Hirkoo - kutaa 44

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 фев 2025

Комментарии • 603

  • @KemalTube78
    @KemalTube78 9 месяцев назад +61

    Namani akaa koo comedy kan jaalatuu like naa agaarsiisa

  • @Abbaabdicomedy280
    @Abbaabdicomedy280 9 месяцев назад +188

    Comedy Hirko namni aka ko jalan like godha ❤❤❤

    • @QeerroSaba
      @QeerroSaba 9 месяцев назад +3

      ❤❤❤❤abbaa abdii welcome ❤❤🎉🎉

    • @jamaalwaliyyii4407
      @jamaalwaliyyii4407 9 месяцев назад +1

      Annas heddu nattii tolee naan jaladhaa hirkoo

    • @AbduramaanQayo
      @AbduramaanQayo 9 месяцев назад

      🎉🎉🎉😂😂😂❤❤

    • @DarajeChimdesa
      @DarajeChimdesa 9 месяцев назад

      Uiiiiii(iujjuuuuujuio'llkkkkiioioo😅😯😯yrrqqr90😊😊😊hhiefpggppf😮​@@jamaalwaliyyii4407

  • @SADORATUBE
    @SADORATUBE 9 месяцев назад +54

    Warri koomeeti kana dubbiftan hundi nagaan isiniif haa ta'u. Uumaan biyya keenyaaf addunyaaf nagaa nuuf haa kennu.

  • @safia1290
    @safia1290 9 месяцев назад +35

    Diramaani kuni namoni baay'ee qosama qofa itti fakkata garu baarumsa gudda qaba ammasi
    Afaan oromoo qulqqulu dubbatu haasawa isaani keesati afaan wolitti hin laaqin jaabadha ijjollen oromo arti oromo ija itti godha jirtu ❣️

    • @hamdiyaamusa4903
      @hamdiyaamusa4903 9 месяцев назад +1

      Dhugaa jettee kan hubatef garuu Itoophiyaa kessatti namonni hojii akkan lubbuun hin turuu Rabbiin isaan ha egu❤❤

  • @DessalegnAdmassu
    @DessalegnAdmassu 9 месяцев назад +21

    Hirkoo Egypt 🇪🇬 Masir Cairo ta'eellee siin yaada siin hordofaa,kufaatiin b/saa yoom iyyuu dandiirra....

  • @CHELENKOVINE
    @CHELENKOVINE 9 месяцев назад +32

    Anaatu dura laale!
    Me namni akka kotti diraama hirkko jaalattan like godha maati waliif ha taanu❤

  • @burtukanasefa6069
    @burtukanasefa6069 9 месяцев назад +5

    Bagaa Yaadaannoo Du'aa ka'uu Goofta Keenyaa Fayyisaa keenyaa Yesuusin Isin Gaa'ee❤

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa2680 9 месяцев назад +5

    Dhugaa ijii hamtuun isiin hin argiin nufi jiradha❤❤❤❤❤

  • @Minalu711
    @Minalu711 9 месяцев назад +31

    Namni akkaa Koo Hirkoo jallattan 👍 goa😮

  • @FikaduBoche
    @FikaduBoche 9 месяцев назад +40

    Namonii diraman kun siniti tolee like godha mee

  • @batteo9045
    @batteo9045 9 месяцев назад +6

    I want HIR-KOO comedy show for ever! ❤❤❤

  • @KTG200A
    @KTG200A 9 месяцев назад +9

    Ergaa guddaa of keessaa qaba nuu jabaadhaa otuma kolfamuu irraa waan guddaatu baratama wow❤

  • @megersageneti5230
    @megersageneti5230 9 месяцев назад +15

    Maatii Hirkoo Baga ayyaana du'aa ka'uu Gooftaa keenya fayyisaa keenya Iyesuus Kiristoosiin isin ga'e!!❤❤❤❤❤hirkooooo

    • @AbeIrana
      @AbeIrana 9 месяцев назад

      hirkoo

  • @HawaMohammed-ye9gi
    @HawaMohammed-ye9gi 8 месяцев назад +1

    Akkam jirtu obbollota koo hundii kristosiin kan fo'amtan baga gammadan warrii yesus itti hin amanne itti amana wangela yohannis 10 ÷9
    irraa akkas jedha balbalichi ana inni anan ol galu in fayya jedha yesus goftadha

  • @wondufantahun5203
    @wondufantahun5203 5 месяцев назад

    I Dons't again ever see like Hir-koo comedy all over the world

  • @SmilingCalicoCat-wo5yk
    @SmilingCalicoCat-wo5yk 9 месяцев назад +3

    Dhugaa dhubbachuuf Hawwiin isin eegan ture Eebbifamaa.

  • @BodanaTafese
    @BodanaTafese 9 месяцев назад +6

    Hirkoon hojii Ajaa'ibaati

  • @AbdiOromiya-n8j
    @AbdiOromiya-n8j 9 месяцев назад +9

    Welcome diramaa hirkoo me Namni Akkaa koo jalatan Lakki godhaa❤🎉😂

  • @sanniitubedhagaagoleeqajel332
    @sanniitubedhagaagoleeqajel332 9 месяцев назад +1

    Wan hin benef nu calaa iyitaa atii😁😁ayii hirko

  • @AlloCel
    @AlloCel 9 месяцев назад +6

    Ergaa gudaadhaa nuuf jiraadhaa qaliwaan Koo daqiqa a xiqoo nu dabalaa please❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BahaaruddiinMahaammad
    @BahaaruddiinMahaammad 9 месяцев назад +7

    Hirkoo comedy like godhaa ❤oro koo🎉🎉

  • @HananTube-ee2sx
    @HananTube-ee2sx 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤ Hirkoo and Gamta Love ❤️ 😍 💖 ❣️ 💕 💘 ❤️ 😍 💖 ❣️ 💕 💘 ❤️ 😍 💖 ❣️ 💕 💘 ❤️ 😍

  • @damiinahassen352
    @damiinahassen352 9 месяцев назад +3

    I come from America 🇺🇸 I love you hirkoo

  • @iyesusabdiijiraatadhaa1384
    @iyesusabdiijiraatadhaa1384 9 месяцев назад +1

    Isan okora itti haa fufani ani Kilasin qaba 😮😂😂

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 9 месяцев назад +3

    Nuuf jiradhaa siin jalanaa bagaa ittin siin ga'ee yaddannoo du'ee du'aa ka'uu yesusii kiristoos Ayyanaa garii sinif haa ta'uu ❤❤❤

  • @yoomiilataa2599
    @yoomiilataa2599 9 месяцев назад +10

    Mee warrii ar'aa tiyyaan dhabaminan isiin arisee
    Like tuqaa 🎉

  • @AbuKumbi
    @AbuKumbi 9 месяцев назад +1

    Wow jabadhaa diraman kessaan bayyee namati tola hirkoo

  • @BedadaEjersa-ok3jb
    @BedadaEjersa-ok3jb 8 месяцев назад +1

    anaaf kn hn galle garuu warra hirkoo!!!! mf lafa kutaa 43ffaa irratti dhaabdanii itti hn fuftan. maaf gaalee gootanii itti dhiistu?
    fkenyaf hirkoon,gaamtan hojii qaccaraman, hirkoon tiyyaadhan hojii hn hojjattufi nan hojjadhaarratti wl lolan. maaltu ta,e eddasii??? .... akka yaada kootti, wn torban irrattti dhaabdan dhiisun sinitti hn jiru.

  • @batteo9045
    @batteo9045 9 месяцев назад +1

    It's an amazing Comedy ❤❤❤
    Thank you, guys ❤❤❤

  • @awwolnagash
    @awwolnagash 9 месяцев назад +1

    Wan naaf igalle sooroma ba'u jechun maal jechudha adara ?

  • @MelkamuAdane
    @MelkamuAdane 9 месяцев назад +1

    Diraamaan Kun Ergaa guddaa qaba!!! 1, miindaan wal qabatee waan ka'e
    2, Barsiisaan Barreeffama Affaan Ingiliiffaan barraahee dubbisuu Kan hin dandeenye ta'u kana irraa gahumsa Barsiisaa irratti hojjatamuu akka qabu Kan nutti agarsiisuudha
    3, Baratoota Eebbiffamanii bahan gahumsa irratti hanqina qabaachuu fi rakkoon hojii dhabdummaa baldhaan jiraachuufi
    Finally, Namootni dhaadannoo qabatanii dhufan dubbachuu malee ergaan isaa maal akka ta'e Kan hin beekne ta'uu fi Kan biroo ammoo Barsiisaan dhaloota qaruu akkuma jiru Kan dhaloota biyyotti dabaluu jiraachuun sirritti hubatamuu qaba.Kun hundinuu mul'istuu dhaloota ykn Generation kanaa ta'uu isaati Ana dabalatee!!!! Kanaaf ammoo qaamni hundi gahee isaa bahachuu QABATAA! Diraamaan akka kana ummata keenya dammaqsuu irratti gahee guddaa qaba jabaadha!!!! What a Generation/ Waxxee Generation/

    • @worqusima1598
      @worqusima1598 9 месяцев назад

      maal barreeffamni ijaaf ijoo hinqabne akkasi akuma komedichaa

    • @MelkamuAdane
      @MelkamuAdane 9 месяцев назад

      @@worqusima1598 Fuula durattin sirreessa ijookoo!

  • @kennadubaro2910
    @kennadubaro2910 9 месяцев назад +2

    Basumaam barsisaan lamiin gamtaa sodachiseee bagumaa nagaan dhuftaani like godhafii oromoo ilaltanii qofaa hin bahinaa😅😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @abdiimuuziqaaofficial7835
    @abdiimuuziqaaofficial7835 9 месяцев назад +3

    Hirko
    Instructor
    Lami
    Gamta
    Tiya 👏

  • @wakumashibiru4693
    @wakumashibiru4693 9 месяцев назад

    Hirkoo baayeen jaaladha! Kutaan kin garuu ergaan inni dabarsuu barbaade naaf hin taane. Mormiin barataa fi barsiisaan University taasisan waanuma jette jetteefii fi galma hin qabneef ta’ee hin beeku! Ijoolleen mooraadhaa yaate mormii barattootaa waan akkanaatti fakkeessiti jedhee yaadee hin beeku!

  • @ChalaMekonnin
    @ChalaMekonnin 9 месяцев назад

    Gaariidha!
    Garuu instructoriin utuu dursee Media irràa dhaga'ee isaaniin argee itti dheekkameera ta'ee kanarra bareeda ture

  • @MuhammedMuhammed-bk7yb
    @MuhammedMuhammed-bk7yb 9 месяцев назад +1

    Wanataa nama barsiisaana hindhisanii isinegn jabadha akanudaganee❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kumaad2904
    @kumaad2904 8 месяцев назад

    Nufi jiradhaa qaxalee wan kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @caaltuuesheetuu5763
    @caaltuuesheetuu5763 9 месяцев назад

    Dhugumatti jiraadhaa .ergaan keessan wiirtuu dugdaati nama hubateefuu👏👏👏👏👏😘😘😘😘gamtaanuu hirkoodhaf deeggarsa guddaa taasiseem asitti😁😁😁😁😁😁😁🤔🤔😆😆

  • @MesretGurmuu
    @MesretGurmuu 9 месяцев назад +1

    Woww namati tolaa dhugaa hirkoo nufii jiraadha😂❤❤

  • @ObsaaAhmad-lc3mm
    @ObsaaAhmad-lc3mm 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kessaaahuu hirkoo

  • @Oromia-
    @Oromia- 9 месяцев назад +2

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @awwolnagash
    @awwolnagash 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤

  • @MathewosBanag
    @MathewosBanag 9 месяцев назад +3

    Wow maal Kun ijoolle akkam natti tole ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @BekiiOro
    @BekiiOro 9 месяцев назад +1

    Dhugaa dubachuuf hir-koo bayyee jaaladha namnii akka kotii jaalataan comment koo kana like godhaa

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335
    @hawwiiintalaatawayidootube9335 9 месяцев назад +1

    Hhhhh abboo hojumma keessaan jabadhaa garuu gaariidhaa😍😍

  • @abdiikooyesu4698
    @abdiikooyesu4698 9 месяцев назад

    We come nagaa dhufta drama hirko 🎉🎉🎉❤❤❤❤😅😅😅

  • @AyaAyantu
    @AyaAyantu 9 месяцев назад

    Uuuufeee yaa ijolenana lalamatani hin qufamtani iti fufa sin jalana sabni kesani❤❤😂😂

  • @HenokAsfaw-hz2oz
    @HenokAsfaw-hz2oz 9 месяцев назад +1

    Maatii diraama hirkoo hundaaf Baga ayyaana du'aa ka'u goofta keenyan isiin gahee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ConfusedDandelion-iz1pf
    @ConfusedDandelion-iz1pf 9 месяцев назад +4

    Namni akka koo hir koo jaallattanu like godhaa

  • @IsaddinJafar
    @IsaddinJafar 9 месяцев назад +1

    Thank you very much 👍👍👍

  • @caffeeha
    @caffeeha 9 месяцев назад +6

    Nama sadii qofa Naa dura lale Hirko welcome ❤

  • @Salisatilahun95696
    @Salisatilahun95696 9 месяцев назад +1

    Inistuun kun namittii xaayir jedhamtu bara nuuti kutaa 6 nu gubde takka natti fakkaatte

  • @onlyjesus7594
    @onlyjesus7594 9 месяцев назад +1

    《 Dhumaa irraatti akkaa gotuu Oonnee kaasitti Eebboo keessaa dhabbii 》!! HIRKOO 😂😂😂😂😂😂

    • @EtanaWak
      @EtanaWak 9 месяцев назад +1

      😂😂😂😂😂

  • @AbdiHailu-ok2mp
    @AbdiHailu-ok2mp 9 месяцев назад

    Dramankeessn kun mata duree utuu qabaatee Hirkoodhaa alatti akka betoch faatti
    caalaattii ilaaluuf waan nama kakaasu nattifakkaata Galatoomaa natti toltu...❤❤❤

  • @MilkiiShifera
    @MilkiiShifera 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ZerihunMosisa
    @ZerihunMosisa 8 месяцев назад

    Baay'ee gaarii dha. Jabaadhaa.

  • @AlexEba-x2d
    @AlexEba-x2d 9 месяцев назад +1

    Maalooo hirkoo umurii nu dheraadhuu❤❤❤❤❤

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 9 месяцев назад +1

    🤝❤️💚👏🙏🎉 Eebbifamaa Eebbifamaa 👏 😂45🌻💟🌼🎉🎉😢😂😂

  • @AhimadTajuu-d7j
    @AhimadTajuu-d7j 9 месяцев назад

    Jaajabadha korrimewani koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @GalataGadissa
    @GalataGadissa 9 месяцев назад +3

    Bagaa gessaan family hirko.

  • @ketemaamena4185
    @ketemaamena4185 9 месяцев назад +1

    Addunyaan hojii tuqaadhaan hafeera firaan maltummaafi maallaqaan maltummaadhaan malee!!

  • @Salisatilahun95696
    @Salisatilahun95696 9 месяцев назад

    Diraamaan kun ergaa guddaa qaban fkn Hirbuu hin nyaannu, lafeen isaanii nu haa waraanu.akkasumas namoota kaayyoo isaanii hin beeknee fi xumira isaanii hin beekantu wal faana qabsoo geggeesse

  • @SisaayiiSisaayii
    @SisaayiiSisaayii 9 месяцев назад

    Wwwowwo waan Aja, ibaadhaa dhugaa dubaachuuf ❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚❤️💚❤️✅

  • @GadisaEtefa-ry3ni
    @GadisaEtefa-ry3ni 9 месяцев назад

    Hirkoo😂😂😂❤

  • @Oroacedamy
    @Oroacedamy 9 месяцев назад +1

    I LIKE MYSELF COMMENT BECAUSE NO ONE CAN LIKE ME ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TajuJemal-ut1dg
    @TajuJemal-ut1dg 9 месяцев назад

    Diraamaan Hirkoo Namatti Tola Garuu Kutaadhaa gara kutaatti wal-faalleessa akka eegamu hin ta'u

  • @MohammedifaaAhmednajib
    @MohammedifaaAhmednajib 9 месяцев назад +1

    Wow 👌 hojiin kessaan bayyee namatii tola!

  • @AdugnaLomiiadugna
    @AdugnaLomiiadugna 9 месяцев назад

    Bagaa nagaan dhuftaan diraamaa hirkoo ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Kanatahukagalgalo
    @Kanatahukagalgalo 9 месяцев назад

    Bayyee namatti tola isaan jaalana ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ObsaakaJamaal
    @ObsaakaJamaal 9 месяцев назад

    Hirkoo&gamtaa inistu ❤❤❤

  • @zinashkokket6048
    @zinashkokket6048 9 месяцев назад +1

    Wwa baye namati tolaa ❤❤

  • @cphonetastic3994
    @cphonetastic3994 9 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤bayyee nama boharsa galatomaa❤❤❤❤❤

  • @BonsaGalana-qo3uu
    @BonsaGalana-qo3uu 9 месяцев назад

    Gamttani mallaqichaa nyatee akkami ta'ee hirkoo

  • @abdijamal4465
    @abdijamal4465 9 месяцев назад

    What a Generation
    I Love hirko Diraama ❤❤

  • @awoljihad192
    @awoljihad192 9 месяцев назад

    WOW!!! baay'ee bareedaadha🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎

  • @FunnyMeadows-ro9oz
    @FunnyMeadows-ro9oz 9 месяцев назад +1

    Qaroowwan addunyaa 👉❤️

  • @NaolMuleta-o1v
    @NaolMuleta-o1v 9 месяцев назад

    😆😆😆😆😆😆Baay'ee namatti tola! Garuu xiqqoo ni gabaabbate.

  • @ErmiT1
    @ErmiT1 9 месяцев назад

    Hirkoo sitcom dhumnaan kolfis walumaan dhumaa dhugaa wan biraa dafaa itti nuuf yaadaa galataaa

  • @BadriyaEth
    @BadriyaEth 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 9:42

  • @MisbahaMinzu
    @MisbahaMinzu 9 месяцев назад +1

    Good Work

  • @redwanofficialyoutubechannel
    @redwanofficialyoutubechannel 9 месяцев назад +1

    Hirko best❤❤❤

  • @fantutesema
    @fantutesema 9 месяцев назад

    Akkami nama taphachistu nuuf jiradha ergaa bayyees of kessa qaba dhuga❤❤❤❤ sin jalanna tole

  • @SiyfuJibiril
    @SiyfuJibiril 9 месяцев назад +1

    dhibaa samuu

  • @SaadiqIsmaail-mh5jf
    @SaadiqIsmaail-mh5jf 9 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤ wwwwwwwwwbayee nama tolata diramani

  • @FayituHussein
    @FayituHussein 9 месяцев назад

    Hirko comedy❤❤❤❤

  • @awwolnagash
    @awwolnagash 9 месяцев назад +1

    ♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯💯💯

  • @JaferOmar-v2w
    @JaferOmar-v2w 9 месяцев назад +2

    Wow hirkoo

  • @bontufeyisa
    @bontufeyisa 9 месяцев назад +1

    Maati hirkoo bagaa geessan❤

  • @mameshow725
    @mameshow725 9 месяцев назад +2

    Welcome 🙏 ❤❤❤❤

  • @tigisthailu3786
    @tigisthailu3786 9 месяцев назад

    Uuufff Diramaa kan susii isaa akkaa itti nuf fufuu please
    Nuuf jiradhaa❤❤❤❤❤

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz 9 месяцев назад

    Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰❤️❤️💕💕💖💖💞💞👍💯☝️

  • @imaanMaxamed-nz6on
    @imaanMaxamed-nz6on 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤baga.gessaani.hundi.keesssaanu

  • @Tulluu_Dhoyraa
    @Tulluu_Dhoyraa 9 месяцев назад +1

    Hirkoo 43faan next isa hin xumuramne akkasitti haafu qaabu tuure
    wali fakkatu
    43Faan xumura isa eegna?

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 9 месяцев назад +1

    Kurupheedhaa jalalii jedhee nuf jiraadhaa😂😂😂❤❤❤🎉🎉

  • @IdosaAgesa
    @IdosaAgesa 9 месяцев назад

    biyya kana keessatti Akka Ogeessa Fayyaattu hacuucamaan hin jiru. Halkaan dhaabbachaa bulee mana hin qabu

  • @jiituuwallagga8637
    @jiituuwallagga8637 9 месяцев назад +2

    Matiin hirkoo hundii keessan bagaa geessaan ❤❤❤❤

  • @YouTubemarara
    @YouTubemarara 9 месяцев назад +1

    Ijolee oromoo waal jabbessamee

  • @AbdunasirAbdurazaq
    @AbdunasirAbdurazaq 9 месяцев назад +1

    Akkata kutan 43 ittii xummmurameen faalla walitti maliif kun tahe dhugaa dubbaachuf akka eegama ture hin gahu

  • @amannigussie3617
    @amannigussie3617 9 месяцев назад

    Hirkoon kolfaan nu fixe 😂😂😂😂😂
    Isa malee diraamaan kun hin bareedu
    Mee warri jaallattan like itti roobsaa

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 9 месяцев назад

    Wawwwwooo jabdhaa namati tolaa dhugaa ❤❤❤