Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Maasha'Allah Maarree har'aa Qaama dhageefatuu shabana ida'amauun Gzx qaalii Mootummaaf kophatti barsiisuu!!!!!
Waldaan barsiisaa nun falma malee nuuf falmee hin beeku
Waldaan barsiisaa naannoo oromiyaa hojiirra hin jiru jechuun ni danda'ama. Faayidaa barsiisaa kabachiisuu irraatti zeeroodha. Fkn yeroo darbe badii tokko malee guyyaa kudhaniif osoo daa'ima barsiisaa jiruu daree keessaa Qabanii na hidhani waldaa barsiisaa Magaalaa Aggaaroo jirtutti iyyadheen ture homaayyuu mirga koo kabachiisuu hin dandeenye. Yoo xiqqaate maaliif akka na hidhan adda hin baafne.
Nuu jiraadhaa Anuar.Nullee waldaan barsiisaa nuuf hojjeta osoo hin taane nurratti hojjetaa jira.
👍👍👍❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Maaloo Aanaa JIDDAA rakkoo hamaa qabdii nuuf birmadhaa warraa caayaa
Caasaan gadii laafaa ta'uun ulfaatina caasaa gubbaa agarsiisa👌
Hujin Abaa qaba jabadhuu jechii kee sii sii bonsaa yomuu
Dhugaa keeti jaabadhu ❤ nutiis Dire Dawa Guuyya tokko nuu biraa silaa dhufte gaariidha
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
Bareeda akkanumatti itti fufaa waldaan barsiisaa mirga barsiisaaf dhaabbachuu osoo hin taane barsiisatti falmaa jiru labsii mootumaadhan labsame lafti mana jireenyaa barsiisotaaf akka kenamu jedhu irratti maqaa qofaan hafee Jira fakkeenyaaf magaala Asallaatti qarshii humnaa olii akka waan Asallaa keessatti lafti warqii ykn daayimandii qabuutti qarshii 130,000 gaafachuun maqaa barsiisattiin dalalaa jirannitti waldaan tokko falmatee hin jiru
Updated Ulaagaa BarsiisootaaDhageeffachuun arguun fageenyii dhorkaa waraanaafl😊❤❤
Maaloo gara godinaa Harargee lixaa koota warra caayaa
Hoggannaa Waldaa ogeeyyii fayyaas Aferramee
8331
Anaa kombalcha malka raafu kotta warra tarafiqa bira serri hin jiru murte mata saati bula akka fadhan si godha
55:06
Muttummaan baarsiisota haa miijesufi qaba
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amanda Turner gzx Anwar deebi gurri Eegumsa Qalbiittii inuma deemna partition ardaa marii Mooyuufii gaafa Mirga gzx Gaafatamee waan Mallas Keene waldau Barsiisootaaf.Qaama dhageeffatu immediately Eegumsa Eegumsa baanee
Sababa kee laala midiyaa tana hin jaaladhu!Taxi ummataatin waan Ummataa dhiisee kijiba mootummaa qofa odeessaa oola!
Amma yoonatti waanti barsiisaaf kennaan hin jiru..lafti mana jireenyaas soba
❤❤❤❤❤❤
Woldaan b/saa barsiisota quba hin qabu Mirgii b/sa hin jiru fknyf1. jijjiirraa hojachuuf 50000 hangaa 20000 gaafaatu2. Mindaan xiqoon sunu fedhii alaa irraa kutuu3. Hirree ykn carraa barnoota hin qabu4.B/saa jechuun hiyyeessaa jechuudha sabaabni wanti inni argatuu fi hojjaatuu wol hin simuu
Ijaarsa Hospitaalaaf jedhamee maallaqni barsiisonni kutaa turan maalirra ga'ee jira?
😊😊😊😊
Hogaana dandii oromiyyaa afeerii mee?
Research qabdu.
@BoruHalkano-mx4rd eyye!
jabadha
Yaada Mo'ataafi Eka'umsii Barsiisootaa kanaaf Mootummaan Biyyaan ijaaruu Gzx Seequu Seequu n Fayyaa waliin Qooda qabduu Gaaffii argaa deemna Gzx Anawar Anawar Jamaal granite bektaa?
Rakkoowwan ijoo1. Hubannoon walfakkataan Barsiisota bira hin jiru.2. Ilaalchi qaamni Mootummaa hogganu Bakka tokko tokkotti akkaa qaama siiyaasa biroo fakkeessanii ilaali.3. Loogìi Seektaroonni mootummaa biroo, jijjirraa irratti, faayidaa barsìisaa irratti, Harka keessa galfachuu. 3. Caasaan Barsiisaa hanga waldaa bu'uraa manneen Barnoota tti wal qaba qabaachuu dhabuu.4. Ilaalchi Haawaasni Barnootaafi Barsiisaaf qabu gadi bu'aa dhufuu.5. Faayidaan barsiisaaf yaadame Dadhabbìi isaaf madaaluun kanfalamaa hin jiru.
Cy 8331 aana konbalcha kotta me
Jabaadhuu
Cy 8331aana dire dawa Kottayam
Bilbila kesan as jalatii nuf baresaa
Bale Bahaa dagataani jirtu
28:11
Jabadha
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Maasha'Allah Maarree har'aa Qaama dhageefatuu shabana ida'amauun Gzx qaalii Mootummaaf kophatti barsiisuu!!!!!
Waldaan barsiisaa nun falma malee nuuf falmee hin beeku
Waldaan barsiisaa naannoo oromiyaa hojiirra hin jiru jechuun ni danda'ama. Faayidaa barsiisaa kabachiisuu irraatti zeeroodha. Fkn yeroo darbe badii tokko malee guyyaa kudhaniif osoo daa'ima barsiisaa jiruu daree keessaa
Qabanii na hidhani waldaa barsiisaa Magaalaa Aggaaroo jirtutti iyyadheen ture homaayyuu mirga koo kabachiisuu hin dandeenye. Yoo xiqqaate maaliif akka na hidhan adda hin baafne.
Nuu jiraadhaa Anuar.
Nullee waldaan barsiisaa nuuf hojjeta osoo hin taane nurratti hojjetaa jira.
👍👍👍❤️❤️❤️🙏🙏🙏
Maaloo Aanaa JIDDAA rakkoo hamaa qabdii nuuf birmadhaa warraa caayaa
Caasaan gadii laafaa ta'uun ulfaatina caasaa gubbaa agarsiisa👌
Hujin Abaa qaba jabadhuu jechii kee sii sii bonsaa yomuu
Dhugaa keeti jaabadhu ❤ nutiis Dire Dawa Guuyya tokko nuu biraa silaa dhufte gaariidha
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
Bareeda akkanumatti itti fufaa waldaan barsiisaa mirga barsiisaaf dhaabbachuu osoo hin taane barsiisatti falmaa jiru labsii mootumaadhan labsame lafti mana jireenyaa barsiisotaaf akka kenamu jedhu irratti maqaa qofaan hafee Jira fakkeenyaaf magaala Asallaatti qarshii humnaa olii akka waan Asallaa keessatti lafti warqii ykn daayimandii qabuutti qarshii 130,000 gaafachuun maqaa barsiisattiin dalalaa jirannitti waldaan tokko falmatee hin jiru
Updated Ulaagaa Barsiisootaa
Dhageeffachuun arguun fageenyii dhorkaa waraanaafl😊❤❤
Maaloo gara godinaa Harargee lixaa koota warra caayaa
Hoggannaa Waldaa ogeeyyii fayyaas Aferramee
8331
Anaa kombalcha malka raafu kotta warra tarafiqa bira serri hin jiru murte mata saati bula akka fadhan si godha
55:06
Muttummaan baarsiisota haa miijesufi qaba
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amanda Turner gzx Anwar deebi gurri Eegumsa Qalbiittii inuma deemna partition ardaa marii Mooyuufii gaafa Mirga gzx Gaafatamee waan Mallas Keene waldau Barsiisootaaf.
Qaama dhageeffatu immediately Eegumsa Eegumsa baanee
Sababa kee laala midiyaa tana hin jaaladhu!
Taxi ummataatin waan Ummataa dhiisee kijiba mootummaa qofa odeessaa oola!
Amma yoonatti waanti barsiisaaf kennaan hin jiru..lafti mana jireenyaas soba
❤❤❤❤❤❤
Woldaan b/saa barsiisota quba hin qabu
Mirgii b/sa hin jiru fknyf
1. jijjiirraa hojachuuf 50000 hangaa 20000 gaafaatu
2. Mindaan xiqoon sunu fedhii alaa irraa kutuu
3. Hirree ykn carraa barnoota hin qabu
4.B/saa jechuun hiyyeessaa jechuudha sabaabni wanti inni argatuu fi hojjaatuu wol hin simuu
Ijaarsa Hospitaalaaf jedhamee maallaqni barsiisonni kutaa turan maalirra ga'ee jira?
😊😊😊😊
Hogaana dandii oromiyyaa afeerii mee?
Research qabdu.
@BoruHalkano-mx4rd eyye!
jabadha
Yaada Mo'ataafi Eka'umsii Barsiisootaa kanaaf Mootummaan Biyyaan ijaaruu Gzx Seequu Seequu n Fayyaa waliin Qooda qabduu Gaaffii argaa deemna Gzx Anawar Anawar Jamaal granite bektaa?
Rakkoowwan ijoo
1. Hubannoon walfakkataan Barsiisota bira hin jiru.
2. Ilaalchi qaamni Mootummaa hogganu Bakka tokko tokkotti akkaa qaama siiyaasa biroo fakkeessanii ilaali.
3. Loogìi Seektaroonni mootummaa biroo, jijjirraa irratti, faayidaa barsìisaa irratti, Harka keessa galfachuu.
3. Caasaan Barsiisaa hanga waldaa bu'uraa manneen Barnoota tti wal qaba qabaachuu dhabuu.
4. Ilaalchi Haawaasni Barnootaafi Barsiisaaf qabu gadi bu'aa dhufuu.
5. Faayidaan barsiisaaf yaadame Dadhabbìi isaaf madaaluun kanfalamaa hin jiru.
Cy 8331 aana konbalcha kotta me
Jabaadhuu
Cy 8331aana dire dawa Kottayam
Bilbila kesan as jalatii nuf baresaa
Bale Bahaa dagataani jirtu
28:11
Jabadha
❤❤❤❤❤❤❤
Bale Bahaa dagataani jirtu
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤