Sirbaa dhageeffatamee hin quufamne kan ergaa guddaa qabuudha! Umrii nuuf dheeradhu Abarraa Beegii akka Oromootti kan nu barbaachisu tokkummaadha! Waloon gaarri nuti hin baane hin jiru! Galatoomi 🙏
Wow Abarraa Beegi isa wayyaanee fi Opdo sagaleen akka rasaasaatii sammuu rukute sanimi ati maal taatee nu jalaa baddee dhiira koo? Weelluun Kee namatti tola galatoom.Ammas Empira dullacha akka diignu humna fi nu onnachiis.
Ani kanan jedhuu obboleeyan koo siilaa namni video kana laalee nama baayeedhaa garuu liken isa baayee xiqqoodha liken isiiniti hin mulatu moo???? 😂😂😂😂dhiifamaa
Abarraa meettaa Ani bar meettadhaa obboleessa Kee guuttamaa beekaa
Abarraa beegi arstisti qofaa osoo hin tanee qabsaa sabaati lencaa oromoo❤️💪 best oromo music 🎼🎶🎧🎤❤️
Obsee show matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
Hojii addaatti Abee jabaadhu
Abe koke matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
Bag nag dhuftee bakalchaa koo tokuman hiredhaa dhugaa ketii jabduu koo ❤️💚❤️
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Baay'ee baay'ee garii jabadhu jabadhu gotta abbaa kee.ijarra haafi ijii si ilaalte yaa jamtu.nuf jiradha.
I am from Uganda 🇺🇬
I love Oromo Music 🎶
I can't stop listening to this song every time. Nice work! Keep it up.
💞💞💞💞💞💞🥰🥰🥰🥰
Abaraa gotaa oromo sin jalaadha❤❤❤❤❤❤❤
🥰💞💞💞💞❤️❤️❤️❤️❤️❤️💞💞💞💞💞💞Abeje kiyaa rabbi siwaalin hata'u❤❤❤❤❤
Hujii bareedaa
Jabaa namaa well come @@@
Yoyaa yoyaa Jajabaa.koo jabaa naama
Urjii galaanaa matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
bagaa nagaa dhufatee atti jabadhuu nu jiradhuu qaalii keenyaa baay'ee namattii toolaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Ayantu matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@@nabiileshow siif taa'ee jiraa anni jabadhuu atti🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Woow jabaa keenya
Sagalee ijoollee shawa dina rasaa sirbi akka rasaasa 2ffa ta'e beektu
Nuuf jiraadha❤❤
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Bagaa nagaan Dhuftee jabaadhuu keenyaa
Wlecome jababee koo wowwwwwwwow👌👌💪💪👍👍👍👍👍👍👍👍💕💕💕💕💕
Ilmi abbaan haqaa tole jedhare!
Yaa gootaa koo maal jettee hin olin shaggiri!
Amasing and best music👍🙏👍🙌
Leencca ORO koo nuu Jiiradhu 😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯
Waan ofii koo maatii naafiis ta ii
Wwwww leencaa saanyii leencaa🙏🙏🙏🙏🙏
Just 1ffaa dha!
Tokkummaan irreedha💪💪💪
Lamishow tube brother matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
I am from sudan 🇸🇩🇸🇩
I am oromo first 💪💪
Abbar Beeggii leencaa oromo
ruclips.net/video/KgRRXDbmD8E/видео.html
😁😁😁😁😁😁😁😁😁sudan jirta moo dhalata sudantii😁😁😁
Oromiyaa tti dhaa laadha 🙄
@@sanyiiibulloosanyiileenjii4607 Ee Khartoum jiraa mal sii gargaaruu obbolleettii
Abe lencaa oromoo bayeen jaladhee erga cimaa qabaa jabadhuu.
Jabaa koo
Ergaa Cimaa.
As Geenyeeeeee bakketti wal gannaaree
hojii bay'ee namatii toludha jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤
Wowowowowowo abeko nuf.jiraadhuu lencaakoo
Akas sanyii lencaa jabaa sabaa jabadhuu
New muziqaa oromo number one very beautiful bro
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Jabaa namaa
Galatoomii
Umrii nuuf dheeraadhu....
Qaxalee koo
Jabaa keenya nuu jiradhu🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Abaraa keenyaa baaga nagaan dhuufte🥰🥰🥰🥰🥰🥰
wwwwwwww baayy'ee 🥰🥰🥰🥰🥰 barreeddaaa ittii fufuuu🥰🥰🥰
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Baga nagaan dhuftee gammeessa arti sagaale kee yeroof nurraa fageessite turtee jabaadhu hojii shaggaadha ❤️
Badhaatuu tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@@nabiileshow tole
Yoomuu nuuf jiiraadhuu abee
Jabadhuu abaraa keenyaa ❤❤❤❤❤❤
Jabadhu jaba Saba oromoo ofkalii
Aboo fayyaa ta'i!!
Wwwwo🥀
Www bareedadha!
abarraa jabaadhu!
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Welcome gotaa sabaa😘😘😘😘💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
www siiraa haafu anis gaafa gamte
Lenca koo jabadhuu❤💚❤🐆
Wallee akkaan nama gammachiisudha! Akkaataa isin itti qindeessitanii hawaasaaf gad baaftan ajaa'iba. Baay'een itti gammade illee!
Walumaa galatti sadarkaa isin artii keenya irraan ga'aa jirtan abdii namatti hora! Guddaa galatoomaa!
Dhuma irratti immoo hawaasni keenya Barriikoo Entertainment subscribe gochuun jajjabeessaa. Galatoomaa lammii koo. Amma illee mul'adhaa!
welcome with great energy💪 woooow
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Welcome Sanyii Sanyii Sanyii Sanyii Sanyii Sanyii Sanyii Sanyii Sanyii
Nuujabaadha inshaalaah nibilisomna tokuma nuujabeesa
Tokkummaan irreedha Tokkummaan humna Oromoo Koo Ulfaadhu koodeekoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Welcome Abara Beeji
Sirba bareedadha jabaadhu
Sirbaa dhageeffatamee hin quufamne kan ergaa guddaa qabuudha! Umrii nuuf dheeradhu Abarraa Beegii akka Oromootti kan nu barbaachisu tokkummaadha! Waloon gaarri nuti hin baane hin jiru! Galatoomi 🙏
welcome Abera unique job.continue
Abarraa baga sif tateee
Hin badeeh dhirooh🎺
Yoyyaa furguggee koo ❤️💚♥️💪
Bro matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
Wowm amazing music i am frist veaw.and like oromoo koo jabaadha wal jabessa❤❤❤❤❤
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
❤❤❤❤❤❤❤
Well come baga nagaan dhuftee jabaa kenyaa 💪💪💪❤️💚♥️
Sabbontu show matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
@@nabiileshow hayee sif ta'e sanyii koo jabaadhu
Dhugaadha!!
Wow!!!akkasika
Keep it up cool music ! Abera Koo I love u for ever ! Simbirtuu Barii !
Welcome bagaa nagaa dhuftee
Kenaa tube matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
Fagoon fagoodhuma,rakkoon rakkoodhuma tattaaffatan malee !!
Wow Abarraa Beegi isa wayyaanee fi Opdo sagaleen akka rasaasaatii sammuu rukute sanimi ati maal taatee nu jalaa baddee dhiira koo? Weelluun Kee namatti tola galatoom.Ammas Empira dullacha akka diignu humna fi nu onnachiis.
Well come abarraa
Buzex matii naf tahii wal ha jajjabeessiinu
Abraa beegii
Jabaa woyii ❤❤❤❤❤❤❤
Jaala koo Jajjabaadhu ❤❤❤💚💚💚❤❤❤
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Qaali namaa nuufi jiraadhuu❤❤❤❤❤❤
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Ani kanan jedhuu obboleeyan koo siilaa namni video kana laalee nama baayeedhaa garuu liken isa baayee xiqqoodha liken isiiniti hin mulatu moo???? 😂😂😂😂dhiifamaa
Bagaa nagaanii dhufutee❤️😍🙏😍
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Amazing sound !!!! Wish you the best in the coming future. Long live oromiya !!!!!
Well come leenca kiyya♥️💚♥️💪💪
Bayyeen
coophaa samuu
Garidha ❤️❤️💚❤️💚❤️💚❤️🙏
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Galatoomii abarraa keenyaa nuuf jiraadhuu
Hojii bareeda
Wowow Best
Best abara beki
Suur-sagalee- 100%❤
Walaloo- 100%💚
Muuziqaa- 100%❤
Hojii Garee bareedaadhaan muuziqaa bareedaa Fayyaa dahi Ilma Sabaa!
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Atillee maatii naaf ta'i!@@artanasaliyyii
Wow jaba kooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉🎉
dhabadhu jabakoo
waw mwzik artist abeerabegi
qaalii ilmaa sabaa💔💔💔💔💔
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
Bagaa nagan dhuftan
Qaxalee keeny
Jabadhu
Jaba nama
Hin Jeedhuu🥰🥰
Waan ofii maatii naafiis ta ii
Bagaa nagayani dhuftee gotta koo
Mataa namaa!
Waa martuu 100%
Nuuf jiraadhu!
Wel come dhirraa koo
wowo oromo
Beautiful song about Abera Begi Thank you!
Sirba ajaa'ibaati ❤️
❤❤❤ ia Oromoko
Good job
ያ ጎተ ኮ አኒ አማራ ዳ
ሙዚቃው የሚሸንጥ ነው
ውድድድድ አድርጌዋለሁ ።
Baay'ee namati tola
Gud. Leca. Oromoo
Sanyi jaabaadhuu wan ofi
Wowww
Wow best music 🎶
Maatii naafiis ta ii kaa qomoo koo