🛑Ayyan Jirru biyya keenyaa eegalte jirtii 💪💪😅😅

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024

Комментарии • 756

  • @hawiimarbe3334
    @hawiimarbe3334 2 года назад +42

    Wwwoww ayyani tiyaaa qali wani hunduu siraa baredaa jajabee koo 👪🥰🥰❤❤ bayee siin jaladha jabadha🙏💖👪

  • @islsmictube
    @islsmictube 2 года назад +164

    As wr wb obboleyyan muslima worren harfi qurana barachuf fedhi qabdan maati naf taha jzk rabbif jechan isin jalladha❤

    • @Oroomoo11
      @Oroomoo11 2 года назад

      Abshirii

    • @aishaaisha6933
      @aishaaisha6933 2 года назад

      Ok

    • @fatimaetopia5907
      @fatimaetopia5907 2 года назад

      Mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla

    • @fatimaetopia5907
      @fatimaetopia5907 2 года назад

      Mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla

    • @saadiyaalsaaadiy487
      @saadiyaalsaaadiy487 2 года назад

      As wr wb

  • @rozaahmed3928
    @rozaahmed3928 2 года назад +8

    Ummu afnaan hucuu harkaa micuun hedduu daas je'aa baar maalif ni beytaa hucuu harkaan dhiqamte fi taa mashinaa waalitti dhuftu taa harkaa dhiqaanitu bifaa qabaa maashini huccu lazaa irraa ofaa hundaafu rabbiin ngyn na biyyaa tiyyaa na gaalche na haa agarsisuu mukaa oromiyaa tiyyaa hundaa ummataa ishitti wajiin mee du'aaii godhaa bakkaa jirtaan maraatti akkaasi galaatoma

  • @hamziyashanqo6220
    @hamziyashanqo6220 2 года назад +3

    Yaa rabbi yaa Allah ani galu jibee hojiin biyya keena hin ulfaata uffatta micuun bayye ulfata wallahi ani gasaala bitadhee gala inshaa Allah du'aa'ii nufi godhi Ayyaan qali nama sile rabbin haa qarqaruu abshiiri 💘💘💘🤲🤲🤲🤲

    • @bontuutube7
      @bontuutube7 2 года назад

      Kotuu mati nafii ta.i 💗 ♥

    • @shukreetuba5669
      @shukreetuba5669 2 года назад

      Anii kanumaa madaa na godhee wly🥺🥺🥺🤲🤲🤲

  • @Juuneekanoro
    @Juuneekanoro Год назад +1

    Maashaa Allaah ummu,afnaan qaalii namaa tan osoo if hin tuulle,jiruufi jireenya isaanii keessatti nuuf fakkeenya,taatu. Hedduu bareeddan jajjabaadhaa!!!!

  • @somalifanproducts9965
    @somalifanproducts9965 2 года назад +4

    I love ethiopian people 💋💋❤❤🌹from Somaliland hargeisa city

  • @somalifanproducts9965
    @somalifanproducts9965 2 года назад +1

    Ayaan qaali are you somali

  • @raisahusenraisahusen7033
    @raisahusenraisahusen7033 2 года назад

    Ee wallahi dhugaa keeti obbolleeti keenya gorssa bareeda galatoomi Mashaa Allah Rabbiin isinirraa haajaalatu jzk 😘😘😘😘😘❤❤❤❤❤❤❤

  • @muntahaamuntii6756
    @muntahaamuntii6756 2 года назад +1

    Alhmdulihaa ani mana tokkoo fi lafa duwaa takkaa ni qabaa.
    Gaaru biyaa anbaa kana meshaa mal akkaa galfadhuu naa didee wani hunduu nati baredee

  • @tokkumafamily2253
    @tokkumafamily2253 2 года назад +2

    Mashallah mashallah ayyankoo wly baye namati tola hojin kee jabadhu jajabe nama🥰❤️❤️👍👍💪

  • @abdattuabduriqadiir8773
    @abdattuabduriqadiir8773 2 года назад

    Baga naga dhuftee jecha dhugaa keetii wan jiru dubbatee jabadhu itti fuffii maashallaa taabarakala W S M jecha naga turrii

  • @mdomar9645
    @mdomar9645 2 года назад +1

    Jabadhuu wani ofii wanum ofitii hojii Arabaa iraa wan ofii wayaa yoo dadhabdee hin tetaa

  • @hifi1824
    @hifi1824 2 года назад +1

    Wwwwwwwwooo dhugaa ketii ayanee tiyaaa 😘😘😘😘❣❣❣❣❣😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘

  • @oromiyaabiiyaakoo8088
    @oromiyaabiiyaakoo8088 2 года назад

    Ayuuree jiimtuu Koo ♥️💓 siiboo qaabeetii tiiyaa jaabadhuu waaly abdiii nuutii hoortee atii💓♥️💓💓

  • @damiiyyeeshawaawalisoo2003
    @damiiyyeeshawaawalisoo2003 2 года назад +13

    Mashaa allaah umiii afnaan 😍😍😍
    Biddeenaa yeroo tolchituu olii hin fudhin lixii

  • @madenaabu699
    @madenaabu699 2 года назад

    Maashaallal maashaallal maashaallal biyyaa ofi baduu hin qabuu woly ayyan jabadhuu bareda jirtaa

  • @turinamahadi7646
    @turinamahadi7646 2 года назад +1

    Uuuuu dhugaa annii huccuumaan dhiquu jibaa tanaa dhefaan biyaa bahee🥰🥰🥰🥰

  • @hayatiimuhammad1879
    @hayatiimuhammad1879 2 года назад +2

    afnaanii habibitii mashaallah tabarkkalh rabbin sii haa gudisuu karaa keyrii irratii inshaallh
    dasii nama jetuu yoo babaa kee wajjin taphatuu mashaallah tabarkkalh

  • @zaaraaAnbbassa
    @zaaraaAnbbassa 2 года назад

    Ok.Gaalatomii maalii kaa lixxin Dhumee faaca.ee Nii Furdattee moo Gaadii qabi yoo gottu Lixiin hin furaddattee naatii fakkatee dhifamma gaaruu

  • @mesifiqir5519
    @mesifiqir5519 2 года назад

    Wow bayy.e barreda jabadhu ummu afnan ufata jala jala michi uuuuuuuuuffffff akka wan ofi michu na yaadese

  • @maddawalabumedia
    @maddawalabumedia 2 года назад

    Barumsa Guddaa qaba jabadhu from Cape Town Asuman link koo ofjala kayii marroo

  • @amiinatube7903
    @amiinatube7903 2 года назад

    mashaa llah baredadha bidena suta jedhi busi hin facasini dhifama wojin

  • @hamdhiya123hamdhiya6
    @hamdhiya123hamdhiya6 2 года назад

    Maashaa.aalaa Maashaa.aalaa Maashaa.aalaa tabaarakaalaa ayuu nuuf jiradhu woggaa kumaa 1000

  • @mucajalaa8463
    @mucajalaa8463 2 года назад

    rabbii isaa haa laafisuu mana qabana gaalata rabbii yoo rabbii nagadha nuu gache

  • @tegezechihailuusieijsjjsjs7669
    @tegezechihailuusieijsjjsjs7669 2 года назад

    wowwwww.ayan..jabadhuu.jajabee.tiyaa.gafaan.biyaa.galee.sibiraa.dhufaa.adamaa.ok😍😍😍✈

  • @azeezaazeeza6467
    @azeezaazeeza6467 2 года назад

    Mashalaa mashaalaa mashalaa mashalas ayaan gorikee bayee baredudhaa galatomii qashtiikoo

  • @urgokebe7331
    @urgokebe7331 2 года назад +3

    Dhugaa jetee Ayyaan jabadhuu kormee too 💞💞💞💞💞

  • @samiraakadiir3901
    @samiraakadiir3901 2 года назад

    MashaaAllaa tabarakaala wanti atii dalagduu hundii namatti tolaa hadhaa Afnaani bareddu Tiyyaa uuuphaaa

  • @glagla6741
    @glagla6741 2 года назад

    Wow wow wow wow wow wow Ayyuu tiyaa jaabdhuu dasii nama jetuu qoyii mashiin ufataa keesaatii michataan hin jiraa biyyaa

  • @Suseeeeeeeeeeee
    @Suseeeeeeeeeeee 2 года назад +2

    Ahii jiruun biya kenya kun Alhamaduhillaa afiya qabachuu qofa malee edeen tokko Namatii gamachuu hin qabduu badiyas tae kataman tokkuma

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 2 года назад

    Atii mana utuu hin ijjaratii galitee yaa Allaa Rabbii isinif hallafisuu male hin cimaa

  • @shamsahmohammed13
    @shamsahmohammed13 2 года назад

    dhugaa keti sanyii tiyyaa qashtii namaa qalliinamaaGalatoomi Love you 😍 ♥ ❤ 😘 💖

  • @ayaantube4451
    @ayaantube4451 2 года назад

    Jirenyii biyaa kenya kanaa dakataa Ayaan tiyaa qashtii too wan ofii hedduun si jaaladha qashtii too 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @kubrishaaorolij504
    @kubrishaaorolij504 2 года назад

    Mashalhaa mashalhaa Ayan to mashinaa bitadhuu yokin takaa takan waljaaa dhiqadhuu walhii

  • @mahaammadjamaal2887
    @mahaammadjamaal2887 2 года назад

    Baayyee namatti tola way jiru biya teenya jabaadhu ayyan
    Biyyi ofi rahaadha wly yommun
    Vidiyoo kana argu biyyaan yaadadhe!!!

  • @sajaamobile9875
    @sajaamobile9875 2 года назад

    Ayyni www jabadhuu baredu koo ❤❤❤❤gafii kiya aka na debstani abdin qab rabiir pls

  • @ikmaamyloveabdii9068
    @ikmaamyloveabdii9068 2 года назад

    As Wl Wb Mashaa aallah Mashaa aallah taabarkalaa taabarkalaa jadhadhuu Ayaan 💖💖🥀🥀🥀dhugadhaa jechii kee 🥀🥀🥀💞💞💞💞🙏🙏

  • @firewottubu6937
    @firewottubu6937 2 года назад

    Mashaa allaa bayee garidhaa atii gotaa durayuu lalafatuu mitii ayanii qixaa dhiratii abasaa tenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @baraatuudinniiislam4360
    @baraatuudinniiislam4360 2 года назад

    Ayyaani markajii bedenaaa saanii affaan isaaa kesaaa qabadhuu gurraa isaa mitii😃❤👍

  • @sinbookoo3378
    @sinbookoo3378 2 года назад

    Waayoo again.dhuuga.keetii.ebade.harka.malin.wacu.miccina.shaataffaa.hoffii.nuu.ggotte🥰🥰🥰🥰🥰

  • @ashaaashaa253
    @ashaaashaa253 2 года назад

    Dhugaa wan bareedda nuf Himmtte qallii

  • @ililiabrahami9525
    @ililiabrahami9525 2 года назад

    Mushkiiaa wallhii biyyaa teenya tun iasha allah qaassallaa bitadhu malee Rabbin Nagallchin iasha allah yaa Rabbi kiyaa

  • @faniyanasir3944
    @faniyanasir3944 2 года назад

    Wl as wr wb maasha alla maasha alla tabaarakal rabbiin sii haa gargaruu uffatta michuu heddu ulfaata

  • @saliyasaliya5996
    @saliyasaliya5996 2 года назад

    Mashallah.jajabadhuu.malgodhamaa..iti galii biyumaa.ofitiii..

  • @simafiioromititi3439
    @simafiioromititi3439 2 года назад

    MashaAlhaa jabadhuu itti fufii worii manaa hin qabinee dhugaa jedhatii ijaradhaa

  • @ayantuhussen2487
    @ayantuhussen2487 2 года назад

    Kumaa 15 yoo jetuu kiraa ji'a lamatii moo kaa meqatii umuu afananii

  • @raisahusenraisahusen7033
    @raisahusenraisahusen7033 2 года назад

    Ws wr wb akkam jirtu nagaa keessani Mashaa Allah tabaarakallah urjiiwan obbolleeyanko Rabbiin isiniif halaafisu inshaa Allah Rabbiin isin hagargaaru miskiinakoo Rabbiin Humana siifa tahu

  • @rahimadebiso3351
    @rahimadebiso3351 2 года назад

    Dhugaa keetii sanyii too ♥️💝💋💋💋💋

  • @muhalimshaw287
    @muhalimshaw287 2 года назад +1

    Mashiina bitaadhuu dhugaa hin danadetu

  • @asuyeejimmaa8307
    @asuyeejimmaa8307 2 года назад

    🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️amaa nus akkanumaa galee micinaa jechudhaa 😁😁😁mashaa Allah jabadhuu

  • @saaadaawallaagga
    @saaadaawallaagga 2 года назад

    Wallaahi ayyuukoo waan hundduu sirraa tola dubbuushekoo maashallaah Tabarakaallaah

  • @abadiirabbiirabbii9783
    @abadiirabbiirabbii9783 2 года назад

    Umuu afaanani qaalii tiyyaa xiqqoma addana furana ani asalati mana ijaradhe jira alhamadulliya waal agara yoo Rabbii jedhe

  • @shamsiyaaaddami487
    @shamsiyaaaddami487 2 года назад

    Maashaallaa maashaallaa galatoomii dhugaa keetii sanyii

  • @KebekiOfficial541
    @KebekiOfficial541 2 года назад +6

    kkkkkkk ayyaan my favorite bulkoon gama gamanattii faca'ee dhumee
    Wow hedduu hedduu namattii toltu jiruun sinnittii haa toltu ammalleee ❤👌

  • @ummii4391
    @ummii4391 2 года назад

    As wr wb yaa ayyan mee eelee budena Tana hagamiin bittani HIN fedha

  • @ejhsjh7804
    @ejhsjh7804 2 года назад

    Asssalleekum waraattullaa wabarkatuu akan jedha siilaa bedeen cassìitaa jiirta dhugaa sii jedha Rabbii Rabbii urmii dheerruutu isii hakean Mashllaa ALLH Tabarkaallaa

  • @faizaaabdil7081
    @faizaaabdil7081 2 года назад

    Masha allha masha allha tabaraka laha ayatuu yee qasxii huduu siraa baredaa absiirr sanyitoo jabaduu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @haadhajaafar
    @haadhajaafar 2 года назад

    Gobaz dubartii cimtun kan bontu oson tane kan mana ufi keessaati dalaga kamu dalayduu jechudha jabdhu gifti koo yoo addama turtee gaffa gale akka isinin wal argu abdi qaba ❤👌

  • @محمدناصر-ص5ض6ب
    @محمدناصر-ص5ض6ب 2 года назад

    Mashallah mashallah bakkaa budenaa sanii nafaa naa genee

  • @jaalanneekadiir2244
    @jaalanneekadiir2244 2 года назад

    Maashaa Allah garuu budenaa tolchite hin bekktu

  • @sumayyaasaid7940
    @sumayyaasaid7940 2 года назад

    Galtoom ayyuu tenaa qaalii jabadhuu💚💙

  • @genogetiso92
    @genogetiso92 2 года назад

    Mashallahi Gorsaa Bareeda Galatomii sanyii Ofii

  • @najatiitube4352
    @najatiitube4352 2 года назад +5

    Maashaallah maashaallah Ayan
    Oromoko matii naf ta'aa 🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @fatihajimmasanyiihaacaluu1872
    @fatihajimmasanyiihaacaluu1872 2 года назад

    Maloo maqaa nu balesin bukoo qalisi
    Hucuu harkuman micaa guddanee birqii miti hojin hunduu wan hojeta gudane biyya arabaa ergaa demne hunda argine
    Buden sirefadhu wly

  • @omarkamel9973
    @omarkamel9973 2 года назад

    maasha.allah galatoomi akkabiyya nuuf ibsuuketiif

  • @ayshaaysha6273
    @ayshaaysha6273 2 года назад

    MashallaamashallaatabrkallaajabdhuuAttiiNamaaWanttii.hunddduu.siRead.demuu.ufttassii.ta.ee.hujissii.ta.ee.Bayyee.garidhaaAkkanumattii.jabdhukkaa.jirunii.itobiyyaa.hEddie.ulfttaa

  • @alfiyajamel1975
    @alfiyajamel1975 2 года назад

    Ayanii mashnii ittii bitii malee harkaa hin micinii amaa itophiyaa mashnii mucani katamati budenaa elee marbati itti bitii maltuu sii godhee abbo fataa jedhii waa wogaa dhibaa jirtaa

  • @rahamaahimed5689
    @rahamaahimed5689 2 года назад +1

    Mashaa allaa umafnaa bati jenaa jabadhuu komitii hati detee

  • @sumayaorolij242
    @sumayaorolij242 2 года назад

    Mashaa alha rabbi si ha gargaru yaa jaltamtota tena

  • @mariyaamsanyiijawaramuhamm6343
    @mariyaamsanyiijawaramuhamm6343 2 года назад +1

    Pls nafi debisi kira ji'aa kuma 15fi 20 moo akami

  • @fatumaaqubii6749
    @fatumaaqubii6749 2 года назад

    Mashaallaa mashaall ijaa iraa hafii qaalii namaa kooo 💝💝 kkkkkk🥰🥰🤔🙏🙏🙏🙏

  • @ifftuahmad9701
    @ifftuahmad9701 2 года назад

    Mashaa Allaah
    Rabbiin rizqii gurguddoo isinitti khannee isiin haajaarachiisu

    • @mucajalaa8463
      @mucajalaa8463 2 года назад

      Kootuu maatii naaf ta.ii saanyiikoo

  • @oromootubee1979
    @oromootubee1979 2 года назад

    Woww mashahallah tabarakalah 💋😍 jajabadhu qalii

  • @fghbbvcg4802
    @fghbbvcg4802 2 года назад

    Anii haarargee taa"ee jira abbaa waarra kiiyyatu achii barsisaa dhalan haarargee biddeenaa buuftee hin mokoronii fi pastaa godhu beytii male

  • @sumayauumusumaya701
    @sumayauumusumaya701 2 года назад

    Mashallaha jabadhuu annii micaama kana jibba

  • @oromotiiarsii9115
    @oromotiiarsii9115 2 года назад

    Eeee musk biden gotee hin bektuu ayuu
    Anuu guyyaa takkaa bichaa balesee ammaa sirefataa jabadhuu

  • @rosakejela1459
    @rosakejela1459 2 года назад +1

    Uuuuuuu are dhugaa mashina bitiif safuwan

  • @ummuukaalidiiummuukaalidii1628
    @ummuukaalidiiummuukaalidii1628 2 года назад +1

    Mashaa Allaah ayyuu budeena akkamii gotee anii sima hin gayuu ayii caraa koo😁😁😁😂😂😂😍😍😍😍❤

  • @محمد-ف2ص5خ
    @محمد-ف2ص5خ 2 года назад

    Mashaa allaah mashaa allaah ummu afaan jabaduu dubarati jiradhu woggaa kumaa

  • @rawansharif1459
    @rawansharif1459 2 года назад

    Eeleetti gadii qabii tolchi maal akkam akka Bomba bishaanii garaa gadii naqxaa kkk

  • @makkiqashitoro2624
    @makkiqashitoro2624 2 года назад

    Woww ayyan bareddu koo jabadhuu

  • @mariimasiraaj3913
    @mariimasiraaj3913 2 года назад

    Tabarakaaa allaaah rabbiin sirraa haaa jallaatuu

  • @marifaabadri7565
    @marifaabadri7565 2 года назад

    Maasha alaah siirra barde jira ani huddu sii hordofa garu

  • @jituujituu3199
    @jituujituu3199 2 года назад

    Mashalaa Mashalaa Mashalaa is. Rakohinqabuu. Hinshalaa ❤️ 💕 ❤️

  • @sajaamobile9875
    @sajaamobile9875 2 года назад

    Isnitt aree jira giza meqa lakkofs kesan isni kadhadhe pls lakkof kesan na erga haja ciimf isnii barbadee ??

  • @HaadhaZakariyya
    @HaadhaZakariyya 2 года назад

    dhamsii obolummaa kee itti haa fufu Ayyaan

  • @jamilaqaasim342
    @jamilaqaasim342 2 года назад

    jabbadhu garuu bideen tolchuu hin beektu

  • @kadijaashootube8226
    @kadijaashootube8226 2 года назад

    😁💓💓💖yaaaa jiruu biyyaa kenyaa akanumaati jiraachuuu akanu lagaa dhaqee Ufaata midha

  • @kaak1913
    @kaak1913 2 года назад

    Beeddinnaa tolchuun baay'ee siitti ulfaattaa saanu suuta jedhii faashifashii hin Godhiin

  • @bentislam1930
    @bentislam1930 2 года назад

    Jabadhu uma miti mashinalee bitata yo Raabin jedhe

  • @kadijaatub1018
    @kadijaatub1018 2 года назад

    Jabadhuu qalii namaa abshirii qalii namaa

  • @safiyasafiya3957
    @safiyasafiya3957 2 года назад

    Mashallaa tabara kalhaa heduuu nama tollaa qalii kenyaa ayyanii

  • @saadamuktar8442
    @saadamuktar8442 2 года назад

    Yaa ayaan naa sodachisitaa wallah galuu uuuuuuuffff dadhabee dhisii kaa

  • @sabboontuudambidolloo1317
    @sabboontuudambidolloo1317 2 года назад

    Maasha Allah jabadhu jabdukoo

  • @fattimahawi833
    @fattimahawi833 2 года назад

    tolee habibti dhamsaa ketifi kalatomii🥰🥰

  • @jammelajammela9115
    @jammelajammela9115 2 года назад

    Ayu ko qali sila ufata mica si gargara garu ufatuma micu jiba nara lalin iti mudi🤣🤣🥰🥰😍😍

  • @hajarashow8096
    @hajarashow8096 2 года назад

    Ayaan bideenaa busuu walaltee jirtaa barachuu qabdaa ok

  • @alawiyakadir4925
    @alawiyakadir4925 2 года назад

    kkkk mashalah bidenii kiyyuma anii hojadhuu

  • @fatiafatia1280
    @fatiafatia1280 2 года назад

    Waleykumasalam worahamatullah wobarakatuhuu mashaallaah mashaallaah tabarakallaah 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 heduu namaa tollaa ayaan inshaallaa gorisaa ketifii 💋💯 ufataa harkaa micuu🙈🙈

  • @yaarabbitokkumaanufkeenni7397
    @yaarabbitokkumaanufkeenni7397 2 года назад

    Galatomii dhamsaa baredaa nuf dhamtee 🙏❤garuu gasalaa meqaani bitanii nu gafadhuu mee ayyu lubbu pls gatii meshaa nuuf himee mee Alh mana ijarataa jiraa yoo rabbin jedhee ❤❤❤🙏