Abdishu Ammaa - Jireenya jiruu deegaa (Oromo Music)

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 окт 2024
  • Check www.oromp3.com/ for more Oromo music, comedy, drama, film, movie & MP3 Songs. Best Oromo entertainment website!

Комментарии • 14

  • @YoomireeShow
    @YoomireeShow Год назад +4

    Abdishuu Ammaa Wallisaa Oromoo Seenaa Sirboota Afaan oromoo keessatti nama jalqaba gad behee kilippiidhaan wallise kan jalqabaati, yaroo sanitti Lubbuu isaa kanneeti haala hamaa san keessatti sirboota isaa kana wallise.
    Duba isa kan wallise dhiisii yaroo sanitti nuti kan sirba kana dhegeeyiffatuuhuu hedduu akka malee nu dararaa turan yaa saba koo....!
    Arra Abdishuu Ammaa eeyisa akka jiru hin beekkamu, mee ummanni oromoo gurbaa kana iyyaafadhaa.kaa..!!
    Akkaan hubadhutti, OroMp3 kan jedhamu kun You tuba FARAHAAN ABDUSALAAMI natti fakkaata, Farahaan keenya Ati qaroo saba keenyaa sabni keenya qabu keessaa tokko ati, waa'ee ummata oromoo si caalaa namni beeku ni jira je'ee hin yaadu, mee Abdishuu Ammaa yoo wal quba qabaattaniis odeeyiffannoo isaa nuuf kanni, yoo quba hin qabaanne ammoo barbaaddee yoo Lubbuun jiraatees, yoo wareegamees akka nuuf adda baastuun siin ja'a adaraa rabbii.

  • @chalaabdela3476
    @chalaabdela3476 Год назад

    Abdii koo bakka jirtutti nagaya fii rahmanni rabbii sittii haa tolu sabboona kheenya🎉❤❤

  • @lebronhassan2878
    @lebronhassan2878 6 месяцев назад

    I appreciate this ❤❤❤thank u out bright mind

  • @twtwhehshh9078
    @twtwhehshh9078 8 лет назад +3

    wowowow bayee bareda galni kee bilisuma haa tahu sabona saba 😢💗💟👍

  • @booraanabareento1
    @booraanabareento1 Год назад

    ❤❤❤oromoo❤❤❤

  • @qarrahegindhir731
    @qarrahegindhir731 7 лет назад +1

    jiruudhan awwalamne ah

  • @hamzeman9689
    @hamzeman9689 2 года назад

    Yaa Allah Nuuraa Gutii😭😭😭😭💔💔💔

  • @yuujhh5841
    @yuujhh5841 5 лет назад

    ❤️❤️❤️❤️

  • @zomzom2985
    @zomzom2985 8 лет назад

    woooewwwoo

  • @qarrahegindhir731
    @qarrahegindhir731 7 лет назад

    ayyuyu

  • @boontuuwallaggaa7698
    @boontuuwallaggaa7698 4 года назад +1

    Uuuuuuifffeeee garaan keenyaa nuu gubatee barana yaa lammii koo yerooma hundaa kan keenyaa gubanadha