Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Subhaanallaah! Kun balaa rabbiin buuse waan ta'eef rabbuma haa kadhannuu!
Subaan allah ya rabbii ati balaa akkamalee nu baasi😢😢😢😢😢
Maaloo waaqayyoo nagaa nuuf haa buusu🙏🙏🙏🙏🙏
Jawween adduynaan waliigalaee erge taha rabbiin kheri haa godhu❤❤❤
Wallaahi kuni dallansuu rabbiti kara rabbii ha deebinu😢😢😢
Subàana Alaah yaa rabbii nuu qajeelchi
Subah Allah 😢😢😢
Ya Rabbi nu laffii😢😢😢😢😢😢
Oromo ko matti na ta,aa❤
Obboleso kuni iffaan maleikaa ergamtotata rabitii Rabin Quran"an issa kessati akssi jedhan وخلق انسان من سلسال كل فخرا وخلق جن من مارجن من نار وخلق ملاك من نور يقسفه بين سمواة والأرض ربهم
Subahan alaha
😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢
😭😭😭😭😭🙆🙆🙆
😢😢😢😢
Subahanalla 😭😭
Yarabbii malumaa jiraa
Subahaan allaa
😢😢😢😢😢😮😮😮🤲🤲🤲🤲
Akka arraatti khofleen beekhu 😂😂😂😂😂
maltu si kolfisisa ree
😭😭😭🤔🥰🤔🤔🤔
Uss hawasaa nagumaa hin baresiin dimamitii jedhamaa yeroo ayyanaa namnii gamachudhaf tokkosanii
😢😢😢😢😢😢😢
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Mat. 24¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯³² Yesus ammoo "Muka harbuu fakkeenya godhadhaatii irraa baraa! Dameen isaa quqquuqee baala yommuu biqilchu, bonni akka dhi'aate in hubattu.³³ Akkasuma isinis immoo, kana hundumaa yommuu argitan, akka inni balbalatti dhi'aate beekaa!³⁴ "Dhuguman isinitti hima, wanti kun hundinuu hamma raawwatamutti dhaloonni si'anaa kun hin darbu.³⁵ Waaqnii fi lafti darbuuf jiru; dubbiin koo garuu gonkumaa hin darbu" jedhe.Mat. 24¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯⁶ Lolaa fi oduu lolaa dhaga'uuf jirtu, akka hin naanett! ilaalladhaa! Kan akkasii kun ta'uun irra jira; kun garuu amma illee dhuma isaa miti.⁷ Sabi saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti in ka'a beelli socho'i lafaas iddoo adda addaatti in ta'a.⁸ Wanti kun hundinuu garuu jalqaba ciniinsuu ti.⁹ "Yommus rakkinatti dabarsanii isin in kennu; isin in ajjeesu; anaaf jettanii saba hundumaa biratti kan jibbamtan in taatu.¹⁰ Yeroo sanatti namoonni baay'een in gufatu, walii isaaniis dabarsanii wal kennu, walis in jibbu. … ¹⁴ Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama; kana booddees dhumni in dhufa" jedhe.Egaa obboleeyyan koo akkam nagaa jirtu??Nageenyii Waaqayyoo bakkumaa jirtaanitti hundumaa keessaniif haa ta'uu.Dhaamsa obbolummaa koo isiinif dabarsaa.👆👆👆👆👆👆👆✓ Akkumaa armaan olitti ibsame turee Macaafa QULQULLUU irratti wanti karaa Raajii dubbii Afaan Waaqayyoo keessa bahee " hundii isa akkuma amma jirtaan kanaatti ta'a jira jechuudha.✓ KANAAF WAAQAYYOO waan dubbate raawwachuuf akka namatti of duubatti waan hin deebineef, mee ammaas Raajii waa'ee bara dhumaa kan Macaafa QULQULLUU isa kan Isayaas Raajiichaa boqonnaa 24, 25, Maatiyoos 24, 25, Maarqos 16, Luqaas 21, 22, Mul'ata Yohaannis guutu isaa dubbisa, Namni ani ooluu barbaada jedhu yoo jiraate Balballi araara banaa waan ta'eef Akka gara YESUUS KIRISTOOSITTI dhuftaanii Lubbuu keessaan oolfattaan isiin gorsaa.Namni Lubbuu isa oolfaachuu barbaaddu yoo jiraatte GooftaanAkkanaa siin jedha, "Yoh. 11:23-27¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯²³ Yesus yommus, "Obboleessi kee in ka'a" ittiin jedhe.²⁴ Maartaan immoo deebiftee, "Guyyaa isa dhumaatti, yeroo warri du'an du'aa ka'anitti akka inni ka'u ani beeka" jette.²⁵ Yesus garuu, "Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.²⁶ Utuu jiruu kan anatti amanu hundinuu immoo bara baraan hin du'u; kana amantaa ree?" jedheen.²⁷ Isheen kana irratti, "Eeyyee gooftaa, ati Kristos, isa gara biyya lafaa dhufuuf jiru, ilma Waaqayyoo akka taate amaneera" jetteen.
faxari hoye yanete iji yiqidame adarhine
DallaNsuu rabiirrahi subhaan Allah illma namatu zullmiin lafa balleeyyse
Dalasuu motumaa umatatii dalan boyiinsii hiyesaa mana diguu ykn. Mana umata gubun rabbii n. Waa heduu mulisutii jiraa rabbii nuu haa basuu
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
?????
dallansuu rabbiiti subaanallaaha
Durani Jira biro Ani yero heddu argeera
Yarrabii attii nuuf dhissii ballesaa 7:40 keenyaa bayyate waqayyoo laphee qulqulluu nuuf yaa keennu
Dhigaa namati
Diroon Wbotii
Maaliin laata afuufee? takka gad haggii
Hujii chana Amerika tis ni ture Duuroni dha
Utuu wanti achumaan nu hambisu nutti dhufe ta'eellee dhumnee bulle jechuu dha. Qorattoonni erga nuti dhumnee oduu odeessuuf deemu.
Dallansu rabbiiti
Harargee lixaa habroo dur ni mul.atti wanni akkanaa ifaa dheera halkan halkan
Waaq nubaasi amttuu jala ajaa'iba
Wanni kuni Gaajollumaa kiyyaa gaafan jollumaan qura.aan qaraanu argaan oola halkan halkan
YAda darree keeysaniin ummata hin doomsinaa. Wanni akkanaa mootummoota biyyoota lamaaniitu ummata oromoo kan qubsuma lafaatiin durirraa wajjiin jiraatu kana naannawa sunirraa babbaareeysee addaan gugachiisuudhaan akka toora sanii fagaatanii jiraatan godhuufi moototni biyyoot lachuu irratti dhooksaadhaan/dhooysaadhaan waliigalaniiti.. mootummaan ityoophiyaa kan amma biyya bulchaa jiru kun eega/erga oromootu mootummaa biyyattii hogganaa jira yaroo ja'amtu kanatti hawaasa oromoo iddoo adda addaarraa keeysaafuu kibbaafii lixa akkasums kibbabahatiifii baroottan dhihoo kana ammoo kaaba oromiyaatirraahillee bubuqqAsaa akka jiru kan dhageha didu malee namuufuu ifAdha. Lafarraa baaragaan duguuguu bornrraa akkuma taa'itaa qabateen akka jalqabe namni haalu ka jiru hinsehu. Oromoo boranaa aduu guyyaan mi'a waraanaa/meeshaa waraanaa kan dishkaa jadhamu akka fayyadamee abiddaan/ibiddaan mana jireenyaa tiifii umataas gubaa kan hafees beeyladaafii qabeenya ilaa jiruu isaanii horan irraa saaamanii akka gara biyya ollaa gara keeniyaatti reeban namuutuu niyaadata.ammallee akkuma gaaf abiyyi baanan kun gaafa taa'itArra kore bara2018 tti borana aduuguyyaan dishkaan reebuu jalqabee turellee hin dagatinaa.
😭😭😭😢😢😢
Subhaanallaah! Kun balaa rabbiin buuse waan ta'eef rabbuma haa kadhannuu!
Subaan allah ya rabbii ati balaa akkamalee nu baasi😢😢😢😢😢
Maaloo waaqayyoo nagaa nuuf haa buusu🙏🙏🙏🙏🙏
Jawween adduynaan waliigalaee erge taha rabbiin kheri haa godhu❤❤❤
Wallaahi kuni dallansuu rabbiti kara rabbii ha deebinu😢😢😢
Subàana Alaah yaa rabbii nuu qajeelchi
Subah Allah 😢😢😢
Ya Rabbi nu laffii😢😢😢😢😢😢
Oromo ko matti na ta,aa❤
Obboleso kuni iffaan maleikaa ergamtotata rabitii Rabin Quran"an issa kessati akssi jedhan وخلق انسان من سلسال كل فخرا وخلق جن من مارجن من نار وخلق ملاك من نور يقسفه بين سمواة والأرض ربهم
Subahan alaha
😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢
😭😭😭😭😭🙆🙆🙆
😢😢😢😢
Subahanalla 😭😭
Yarabbii malumaa jiraa
Subahaan allaa
😢😢😢😢😢😮😮😮🤲🤲🤲🤲
Akka arraatti khofleen beekhu 😂😂😂😂😂
maltu si kolfisisa ree
😭😭😭🤔🥰🤔🤔🤔
Uss hawasaa nagumaa hin baresiin dimamitii jedhamaa yeroo ayyanaa namnii gamachudhaf tokkosanii
😢😢😢😢😢😢😢
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Mat. 24
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³² Yesus ammoo "Muka harbuu fakkeenya godhadhaatii irraa baraa! Dameen isaa quqquuqee baala yommuu biqilchu, bonni akka dhi'aate in hubattu.
³³ Akkasuma isinis immoo, kana hundumaa yommuu argitan, akka inni balbalatti dhi'aate beekaa!
³⁴ "Dhuguman isinitti hima, wanti kun hundinuu hamma raawwatamutti dhaloonni si'anaa kun hin darbu.
³⁵ Waaqnii fi lafti darbuuf jiru; dubbiin koo garuu gonkumaa hin darbu" jedhe.
Mat. 24
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁶ Lolaa fi oduu lolaa dhaga'uuf jirtu, akka hin naanett! ilaalladhaa! Kan akkasii kun ta'uun irra jira; kun garuu amma illee dhuma isaa miti.
⁷ Sabi saba irratti, mootummaanis mootummaa irratti in ka'a beelli socho'i lafaas iddoo adda addaatti in ta'a.
⁸ Wanti kun hundinuu garuu jalqaba ciniinsuu ti.
⁹ "Yommus rakkinatti dabarsanii isin in kennu; isin in ajjeesu; anaaf jettanii saba hundumaa biratti kan jibbamtan in taatu.
¹⁰ Yeroo sanatti namoonni baay'een in gufatu, walii isaaniis dabarsanii wal kennu, walis in jibbu.
…
¹⁴ Saba hundumaatti akka dhugaa ba'uuf, wangeelli mootummaa kun guutummaa biyya lafaatti in lallabama; kana booddees dhumni in dhufa" jedhe.
Egaa obboleeyyan koo akkam nagaa jirtu??
Nageenyii Waaqayyoo bakkumaa jirtaanitti hundumaa keessaniif haa ta'uu.
Dhaamsa obbolummaa koo isiinif dabarsaa.
👆👆👆👆👆👆👆
✓ Akkumaa armaan olitti ibsame turee Macaafa QULQULLUU irratti wanti karaa Raajii dubbii Afaan Waaqayyoo keessa bahee " hundii isa akkuma amma jirtaan kanaatti ta'a jira jechuudha.
✓ KANAAF WAAQAYYOO waan dubbate raawwachuuf akka namatti of duubatti waan hin deebineef, mee ammaas Raajii waa'ee bara dhumaa kan Macaafa QULQULLUU isa kan Isayaas Raajiichaa boqonnaa 24, 25, Maatiyoos 24, 25, Maarqos 16, Luqaas 21, 22, Mul'ata Yohaannis guutu isaa dubbisa,
Namni ani ooluu barbaada jedhu yoo jiraate Balballi araara banaa waan ta'eef Akka gara YESUUS KIRISTOOSITTI dhuftaanii Lubbuu keessaan oolfattaan isiin gorsaa.
Namni Lubbuu isa oolfaachuu barbaaddu yoo jiraatte Gooftaan
Akkanaa siin jedha, "Yoh. 11:23-27
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²³ Yesus yommus, "Obboleessi kee in ka'a" ittiin jedhe.
²⁴ Maartaan immoo deebiftee, "Guyyaa isa dhumaatti, yeroo warri du'an du'aa ka'anitti akka inni ka'u ani beeka" jette.
²⁵ Yesus garuu, "Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.
²⁶ Utuu jiruu kan anatti amanu hundinuu immoo bara baraan hin du'u; kana amantaa ree?" jedheen.
²⁷ Isheen kana irratti, "Eeyyee gooftaa, ati Kristos, isa gara biyya lafaa dhufuuf jiru, ilma Waaqayyoo akka taate amaneera" jetteen.