Khuxbaa Ajaa'ibaa! Haalli Afur Yoo Si Keessatti Argame:
HTML-код
- Опубликовано: 8 фев 2025
- 💖 As wr wb Ahbaabii Fillaah! Khuxbaan tun Khuxbaa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isii dhaa Haalli Afur Yoo Si Keessatti Argame: jetti. Haalli Afuran kun yoo si keessa jiraate Atiin khun Addunyaa tana Mogoolee isiitin arkattee jirta! Haalli san:
1ffaa. Amaanaa Tiysuu
2ffaa. Dhugaa Dubbatu
3ffaa. Haala Gaarii Qabaachuu
4ffaa. Halaal Carraaqqachuun yoo si keessatti argame, Atii Mu'mina Dhugaati. Khuxbaa tana keessaa Beekumsa Guddaatu jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏
#subscribe #hakimhassen34 #islam
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد ﷺ
Ahbaabii Fillaah! Like, Comment and Share godhuu hin dagatinaa! Akramakumullaah 💖
صلي الله عليه وسلم
Sallallahu aleeyhi wassallam 💗
Sallallaahu Aleeyhi Wa'aalihii Wasallam ❤
As wr wb Rabbii umrii dheera isinif haakenu ustza keenya hundda mashaa Allah mashaa Allah❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jazakallahu keyran yaa ustaaz koo rabbii umrii kessan nuuf haa dheressuu ❤❤❤❤❤❤
#Aamiin_Yaa_Rabb walumaanu nu haa dheeressu. Wykum
صل الله عليه وسلم بارك الله فيكم وجزاكم الله
Wafiikum
🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Aamiin Yaa Rabb
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam ❤
As wr wb rabbin urmi dheera isinif haakenu ustaaza keenya qaalii nama maashaa Allah ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wa wr wb. #Aamiin_Yaa_Rabb walumaanu nu haa dheeressu
اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد ﷺ
❤❤❤❤❤❤❤❤❤maashaa Allah baga nagaan dhuftan
As wr wb Akkam jirtu nagaadhaa ustaaz kiyya qaalii namaa ❤❤❤❤
@@HammeeAbdallaawa wr wb. Share godhi ❤
Sallallahuu alehii wasllam
Insha allah
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته
አሰ ወራ ወቱ ኡስታዝ አብዱል ሃኪም ማሻዓላህ ኦምረን ጠዊለን ያ ረቢ ያ አላህ 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wa wr wb. #Aamiin_Yaa_Rabb walumaanu
Jzkl hak kiyya ❤
❤❤❤❤
Mashaa allah jkl
👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼
Wykum. Share godhaa ❤
❤❤❤🎉🎉🎉
As wr wb ❤❤❤❤❤
Wa wr wb