Caayaa OBN Amajjii 05,2017

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 янв 2025
  • Caayaa OBN Amajjii 05,2017

Комментарии • 92

  • @GGU900
    @GGU900 4 часа назад +2

    Warri caayaa agartuu madaa ummataa akkumma taatan kanatti cimaa itti fufaa jabaadhaa👏👏👏 qaamni ilaalu adabuu dhiisee wajjiira fi magaala jijjiraa rakkoo attamitti furuu akka danda'u namaa galuu baatus isiin jabaadhaa itti fufaa☝️☝️☝️☝️

  • @begnamekonnen383
    @begnamekonnen383 3 часа назад +1

    people everywhere are crying, it is abad time,we only wait for a solution through God. for all thank you caayaa group.

  • @nabekmulisa5376
    @nabekmulisa5376 49 минут назад +1

    Ilaame waantii nuti hubachuu qabnu hojjii kaabinoota akkanatti ifa baasuu qofa osso hin taanee duukaa buunee maaltuu jijjiramni jira jennee osso laallee bareeda
    Manni baruumsa Baalee bahaa jaarraa kana keessa kana fakkaachun ishee baay'ee na gaddisiise
    Qopheessitoon Caayaa Galatooma

  • @HailuHailu-sx3ud
    @HailuHailu-sx3ud Час назад

    anii kan nadhibuu hooggansii oromiyaa keessaa kun maal tauu barbaadan OBN isin jabaadhaa ittififaa

  • @HinsermuTsegaye-w7e
    @HinsermuTsegaye-w7e 3 часа назад +1

    Uumaani keenya bara namooni baratee Gandaa hoggaanu jedhame jiru. Qotee bulaa sodaachisoo baasii gargaara nagaahe qabne sodachisuun rabbichaf saxiilu Baalee koottaa ilaala.

  • @Arsiibiyyatiyya
    @Arsiibiyyatiyya 4 часа назад +2

    Anwar fi katibaa direedawa qofaa kan umataa tajijiila keena jiruu

  • @ShaksMohafans
    @ShaksMohafans 6 часов назад +1

    Hojiiwwan gaarii irra jirttanii jabaadhaa ❤

  • @SemirEmir-t8b
    @SemirEmir-t8b Час назад +1

    Jiradhu ilmaa biyyaa Anwar habashaa sagaleee umataa ta'aa ittii fufa

  • @AyantuAmana
    @AyantuAmana Час назад

    Itti mudii jaba oromoo qabadu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @MagarsaBona
    @MagarsaBona 6 часов назад

    OBN yaa bilsa baaftuu ummataa, yaa furtuu rakkoo hiyyeeysaa, yaa saaxiltuu hattootaafii darartuu ummataa baga jiraattan. Guyyaa tokko qaamaan rabbiin waajjiraa teeysan akkaan ziyaaru haala naaf haa mijjerysuun kadhachaa jiraa jabaadhaa.You are doing a wonderful proffecinal investigative journalism.

    • @dabbeead3646
      @dabbeead3646 4 часа назад

      proffecinal investigative journalism haala kanaan katabuurra maali obboo yoo afaanuma beektuun katabde
      english for ethiopia😬😬😬😬😬😬😬

  • @IsaafisIsaafistamem-ny3cw
    @IsaafisIsaafistamem-ny3cw 7 часов назад +3

    Ay Hattuu harka hanna bare dugugguruutu socho'a Heedduu Galatooma Warri Caayaa Dafqisiisuun itti fufa

  • @Orotube.
    @Orotube. 5 часов назад

    Magaalaa Dodolaa Koottaa nuu ilaalaa Nuu buqisaa jiraa nuu digaa jiraannii pilaanni jedhiinni Mana hiyyeessaa fi Abbaa Qabeenya kasaa takkaa malee digaa jiruu kottaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @tesfayetemesgen5003
    @tesfayetemesgen5003 56 минут назад

    Barattootni kun warraa xiyyaarrii abiyi Ahmed gatee deeme ta'uu maluu😅😅😅😅😅

  • @TamiratTamirat-ee1yz
    @TamiratTamirat-ee1yz 3 часа назад

    Amazing Media Obn Voice of people

  • @IlmaaCarcar
    @IlmaaCarcar Час назад

    Harargee lixaa anaa Daro labuu dhaqaa Anawar raabbii jaa haawasnii miidhamaa jiraa keessatuu naanawaa Gaadduulloo

  • @IbroIsak
    @IbroIsak 58 минут назад

    Sa'aatiin nuuf haa dabalamuu

  • @ShimalisAbarraa-xf7ip
    @ShimalisAbarraa-xf7ip 3 часа назад

    ❤❤❤❤ittii Mudii jabaa oromoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GuyoSara-j6m
    @GuyoSara-j6m 5 часов назад

    Waan Kun waan baay'ee dansaati. Mootummaan haala kanaan carraa uummata itti dhageeffachuu uumuun isaa waan abduu uummataatti horaati . Duuba sagantaa Kun haaluma kanaan adoo garaa godina Booranaatti gad nu bu'e. Godina Booranaa yoo haala inni keessa jiruu ilaalle rakkoo bulchiinsa gaariitiin walqabatee, Rakkoo gibiraa seer-maleessummaatin walqabatee rakko addaa keessa waan jiruuf gama mootummaatif maqaa caayaa midiyaatiin akka uummata kanaaf xiyyeeffannaa kennitaniif kabajaan isa beeksisa . Galatooma carraa kana uummata keennaf uumu keessaniif!

  • @TescoMo-zd4hf
    @TescoMo-zd4hf 12 минут назад

    Ulfaadhaa warri caayaa ammas kana caala ummataaf akka hojjattan abdii qabna OBN miidiyaa ummataa Kan jechisiise yoo jiraate qophii Caayaati

  • @GemedaTeshome-j6m
    @GemedaTeshome-j6m 4 часа назад

    Maaloo Angoo gad dhiisii kan dhalootaf yaadu haa bulchuu

  • @NesrudinTahir
    @NesrudinTahir 4 часа назад

    Warrii caayaa hedduu galtooma haala hamaa kana keessatti uummata keessanif sagalee ta’u keessanif

  • @Humblme
    @Humblme 3 минуты назад

    Namoota dadhaboo akkanaan hoogganamuu biyya kanaa caala wanti nama gaddisiisu hin jiru.
    Waan hin dalagmne olguddisee odeessuu bare, isumatu irraa calqqisa miidiyaa irrattis😢

  • @MustafaaFeysal
    @MustafaaFeysal Час назад

    Rakkoon Motummaa Ethiopia Dhalata Godina Sanii Dhiisani Dhalata Godina Biraarra itti fiduudha Osso Haalli kuni jirame bareeda

  • @magarsaashugguxii8708
    @magarsaashugguxii8708 4 часа назад

    Qophiin Caayaa Dhugumaa, Dhugaa Uummataa Ifattii Kan mulisuu fi Gadii Fageenyan Qorannoo Bal'aa Kan gaggessanidha, Galataa Guddaa Qabu.

  • @jabirtahir4225
    @jabirtahir4225 6 часов назад

    Caayaa rabbii jedhaatii koottaa Godina Boorana Bahaa.

  • @mudassiraadam537
    @mudassiraadam537 5 часов назад

    OBN nuuf jiraadhaa Godina Baalee Bahaa dhuftanii rakkoolee jiru ilaaluu keessaniif,Garuu rakkoo Bishaanii san gaafatanii jirtuu? tajaajila hospitaalaas ilaaltan moo akkanumaan deebitan!

  • @shaggarfinfinnee8372
    @shaggarfinfinnee8372 6 часов назад

    OBN qophii Caayaa agartuu rakkoo ummataa, furtuu rakkoo hiyyeeysaa baga jiraattan. Ammoo sa'aan waan isinitti xiqqaatteef jecha silaa daqiiqaa 30 dabalattanii gaariidha.

  • @yimegnushaldegefe8173
    @yimegnushaldegefe8173 47 минут назад

    Rakkoon godina arsii aanaa martii kana caala.

  • @BadeGenene
    @BadeGenene 4 часа назад

    Gujii keessatt gaaffii yoo gaafate deebin isaa mana hidhaat

  • @HinsermuTsegaye-w7e
    @HinsermuTsegaye-w7e 3 часа назад

    Waa'ee Gibiraa Lafa qotee bulaa irratti osoo saganta qopheessitani yaada uumata Baalee Aanaa Sinaanaa irratti umaataf dhiyyaate gaariidha. Galatooma.

  • @Orotube.
    @Orotube. 5 часов назад

    Hin salfatuu Jilbaana deemaa jiruu jedhee maqaa biyyaa xiqqeessaa waan jiruu seraatti dhiyeessu qaba

  • @TaajuuHxaahaa
    @TaajuuHxaahaa 4 часа назад

    itti cabsaa galatoomm jaarsoo itti muddaa😢😢😂

  • @DhibaQalla
    @DhibaQalla 6 часов назад

    Bulichaa gd borana yabalo akaa sii nugafadhaa obn bayee galatomaa ujii namaa bosuu ulifadhaa

  • @NesrudinTahir
    @NesrudinTahir 4 часа назад

    Sa’aati dabalaadha pls

  • @margishman3601
    @margishman3601 3 часа назад

    jabadhaa obn caayaa

  • @aminbame1544
    @aminbame1544 3 часа назад

    Kan hardhaa adduma 😂😂

  • @AwwalIbrahim-w6z
    @AwwalIbrahim-w6z 4 часа назад

    Iti mudii😂😂😂🎉

  • @yimegnushaldegefe8173
    @yimegnushaldegefe8173 47 минут назад

    Ayi kaabinee oromiyaa.

  • @Abdulwaahid39ibroo
    @Abdulwaahid39ibroo 3 часа назад

    ❤❤❤❤🎉🎉

  • @MagarsaBona
    @MagarsaBona 6 часов назад

    OBN sagantaa Caayaa yaa agartuu fii dhageeytii ummataa baga baga baga jiraattan. Ani akka nama tokkootti Amma biyya kaaba America irraahiin isin hordofa. Batoota dhiiraa booda biyya dhaqee tiin rakkoo bulchinsa gaarii dhabuu naannoo Oromia ttii hidduu akka malee garaan na bade. Hubachuuf bulchinsa naannoo Oromia sadii qoradhe. Garu haalli bulchinsa Oromia hedduu abdii nama kutachiisa. Sagantaan teeysan tun akka furmaata taatu itti jabaadhaa. Ammaaf oromoon rabbii wajjiin isin qabdii jabaadhaa. Isin bilisa baaftuu ummataatii jabaadhaa.

  • @qaraaniyootube9731
    @qaraaniyootube9731 9 часов назад

    Dhimmi lafa mana jireenyaa barsiisota magaalaa shaggar hanga ammaatti furmaata hin arganne.kanaaf nuuf gaafadhaa! Hojjettoonni caayaa!

  • @wayesakebede8259
    @wayesakebede8259 6 часов назад

    Hedduu nama Gaddisiisa Oromiyaa keessaa manneen barnootaa akkanaa keessaatti baratanii barattoonni kufaan jedhee dubbata hooggansi hedduun. Waajiraalee Mootummaa Aanaa, bulchiinsaa keessa garuu mannii shaayii ijaaramu teessoo soofaafi table spoonjiin qulqullaa'u qaba.

    • @kebenesga
      @kebenesga 6 часов назад

      Biyyi akkuma waliigalaatti akka eelee suphee duubaan buutee taaterti isin maaliif wal dafqisiiftu ilmaan Aayyaa

  • @bagajaokotuwario5192
    @bagajaokotuwario5192 Час назад

    Caayaa inni isaan jeetan kun godinaa Booranaa maalif hin deemne? Uumanni Godinaa Booranaa rakkoo bu'uuralee misoomaa fi akkasumaa rakkolee eegumsaa mirgaa namooma fi kanneen biroof baay'ee saaxilamaa ta'ee osoo jiruu, maalif deemtan nu hin ilaalee?

  • @beyenekitilaa5658
    @beyenekitilaa5658 2 часа назад

    Godinaa sadarkaa kanatti irrffatamee rabbiin naan agarsinee.
    namoonni godina kana hogganaan gadhirra hanga oli gaafatamu qabu.
    caayaa mee adaamaan mal keessa jira ??? kara hundaan dandii mootummaan ka'ee immoo falaatu jira ??? caayaa rabbbii jaasaa keessan isin haa kafalu...

  • @BalelaGemeda-q8f
    @BalelaGemeda-q8f 2 часа назад

    hin danfe namichi

  • @NesrudinTahir
    @NesrudinTahir 4 часа назад

    Ademsii inni jedhu kunii haga yoom itti fufaa teessoo ijjoollee da’immaan saniif bitiif wan woggoota namati fudhatu?
    Namoota hattuuf gantuu kanan nu hoggana badhaadhina wan jedhu hin yaadamu kuniin hunduu farraa badhaadhinati

  • @AbdaaAhmad-v6w
    @AbdaaAhmad-v6w 9 часов назад +1

    Rakkoon godlna Kana yoomiyu hinfuramuu ofirraa dhiisaa mataan gadi baddee

  • @MustafaaFeysal
    @MustafaaFeysal 56 минут назад

    Haga Dhalatan magaala sani magaala hin hoganetti furnaani hin argamu kana itti quufa Hattu akka hoogansa Godina Baalee Bahaa Oromiya keessa inuma hin jiru keessatu magaala Giniir

  • @kelildalu-dh4fb
    @kelildalu-dh4fb 5 часов назад

    Ummàan tessoo bitachuu ni dandahaa hogaansatu hin hojannee

  • @shamabule8419
    @shamabule8419 4 часа назад

    Caayaan furtuu rakkoo iyyeessa

  • @GameDejene-q2n
    @GameDejene-q2n 7 часов назад

    Magalaa Nagelee Arsii Umanii Bayee Rakoo iraa jiraa Gibiraa seran Alaa fi Qaraxaa jabii takaa irtii Qarshii 400 iraa fudhaa bayee dararamaa jiraa kan gurumayee hojachaa jirsii Hojii dhabaa osoo hin tainii Abaa Qabenyafii Hojataa motumaa istuu fayadama jiraa

  • @sanyii9438
    @sanyii9438 3 часа назад

    Defense defense ..namni resistant ta,e yoomiyyuu ceephoo ofitti fudhatee hojii hin hojjetu..

  • @misgenabekele3065
    @misgenabekele3065 5 часов назад

    namon akkas hojji keetif rakkoo guddadha of jalaa kasii namoota hogaasaa akkasi kan

  • @husaabdo2032
    @husaabdo2032 5 часов назад

    Dhugati galtooma worri sagaantaa caayaa

  • @MuhaammadkadiirKajawaa
    @MuhaammadkadiirKajawaa 6 часов назад

    Heddu itti gammannee jirra

  • @qaraaniyootube9731
    @qaraaniyootube9731 9 часов назад

  • @kakirule
    @kakirule 5 часов назад

    OBN Baay’ee galatooma

  • @Mustexøro
    @Mustexøro 4 часа назад

    Al basis😂

  • @MunewerMune
    @MunewerMune 5 часов назад

    Milishaan ummata fixxe

  • @misgenabekele3065
    @misgenabekele3065 4 часа назад

    hogaasaa sobdu akkas kun biyya keenyaa nyaachaa jira yaa warraa obn sagalee uummataa

  • @waaoliif6729
    @waaoliif6729 4 часа назад

    uummaani dhumtee kun bakkaa tokkoo qafaa miti bakkaa hundaa jirtii

  • @tesfayetujara3764
    @tesfayetujara3764 5 часов назад +1

    Itti muddi

  • @TashomeOlga
    @TashomeOlga 4 часа назад

    Afuftuu maaltatu yoo humaata raakosa furtan

  • @kelildalu-dh4fb
    @kelildalu-dh4fb 5 часов назад

    Osoo hojii hin egaliini waldaa humna qabu

  • @BalelaGemeda-q8f
    @BalelaGemeda-q8f 4 часа назад

    raaroon dhukkeen irraa kaate

  • @SamiiGamee-f6y
    @SamiiGamee-f6y 2 часа назад

    Boo namicha waxxii kan hojira kaasa waaqa sodaadhatti

  • @godanajaldesa5360
    @godanajaldesa5360 6 часов назад

    Gorsa warraa caayaatiif!!!! Kun Wal morkii fakkaata malee gaafifi deebii Hin fakkaatu!!fkn yo gaafi Nama gaafattan osoo nami deebisaa jiruu jidduun ka bira dhiyeessitu, waan namaan loltan fakkaattuu knf gaafii yo gaafattan hanga namnii sun deebisuttii eeguu ka qabdan gama gamaan iyyituu!!!

  • @AwelAlo-p8k
    @AwelAlo-p8k 9 часов назад

    Kantiiban kan bulchaa godinaa dhagahu natti hin fakkaatu

  • @abdulhamidabdurahman1097
    @abdulhamidabdurahman1097 4 часа назад

    Aanaa Dallo manna kootta

  • @qeerrooentertainment482
    @qeerrooentertainment482 7 часов назад

    Silaa qaamichumatu hidhaa qaama kamitti himatu hoo kamtu foonii kamtu looni?

  • @IdirisAmin-y8o
    @IdirisAmin-y8o 7 часов назад

    Itti cimsaa

  • @kelildalu-dh4fb
    @kelildalu-dh4fb 5 часов назад

    Tuutu tuutu bulchaa maqàatu baddee

  • @MubarekMohammed-o2m
    @MubarekMohammed-o2m 4 часа назад

    Nama Gurmahee Gufuu itti taatu Amma ilmaan Oromoo yoo kilaashi bitee dagalatti yoo galee sababni eenyuu?

  • @AbdaaAhmad-v6w
    @AbdaaAhmad-v6w 9 часов назад

    Itt muddi

  • @danielgeleta8979
    @danielgeleta8979 3 часа назад

    Caayaa rabbii jedhaatii koottaa Godina jimmaa aanollee baay'een rakkoo gurguddaa keessa jiru.

  • @HamzaAbduletif-ve8xj
    @HamzaAbduletif-ve8xj 2 часа назад

    Lebooch

  • @Berhanu-zf2ty
    @Berhanu-zf2ty 25 минут назад

    tiskeetu uummatatti taphataa maal goota

  • @sanyiwaqo4394
    @sanyiwaqo4394 6 часов назад

    Nama badaadha yoo ilaalanu namni kuni

  • @GuyoSara-j6m
    @GuyoSara-j6m 5 часов назад

    Waan Kun waaj baay'ee dansaati. Mootummaan haala kanaan carraa uummata itti dhageeffachuu uumuun isaa waan abduu uummataatti horaati . Duuba sagantaa Kun haaluma kanaan adoo garaa godina Booranaatti gad nu bu'e. Godina Booranaa yoo haala inni keessa jiruu ilaalle rakkoo bulchiinsa gaariitiin walqabatee, Rakkoo gibiraa seer-maleessummaatin walqabatee rakko addaa keessa waan jiruuf gama mootummaatif maqaa caayaa midiyaatiin akka uummata kanaaf xiyyeeffannaa kennitaniif kabajaan isa beeksisa . Galatooma carraa kana uummata keennaf uumu keessaniif!

  • @SHUKRIKaliif
    @SHUKRIKaliif 4 часа назад

    ❤❤❤

  • @Abdulwaahid39ibroo
    @Abdulwaahid39ibroo 3 часа назад

    ❤❤❤❤🎉🎉

  • @AmanAdem-b7z
    @AmanAdem-b7z 5 часов назад

    Itti muddi

  • @GuyoSara-j6m
    @GuyoSara-j6m 5 часов назад

    Waan Kun waaj baay'ee dansaati. Mootummaan haala kanaan carraa uummata itti dhageeffachuu uumuun isaa waan abduu uummataatti horaati . Duuba sagantaa Kun haaluma kanaan adoo garaa godina Booranaatti gad nu bu'e. Godina Booranaa yoo haala inni keessa jiruu ilaalle rakkoo bulchiinsa gaariitiin walqabatee, Rakkoo gibiraa seer-maleessummaatin walqabatee rakko addaa keessa waan jiruuf gama mootummaatif maqaa caayaa midiyaatiin akka uummata kanaaf xiyyeeffannaa kennitaniif kabajaan isa beeksisa . Galatooma carraa kana uummata keennaf uumu keessaniif!

  • @GuyoSara-j6m
    @GuyoSara-j6m 5 часов назад

    Waan Kun waaj baay'ee dansaati. Mootummaan haala kanaan carraa uummata itti dhageeffachuu uumuun isaa waan abduu uummataatti horaati . Duuba sagantaa Kun haaluma kanaan adoo garaa godina Booranaatti gad nu bu'e. Godina Booranaa yoo haala inni keessa jiruu ilaalle rakkoo bulchiinsa gaariitiin walqabatee, Rakkoo gibiraa seer-maleessummaatin walqabatee rakko addaa keessa waan jiruuf gama mootummaatif maqaa caayaa midiyaatiin akka uummata kanaaf xiyyeeffannaa kennitaniif kabajaan isa beeksisa . Galatooma carraa kana uummata keennaf uumu keessaniif!

  • @GuyoSara-j6m
    @GuyoSara-j6m 5 часов назад

    Waan Kun waaj baay'ee dansaati. Mootummaan haala kanaan carraa uummata itti dhageeffachuu uumuun isaa waan abduu uummataatti horaati . Duuba sagantaa Kun haaluma kanaan adoo garaa godina Booranaatti gad nu bu'e. Godina Booranaa yoo haala inni keessa jiruu ilaalle rakkoo bulchiinsa gaariitiin walqabatee, Rakkoo gibiraa seer-maleessummaatin walqabatee rakko addaa keessa waan jiruuf gama mootummaatif maqaa caayaa midiyaatiin akka uummata kanaaf xiyyeeffannaa kennitaniif kabajaan isa beeksisa . Galatooma carraa kana uummata keennaf uumu keessaniif!

  • @GuyoSara-j6m
    @GuyoSara-j6m 5 часов назад

    Waan Kun waaj baay'ee dansaati. Mootummaan haala kanaan carraa uummata itti dhageeffachuu uumuun isaa waan abdii uummataatti horaati . Duuba sagantaa Kun haaluma kanaan adoo garaa godina Booranaatti gad nu bu'e. Godina Booranaa yoo haala inni keessa jiruu ilaalle rakkoo bulchiinsa gaariitiin walqabatee, Rakkoo gibiraa seer-maleessummaatin walqabatee rakko addaa keessa waan jiruuf gama mootummaatif maqaa caayaa midiyaatiin akka uummata kanaaf xiyyeeffannaa kennitaniif kabajaan isa beeksisa . Galatooma carraa kana uummata keennaf uumu keessaniif!