Yeroo Jaalalaa Kutaa 2ffaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 11 фев 2025
  • #Jaalalaa

Комментарии • 129

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Год назад +7

    Maloo mee lakofasaa isaa ittini garagaru danada'uu naa kenaa 😭😭☝️☝️

  • @FurtuudhaabaaHadhaaayyuu
    @FurtuudhaabaaHadhaaayyuu 6 месяцев назад

    Jalaalii bakaaf haaala filaatuu jaalalan hoomtuu hin uulfatuu garuu murteesaan gattii jalaala bekuuf Fi micoo tunii akka fetees tatuu naf tataa jetee si fana jirate attii moo gattii ishee bekuu kee waan hundaa caalaa namattii tolaa gatiin waalii kenaan waa guddaa caalaa waal tuufachuufi waal xiqeessuun jalaala boreesaa isiin moo akka jirtaniiti wal kaabajanii jiratuu siila waa of haarka dhaaba koof malee haardha caalisee sii bira daarbu turee ta'uus hoomaa mittii boo murteesaan samuu jijiramaa qabchuu ketii anii abdiin qaba akka attii jijiramtee boruu namaf fkn tatuu abdii Fi kaayyoo Fi fedhii hojiin sirraa arga jirun waa bayyee nama gottii Sila homaa mittii fayyaa dahaa 😭😭😭😭 bayyee garaa nama kana nyaata ahaa

  • @AliAbouzghaeb-ex4zm
    @AliAbouzghaeb-ex4zm Год назад

    Rabbiin umurii keessan hadheerressu Masha Allah rabbiin isin hagargaaru

  • @gelanikabada8608
    @gelanikabada8608 2 года назад +5

    WOOOW Namaa cimaa namaa samuun gutuu
    Hawiin keessan boruu lalistii

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 2 года назад +1

    Waw bareedduu warra dirree baga jara kan keessummeessitee,namatti toolu

  • @burki7633
    @burki7633 2 года назад +1

    Wariqinashi waqayyoon barafi jirenyaa kee haa hebbisuu ❤❤👍

  • @genetnegash6316
    @genetnegash6316 2 года назад

    waqayoo jiruu kessaan kessaa galee senaa kessaan yaa jijiruu dhugaa rabii bayee miraa kesaa galee jiruun dachee tanaa bu'aa bayii heduu qabdii uuuffff rabiin ammalee jalalaa dhumaa hin qabnee isiinif yaa tasisuu

  • @obseobse563
    @obseobse563 2 года назад +20

    Lakk Account fii bilbilaa ittin argannuu nuf kennaa maaloo💔😭😭😭

  • @obseobse563
    @obseobse563 2 года назад +3

    Seenaa akkam na bochiisee😭😭😭😭😭biyyaa lafa qormataa obsuun furmataa
    Waaqayyoon seenaa keessaan jijjiiree akka jiruu gaarii jirattan abdiin qaba kun hunduu haadha dhabuudhaa😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @kezinaaliyyi2512
    @kezinaaliyyi2512 Год назад +1

    😢😢😢😢😢 ayiii yaaa hadha male guddachu Aaaaaaas wanisin nama gotu isa argetu hubata

  • @samsunggalazya1119
    @samsunggalazya1119 2 года назад

    Abbaa bayyee nama mararuu waaqayyoo umurii dheera isaanif yaa keennuu

  • @obseobse563
    @obseobse563 2 года назад +8

    Maaloo gargaramuu qabuu Kara ummataatinis Kara mootummaatinis😭😭😭😭

  • @irasgelalcha5428
    @irasgelalcha5428 2 года назад +6

    Lakkoofsa Bibila nama kanaa argachuu hin dandeenye, maaloo!

    • @samermohameed8654
      @samermohameed8654 2 года назад

      Kuno hin argiinee gadii dhasanii jiruu jalatii garaa dhumaa irratii ilalii imulataa

    • @asiyaaomar4181
      @asiyaaomar4181 2 года назад

      Video kana jala jiraa seraan lalii lakk. Fi lakk.bakilee ni jiraa yoo gargaruu barbadaan

  • @KhadeejaA-m5w
    @KhadeejaA-m5w Год назад

    Seenaa baay,ee garaa nama nyaatuu ayii jiruu biyyaa lafaa

  • @kennaatube1161
    @kennaatube1161 Год назад +1

    Waaqayyoo siin haa kabajuu monee koo🥰

  • @sumayjimaa3514
    @sumayjimaa3514 Год назад

    Woorii itii Kolifaaa jiritaanuu RABINII Akaa isanii Rakisee siyaa Rakisuu😭

  • @hannabarecha8808
    @hannabarecha8808 Год назад

    Dhuga waaqaayo baye Namadhiba ❤❤❤❤❤❤❤

  • @caaliihurumaa4299
    @caaliihurumaa4299 2 года назад

    Uuuuuuuuuufffee maaloo gara nama nyaatuu Dhugaa waqaayyoo sii waalii yaa ta'uu

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii5306 2 года назад +2

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔Ayii jiraa biyyaa lafaa Wan atii namaa gonnee jiraa garuu kunii nafaa addaa

  • @wakjiradano6158
    @wakjiradano6158 2 года назад +1

    Jaarsa rakkisaakun callisee jaartii afaan oromoon beekne fuudha garuu jaallan qabsoo kooti jedha isammoo

  • @sifanmucagimbisifanmucagim8474
    @sifanmucagimbisifanmucagim8474 2 года назад +4

    😭😭😭😭😭Miira keessa na galche dhugaadha 😭😭😭

  • @ilkasanuma
    @ilkasanuma 2 года назад

    wow rabbi kana caalaa isin haa mul'isu❤❤❤👍👍👍🙏🙏🙏🙏

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Год назад +1

    Yaa rabi nu tisii attii 😭😭😭😭😭☝️☝️☝️

  • @obseereggaasaa6622
    @obseereggaasaa6622 Год назад +1

    Yaa. Jalala. Dhuga❤❤❤

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 года назад

    Wan Rajjiidhaa dhugaa garuu amantiikeessan malidha ?
    Kan nama hin dandamnee waaqayyof hin danda'ama wowo

    • @sabontu3936
      @sabontu3936 Год назад

      Namuma ishatif kadhadhuf male Amanta mal gota😢

  • @aaluddiinaboo897
    @aaluddiinaboo897 2 года назад

    Rabbi sibira haa dhaabbatu jabadhu

  • @aliteyeb3930
    @aliteyeb3930 2 года назад +3

    Please silkki isaa gargarunii fedhaa

  • @waletemariyam2420
    @waletemariyam2420 Год назад

    Woww ebbifaama💔🙏🙏🙏

  • @selamapptube4316
    @selamapptube4316 2 года назад

    Uuuuufff bayy'ee nama gadisisaa Lakkosa bilbila isanii itin arganuu nufi baressaa maloo garaa nama yatuu hin gargaraa maloo.

  • @sanyiimotiimotii5306
    @sanyiimotiimotii5306 2 года назад

    Ayiii abbaa koo garaatuu nanaa boo'ee ayiii samuun akkaa Kan jiraanayaa gadaadoon owwaalttee irraa tessee uffffffff 💔💔💔💔😭😭

  • @naanneetyoutube4013
    @naanneetyoutube4013 Год назад

    Inde😳maanguddoos dhiyeessuu qabdanmoo😔waamaraafuu mee dura nan ilaala abbaa tauu dandaati

  • @oromiatube5548
    @oromiatube5548 2 года назад

    Woyyoo immimman koooo uuuuuuf...

  • @waqriitubee4611
    @waqriitubee4611 Год назад

    Uuuuffeeee 😢😢😢😢😢 waqayyoo gudaadhaa

  • @hananoromo-jb1jc
    @hananoromo-jb1jc Год назад

    😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔yaa rabbi uuuuff

  • @sadamoromoo2913
    @sadamoromoo2913 2 года назад

    Waqayoo si ha gargaruu hin yadiin sifi jirraa

  • @hfhugfrghgc7442
    @hfhugfrghgc7442 Год назад

    Galatomaa ulfadhaa lakofasaa nu kenu kesanifii

  • @saharathyobia2234
    @saharathyobia2234 2 года назад

    Miraa.naamatii.kaasa.baayyee.naama.samu.cimaa.qaabdaa.gaashee.idimee.siyaadheeresuu.cimaa.ati

  • @simbomucaaamboo6495
    @simbomucaaamboo6495 2 года назад

    Senaa bayee namaa bochisuu iman qabachun dadadhabeee uuuffiii malooo bayee natatii toltuu holaa bulaaa

  • @falmatuorojaalatuwbo928
    @falmatuorojaalatuwbo928 2 года назад

    Uuuuffff yaa cara ilmaa namaa wolahii 😭😭

  • @afiiznuuru754
    @afiiznuuru754 2 года назад +2

    Baayye nama gaddisiisa

  • @konjee1138
    @konjee1138 2 года назад

    Ayiii gara namanyata dhugaa😭😭

  • @sufiyanabdulmajid1854
    @sufiyanabdulmajid1854 2 года назад

    Wanti indabarre injuruu

  • @maliaasabet1320
    @maliaasabet1320 Год назад

    Sennaa hedduu namaa bochissuu

  • @zediabdi6557
    @zediabdi6557 2 года назад +1

    Uuuuffff maloo haa gargaramaanii😭😭😭😭

  • @amaniamani7221
    @amaniamani7221 2 года назад +1

    Maashaallaa Maashaallaa

  • @AaMm-tu1wu
    @AaMm-tu1wu Год назад

    Uuuufii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @sumayjimaa3514
    @sumayjimaa3514 Год назад

    Abaa,KO Anaa kee😭😭😭😭😭💔💔💔

  • @bdhe4037
    @bdhe4037 11 месяцев назад

    Ayiii😢😢😢

  • @abbudiman5162
    @abbudiman5162 2 года назад

    Ayiiiiii biraa dhabadhaa hadaraa

  • @sabontuuarsii9
    @sabontuuarsii9 Год назад

    Uuuuuuuuuuuuuff😭😭😭😭😭💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗

  • @ZulkaZulka-m4w
    @ZulkaZulka-m4w 7 месяцев назад

    Lakofsa bilbila isa nufi kenaa

  • @naae9014
    @naae9014 2 месяца назад

    Uuuuuuuuuuf 😭💔💔💋💔💕

  • @baqqelemarga9458
    @baqqelemarga9458 2 года назад

    Uuuuuuuffffff bayee nama gadisisa

  • @ameenaameena2355
    @ameenaameena2355 2 года назад

    Saraa heduu gara nama balesuu

  • @goldgold-us3bj
    @goldgold-us3bj Год назад

    ❤❤❤❤❤

  • @abdiitube1646
    @abdiitube1646 2 года назад +4

    Maloo Adara kessan #you tube koo sabiscirs na godhaa maloo adarra kessan lammiwwan koo matii koo naf tahaa

  • @hkkioi1511
    @hkkioi1511 Год назад

    ❤❤❤❤❤😢😢😢

  • @ametuhussen3193
    @ametuhussen3193 2 года назад +1

    Abshii ❤❤❤❤

  • @aaluddiinaboo897
    @aaluddiinaboo897 2 года назад +1

    dhugaa dubbachuuf baay'ee nama gaddisiisa

  • @Oromo24
    @Oromo24 2 года назад +1

    Ajiba seenaani dhala nama kuni

  • @KedejaKe
    @KedejaKe Год назад

    ❤🙏😭😭😭😭🙏💪💪😭😭😭

  • @nakaanddom243
    @nakaanddom243 2 года назад

    Namichi kun Oromodha way sena isa gara nama nyata

  • @JesusJesus-il9wg
    @JesusJesus-il9wg 2 года назад +1

    Jabadhuu

    • @karizmamega524
      @karizmamega524 2 года назад

      🥰🥰💕🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @bertaamoud4997
    @bertaamoud4997 11 месяцев назад

    😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @samiyasami3316
    @samiyasami3316 Год назад

    uff jiruu duniyaaa kana

  • @oromoqomoqomo4592
    @oromoqomoqomo4592 Год назад

    Jalalaadhugaatii

  • @DacheeOromiyaa-y9e
    @DacheeOromiyaa-y9e Год назад

    😭😭😭😭😭😭😭💘💘💘

  • @loomeel6362
    @loomeel6362 2 года назад +1

    ❤❤❤❤❤😭😭😭💔💔💔

  • @ekramoro5836
    @ekramoro5836 2 года назад

    Jabaa namsii osoo nama ofi duba qabatee😭

  • @KhadeejaA-m5w
    @KhadeejaA-m5w Год назад

    Monet hedduu glt

  • @shamsiyaatube2358
    @shamsiyaatube2358 2 года назад

    Gargaramu qaba

  • @zemzemhuseen9126
    @zemzemhuseen9126 2 года назад

    Abshirrii 😭😭😭😭

  • @demiturefera667
    @demiturefera667 2 года назад

    Uuuuuuuffffffeeeeee wayyoo

  • @asteerrabbii-qx3xx
    @asteerrabbii-qx3xx Год назад

    🙏🙏💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 2 года назад

    Wooooowwwwwww welcome jabaadha

  • @hannabarecha8808
    @hannabarecha8808 Год назад

    Wwwwwwwooo

  • @abbudiman5162
    @abbudiman5162 2 года назад

    Naminii isinisi dada.muu

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari6211 2 года назад

    Mooneti galatoomiii

  • @hfjfufucjcjcjfjf3851
    @hfjfufucjcjcjfjf3851 2 года назад

    Jiradhaa horaa bulaa

  • @mariyqmmariyqmmari2498
    @mariyqmmariyqmmari2498 Год назад

    🙏❤️❤️❤️❤️👌😭

  • @fenet6066
    @fenet6066 2 года назад

    Nama cima

  • @ametuhussen3193
    @ametuhussen3193 2 года назад

    😭😭😭

  • @leliseabdeta1378
    @leliseabdeta1378 Год назад

    😪😪😪😪😪❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @emebetyoutube8451
    @emebetyoutube8451 2 года назад

    Uuuuff😭😭😭😭

  • @alimanuru8513
    @alimanuru8513 2 года назад +1

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @rozaatajawar2433
    @rozaatajawar2433 2 года назад

    Sharifoo

  • @zenashirepaye6656
    @zenashirepaye6656 2 года назад

    Abshir😭😭😭😭😭

  • @mrphone1337
    @mrphone1337 2 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔

  • @yeradanyeeegzaberyamasagen8257
    @yeradanyeeegzaberyamasagen8257 2 года назад

    😥😥😥❤️❤️❤️💞

  • @meskaram9542
    @meskaram9542 2 года назад

    😭😭😭😭😭😭😭

  • @adisaabdusamad662
    @adisaabdusamad662 2 года назад

    Account isanii himii

  • @faxumaabintikadiir8207
    @faxumaabintikadiir8207 11 месяцев назад

    Please Account 😢😢😢😢

  • @makeyamakeya8352
    @makeyamakeya8352 2 года назад

    ❤️❤️❤️😭😭😭😭

  • @fogiyafogiya8668
    @fogiyafogiya8668 2 года назад

    Uuuuuffffff

  • @ametuhussen3193
    @ametuhussen3193 2 года назад

    Abshii lubbu oromoo

  • @bayiseyoutube7462
    @bayiseyoutube7462 2 года назад

    Well come back

  • @bontuuikadir
    @bontuuikadir 2 года назад

    Monet heduu galatomii

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 2 года назад

    Wowww

  • @afiiznuuru754
    @afiiznuuru754 2 года назад

  • @mrmm592
    @mrmm592 2 года назад

    🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😁😁