Qulqulloonnii ~ F/taa Gammee new oromoo orthodox mezmur lyrics

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 сен 2024
  • Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodooksii Tawahidoo Itiyoophiyaatti faarfannaa afaan oromoo haaraa.
    ------------
    🎤 Lyrics F/ttuu Gammee
    ------------
    Qulqulloonni fedha addunyaa kana dhiisanii
    Dhiiga isaanii gooftaaf dhangalaasaanii
    ------------
    Qulqulluu Yohannis kaanee yoo fudhannee
    Dhugaa dubbachu isaaf mormii isa muramee
    Ul kaate sirbitee mootii gammachistee
    Mormaa yohannis irraa kuchisiiste
    ------------
    Ifa Biyya lafaa kana ta'e Phawuloosii
    Deeme kan barsiisee waangela Iyyeesuusii
    Itti Innaaffanni jarrii warii Roomaa
    Albeen ajjeessanii isaan yeroo sumaa
    ------------
    Daafoon Isxifannoos waareegamaan gooftaa
    Nyaachisee oobaasee warra dadhabootaa
    Utumaa reebamuu dhagaan rukkutamee
    Iccitiin saduummaa samiirraa ibsamee
    ------------
    Kan kaafne kam dhiisnaa waa'ee qulqullootaa
    Gamtaadhaan kadhatuu warra cubbaamootaa
    Kan Waaqni kabajee nutti ni jaallannaa
    Nutti ormoota irraa kanaan adda baanaa
    ------------
    #SUBSCRIBE #Beresa #Follow Our channel to get more Videos.
    Welcome to Our RUclips Channel 'ROOBAA NUUF' here we upload the best Afaan Oromoo Ethiopian Orthodox tewahido church songs/plasm and Ethiopian Orthodox Online Education and Tutorials for all Tewahido in the best way to sing the song with the video.
    Download Galatofi Barumsa Andriod Application from the Google Play store
    play.google.co...
    www.mediafire....
    Download Walaloo Tawaahidoo
    www.mediafire....
    play.google.co...
    Download Sirna Galatoo Afaan Oromoon
    play.google.co...
    www.mediafire....
    Barruu Faarfannaa Afaaan Oromoo Orthodox Tawahidoo
    www.mediafire....
    play.google.co...
    Download Faarsaa Cidhaa form Google play store
    play.google.co...
    www.mediafire....
    Download faarfannaa Orthodox Tawahido Afaan Oromoo
    play.google.co...
    www.mediafire....
    Download Galata Gooftaa with sound
    play.google.co...
    www.mediafire....
    Download Easy ways to learn Afaan oromoo
    play.google.co...
    www.mediafire....
    Common English Phrases
    www.mediafire....
    play.google.co...
    Download Kitaaba gadaa afaan oromoo
    play.google.co...
    Download Kuusaa Walaloo yeroofi bakka garagaraatti
    play.google.co...
    www.mediafire....
    App kanneen biroos argachuu yoo barbaadan
    yoosaad.com/ot...
    &&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&
    && Join Our RUclips channel MemberShip
    && / @roobaanuuf
    && / roobaanuuf
    && Visit SBOO
    && afanoromobatch...
    && afanoromobatch...
    && oroorthodox.wo...
    &&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&&

Комментарии • 3