Hir-koo - kutaa 51 ffaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 14 окт 2024
  • Hir-koo - kutaa 51 ffaa

Комментарии • 989

  • @KTG200A
    @KTG200A 3 месяца назад +178

    Well come hirkoo; har'a anatu dura laale namoonni comedy kana baayyee itti gammaddan comment kana like godhaa mirkaneedsaa❤❤

    • @EliyasMeskelu-lo6vd
      @EliyasMeskelu-lo6vd 3 месяца назад +3

      9:11

    • @melkamubogale4713
      @melkamubogale4713 3 месяца назад +5

      Tole like nan godha nan mirkanessas atimmo jechatti dhumarra barresite sana sirrefadhuka maaloo!! mirkanedsaa kan jedhu kana mirkaneessa jedhika dafiiti😅

    • @RodahRodah123
      @RodahRodah123 3 месяца назад +1

      Anileeee akuanuman jaladha

    • @AdinanDitta
      @AdinanDitta 3 месяца назад +2

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @KTG200A
      @KTG200A 3 месяца назад

      @@melkamubogale4713 jarjareeni malee waa biraaf miti

  • @boontuu559
    @boontuu559 3 месяца назад +78

    Wowowo tokkoffaa natuu ilale laki nafi godha oson isin Egu dhuftaan dhuga❤❤❤

    • @GguFg-rf3rf
      @GguFg-rf3rf 3 месяца назад +1

      ❤❤❤😂

    • @RadiyaaKosora
      @RadiyaaKosora 3 месяца назад

      Hayyi gamtta 😂😂😂❤ jiradhaa abbo

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

    • @tesfayegebeyehu2512
      @tesfayegebeyehu2512 3 месяца назад

      Wow hirkoo bayee namanti toltu yero gababatee nujalaa

  • @KiswaneLink-d3p
    @KiswaneLink-d3p 3 месяца назад +53

    Dirqamaa kunii warii susii sinitii ta,ee Akaa Koo mee lakii nafi godhaa hoji arabaa dhabenii shinitibetii Kesaa dhokadhenii ilalaa jiraa

    • @UmmuAmmar-zd6qz
      @UmmuAmmar-zd6qz 3 месяца назад

      😂😂😂😂😂Anii immoo kutaa koon ciseen ilaalaa jiraa.Atii immoo Rabbiin rakkoo shiintibeti keessaa sii haa basuu Amiiin Amiiin jedhii 😢😢😢

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

    • @DeebHijazi-o1y
      @DeebHijazi-o1y 3 месяца назад +1

      😂😂😂😂

    • @SebaHayile
      @SebaHayile 3 месяца назад +1

      ​@@UmmuAmmar-zd6qzkkkkkkkkkkkk jabadhu sarukoo

  • @SurprisedAstronaut-go8rs
    @SurprisedAstronaut-go8rs 3 месяца назад +25

    Mortuun hinuma mortii hortuun hinuma hortii jedhe oromoon jedhe hirkoon nama aja'ibaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @NanatiGetachew
    @NanatiGetachew 3 месяца назад +39

    Dhugaa rabbii isin namoota cimoodha!
    qoosaa fakkeessitanii,ergaan isin dabarsitan dhugumatti guddaadha.

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад +1

      Maatii naf tayimee hadhoo koo ❤❤

    • @reediuu953
      @reediuu953 3 месяца назад +1

      Namotaa bayy'ef Qosaadha Garuu Ijolleen kun Dubiin Jara Gutuun Ergaa Qaba❤❤

  • @Simboo-t9r
    @Simboo-t9r 3 месяца назад +14

    Wowo Wowo bagaa waqayyoo sii gargaree Hirkoo bagaa kitabbaa Hirkoo jedhuu bagaa xumurtee karaa kamiin naa biraa gahuu danda,aa

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @YunaMan-yp1wb
    @YunaMan-yp1wb 3 месяца назад +15

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉nuuf jiraadhuu hirkoo koo 🙋🙋🙋🙋🙋🙋🙋🙋 namaa garii akkasumaas hiriyotaa tee gamtaa naaf jiradhuu Attis🙋🙋🙋🙋🙋

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @AyaanIntallaaBaadiyaa
    @AyaanIntallaaBaadiyaa 3 месяца назад +2

    Waw har'a anu baayyen gammade baga gammadde ka hirko ko baga ngyn xumurte🎉🎉🎉❤❤❤
    Dhugumatti har'a hirkon wan baayye dubbate jabaadhu hirko ko

  • @Werknsh-y2w
    @Werknsh-y2w 3 месяца назад +10

    Inisitiraterii malifii qirii jedhee wayenii kitabaa hirikoo xumuramuu saa 😣😫 congratulations hirikoo 🎉🎉🎉❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @AbdiiYusuf10
    @AbdiiYusuf10 3 месяца назад +24

    Namnii Akka koo Dirama Hirko jalatan Like godha🎉

    • @Abdi._.M3
      @Abdi._.M3 3 месяца назад

      kosii qabi afaan, namni hirkoo jibbu hin jiru

    • @Fira_21
      @Fira_21 3 месяца назад

      ​😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂@@Abdi._.M3

  • @yonaslemesa2110
    @yonaslemesa2110 3 месяца назад +18

    Qola ta'ee hin hafne👌Muka Hirkoo❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @dinariyaofficial
    @dinariyaofficial 3 месяца назад +2

    Qola ta'ee hin hafne ✌️ muka hirkoo Abjuu dhugoome 😮😮😮😮😮😮😮🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @HuBj-t3q
    @HuBj-t3q 3 месяца назад +10

    Edda har'aa kitaabatu gadii bahuu hedaa akkati turtaani ❤❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @HananTube-ee2sx
    @HananTube-ee2sx 3 месяца назад +1

    well come Baga Nagan dhuftan hirkoo Qalii kena ❤❤❤❤❤❤❤

  • @AlemDiriba-c7s
    @AlemDiriba-c7s 3 месяца назад +8

    😃😃😃😃 isiin jedhee Gamtaan , hirkoodhan 🙆🤫🙆🙆😃😃

  • @davejohn7526
    @davejohn7526 3 месяца назад +5

    wow aji'baaba wa'een kitabichaa bayyee na arsee ture qolaa qofaa ta'uun isaa ,amma garuu bayye gamadeera dhugaa
    😀😀😀😀❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @AlloCel
    @AlloCel 3 месяца назад +8

    Wawww wel come qaliwaan oromoo adaraa saatiin nuuf dabalaa maaloo saatii hin xiqaataa daqiqaan kun❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @FayisaGayisa
    @FayisaGayisa 3 месяца назад +3

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉bagaa gammadaan hirkoo ummataa oromoo isan sin jalatu dafee nu biraa haa ga'uu hirkoo

  • @jamelaj1120
    @jamelaj1120 3 месяца назад +1

    Itopiyyaa keessa essa jirataa kitaba kaan bitaachuu babadaa dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ااين-و9ز
    @ااين-و9ز 3 месяца назад +3

    Wayoo irkoo keenyaa qaalii Dhugaa Rabbii ergaa Gudaa ofii keessaa qaba Diramaan kunii Dhugaa ❤❤❤❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @HassansalimHussein
    @HassansalimHussein 15 дней назад

    Baay'ee isiin jalaadha, baay'ee isiin kabaja. Baga gamaada. Instraktar mottuman osso argamaan irra gaarii ture.

  • @indalebuzuna
    @indalebuzuna 3 месяца назад +7

    Hundumtu keenyaa like dhan haa jajjabeessinu guddachuu qabu ETV irraa gara RUclips maata isaaniti akka guddatan haa tasifnuu

  • @Abdii-g6w
    @Abdii-g6w 3 месяца назад +1

    Hirkoo sanyii dhiira diraamaa qofa miti kitaabota hedduus sira eegna kan dhihoo eebbiifte arge bayyee nama tola

  • @truthseeker4873
    @truthseeker4873 3 месяца назад +4

    Aja'iba baay'een jaaladhe draamaa har'aa baay'ee barsiisaa fi bohaarsisaadha, baay'ee galatoomaa barreessitoonnis taatonnis!

  • @IdosaFikiru
    @IdosaFikiru 3 месяца назад +2

    Ammaa Eessan arganee Bittaanate Kittabbaa Mukaa Hirkoo

  • @AmuuFayyeera-wd8tx
    @AmuuFayyeera-wd8tx 3 месяца назад +4

    Wow continue ilove this Drama Hirko Excellent

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @LataLata-iw2ms
    @LataLata-iw2ms 3 месяца назад +2

    Namni dirama hirkoo jaalattan hin jedhiina namni hin jalatiin hin jiru

  • @AJAB491
    @AJAB491 3 месяца назад +5

    Warri Tiyyaa jaalattan like godhaa

  • @hundemarro4480
    @hundemarro4480 3 месяца назад +1

    dhugaa dubbachuuf oromoon carra qabeessadha isiniin qabaachu isaatiif nuuf jiraadha!

  • @YosefiDembob
    @YosefiDembob 3 месяца назад +3

    Ergaa Adunyaa kana hunda ibstaniirttu!!hirko❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад +1

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍

  • @singitangize3101
    @singitangize3101 3 месяца назад

    Hirkoo baga gammaddee,Gamtaan garuu baayyee afuufta😂😂😂

  • @xahatamam-ny8cf
    @xahatamam-ny8cf 3 месяца назад +4

    welikam hir ko fi gamitta fi tiyya fi inisittu🎉

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @AddisDemie-u4q
    @AddisDemie-u4q 3 месяца назад +1

    Kan hirkoo silaa gaaffii hin qabu, gamtaan baayyee na ajaa'ibaam, yeroo inni fakkeessee hojjetu. Kkkkk... Dhama'aan turee.... Abboo nuuf jiraadhaa ijji hamtuun sin hin argin. Taatota ciccimoo😊

  • @Huze748
    @Huze748 3 месяца назад +4

    Wel come back drama hirko! Jecha maatiin drama hundu naguma akkam na jirtu❤❤❤ sabaa ko subscribe na godha❤❤❤

  • @Saaron-p6w
    @Saaron-p6w 2 месяца назад

    Wow namatti tola dhugaa ❤❤❤

  • @AyaAyantu
    @AyaAyantu 3 месяца назад +3

    Turani hin aftan se baye are baga dhuftan mati irko❤❤

  • @Ofbaarguutaa-d2t
    @Ofbaarguutaa-d2t Месяц назад

    Qaxaaleewwan ijoolle oromo nuuf jiraadha

  • @simposimpo2364
    @simposimpo2364 3 месяца назад +11

    Anaatu duraa like godhee 🎉🎉 bagaa nagaan dhuftaani

    • @Abdi._.M3
      @Abdi._.M3 3 месяца назад +1

      maal nu galcheree nuun??

  • @JiroAAraga
    @JiroAAraga 3 месяца назад

    Galaatoma ijollee biyyaako kayyoon kessaan baga galma gahe congratulations

  • @MomtaazKhaliil-pu3xl
    @MomtaazKhaliil-pu3xl 3 месяца назад +2

    Hirko ❤jabadha ammalee dhugaa hedduu nati tole ❤❤❤

  • @tesfayegebeyehu2512
    @tesfayegebeyehu2512 3 месяца назад

    WoW bayee nama ti toltu yeroo gababate garuu

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 3 месяца назад +4

    Wow welcome hir koo drama❤❤❤

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @mustefajemal7044
    @mustefajemal7044 3 месяца назад +1

    Hirkoo miskiina Oromoo❤

  • @abdiimohammad9460
    @abdiimohammad9460 3 месяца назад +6

    Kitaaba mukaa Hirkoo gama dirree dawaas nuf ergi.

  • @zam3032
    @zam3032 10 дней назад

    Muka hir-koo❤ congratulations🎉

  • @lifeisshort-wy9ci
    @lifeisshort-wy9ci 3 месяца назад +4

    Hirkoo 🎉 congratulations 🎉 gamtaa 😂

  • @esmitube16
    @esmitube16 3 месяца назад +2

    Warri akka koo hirkoo torbeen yoom gaha jettan like like godhaa

  • @ChalaMulugeta-im9xw
    @ChalaMulugeta-im9xw 3 месяца назад +5

    Maali Hirkoo Obaamani fi Beekaan Eessatti Badaan

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @AffectionateCrow-hc6jj
    @AffectionateCrow-hc6jj 3 месяца назад

    Bayyee Nama ttii toltuu jabadhaa orommoo koo dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @meronkiflu8162
    @meronkiflu8162 3 месяца назад +6

    Obaamaafaa dhufanii haa eebbisan isaanoo qola kitaabaa duukaa badanii maal as haa ba'an malee

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @arifisha25
    @arifisha25 3 месяца назад

    Hir-koon kennaa addaa qaba, nama aartii jechuun kana. Akkasuma Gamtaanis hedduu nama jabaadha❤❤

  • @YaikobBadasa-vj4qd
    @YaikobBadasa-vj4qd 3 месяца назад +4

    Wow hin eegne akkasitti Thank you❤❤❤❤❤❤

  • @husseinkamal8284
    @husseinkamal8284 3 месяца назад

    Hir-koo hedduma nu booharsita beekta. Dhugaa dubbachuuf team kana hundaa Nan jaaladha
    Jabaadha. Osoon hin jaalatin Nu seeqachiftum

  • @MasaratUlfina-hr7tz
    @MasaratUlfina-hr7tz 3 месяца назад +2

    Wowowo hirkoo bagaa gamadee bagaa milkoftee ❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂

  • @yonitekilu7140
    @yonitekilu7140 3 месяца назад

    Muki hirkoo baga xumurame 👍

  • @AseKoo-oi7fd
    @AseKoo-oi7fd 3 месяца назад +4

    wow Abba ilmaa❤❤❤

  • @MootiiAlamaayyoo
    @MootiiAlamaayyoo 3 месяца назад

    Dhugaa baay. ee namatti tola❤❤❤❤

  • @Oromia_wallaggakoo
    @Oromia_wallaggakoo 3 месяца назад +3

    woowwwo Amaizing Hirkoo our Hero

  • @Sena-n1r
    @Sena-n1r 3 месяца назад

    Hirkoo baga xumurte kitaba kee wooooo adda namati toltuu hundi kessaani ❤

  • @maramesolomon6268
    @maramesolomon6268 3 месяца назад +3

    Ayii gamaata😂😂😂❤❤❤❤

  • @Hdjjd-dt6zr
    @Hdjjd-dt6zr 3 месяца назад +2

    ❤❤❤❤❤❤bayyee si diqifadha

  • @DirrooAmanu
    @DirrooAmanu 3 месяца назад +4

    Congratulations Hirko❤❤❤❤❤❤ Abbaa Qola Kitaabaa

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

      Maatii naf tayimee hadhoo koo 😍 ♥

  • @ibsakinfu5846
    @ibsakinfu5846 3 месяца назад

    Amma ati Garmaamaadhamoo ? Waaqoodhamoo ? Hirkoodhamoo ? Atimmoo Olbaanaadhamoo ? Gamtaadhamoo ? Eenyummaa keessan sadarkaa nu joonjessuu irraan nu geessan dhugaa🙏Jabaadhaa, baayyee isiniin boonna✅

  • @MahammadamanAbdalla
    @MahammadamanAbdalla 3 месяца назад +3

    dhagaa qofaatu bakkatti hafaa

  • @IyyaasuuXilahuun
    @IyyaasuuXilahuun 3 месяца назад

    Baay'e gaaridha dhugaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SifooTafari-l3z
    @SifooTafari-l3z 3 месяца назад +4

    Congratulations hirko

  • @Sanyiioro-jz2yy
    @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад

    Nagan isinif hata'uu oromoo koo akkam jirtuu Hundumtii keessan maatii naf ta'aa pills hadaraa oromumaa ❤❤❤❤

  • @ChaltuSena
    @ChaltuSena 3 месяца назад +2

    Wowwww😘😘

  • @MokononAddugna
    @MokononAddugna 3 месяца назад

    Waqoo congratulations jabadhuu

  • @KumsaDajane-xq6xu
    @KumsaDajane-xq6xu 3 месяца назад +3

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉❤

  • @DestaGutu
    @DestaGutu 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏👏👏👏👏👏 Maaloo isuma dhugaasaa nuuf barreessikaa Hirkoo keenyaa

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 3 месяца назад +2

    Hamaan sin hin arginii nuuf jiradhaa 😍😍

  • @HulluuqaaJamale-vu3ng
    @HulluuqaaJamale-vu3ng 3 месяца назад

    Hirkoo Good luck hi❤❤❤🎉

  • @NuftananTamirat
    @NuftananTamirat 3 месяца назад +4

    Warii annatuu duraa ilalee annatuu duraa ilalee jetaan Daqiqaa innii ittiii gadii lakifamefii daqiqaa comment kessaan ilalla ofuumaa gadiii innii naqinaa 😂😂

  • @JoobiraaEagle
    @JoobiraaEagle 3 месяца назад +2

    ❤❤ namtokko na duraa hin dhufne❤❤❤

  • @Ademmusa-wd1fw
    @Ademmusa-wd1fw 3 месяца назад

    Hirkoo congratulations to write books ❤❤❤❤❤❤

  • @aruushow7120
    @aruushow7120 3 месяца назад +3

    Welcome 🎉🎉🎉

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa2680 3 месяца назад

    Ani dhugaa baay'ee isaan jaala
    Waggaa 1000 nafi jiradha❤❤❤❤

  • @mahirzaan8886
    @mahirzaan8886 3 месяца назад +3

    Like isa duradha Ani

  • @iftuuhaadii7236
    @iftuuhaadii7236 3 месяца назад

    Osuumaa mortuun mortuu abba hooru horaa jeedhe hirko abba kolfaa jabadhaa jeenan ijoollee bashasha ❤🙏

  • @DerejeAbdisa-x5z
    @DerejeAbdisa-x5z 3 месяца назад +3

    ❤❤❤ hirko family wel come 👋

  • @GeletoGelgelu-y6b
    @GeletoGelgelu-y6b 3 месяца назад

    Dhugaa kitabaa dhugaa mukaa hirkoo jedhuu eegan turee

  • @TegenuBelachew-sz9vh
    @TegenuBelachew-sz9vh 3 месяца назад +4

    Wel come

  • @caaliiOromooQaaliisabaa
    @caaliiOromooQaaliisabaa 3 месяца назад

    Hurkoon Baga milkoofte dhugaa ❤❤❤❤

  • @Galmakatelo-di3pw
    @Galmakatelo-di3pw 3 месяца назад +35

    Well come 🫴🫴🫴🫴🫴

    • @Sanyiioro-jz2yy
      @Sanyiioro-jz2yy 3 месяца назад +3

      Maatii naf tayimee hadhoo koo ❤❤

    • @KufaShabiyo
      @KufaShabiyo 3 месяца назад +1

      Wel come to hirko

  • @Hardshiplife24
    @Hardshiplife24 2 месяца назад

    What a generation!😂 Qola ta’ee hin hafne🎉

  • @jamilagalera3983
    @jamilagalera3983 3 месяца назад +3

    Well came ❤

  • @godambaaoromoo
    @godambaaoromoo 3 месяца назад

    Animee, Hirkoo ibsuuf jechan dhabaam👏

  • @AbdiAbu-p4s
    @AbdiAbu-p4s 3 месяца назад +2

    Gamataa hoji ke nyadhu

  • @GguFg-rf3rf
    @GguFg-rf3rf 3 месяца назад +2

    Ammaa enyuu kan ilaalaa jiruu Ammaa like ❤

  • @TeferiTulu-sj5cf
    @TeferiTulu-sj5cf 3 месяца назад +9

    Like natti roobsaame jalqaban laale❤❤❤❤❤

  • @tchaltojordan
    @tchaltojordan 3 месяца назад

    Dhugaa dubachfuu Qosaa fakesanii Barimssaa gudaa of kessaa qabaa Hirkoo king 🎉🎉

  • @Yusufii-xv2hc
    @Yusufii-xv2hc 3 месяца назад +3

    Well come hirko

  • @destagurmu9065
    @destagurmu9065 3 месяца назад

    Ufee Anis nan barbdaa dubyraa mee Akkmitaan Argdhaa

  • @FaamiiAbduselam
    @FaamiiAbduselam 3 месяца назад +2

    Welcome

  • @saqxuusaqxuu2938
    @saqxuusaqxuu2938 3 месяца назад

    Wawwwoo hirkoo jabaadhu
    Heduu nu bohaarsitu dhuugaa ❤❤❤

  • @gammenure2721
    @gammenure2721 3 месяца назад +2

    Jalqaba anatu dawwatee

  • @RozaMohammed-s7w
    @RozaMohammed-s7w 3 месяца назад

    Hojihi.gari.hojitu.barusaa.baye.qaba.galatoma❤❤❤❤orom.ko

  • @MuyyeeAbdii
    @MuyyeeAbdii 3 месяца назад +4

    Welcome Hirko

  • @AsaffaaGuutaa
    @AsaffaaGuutaa 3 месяца назад

    Hirkoo bagaa❤ nagaan dhuftee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂❤