher fekdo le hagere sibeka be hone konsert layi degim endemingenagni I hope Egziyabiher edime ena tenan yabzalin Amen

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 года назад

    Hayyuungzx Shamsiyaa dhiifama dhiigaa yaannis waraanaa qabeenyaa tayuu arguu beekii eegi imala kurreejilbaatii hindeemunii mallaszenawii harkii diina onneen marii eegnee karaan sirna hargansuu bulchiinsa lafaatiin har'as beekika mandisaalafa beekaniin guuza fedhiin lubbuu ummataatii dubbii freejohar Muhammad freehamzaa dhugaa karaan garaadha hayyoota kurreejilbaatiiB/j Biraanuu juulaa eegi.

  • @badhaatuukadir6771
    @badhaatuukadir6771 4 года назад +3

    Jambo keenya nuf jiradhu 💪💪👍👍❤❤❤

  • @kassahungurmessa7585
    @kassahungurmessa7585 9 лет назад +1

    Dhaamsi ke bishaataa fi barsiisaadha Jiraadhu. Kessumattu inni dhumaa rakkoo keenya calaqqisiisa hunduu hahubatu jedha

  • @arsitube5282
    @arsitube5282 7 лет назад +1

    Jaabboo jootee Anaadhufu. Goota oromoo hedduun sijaalanna jaabaadhu

  • @rozabusse2020
    @rozabusse2020 9 лет назад +3

    jabadhuu rabbiin si hagarigaru saabaa oromo 👌👍👍❤❤❤

  • @Maraialwaked_
    @Maraialwaked_ 9 лет назад

    jamboo koo dhamanee dinaa soraa dhugaa jettee. nyatuun numaa harkaa nyatee haraa quftee dhalaa oromoo irraattiiiiiiiii888 atii jaabadhu Saudi irraa.

  • @welyajamal667
    @welyajamal667 8 лет назад +6

    jaamoo i love you so much Thanks you very very good

  • @hey1232
    @hey1232 8 лет назад +3

    My favorite singer Jaamboo you are the best.

  • @mabrthilyly612
    @mabrthilyly612 9 лет назад

    uuuuuuuuffff jabbbbboo bee maqaan kun sitti tiqataa lencaa haa jennuu meee kottaaaaaaa hamtun si hin argiin gaariin si hin darbiin qommoo koo abboo baguuma oromoo tattee

  • @genetdamise1532
    @genetdamise1532 4 года назад

    Umurii nuuf Dheraadhu Waaqayyoo ijja Dinaa irraa Sii yaa Eguu❤❤❤

  • @bontuwallagadhihaamendi9798
    @bontuwallagadhihaamendi9798 9 лет назад +1

    lubbukee haa buluu nuu jiradhuu lencakoo umurii bardaa namaa boruu jaalala baredaa jiratee umaatasaa tajjajiluuf sigodhuu

  • @HanayKonjooAsdf
    @HanayKonjooAsdf 9 лет назад

    Rabiin sef agudisu jamboo jotee ilmoke walin tura mht whlin miss you jamboo jotee

  • @aljeaajeal5035
    @aljeaajeal5035 9 лет назад +2

    saanyii goottaa ammallee jiraadhuu jechuuu keettiifi yaadallooo kee heduuu nama gamaadaa ammalee jiraadhuu saanyii gottaa yoomiiyuu jaalatamaafi kabajamaadha ummaataa oromoo biraati bakka guddaa qabdaa keessatu sirbaaa keessaa kana goba kormaa jedhuuu iraati akkuma attii ibsiiteeti ammalee jaabaadhuuu

    • @zaytounaarya466
      @zaytounaarya466 7 лет назад

      jiradhu umri haragessa rabbin sif haa laatu aliya bruit irray

  • @ayyantualamuukuweticite2689
    @ayyantualamuukuweticite2689 7 лет назад

    Jabadhuu sabonaa koo💟💟💟💟🌹🌺🌺🌺🌺💖💖💖☔💟🌹🌹

  • @hunihanii8369
    @hunihanii8369 8 лет назад

    heddu namatti tola yaannikee jajjabee Ilma oroo nuuf jiraadhu umurii dheeraa J.J

  • @badhaasaalovelove5381
    @badhaasaalovelove5381 5 лет назад

    wowowowowowowowowowowo
    wowowowowowowowowowo
    wowowowowowowowowowo
    wowowowowowowowowowo
    jaboo qabdaa segalee garii kan guraa namattiti too abboo jiradhuu umurii dherdhuu

  • @chaltutamrat3251
    @chaltutamrat3251 4 года назад +1

    Nuf jiradhuu Lencaa keenyaa 💪💪💪💪

  • @linalina4491
    @linalina4491 9 лет назад +1

    JJ .umuri dheeradhu.ati ilma muldhatati.ammas nuf jabadhu!

  • @tigist422
    @tigist422 9 лет назад +4

    Mejemeriya jabon betam ladenekek lakeberek ewdalew betam gobez aseteway akenkang endihum tenagari nek Rezim edeme yesetek.lelaw ehen inerviw sesema eyalekesku new beka andade eyehone yalew neger betam yazanal min madereg endaleben alawekem lelaw kerto Ethiopiya west yalu fm redio tabiywoch ethiopiya west 1 bihereseb becha yal yemesel be amaring muziqa becha jorowachenen siyadenekuru new miwelut tadiya endet new yelelaw biher kunkuwa ena bahel miyadegew ye biherbihereseb ekulenet teregagetuwal bemibalebet ager lelaw sponser lalekew jabo betam aznalew ewnet new ye amaringa artist bitamem besponser new mitakemew bimot lelam lelam becha uuuuuuff

  • @gannatkaabbabaagannatkaabb9356
    @gannatkaabbabaagannatkaabb9356 8 лет назад +1

    jabboo jabbadhuu ilmaa shawaa sirbaa dhagefachuun amanitani hin dangesuu oma mitti giddiraa guddaa jalaa daribbun waan jiruu dha

  • @bahrainbah2933
    @bahrainbah2933 8 лет назад

    jaamboo koo bayetin sejaldha gobaa koormaa gobaa koorema sela mali godhani .....

  • @abushroba9668
    @abushroba9668 8 лет назад +1

    jabboo sanyi lenca lencuma jabadhu ijji dinna siin argin

  • @SatiMah-jy4zl
    @SatiMah-jy4zl 9 лет назад +1

    Jamboo Jotee Jechaan Saaba Oromoo Keessaa Tokkoo Kanafuu Faayyaan Jiradhuu Bakka Jirtuti

  • @HanayKonjooAsdf
    @HanayKonjooAsdf 9 лет назад

    sabona oromo artiset jaamboo jootee jabadhu Rabin sagrigaruu love you

  • @nanobsahundumaa5072
    @nanobsahundumaa5072 8 лет назад +1

    jabaadhu Namati Tola Sabona oromo jiraadhu 👌👌🎶

  • @obseewushuu7218
    @obseewushuu7218 4 года назад

    Gotaa kenyaa nuuf jiradhuu 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓

  • @yaadankaraodaacaffoo4599
    @yaadankaraodaacaffoo4599 5 лет назад

    Jaamboo jotee kabajjaa guddaan siif qaba

  • @DugoEshetu
    @DugoEshetu 11 месяцев назад

    Biyyi lafaa sobduudha karaa waqayyoo deeebi,uu sii wayya

  • @tilahunrabuma
    @tilahunrabuma 7 лет назад

    Hasaa'aa kee keessatti Kan lapheekoo na xuqetu jira.Kaamapaanii ykn waarshaan biraan tokko ykn Waarshaaleen oromiyaa keessa jiran hundi sponsara nu hin godhan. Faabrikaan torban keessa ja'a oromiyaa keessa jiru. Garbuun oromiyaatti kan fayyadaman...bishaan oromiyaatti kan fayyaadaman... deebisanii kan gurguran illee harki 80 oromiyaa kessatti kan guraguramu...kan sponsara tahan garuu...artii amaaraatti malee...walisaa oromoo tokko godhanii hin beekan.
    Gaafa bilissummaan dhufe ofiif jetteetu artii oromoo sponsara gooti.. Artistoonni oromoo hamma bilissumaan dhuftutti obsa..

  • @lenchoweri4533
    @lenchoweri4533 6 лет назад

    Atii leencaa, leencaa qabsoo OROMOOTI nuuf jiraadhuu JAAMBOO

  • @haataatuubantii6970
    @haataatuubantii6970 7 лет назад

    Jamboo hojiin kee martinuu hawwataadha! Muuxannoonkees hedduu nama barsiisa. Guddaa galatoomi!!!!!!!!!!!

  • @almaztolcha8924
    @almaztolcha8924 9 лет назад +1

    Ati nama Guddaa dha JJ!!! Rabbi fayyaa siifkennee nuuf sihaajiraachisu.

  • @memekonjoo6925
    @memekonjoo6925 8 лет назад +4

    wayyoo jaanbiyyeee/jaanboo baa'ee baa'eeeee saa nuuf galatoomi guddaasaa sabakoo umurii nuuf jeedharu ilmikees inshaAllah goota akkakee akka nuuf ta'u abdii guddaa qabna. kan biraammoo bakka inphosera/waayee inposerarratti dubbatteef jechan qabu dubbachuuf gabaabumatti rakkoo uummata keenyarra jiruudha waan yeroo baa'ef sababasaas barbaadaa tureedha/dhabee dha garuu anis akkumakee deebin dhabe ture yaada kanaaf. waa hundaafuu keessakoo dubbachuudhaf ossoo dacheen tun dabtara/waragaa taatee mukkeewwan qalama ta'anii barreesseen danda'u. jaanboo jaalatamaaf😍 kabajamaa keenya jiruukee keessatti gammachuun jiraadhu

  • @helinyejambojj4785
    @helinyejambojj4785 7 лет назад

    Yena kuru gegna fekr eko nek
    wedd miss u kiya ko more
    sengalda my love!!!!!!!

  • @faaxumaakabdatuurabbi3931
    @faaxumaakabdatuurabbi3931 9 лет назад

    jabadhuu sanyii lencaa rabbii sihaa gargaru

  • @beekamamiin1213
    @beekamamiin1213 9 лет назад

    wwwwwwwwwwwwwwww jambo jotee jabadhuu heduu sijalana nutii ilman oromo

  • @galoogaloo5421
    @galoogaloo5421 8 лет назад +1

    Jabadha jajaboo koo nuu jiradha

  • @sarrayehurutlijsarra7757
    @sarrayehurutlijsarra7757 7 лет назад

    Weyi weyi betam new mewodaw yane konjoo janbo jota

  • @rozabusse2020
    @rozabusse2020 9 лет назад +2

    jabadhuu rabbiin si hagari👍👍👍❤❤❤❤

    • @ranirani7651
      @ranirani7651 9 лет назад +1

      bekama janboo jote nuf jiradhu uuuuuuuuphwaaaa

  • @arsitube5282
    @arsitube5282 7 лет назад

    Jabaadha bareeda jirtan galatoomaa

  • @irkhaaturahmaanalimasweeta4399
    @irkhaaturahmaanalimasweeta4399 9 лет назад +2

    Jaboo kenyaa dhugaa jete Anu sibaa kee fi kani biraas hin dhageefadhu hin jalaadhus Amantani kiyyalee naa dhorgaa
    Garuu KESSATU SI'II / #JABOOFI #HACCALLUU SIRRITTI ISIINI JALAADHA
    OROMO TA'U FI GOOTUMAA KESSANIF JECHA

    • @asrasr5912
      @asrasr5912 9 лет назад

      yaa kijibduu kaa sirba hin dhagefanne wellisistoota ta'uu isaani akkamin beeyte duuba akkamitti comment kenna jirta hoo nutti ilmaan oromoo yomillee addaan hin banuu Namni hunduu Amanti nii qaba garuu ati waa'ee maltuu sirban walitti sii fijisisee Aslan ati majnuuna waa'ee amanti baradhuu dura sii hafa Ok! Baay'ee namatti toltan Wellistoni teenya haluma kanan itti fufa Hanaan Hasen Qatar irra

    • @zabiidaahussen7529
      @zabiidaahussen7529 9 лет назад

      Atti sobdudha dhabbi oduu

    • @zamzamzamzam46
      @zamzamzamzam46 7 лет назад

      Zabiidaa Hussen

    • @murtiDancer
      @murtiDancer 7 лет назад

      are you stupid? ka sirba isaa hin jaalanne akkamitti as dhufteee comment kennita ?

  • @janetsy7857
    @janetsy7857 6 лет назад

    J.J saboonaa oromooo nuuf jiradhu

  • @alhamdulillaahalaakulihali4808
    @alhamdulillaahalaakulihali4808 7 лет назад

    Yaa obboleesaa koo yoo islaama tattee sirba dhissii Quraan Qarraii wan buu,aa sii Qabu Qarshin ati sirban Argatuu kunisi harramaa siti taati Worraa kaffarree wojjiin Baddaa irraa Debi,ii Garraa Quraanfi salaattaa

  • @yeshawalijneng9324
    @yeshawalijneng9324 8 лет назад +2

    Bagga.dhaalatee.jabo.i.Lovu.you

  • @MohaMedAshRaf-rb5jp
    @MohaMedAshRaf-rb5jp 9 лет назад

    jabadhuu dhugaa kee jette

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 года назад

    Waraannis shoora guddaadha eegumsaafi beekumsiis obbo Baacaa Dabalee galatoomii Habibaa hambaaseenaa hayyoota eeggadhu dhalootaaf beekumsaaan biyyeefis goota arguu gaafa ummata ofii dugdii fedhiin ilmaaniif tokkummaa lubbuu ummataatii Dr ijaafi gurraattis freejohar Muhammad

  • @zemereawoke1944
    @zemereawoke1944 Год назад

    sponsera hin godhan tanan ummannii omisha saanii fayadamu hin qabu qabsofnnee hala ammaa jiru jijjiruu hin qabna.

  • @senilovegseea1161
    @senilovegseea1161 8 лет назад

    wowww jambo keenya muca Ganda koti jabaadhu

  • @isruabe6761
    @isruabe6761 Месяц назад

    Jaamboo❤❤❤🎉❤🎉❤

  • @wowbareedadhakaakkkhahabii9964
    @wowbareedadhakaakkkhahabii9964 9 лет назад

    uuuuuuuuu uuuuuufffffffff na boochiste uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu dhugaa jetee hamtuun sin argin sanyii leenca jabboo keenaa umrii dheeraaa nuuf turii kan akka keetii bay'atee nuufaa dhalatuu qomoo koo jiraadhuu

  • @munakamal2849
    @munakamal2849 4 года назад

    nuuf jiraadhu jaamboo goota keenya

  • @fetsomnaghdadi6530
    @fetsomnaghdadi6530 9 лет назад

    hi selame naw good music every day

  • @tajiidalil7739
    @tajiidalil7739 8 лет назад

    bayee garidhaa jabadhuu jambo jotee

  • @garaakaraa3141
    @garaakaraa3141 3 года назад

    Harki dhaloota hojiidha karaan dugdaaf garaadha wal eeguu wal beekaa!!!garuu ethioforrum nyaataan waliin deemuuf hinarginee kurreejilbaatii karaan qotee bulaa bulchiinsa ummataatii sirna hargansuu kurreejilbaatii sanyii facaasuree

  • @nimoonaoromiagootashawaaro2182
    @nimoonaoromiagootashawaaro2182 9 лет назад +1

    woooooww baay ee nama gammachisa. kajamtoota fi jaalataamtoo keenya jaanbo fi hacaaluu baay ee siini jaaladha. yaani kee sabonaa keenya baromsa gudda qaba galatomi hammlee abdi keecya siini.god bless you. saud irraa

  • @sifangedefa2308
    @sifangedefa2308 7 лет назад

    jabadhu gota kenya.bayye.namat tolta bayye sijalana

  • @amiinaagaraadoo8838
    @amiinaagaraadoo8838 8 лет назад

    sabonaa kenna jabadhuu itti fufii

  • @አንተያልከውይሁንጌታ-ቸ7ኘ

    ja my hero jalala dhugaa dha atii

  • @abdihinborofne443
    @abdihinborofne443 9 лет назад

    wellisaa keenyaa Jambo Nuf jiradhuu hedduu si jalanaa

  • @masishewa2045
    @masishewa2045 4 года назад

    Sanyi ofi yadano goba korma fi sirba baredu kamise wagga sadi na walin ture biyya orma kessati samu ko bashanasisa ture bayye namati tola bara 2004 hanga 2007 dhipha sammu ko mali jedhen hima

  • @tigistlove7274
    @tigistlove7274 8 лет назад

    wawuuu welisa kenya kabajama kenya bayye sii jaalana nufi jiradha

  • @sanyiwaqo7340
    @sanyiwaqo7340 8 лет назад

    bayye sagalee umaa rabbi siif kenee jiraa itti fayadammi

  • @nuraasabontuuarssiimashaal5281
    @nuraasabontuuarssiimashaal5281 8 лет назад

    nuf jiraadhuu💓💓👍👍👍🎺🎸🎵🎶🎻🎷🎤

  • @seenaadhugaaentertainment1257
    @seenaadhugaaentertainment1257 6 лет назад

    Wawooo jaboo kenyaa senaa bareduu dhaa kaan barnotaas Namaa kenuu ya aniii keee

  • @mirgojaba7843
    @mirgojaba7843 9 лет назад +1

    Qopheesittota OMN Weelisa Jaalatama Jambo Jote Nuu Qopheessu keessaniin Gudda Isa Galatooma !

  • @fawziafawzia9616
    @fawziafawzia9616 4 года назад

    Jamboo kenyaa nuf jiradhu sanyii koo sii jalanaa

  • @mashaalaaamashalaaathubi334
    @mashaalaaamashalaaathubi334 7 лет назад

    jaboo koo jiradhuu bayee sii jaladhaa

  • @yaaallaahyaarabbii4142
    @yaaallaahyaarabbii4142 7 лет назад

    Jabadhu sanyii lenacaa

  • @shoshoa5793
    @shoshoa5793 9 лет назад +1

    Bayyee gariidhaa Galatomii bayyee tokko sin jaalanaa

  • @abdallaadam5662
    @abdallaadam5662 9 лет назад

    jaboo jotee Baga jirate yaa sabaa koo
    saudi arbiya iraa

  • @samirasohar5778
    @samirasohar5778 9 лет назад +2

    we love u J.J keep it up!

  • @nabsomee5812
    @nabsomee5812 Год назад

    nujiradhu ❤❤❤❤

  • @tolechnigat528
    @tolechnigat528 7 лет назад

    Jabadhuu.Sanyii.Gottaa

  • @hawibotoru2915
    @hawibotoru2915 4 года назад

    Wowo leencaa keenya 💪💪💪💪👈

  • @sinaanurjiisabaa4677
    @sinaanurjiisabaa4677 7 лет назад +4

    Wowwwwww
    Jaamboo kenyaa
    Shanyii koo
    Wan ofiii ❤❤

  • @bontuuwallagaa2011
    @bontuuwallagaa2011 6 лет назад

    Jabadha maalii koo
    ❤❤💚💚❤❤

  • @aynalemdadidadi1560
    @aynalemdadidadi1560 8 лет назад

    wawwww baye sin jaledha ulefadhu

  • @hindiamohammd406
    @hindiamohammd406 9 лет назад

    thank.you.joteakuma.maqaan.kee
    ibisuti.jatesadha

  • @zeeynabalovearsiiroobeedid9125
    @zeeynabalovearsiiroobeedid9125 8 лет назад

    wwwww jiradhuu s aboona saba koo j .j

  • @diboraaedisu5460
    @diboraaedisu5460 4 года назад

    Hamatun siin aragin jiradhu

  • @sabontuuarsii2878
    @sabontuuarsii2878 7 лет назад

    nufii jiradhuu sabona oromoo horiii bulii jaboo kenyaaaaaa

  • @AAAAAA-ez8se
    @AAAAAA-ez8se 8 лет назад

    baay.eebaareedaa jaboojabadhuu

  • @sonicblast2767
    @sonicblast2767 6 лет назад

    Sponsored them every 2 mouth . 4 musican every time please . Instead of pasters they are rich but the are not build or rescue our cultures , arts we should pass it to generations.

  • @Amiinibraahim
    @Amiinibraahim 9 лет назад

    kabajamajamboo jote umrii ke nufhadheresu rabiin

  • @kaffarnicell2948
    @kaffarnicell2948 5 лет назад

    Jajjabadhuu saboonaa oromoo J.J

  • @caaltuuahmed1772
    @caaltuuahmed1772 8 лет назад

    nuuf jiraadhuu sanyii goota jamboo jutee

  • @gracetiu531
    @gracetiu531 4 года назад

    Wow 💞💞💞