ODUU Hatattama Jawar Mohammed General Baaca Ambassador redwan Jaal marroo kuno |Moha News

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 окт 2024

Комментарии • 26

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz 3 месяца назад +2

    Yooyaa moha Newest gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️

  • @YosanBiyya
    @YosanBiyya 3 месяца назад +3

    ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 3 месяца назад

    Yooyyaa Moha media ilaaf gura Ummattaa
    ❤💚❤💚💪💪❤💚❤

  • @moithopia676
    @moithopia676 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ juwari ijaraa hafii qalii love 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯✅

  • @AbdiiGamachuu-cu6ll
    @AbdiiGamachuu-cu6ll 3 месяца назад

    Wbo iraa ataa jajabe koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Walloobiyyaakoo-v7e
    @Walloobiyyaakoo-v7e 3 месяца назад +1

    welcom moha❤❤❤❤❤

  • @habsaabdi1829
    @habsaabdi1829 3 месяца назад

    Jabadhaa wbo blilsummaa oromo in blilsummaan yoo rabbii jeha inshallah wbo blilsummaa oromo waaghni kai kai yaa oromo people plesae Kai kai wbo blilsummaa oromo jabadhaa in blilsummaan Ammaa

  • @loveDoe1
    @loveDoe1 3 месяца назад +1

    Go WBO koo❤💚❤

  • @BadriHakimad
    @BadriHakimad 3 месяца назад

    Guyya baresi moha

  • @habsaabdi1829
    @habsaabdi1829 3 месяца назад

    Yaa rabbii yaa rabbii yaa Allah gargare gootota oromo wbo blilsummaa oromo in blilsummaan yoo rabbii jeha inshallah wbo blilsummaa oromo waaghni kai kai yaa oromo people plesae Kai kai

  • @YosanBiyya
    @YosanBiyya 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 3 месяца назад +1

    Yooyyaa mohaa🎉🎉🎉🎉

  • @loveDoe1
    @loveDoe1 3 месяца назад +2

    Like share and comment oromoo koo 🎉🎉🎉

  • @qrfdj5194
    @qrfdj5194 3 месяца назад

    WBO koo rabbi isin haa gargaaru

  • @AminAdam-v7t
    @AminAdam-v7t 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤jabbadha

  • @ZumariyaAbu
    @ZumariyaAbu 3 месяца назад

    Ammaa akkam jirtaan

  • @loveDoe1
    @loveDoe1 3 месяца назад

    Viva WBO ❤🎉❤

  • @Johara-oz8hh
    @Johara-oz8hh 3 месяца назад +1

    Abiy hattuu fi gantuudha shira isaa Daa'imni reefu dhalateyyuu ni beeka maaltu isa amana???

  • @KelilDedefo
    @KelilDedefo 3 месяца назад

    Demsi WBO gara fuldiraatti

  • @BabaRash-yf1sc
    @BabaRash-yf1sc 3 месяца назад

    Jawar and Dr lamaa we know them, those are the major problematic who make all Oromo people to suffer for long time.
    No difference with Abiyi and SHIMALIS

  • @BabaRash-yf1sc
    @BabaRash-yf1sc 3 месяца назад

    Jajaabee malee jarr siyaasaa tokoolet hin'ammanu bekh.
    All politician are betrayer's, especially i can't trust jawe.

  • @GMGMW
    @GMGMW 3 месяца назад

    Soobiduu naamma

  • @husseensaamaan7771
    @husseensaamaan7771 3 месяца назад

    Waraanni waboo osoo galee hu dheebuu bilisummaa hammabaanuutti, itti fufa ammas hindhaabbatu

  • @NasruMussa
    @NasruMussa 3 месяца назад

    Naalif kijiba guddaa kana kijibda gawwaa

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 3 месяца назад

    Baachaa Daballee Yoo Ugali kenya quufe Didiguu Haa dhissuu
    Jawar Mohamed Korma Wara Koree mohaate Bira Darbeera
    Kun Akumma Jiruttii Geetachoo Raddaa Uff Walaluun Nama Gadhisisaa Ahmaraan Waltahuun Gowwummadha Nomore you succeede to fight with Oromoo or WBO yaa Geetachoo Raddaa😂😂😂😂😅

  • @bultobena6077
    @bultobena6077 3 месяца назад

    Qabsoon mala barbaachisa.
    Rakkoon Oromoo ummata Oromooti.
    1. Gosa ganda amantaan wal foohee diina mana qabeenya isaa gubu sanyii duguggaa raawatu deegaruu isaati.
    2. Mariatee waliigalee afaan tokko dubbatee kaayyoo tokko qabatee tokkummaa jabeessee qabsahuu dahabuu isaati.
    3. Oromoon otoo dhumuu sheekonni paastaroonni pP deeggaruu isaaniiti.
    4. Kaayyoon PP OPDO ABO diigee balleessee WBO barbadeesse masaanuu tokko malee waggaa 50 aangoo irraa jiraachuufi.
    5. Falli isaa maali?
    WBOn ummata kaayyoo bilisummaa barsiisee qawwee hidhachiisee diina caccabssee Oromiyaa keessa balleessuu qaba .
    7. WBOn kaabaafi kibbaa bahaafi dhiyatti guyyaa tokko erga takkaa waraana kaasee diina afuura kutuu qaba.
    WBOn wallaggaa waraana yoo kaasee WBO Shawaa Arisiifi Harargee guyyaa tokko erga takkaa waraana kaasanii diina barbadeessuu qabu.
    8. WBOn gumaa baasee hamilee ummata eeguu gubbatti xiyyeefachuu qaba.
    Oromoon yoo dhumu WBOn gumaa baasuu yoo baate ummanni Abdii kutee WBO irraa baqaachuu dandada'a.
    10. WBOn Albuda Oromiyaa toohatee dantaa qabsoo bilisummaati oolchuu qaba. Hoomeeshaa albuuda gubuu barbaachisa.