Agarsiisa Sirna Hundeeffama Mootummaa Haaraarratti

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024
  • #Sirna Hundeeffama Mootummaa

Комментарии • 61

  • @kokibe2931
    @kokibe2931 3 года назад +4

    Bagaa irraa ollitee gamadee Essssssseeeyyyi🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤ Abichuye abba jalalaa Abbaa Amalaa Abbaa hiiyessa Biiyyaa kee ummata ketiraa sii haa bullichuu nuufi jabadhuu barraa ke,ee Ehitophia kessati wannii addaa argaa jiirraa Akka kanuma callaa biiyyaa ke,ee jijirituu Abidi siirraa Qabaa

  • @caaltuutube4360
    @caaltuutube4360 3 года назад +6

    ⚫🔴⚪💔💔bagaa gamadee leencaa oromiyaa daa 🇪🇹🇪🇹❤❤❤❤💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏🇪🇹❤❤❤

  • @jesusislord5513
    @jesusislord5513 3 года назад +4

    Rabbif jedhatii laama Maagarsaa nutii muldhisa 😥😥

  • @AishaAisha-kt7bo
    @AishaAisha-kt7bo Год назад

    Abichuu keenaa leencaa keenaa bagaa gaamadee ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @nadifo4810
    @nadifo4810 3 года назад +3

    Congratulations DR. Abbichu 🙏🙏🙏🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤❤❤

    • @kederarega6209
      @kederarega6209 3 года назад

      ruclips.net/video/MWlzS5m8f5k/видео.html

  • @meseretabdiadisfitratnegn3278
    @meseretabdiadisfitratnegn3278 3 года назад +1

    Dr Abiy bara hoji garii sif hata’uu 🙏
    Nagan biyyaa hundaf hata’uu

  • @tiyayomu499
    @tiyayomu499 3 года назад

    Waan dansaa jirtuu jabbadhaa issiin jenna

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    Keessummaanis maasha'allah alhamdulillah jzkl #horaa bulaa deebanaa cuftinuu Aagaa argaa dhagahiika #Subahannallah yaarabbiikooo imaanaa goototaa #shirrii #diina dhugaanis diinahar'as garaanis qabsoodha guyyaafi halkaniif irkoodha.ummataaf utubaadha biyyeen ofii biyyaaf qabsoodha horaa bulaa deebanaa cuftinuu ka'umsa yaada hojiif furtuudhaa #ammas ijjii gurraan akka gaafa xiiqii #harkii congratulations to Omnmedianetwork Tokkummaa mandisni lafaa

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    Srimorm.betam.dasylal

  • @mekonenwerkineh1009
    @mekonenwerkineh1009 3 года назад +2

    BARA IFAAFI JALALAA FI TOKKUMMAA ITOOPHIYAA BARA BAADHADHINAA FI MO'IICHAA DOOKTEER ABIIY WAALIIN CONGRATULATOIN ALL ETHOIPIAN PEOPEL!

    • @asnakoabdi7929
      @asnakoabdi7929 3 года назад

      Congregation Dr Abiy
      Hojii gaarii sifi yaa ta,uu

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    Sabaafi sablammootaa ministeerota barnootaa dursiitii ijaafi gurraa keetiif bahaafidhihaa alhamdulillah jzkl waliin ka'ii waliin deemiin ijaafi gurraa Ustaz yaasin Nuuruu yetim hun allah amiiin yaa joharmuhamad congratulations

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    Betta💐💐💐💐💐

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    Samiiifi dachiinis baga heeraanis seeraafiiheeranis barnootaa midiyaan bira jirree tiiksuun yaa allah amiiin jzkl maasha'allah alhamdulillah congratulations Nuralhudatv ogummaan ofii ijaarsa gootaaf ciqileedha ummataaf Laftis mirga Hamzaaborana"anis #atis dhugaa onneetti nifalmanna!!!!!

  • @irishvitonio3492
    @irishvitonio3492 3 года назад

    Wow🇾🇪🇾🇪🇾🇪❤🇪🇹🇪🇹💪💪🏆🏆🏆🇪🇹🇪🇹

  • @mesayhabtamu176
    @mesayhabtamu176 3 года назад +1

    Birraa Barii mataan dhadhaa,fuulli ifaa,kaadhimaan aangoo siyaasaa qarree biyya kanaa gubbaa taa'uu keenyaaf waaqa uumaaf galata.ilma abbaa gadaa obboleessa keenya kan ta'an Dr.ABIYYI AHIMAD WAADAA isaan galan akka nama siyaasa kamiyyuu irraa bilisa ta'eetti yoon yaadu waadaa oromoonni hundi galaniidha jedheen fudhadha.sababni isaas as gahuuf kichuu kumaa kitila akka hoolaa booramtichaatti wareegne waan ta'eef.wanti nu hafu baay'eedha,karaa fagootu nu fuuldura jira. namni karaa fagoo deemu gaaddisa argetti hin boqotu jedha warri keenya.mari'ataan gowwaa hin qabu waan hunda mari'annee bakki hin geenye,rakkoon hin hiikne hin jiru.walii yaa gallu,sirni kun yaa fokkisus,yaa miidhagus sirna ilmi keenya ijaareedha.gurmaa'insi tooftaadha malee galmaa miti.kanaaf abbummaan sirnaa nutti dhagayamuu qaba.yoo gargaaruu dadhabne ba'aa itti hin taanu.bakka keenya bu'ee ba'aa ulfaataa baachaa jiru waan ta'eef.xumure yoon dogongore ijaaf,qalbii na oofkalchaa.gadaan quufaa gabbina,biyyi roobaa nagaya.

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa dhugaa dhaqqabii garaafi Onneen mootummaan ummataaf irkoodha nyaataanis kurreejilbaatiif nafaa qabeenyaa barnootaa walumaan galatoomii Xiinxaltoota waraana garuu Ulfaatadha barruu ummataaf Laguna Seeraafi Heeraanis fayyaa

  • @duretioro7249
    @duretioro7249 3 года назад +2

    dawun abiyyut👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌❌

    • @hawwiwuddinehcaalaa653
      @hawwiwuddinehcaalaa653 3 года назад +1

      Hhhhh gubadhaka ammas wagga shaan isumatu isiin bulcha kkkkk ayi kisara iyyessa girissa

  • @ziyadkamal8888
    @ziyadkamal8888 3 года назад +1

    Congratulations Dr abiyi Ahmad

    • @kederarega6209
      @kederarega6209 3 года назад

      ruclips.net/video/MWlzS5m8f5k/видео.html

  • @nurigofore3949
    @nurigofore3949 3 года назад

    Siirni nafaxantoota Abdaan oromoota Abbaa garaattin oromiyaa keessatti gadii hin dhabatu

  • @haytisharfiihaytisharfii9475
    @haytisharfiihaytisharfii9475 3 года назад

    Wwwwoooo Baga gamdee abichu ko💪💪💪💪💪💪💪💪💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Wawrwb laftis riqicha Biyyaaf biyyeettiis du'aa dhoksaa hayyuun Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb for true democracy love and peace advocates Drlammaa magarsaa fi DrugIlkaaniin DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa goototaa

  • @kasehkaseh8949
    @kasehkaseh8949 3 года назад

    🇲🇱🇲🇱🇲🇱🇲🇱🇲🇱👍👍👍👍

  • @hawwiwuddinehcaalaa653
    @hawwiwuddinehcaalaa653 3 года назад

    My king congrats ❤❤💪💪💪

  • @nurigofore3949
    @nurigofore3949 3 года назад

    Morkaatoota paartii oromoo Ajjeefatani kan mana hidha keessatti rakkina cuubbu gudda ummaata oromoo irratti hojaata morkaatoota fi filaannoo tokko maale ani motummaadha jeechun keessan dhugaamati hangam wolaala akka tataanifi Abbaa irree tahu keessan ifaati laabsa jirtan

  • @hrdudhduhdudur9500
    @hrdudhduhdudur9500 3 года назад

    Bagaa gamade abechu baraa gari biyaa kenyaa kani jalalani gutamntuu nuf haa ta'uu

  • @nurigofore3949
    @nurigofore3949 3 года назад

    Mooti 7ffaa jaraa 21ffaa keessatti Argu kiyyaf bayye nama Ajjiba filaannoo tokko maale

  • @saba9392
    @saba9392 3 года назад +1

    wowwwww Abichu kenya

  • @afranwaliso2807
    @afranwaliso2807 3 года назад

    Those who took part in this historical moment are the lucky ones

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    habushya.Hulachum.wudddddddddd

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    Enkawn.dass.alek

  • @bagabatekhad1017
    @bagabatekhad1017 3 года назад

    Lamaa magarsaa esumaa jirtaa sii yaanekaa

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    Way.gze.drow.baparlamnw.maglecha.yesatew.ahun.ba.adebabay.nw.tamzge.amlake.1000.nurln.abiyya.sanyyi.koo

  • @DireShow-z4z
    @DireShow-z4z 3 года назад

    💔💔💔💔💔💔🇪🇹🇪🇹🇪🇹👍👍👍

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    Welcome

  • @Hassan-sz1uu
    @Hassan-sz1uu 3 года назад

    Congratulations to Abiy Ahmed

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    #haqa mirga joharmuhamad congratulations to Omnmedianetwork Tokkummaa Halkaniif wawrwb SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW congratulations to Omnmedianetwork Tokkummaa mandisni lafa beekanii galaa goototaa ciqileedha ummataaf Laftis mirga joharmuhamad congratulations to Omnmedianetwork e #Biyyaaf AddeecaaltuuSaanii garaanis congratulations to Omnmedianetwork Tokkummaa mandisni lafa beekne waraana iccitiin lafatti dhiisii eegumsaaf yaaduun ilkaaniin Qaama bulchinsa lafaatiin humnaijaarsa team lammaa magarsaafi #yaada mo'ataan lafaafilafeen sammuunis onneen marii barnootaa kutaa odeeffannootii zinnaash congratulations to Omnmedianetwork Tokkummaa mandisni lafa beekne waraana iccitiin lafatti dhiisii eegumsaaf yaaduun #eegi #imalaijaarsa

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    Ye.abegada.ljoch

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    💪💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡

  • @waqotaarero587
    @waqotaarero587 3 года назад

    Baga gamadani jedha

  • @samuuaggaro565
    @samuuaggaro565 3 года назад +1

    Abichuu ko baga gamade milkoftekaa

  • @nubekan3951
    @nubekan3951 3 года назад

    Anchi.koo

  • @zamzammustafa6571
    @zamzammustafa6571 3 года назад

    Dhigani ilmaan oromoo sii tolin Abiyi

  • @ansariianas7340
    @ansariianas7340 3 года назад

    Hamii Kabeekuu dagatiin #Daandiin haqaatii sammuunis onneen marii barnootaa kutaa odeeffannootii zinnaash Taa'uun ka eeguu dagannee nyaata Mufariyaat lamikir midir qirb nw for Amara regions likewise to Mallasiizenawii freeallpolitical #oromoprotest oromia dhiigaafi lafee goototaa #shirrii #diina dhugaanis diinahar'as garaanis qabsoodha guyyaafi halkanis haqaaf danddeettii daandii haqaatii nutis jirra qophiidha keessa karaa deemsaafi dhoowwii roorroo lubbuun gootaa ijaafigurraattii lubbuu dhaa.koottuudhufee Sirni harggansuu seeraafi heeraanis beekiika nafa eeggadhu marii barnootaa ummataaf biyyeettis barnootaa horiibulii!!!!!!ajjeechaan HaadhafiAbbaa haadhaabbatuu!!!!ijaarsi partii mo'ataan lafaafilafeen sammuunis yaanniis hojiidha.ni falmannaa hidhaaqabu Onneekeessatti gootaaficiqileen ofiitii ulfaatadha proMiratuu dhagahi to Omnmedianetwork yaanniis hidhaa qabuu

  • @kennaagalaana6276
    @kennaagalaana6276 3 года назад +1

    Abiyi torbee kanaa hango gaad dhiisa ijoollee abiy baga gammaddan🤣🤣🤣🤣

  • @oromiyaaabdala2657
    @oromiyaaabdala2657 3 года назад

    👹👹👹👹👹👹🤒🤒🤒🤒🤮🤮🤮🤮🤮🤮

  • @oromiamuktar594
    @oromiamuktar594 3 года назад +2

    Alaba lumuxin rakin qabdu garuu tan wbo rakina qabdi bilxigina rabiin lafaa irraa isin ha fixuu 🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮

  • @fakruddinkamal8900
    @fakruddinkamal8900 3 года назад

    Booqlo midaa

  • @msramsra2524
    @msramsra2524 3 года назад

    🤮🤮🤮hatoota