Ya obbolesa ko jalali hin ulfataa egaa waqayo kana siraa kasee kan irre ke sif hakenu obsii hafudhu waqayo obsaa sif hakenu ani akkas irriya dhugaa jaladhu adda bahe dagachu hin dandegne nama birra jaladhu hagaa isaa naf hin gahu ayyi ya jalala 😭😭😭😭
Yaa obollesa koo zindin dursa rabii obsa sif haa kenu jalali cubudha 😭 yaa shamaran kenyaa dhira dhugan onnee qulququudhan si jalaatu iti gosin sababi nama aka isa jalatu hin argutu isaf hire qoda rabiti isa si dhabuusi kan rabii isa jalatu dhabuu obollesa koo Abshiri ☝️😂😂
Uuuuuuuffffffiiiii.hamamii.lafaa.kanaa.iraa.jiranifii.walii.jibinaa.akanatii.waqayyoo.sifii.yaa.jabesuu.jabadhuu.obolleessaa.koo
Obboleesa keenyaa Ga.lee Ebbifamaa waaqayyyoo sifi haa kaun jabadhau homaati
Wayoo mucaa biyya kotiti maloo maqaa biyya kotii himmatee 😍😍😍😍😍😘😘😘😘
Gara naa nyattee wollahi amishirri sanyi koo rabbi ka'aa keyir sif qabidu sif haa kennuu inshaalla
Waani jaalala ka'aa jaalatte dhabbettu bekkaa amishirri sanyi
Seenaa kee hedduu naa gaddisise homa miti waaqayyoo garaa siif yaa lafiisuu
Shaakkiin manaa digaa jalalii dhugaan jiraanaan shaakkin maliif barbachiisee jabaadhuu rabbiin sifaanaa atau
Ashiri oboless Kenya 😢H❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Uuuuuuuuuuufi😭😭😭😭😭gara nama ballessaa waqayoo nama gaari sittaa qabuu shere godhifi yoo bilbilaa ishee qabate ykn hiriyaa ishee sanaf maali isheen kuun jalali dhugaa baadeyu essaa bahee hara 🤲🤲🤲🤲🤲dhiri akkan nama jalatuu jiraa ofii
Namnii akkana keenna rabbiiti miskina yeroo amma nama akka argachun gonkuma jira jedhe hin yadu miskina namni bektanu yoo jirate rabbii jedha itti hima mucatiti
Habeba 1999 dhuga anni bekkuu oddon bekke ta.e ittin shere goodhaf😿😿😿
Aster Sanyii Taddee Biruuu
Dhugaa jette jiru biyaa ormaa 👍👍
Waaqayyo jajabinasaa sif haa kenu obboleesaa kenyaa
Uuuuuu uuuuuuuffffeee waaqayyoo saa gargaruu nama garii sif haa kenuu waaqayyoo obbolesaa keenyaa
Uuuufffii ada namni dhugaan nama jalatuu amalee hin jiraa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹yaa obbolleessaa keenyaa rabbii sii haa jabbeessuu ammasi jalalee akkasit jalatuu rabbii sii haa hiruu Abshiir rabbumatuu jiraa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Uuuuuuuuuffffiii bayyee tokko garaa nama nyaata rabbini obsaa sii haa kenuu obbolessa koo ❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuuffff hayatii koo jellaa dubadhuu yabboo namaa gadisissaa.sennaa issaa rabbii addaa isinii hin bassinii
Obolesaa Atii gara qulqulun esheef amanamtee kanike waqayoon sindhowatu
YOOYYAA GAMMEE/Oromia 24 🤝❤️💚❤️
Yaallhaa yarabbbi sabbaakoo Lammmikoo oromo 👍👍👍😭😭😭
Jabadhu game koo barnoota heddu nuuf dabarsa jirtaa eebbifami
Uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa abshir obolesaa koo raabi jiraa ishahalaa waan sif tahu isaatu beka hireen Qodaa raabiti jabadhu raabi obsaa sif haa kenu ni argata guya toko ishahalaa 💔💔🤦🏻♀️🤦🏻♀️🤦🏻♀️🙏🙏🙏
Welcome gaammee like share subscribed siiffii godhee jiraa oromoo ko galatoomii qalii namaa ok jabadhuu
Waqqayyoo xalayaan kan biraa sif haa gesisuu sif moo jajaabinaa guddaa sif haa keenuu uuuuuuuf
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Rabbin addaan isiin hinbaasin yarabbii walitti fidiii
Uuuuuufffff seenaa nama aja'ibuudha .akkamiti namni jaalalaa dhugaa isaa baleessa qoyi .ati jajjabadhu yaa lami koo .kan hojii gaarii hojeetu wanumaa gaaritu eega
Ya obbolesa ko jalali hin ulfataa egaa waqayo kana siraa kasee kan irre ke sif hakenu obsii hafudhu waqayo obsaa sif hakenu ani akkas irriya dhugaa jaladhu adda bahe dagachu hin dandegne nama birra jaladhu hagaa isaa naf hin gahu ayyi ya jalala 😭😭😭😭
😭😭😭😭
Anis akkuma keeti
Www mucaa biyaa koo 💜😢Abshir Rabbii taa isii caltuu bakaa sii haa busuu
Ayyiiii yaa jaalala bara kenyaa bayye nama gaddisisaa
Wayyoo nama gaddisiisa waaqayyo jajjabina siifaakennu sanyitoo
Rabbii waan caarraa ketii siif haa basuu yoo ishees tahee siif haa lafisuu. Garuu ishee qofa tette egachuu osoo hin tanee naaf hin debituu yoo shakkitee caarraagara biraa barbadadhuu senaan kee baya gara nama nyataa
Uuuuuuuuuuuuuuuuuu dhugaa bayye namiti tola Gaaru osoo tokko tani bareeda anisi seena kana keesa bahu dadhaabe jira
Anaan mudannoon akkasi dubbiin nama bira jaalatte jedhamu kun jireenyakoo diige deebise na ijaarsise oduu namatiif bakka maalif laattu dhugumaan wal jaalattu taanan waaqayyoo isin ha araaramu jaalala keessan isinif ha ijaaru
Abshirii itolee biyaa koo rabinii isinii haa siresuu
Wolicamii Gammee kenyaa❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚🙏
miskinaa 😰 malo hadara shamarii keenya nama issin jalatuu jaladhaa keessuumatu dhirii zabana kan Rabbii sodatuu lakkoofsati gale jira
Bagaa nagaan dhufte gammee koo
anaa kan naa ajaa'ibe garaa murachu isaatti best
Waloo kana yero dhagefadhu baye gadee ani akuma keti amasi si walin jiraa Abshiir
Dubariitonii bayeen namaa isanii jalatuu hin bekkaan dhugaa
Uuuuuuuffffft kijibbb jalall😭😭😭😭😭🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
maliif akkas jettaa garu nama mara miti kanii jalla kijiba nama jallatu murasa eshii ok
Rabbii si haa jabesu
Like tuqa mee warrii laltaanii
Atii idoon anii jiruu hundaa jitaayii metaa RUclips 👌👌👌💔💔💔💔💔sin jaladham
@@ebiseetadese7335 anillee sinii jaladhamee lubbuu ❤❤❤❤
@@mettaamedia4085 lubbu whatp kee na didem
@@buzeetube9144 buzeetoo anafisii kontati ta.uu didee fb yoo qabattee Galane Adjama kottuu sarchii godhiitii
@@mettaamedia408500251904474645 lakkofsa Ethiopia seve godhii kotu lubbu bakka maatii bayye argatutiin sii dabala esh ani bar sii boodan jalqabe qatan gutadhe😍
Gamee kenyaa jabadhuu lencaa kenyaa 💔💔💔💔👌😭
Waayyii jalalaa
Norii like na tasesi
Uuuuuuuuuu rabbiin obsa sifii hakenu obolesa koo
Keessaan si dubisee turee maf na deebisnee gamme xaalayya qaba
Wel come gamme, oboolessa kenya obssi hamma siif dandame tti ararfachuf yaali yoo atti dhuggan namma ishen shakitti sana atti hin jalane tae yerro gababa kessati arafachu dandessa yerron siin jedhu hintalla ishen shakitti fanna bilbilan tae paman.... Akka waal argaan godhi issan waal amansisu dandau waan ta.ef dhuggan jirattu kanumma oboolessa kenya........
Anaa dhufuu Gamiyee qali
Rabbuumaa jiraa
Homaa.mitii.baga.atii.hin.midhiin.gara.qulqulu.qabadaa.rabii.siih.gargaruu.obbolleessa.koo
Yooyaa game koo uuuuuuuuuuuuuuffiii bor koo homaa mitti kaa waaqayyoo Sif illee kanii fedhii kee Sif kennaa 😢
baga.nagan.dhufte.gamee.❤❤❤❤👌👌👍👍
Uuuuuufff obbolleesa ko seena kee baay, een namaa gaddissa waqayyoo garaa sii haa laffissuu waaltii siin haa deebisuu waqayyoo
Maloo malumaa jedhegaa kaan imiimantu natii namee dhugaa dubachuuf 😂😂😂😂
Baga nagan dhufte Gammee 🥰🥰🥰❤💚❤
Gamachis ati anaaf abdii boriiti ♥
😭😭😭😭😭❤❤❤
Haa obboleti koo hiryaa kee hin midhin maaf yoo jetee haatis guyya tokko kan sii midhutu siiti dhufaa waan ta.ef ani ofi kiyya irra waan beekufi siin jedhe yoo midhate kan sii fayyisu argata yoo mitee Moo kan sii midhuu argata obbolesa koo haati jabadhu Qulqulluu yoo tate kan Maddaa jalala sii fayyistu ni argata bara tokko gadi bara tokko Moo oli jireenyi adunyaa kana obsi
BaAGa nagaam dhufte
Wel come gamee
Wel come Oromia 24
Lovely😍😍😍😍
Wayyoo akka anatii madayyee kunii
Wel come gamee ani qata cometi baresu dhise sababan xumra irra ilailuf 😥❤
❤❤❤
@@mettaamedia4085 😘😘
Miskina rabbii nama sif ta'u sitta qabu bro
Wel come Gammishoo!
arr isayuu biyya takka tesani isiin lamanu shakkamadha ok kesatu dhira biiyya araba lamani in kiijibuu abbo shamara cala dhiratu soobaa
Waqaayoo kani akkaa garaakee sifii ha baasuu hadhooko
Abdiii in kutaatini Obolesaa koo waaqaayoo tookoo heedhee taanani waalitii deebituu
Jabadhu gammee kenyaa
Waaqayyoo si yaa gargaruu jabadhuu qodaa kee hin dhabduu
jabaadhuu gammee baay'ee namati tolaa
❤❤❤❤❤
Bagaa Nagahan dhuftee gamee
Wel come gammee 😍😍😍
Obolessa kenya waqayon jajabin sif ha kenu
Wel-Come Game
isiin lamanu yoo ijaza batuu tatani gafai qabduu 😂😂😂😂😂😂😂😂
Yaa obollesa koo zindin dursa rabii obsa sif haa kenu jalali cubudha 😭 yaa shamaran kenyaa dhira dhugan onnee qulququudhan si jalaatu iti gosin sababi nama aka isa jalatu hin argutu isaf hire qoda rabiti isa si dhabuusi kan rabii isa jalatu dhabuu obollesa koo Abshiri ☝️😂😂
Well come game ❤❤❤❤❤❤
Like 🙋♀️
Welcome Gamme
Zeyndii arsii roobee raabii jajaben si keenuu qooda hi dhaabduu
😭😭😭😭😭😭😭😭☝️💞
Well come 😳😍😍
Waqayoo.sif.halafisuu.obbolesaa.koo
Well come Game
Well come
Welcome gamee❤
Well come game
Well come gamee
Abishii. Wanii Rabbii sifii qodee hin dhabaduu
Garuu wanii sitii dhamadhuu tanii saba oromo hin tayyinii sanii jalalaa isii Achumatii nuraa haa dhabii oromonii Shamaranii Babaredaa heduu horee Rabbii tanii sii gatee Tanaa tanii callatuu Imanaa qabduu sifii kenuu dadayyaa hayatii tenaa Yo kanii biraa hin qabatini jalalee Mucaa Qallabii isaa hin casinii Block iraa hikii 😒😒
Welcome game
Bontoushbru
🤙🤙🤙
@@chuchushebru2476 chuchu
Uuuufffi
Game Baga nagadha nufi dhufitee
Dhirota Anabiratt Yoma duhaniru jadhame hana awalamanut hin amanu Obolesakoo ishen wamalee sira hin fagatu cara garii
waqaayoo gara si lafisuu obbolessaa koo
🙏🙏🙏
😢😢😢😢😢😢😢😢😢💞
😭😭😭😭😭🤲🤲
Ani haa dhufuu gammee
Jabadhuu 😘😘