New Diraamaa Afaan Oromoo ( Sin Dabriin )

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 окт 2024
  • Please Subscribe
    Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #Like# Godhuu Akka Hindaganne.
    #DIREWOOD# Subscribe godhaa
    Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna

Комментарии • 107

  • @ibsaaHararge
    @ibsaaHararge 3 года назад +3

    Ee akana diramaa tesaan tanan nuf kottaa👍😍

  • @SharmarkeAdan
    @SharmarkeAdan  4 года назад +5

    Yoo Vedio kanatti Gammaddan Like share Comment godhuu hin Dagatinaa Galatoomaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    ❤isin hin darbiin dhugaan hojii galatoomii Bareeduu Onnee Gaaddisaa injifannoo Dr Darajjee Dhugumaa fayyaan faayiidaa Ogummaan waliin qabuu iaalaalan Gammadaan Gammadaan jiraa Biyyaaf

  • @binttiisilamarsiiihadabba8316
    @binttiisilamarsiiihadabba8316 6 лет назад +2

    Wowowwo bayyee garidhaa cimaa itti fufaa isiin jallaanaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    ❤❤yeroofi Umrii dheeraadhaa aswrwb Shamarmakee Shamarmakee Adam Harun garaan nu yaadaafi qalbiin qaaliidha qaamni ijaarsa ida'amuun

  • @latefafatma8121
    @latefafatma8121 9 лет назад +2

    dododoraa hhh mash alaha tabara rahama hundii kesan jabadhaa

  • @mameedirree8492
    @mameedirree8492 9 лет назад +1

    wow sabon towan oromo baye baye namati tolan dirama sin dabrin jau hedu baredan

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    ❤❤❤❤Italy and defense minister of healthcare services Caqasii ilaaltuu malee barachuun sobaa.shiraan lafa beeknee waraanaa hin arginee hiyyummaa fayyaan???deebii tigrai

  • @bakalchaahmed5401
    @bakalchaahmed5401 9 лет назад +1

    bayye bayye nama tola draama sin dabrin baresanis artisti kenya sharmarke adam jiradhu hamma jirtuti nu boharsi

  • @sabboontuusabaa7413
    @sabboontuusabaa7413 3 года назад +1

    Very nice

  • @samiramuhammad7512
    @samiramuhammad7512 6 лет назад +2

    Wwwaww gaariiidha

  • @ammeeqawweeammeeqawwee1621
    @ammeeqawweeammeeqawwee1621 3 года назад +2

    So funny handsome

  • @jabirjabir8405
    @jabirjabir8405 8 лет назад

    wwwwww haalan nagammachiisan haaluma kanaan itti nufufaa miaawadha diramaan isaanii

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    Aswrwb beekan Eegumsaa Eegumsaa itti dabaltaree jaalaallii abbaa mana baareedduu Ustaz Kamaal Hibboo aswrwb mirgaan galii AddeeCaaltuu sabaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    ❤Art kadiir Sa'id Mandisni gaaf diinni tigrai yaada argine mariin dhibee Dhibee Radio garaan Oromia caqafnee Ariyaa qabii isin hinargiin diinnii Tplf and the United kingdom of America state Rabbiin isin haatiksuu

  • @marawhainacadceed6668
    @marawhainacadceed6668 4 года назад

    Woww dhugaaa isitiii wardaa jabadhaaa ok

  • @user-ys4zu4tu4x
    @user-ys4zu4tu4x 8 лет назад

    Dhiiroo barumsi anumaafi baafaame natti fakkaate akkam hirriiba nakaastan galatoomaa itti fufaan isiniin je'a

  • @ikrambhai3485
    @ikrambhai3485 7 лет назад +1

    heeduu namati tolaa garu gubaan sataratee maa jalaan dhiraa fakataa

  • @bonnibest2121
    @bonnibest2121 8 лет назад +1

    dhugaa isin jette woradani yeroo isin darabin itti fayyadadhaa

  • @hananhanan2152
    @hananhanan2152 8 лет назад +1

    sanyii waaqoo guutuu

  • @misiruuarssikofalee690
    @misiruuarssikofalee690 5 лет назад

    ergaa garidhaa jabadhaa ituu fufaa isin jalaanaa

  • @ibsasiyoo2025
    @ibsasiyoo2025 8 лет назад +1

    ObaleysA kiyya ta malaqa walitti idaa'ani dalagau dha atti nu dalagii lal nutti rahaa sirra ha gonnu wi it's so funny Walay kkkkkkk we love you sharmarke kiyya ❤️💚❤️

    • @monahaha966
      @monahaha966 7 лет назад

      ibsa siyoo سزواباياص

    • @monahaha966
      @monahaha966 7 лет назад

      ibsa siاتاتل 😬😈😅yoo

  • @fayrozaabdalla841
    @fayrozaabdalla841 6 лет назад

    Dhugaa keeti wardaa afaan si murin amalle hayyuu tahi

  • @aroogiasefaw8807
    @aroogiasefaw8807 9 лет назад +2

    ajiib joolle dhamalaa

  • @mucaakakuu8744
    @mucaakakuu8744 4 года назад +1

    Ijoolleen kun biyya arabaa jiru moo? ??

  • @ldhh99jdh83
    @ldhh99jdh83 7 лет назад

    uuuuuuuuuuffff.yaaa.garaakoo.warda.dhugaketti.

  • @maashookedir3677
    @maashookedir3677 9 лет назад +1

    wallaahi naasirichi nama guddinaaf yaaduudha munaanillee nama gaariidha barumsa baay.een irraa argadhe.diraamaan kun ergaa hedduu of keessaa qaba.akka namni jireenya isaa kan duraanirra akka fuulduraaf akka fooyyeffatuuf nu gargaareera amma iyyuu nuuf jabaadhaa haaluma kanaan itti fufaan jedha guddaa galatoomaa sabboontota koo

  • @obsaajamal7155
    @obsaajamal7155 2 года назад +1

    Hedubaredadha

  • @amiinaahusseen2434
    @amiinaahusseen2434 9 лет назад +1

    mucatin diraman ishee Nama Kofalchisa kkkk

  • @artumareumareali9976
    @artumareumareali9976 4 года назад

    Hhhhhhhhhhhhhhh way koflan dhumne direwood galatooma dhugaa wan Ajiba hojacha jirtan

  • @abdiibrahim9723
    @abdiibrahim9723 8 лет назад

    aboo heduu namatii tolaa jabadhaa

  • @peacemary5168
    @peacemary5168 6 лет назад +1

    nice drama

  • @sabontuasalla6782
    @sabontuasalla6782 6 лет назад

    Dhugaa keeti wadiyee

  • @shitoa9511
    @shitoa9511 9 лет назад

    Namni kamiyyuu yeroo qabutti osoo fayyadamee gaarii ta'a. Anis heddu barnoota irraa argadheera galatoomaa!

  • @annilammiikoohinganuabadan9666
    @annilammiikoohinganuabadan9666 9 лет назад +7

    DIRAAMAA AFAAN OROMOO
    {{SIN DARBIN}}Yeroon warqiidha
    Barreesaa{Sharmarke Aadam

    • @sabaanboon1661
      @sabaanboon1661 9 лет назад

      Afaan keenyaan barreessaa afaan keenyaan drama hojjeennaa galatoomi maahdiya bayan

    • @annilammiikoohinganuabadan9666
      @annilammiikoohinganuabadan9666 9 лет назад

      Eeeeee dhugaa jette
      Ahmed Biya​Galata irraa hafi saba ofiii
      Saba Tokko saba ka
      Godhu keessa inni Tokko
      AfaanOromo HundeeOROMUMMA tti!!!

    • @fateyad5535
      @fateyad5535 9 лет назад

      ANNI lammii koo Hin Ganu Abadan Garaaf jedhe

    • @annilammiikoohinganuabadan9666
      @annilammiikoohinganuabadan9666 9 лет назад

      Jawara Abdirhman​
      Maal jetta Nama ofii

    • @fateyad5535
      @fateyad5535 9 лет назад

      Maltu bade. Ka. Jecha ke nati tole kanaf kopi godhe ma. .sanyi offi. Kanuma debiko

  • @fariidshafi2360
    @fariidshafi2360 9 лет назад

    baayee baayee garidha alluma kaanani itti fuufaaaaaaa

  • @shitoa9511
    @shitoa9511 9 лет назад

    Heddu barumsa dabarsa ghost Waanni kessan gaaridha jabaadhaa

  • @nazifanazifa9366
    @nazifanazifa9366 2 года назад

    Dire.hudi

  • @محمدرحمه-د8ب
    @محمدرحمه-د8ب 8 лет назад

    mashaallah tabarakallah heeddu bareedadha galatoma

  • @sabontukhaliljimmaa5250
    @sabontukhaliljimmaa5250 8 лет назад +1

    warda galatom fadha bayisati ofit amana

  • @Ademabdi-dg7yj
    @Ademabdi-dg7yj Год назад

    Qeerroo bilisuma qabso heduu godhuu yaro dheerradhafa
    Afana oromo babaldhisuu fakenta heduu ofaa kesa qaba

  • @gadisayousefmachera9060
    @gadisayousefmachera9060 9 лет назад +2

    Hedduu baruumsaa guddaa irraa fudhadhee halumaa kanaan beekkumsaa keessaan nuuf gumaacha
    Galatooma horaa bula
    Kessaattu filmi "SINDARBIIN YEEROON WARQIIDHA "jetturraa

  • @Di-xp7uc
    @Di-xp7uc 9 лет назад +1

    bareedadha silaa HD1080p gad lakkiftan.

  • @zainebbasim7002
    @zainebbasim7002 8 лет назад +2

    tankyu.muna

  • @raheemamoh334
    @raheemamoh334 5 лет назад +2

    😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @arifali8570
    @arifali8570 4 года назад

    Bare goud

  • @mhammadgamer9115
    @mhammadgamer9115 9 лет назад

    Wowwwwwww bayye bareeda itti cimma

  • @abdulazizkamaalibrahim4946
    @abdulazizkamaalibrahim4946 6 лет назад

    nuf jaabadhaa

  • @loveme6701
    @loveme6701 5 лет назад

    Kotasher nugodha

  • @ramadanahmed2305
    @ramadanahmed2305 9 лет назад

    baayyee nama gamachisa eergaa haala jireenya kaaimman ammaati ibsuufi barsiisuudha. kum-lama allamagan!!!

  • @agegnehushamossa729
    @agegnehushamossa729 8 лет назад

    dhugaa jette wardaa

  • @loveme6701
    @loveme6701 5 лет назад

    Jaabadha okok

  • @omarahmed1363
    @omarahmed1363 6 лет назад +1

    akami

  • @mdatick1473
    @mdatick1473 3 года назад

    Vido

  • @ahmedsamiid3912
    @ahmedsamiid3912 9 лет назад +2

    Nice

  • @saamirasaamira7658
    @saamirasaamira7658 8 лет назад +2

    Daraman kesaan baredaa malloo yaa dubara Hijaaba maatati hidhatanii suuree maa kewatuu Raabiin sodadhu Tawabaa godhaa

  • @aminamuhammad8254
    @aminamuhammad8254 8 лет назад +1

    As wr wb

  • @barakamohammed5478
    @barakamohammed5478 9 лет назад

    Baay'eegariidha

    • @monahaha966
      @monahaha966 7 лет назад

      Baraka Mohammed ىنكمرنذتستبتل

  • @ObsaaAbde
    @ObsaaAbde 6 месяцев назад

    Thanks

  • @skyhayu9944
    @skyhayu9944 6 лет назад

    dhamsa garii qabna amma garii fidan

  • @saliali2907
    @saliali2907 5 лет назад

    Kkkkkkkkki doddo doraa jechun yoo sii dhibe tortoraa jedhii intalti

  • @halewuyabesher6827
    @halewuyabesher6827 7 лет назад +1

    wawwww😘😘😘

  • @mdkhairul7014
    @mdkhairul7014 5 лет назад

    Yeroo hunda Ijoollen tun dhalama takka wol jalatti jaaalatti maali

  • @mizbahusharafu5314
    @mizbahusharafu5314 8 лет назад

    misbawu sharafuu

  • @omarahmed1363
    @omarahmed1363 6 лет назад

    hi

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 Год назад

    ❤❤prank says mandisni humni barnootaa irkoo qabnee yaannis waraanaa Haramayaa yuniversity international garsiisuu Barsiisaan Barsiisaan eeganii Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Oromia duula Eegumsaafi Beekumsii biruma laftis irkoodha hawaasaa aswrwb

  • @khalidbinjarsh6271
    @khalidbinjarsh6271 5 лет назад

    Tana.dhuguma.dubate...wordafi.atisi

  • @hananhanan2152
    @hananhanan2152 8 лет назад +1

    2ww

  • @nasirawwalawwal93
    @nasirawwalawwal93 8 лет назад

    kkkkkk

  • @saabcell5136
    @saabcell5136 6 лет назад

    Kkkkk munaa calatu

  • @ZaRa-rj2mv
    @ZaRa-rj2mv 5 лет назад

    .ca Ad c

  • @yaarabiisumaaabdadha7032
    @yaarabiisumaaabdadha7032 8 лет назад

    baay'ee namati tola keessatuu Ka muctii nama kofalchisa galaatoma nuf jiraadha!

  • @maashookedir3677
    @maashookedir3677 9 лет назад

    wallaahi naasirichi nama guddinaaf yaaduudha munaanillee nama gaariidha barumsa baay.een irraa argadhe.diraamaan kun ergaa hedduu of keessaa qaba.akka namni jireenya isaa kan duraanirra akka fuulduraaf akka fooyyeffatuuf nu gargaareera amma iyyuu nuuf jabaadhaa haaluma kanaan itti fufaan jedha guddaa galatoomaa sabboontota koo