Osoo jaartii qabu hojjattuu wajji zinaa dalage - Dhaddacha 49, lakkofsa iyyannoo 96
HTML-код
- Опубликовано: 8 фев 2025
- Namoonni ATM card fayyadamtan buy me a coffee irratti miseensa Nuuralhudaa tahuuf link kana tuqaa. buymeacoffee.c...
Namoonni biyyoota Arabaafi Oromiyaa irraa nu gargaaruu feetan
Baankii Daldala Ityoophiyaa
Lakkofsa herrega Baankii: 1000649659908
Maqaa: Edris Abduro and Mohammedawol
Baankii Hijraa
Lakkofsa herrega baankii 1007128830001
Maqaan Edris Abduro and Muhammedawol
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Lakkofsa herrega Baankii: 1052300216548
Maqaan Muhammadawol and Edris Abdurroo
Lakkofsa Whatsapp: +251954520058
Amata 4 duran fuudhe. Jaartii tiyya jaaladhee. Wareegama gudda kafalee fuudhe. Yeroo duraa yuniversiitii keessatti argee jaaladhe. Achi booda si fuudhuu barbaada manguddoo akka ergadhu naaf hayyami jedhee gaafadhe. Amma booda daandii an deemu keessa hin deemin, lamuu maqaa kiyyas hin kaasin jettee arrabsitee na ariite. Anis abdii hin kutanne. Itti deddeebi’ee gaafadhe. Ani kaayyoo barnootaa qaba. Ammatti waan akkanaa yaaduu hin dandayu naan jette. Hayyee sin eega. Yoom qophii taata jedheen. Gaafa barnoota xumurree asii baane naan jette. Anis sabriin eegee eeybifamnee gaafa baanu gaafadhe. Ammas hanga dalagaa argadhutti waan kana yaaduu hin fedhu naan jette. Hayyee jedhee obse. Booda nu lameenuu dalagaa arganne. Garuu isiin magaalaa birootti ramadamte. An jaalala guddoo isiif waanin qabuuf, ka’ee jala kute. Magaalaa isiin jirtutti godaanee achitti dalagaa barbaadadhee dalaguu eegale. Bakka isiin dalaydutti itti dhaqee waan hunda himeef. Yeroo kana obsa kiyya laaltee hayyee manguddoo ergadhu naan jette. Akkasitti manguddoo ergadhee fuudhe. Amata duraa jiruu gammachuu bareedduu dabarsine. Amata 2ffaa ilmoo haaraya arganne. Jiruun teenya daranuu tolte. Amata 3ffaatis ilmoon 2ffaa nuu ida’amte. Baranas imoo takka dabalannee amma ilmoo 3 qabna. ALHAMDULILLAAH. Wanti gama dhaddacha kanaa na fide ammoo waan jabaadha. Jaartiin tiyya dalagaa guddaa qabdi. Ani ammo isiif jecha waanin ittiin eeybifame dhiisee dalagaa xiqqoo waanin dalaguuf, mindaan kiyya kiruma manaa qofaaf taha. Isiin dalagaa dhiisuun waan hin taane. Nu lameenuu ni carraaqqanna. Hojjattuu takka manatti qaxarree ilmaan isitti dhiisnee gama dalagaa bobbaana. Nu lameenuu galgala hoggaa manatti gallu ni dadhabna. Hiraata nyaannaan gama hirribaati. Gammachuun gaafa duraa sun hundi dhabama taate. Akka gaafa durii wajji gammannee waliin koflinee taphachuun haftee jirti. Sababaa kanaaf bultii tiyyarraa gammachuu dhabe. Osoma haala kanaan jirru an dalagaa irraa ari’amee manatti deebi’e. jaartiin tiyya waan dalagaa ooltuuf, anaafi hojjattu teenyatu ilmaan bira oola. Nuti ilma namaati, kophaa mana keeysa waliin oolla. Dhiheenya kana guyyaa tokko waytan salaatee deebi’u, hojjattuun teenya joollee hunda raffistee if babbareechitee na eeyde. Hoggaa mana ol seenu sheeyxaanni dalagaa isaa eegale. Irraa if qabuu dadhabee hamtutti if darbe. Eega gaafa saaniitii addunyaan natti golgolooytee jireenyi natti hadhooyte. Midhaan laagaa naa gad taruu dide. Jaartii tiyya gaarii san ijaan arguu dadhabe. Fuula isii dura dhaabbadhee wajji haasawuun akka gaaraa natti ulfaate. Booda wanti hundi humnaa ol natti taanan, jaartii tiyyaafi ilmaan tiyyas dhiisee bade. Amma biyya ollaa keeysa jira. Jaartii tiyyas telefoonaan dubbisee hin beeku. Yaaddoon ilmaan tiyyaa hirriba na kuttee boqonnaa na dhoowwite. Halkaniifi guyyaa ijji tiyya imimmaani. Hoggayyuu hamtuu dalage santu ija dura na deema. Gama kaaniin ilmaan tiyya babbareedduun sunniin na dura dhufanii ciisaa dhaabbii na dhoowwan. Yaa hayyoota islaamaa, mee maal na gorsitan? Rakkoo jabduu tana fakkaattu namni mudate ana malee waan jiru natti hin fakkaatu. Kunoo malli na harkaa bade biyya ormaa keessatti dararamutti jira. Gorsa keessan abdiin eeggadha. Galatoomaa.
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another RUclips channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to RUclips and requesting the removal of the unauthorised content.
Masha Allah namni aka koo sagantaa kana jalatanii jazakallahu Kheyraan Galatoomaa qophesitotaa Nuuralhudaa 🥰😘
Mashallah
Mash allh ❤❤❤
Dhadachi kuni haarawa miti ka duri😮😮dhageefadhen ture
Jaarsa bakhiila Rabbiin isinirraa haa qabu. Wallaahi abbaan khiyyaa nacaalaa isaatu warra kiyyaaf yaada Alhamdulillaah
gaaffiin kan inni hojjettuu isaa woliin dogoggore sun kan bara kuma 2021 Or 2022 dhadhaggeefannee turre.! hedduu wol fakkaata ammo jerri woliti deebihaniiru dhiifama woliif goone jirra jedhanii turani mediahuma kanaan 🥰
isinis rabbiin nagaa giddu keesaniti ha buusu 😢
Welcome back Nuuralhudaa ❤❤❤❤
Rabbiin umrii keessan haadheeressu 💔👍
Maashaalla maashaalla ❤
Qobesitota Nuuralhudaa Eduu Siin jaladha ❤❤❤❤ inshaa Allaah Rabbiin Gamachu Biiyyaa Lamanii siinif Akkenu Mee siinis Du,aaii naf Godhaa Dhukkuba Qamaf Qalbii Qaba😭😭 Akkasuma warii Barefama kiiyyaa Agartan
Rabbiin sii Haa fayyiisuu abshiir 😢
@Rahimagaml Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiin inshaa Allaah
Rabiin si ha afiyuu
Galtooma ❤
Mashaallaah mashaallaaa mashaallaah ❤❤❤❤❤
Mashaallah mashaallah rabbii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ws wr wb mashaa allaah
As wr wb akkam
As wr wb😍😍
Hin hidhamee jedhii galii demiii 😢😢
Mashaa.Allah tabaarakallah
Ws wr wb masha allaah tabarakallah ❤❤
Maashaa Alhaa
ws wr wb ♥️
rabbii sirraa haa jalatuu ❤❤❤
Jazakallaa keryii ❤❤
Sagantaan kuni haaraya miti amma dura dhageeffatametin jira😌😌🙄🙄🙄🙄
Seenaan gurbaa kanaa garaa nama nyaata.. amma walitti deebi'anii moo akkami qorattanii osoo nutti himtan Rabbi walitti isaan haa deebisu
Wl wr wb 😍
❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Iyyaanoon 2ffa kun amma dura dhihaate jira😢
❤❤🎉🎉
❤🎉
Sagantaa kana waggaa 2 ykn 3 dura dhaggeeffadheen ture
Mashallah
❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤