Iyyaafannoo - Far.Zawuduu Nagaash waliin
HTML-код
- Опубликовано: 6 фев 2025
- #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited
Faar. Pastor Zawudee Nagaash jabaa ko, umurii dheeradhu baay`een si jaal`adha ! Barri kee haa eebbifamu !
Maaloo faarfannaa isaanii gutuu baarbadee dhaabee ijoolumaa kootii dhaagefachaa turee faaruu isaanii baayee jaaladhaa faaruu isaa maaf gaaddii nuuf dhisinee
albuuma isaa guutuu nuu lakkisaakaa
Wowowowowowo ulfinni siif haa ta'u yesuus!!!!
Jaalalli kiristoosi inni ijoolummaatti Kiristaanota keessa ture maaliif nu keessa dhabame laata??😭😭😭😭💒📖 yaa waaqayyoo mee nuuf deebisi jaalala ijoolummaa keenyaatti siif qabnu sana garaan keenyaa si haa dheebotu gooftaa keenyaa!!!!🙏🙏🙏🤲🤲🤲📖📖📖
Ebbifami mucaa yesuus baga kan kiristoosi taate haadhoo koo🙏🙏♥️🥰💒
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ osoon waaqayyoon hin amanin duraa farfannaa isaanin baay'een dhaggeeffadhan ergaan amanee garuu farfannaa isaani Nan dhabee maaloo Albumaa guutuu karaa ittin argannuu HAALA nuuf mijeessa adaraa waaqayyoo qomoo Koo .
Waaqayyo Guddaa si haa eebbisu, Yeroon waaqayyoon jalqaba amanu faarfannaa kana dhageeffachaan ture. baay'een itti eebbifame.
Farfataa Zawudee Nagaash gooftaan ijoollummaa keetii jalqabdee tajaajilte barakee haa eebbisu jechaa osoo akka durii masinqoo kee ishee yeroo ittiin farfattu dhageefataan siqufuu hin dandeenye sanas albeema haaraa baaftu keessa bufattee akkam gaarii ta'a!! Dabalataan farfannaa gameessa kana waan iyyaafatanii nuuf dhiyeesitaniifis qopheesitoota TV Mo'aafis guddaa eebbifamaa jechuun barbaada♥️♥️♥️♥️
Dhugaa dha, anis faarfannaa ijoollummaa kootii jalqabee abjuu kiyyaan namoota faarfatan arga. Walinis na faarsa ture. Guyyaa tokko tokko dafee dammaqeen #Yeedalicha jedha. Gaafii immoo torbee dhuma booda yeedaloon isaa ammas deebi'e dhufa.
Yeroon karaa deemu, Yeroon kadhadhu, mana barumsaattis, nama waliin teessuu illee yeedaloon jecha waliin sif dhufa....kuni muraasa. Qofa, akki Waaqayyo itti hojjatu adda adda.
Galanni isaaf haa ta'u🙏✝️🙏
Eebbifamaa nama iyaafatamuu qabu iyyaafatan
Farfannaa kana ijoolummaa keenyaa irraa kaafne ijoollee garee farfatoota wojiin farfacha ture🥰♥️😭😭 waldaa koon yaadadhe yeroon farfannicha dhaghu dhugaa uuuuffffeeee 💒💔🤍❤🥰
Fayyaa ta'aa warri iyyaafattanis ta'e Farf. Zawudeenis eebbifamaa.
Jabaa namaa baga ayyaanni siif baay'ate🙏🏻🙏🏻🙏🏻
wow jabaadha hojjetoota Mo'aa tv hojii guddaa hojjechaa jirtu .amma iyyuu namoota durii kana nuuf barbaada isaan keessaa albuuda dhokkataatu jira. jabaadha.
galatooma zawude barbaadu keessanif jechaa.Shibiruu wakjiras nuuf barbaada haadaraa
❤❤❤❤❤❤
Zawudee waqashumaas barbaada farsaasa bayyen jaalladha
❤❤❤❤❤❤❤❤❤