MariamAbu kolkoleen si badaa dhoqqee demii hudduu sumayyaa arrabii yoo barbaddee Ayyuu I love you sumayyaa nafxanyaa jaraa mitii kaa mormaa nurraa muraa jiruu yaa saido of eggannoo godhii hintaloon tun si ajjeftii
Maasha Allah jennaafi Ati Waan waraabde Gadi nuu lakkisika ilaalle itti gammannaafii. memoriin Badu kan itti gammade Warra dhalaa qofa jarri duruu inaaftuudha Kun beekamaadha waan fedhan ha jedhanuu.
Kunoo Youtubi kana Subscribe godha 👇
ruclips.net/user/postUgkxjYNsfAzleplMzpVpVYnO8K_rU7jyPkla?si=hyyX567kynU34dyq
Baga ishoo silaa beenzila ittii qabiisiisuu qabdiiyyuu somaya king❤❤ nutii dhugaaf dhaabanna malee waa'ee zaranyaa keessan jirruu baga ammallee
Dhugaa ati oromoo.qulqulluudha waaq namnii keenyaa bultii fi zarii wan walitti fiduu hin jiruu.
dhugaa jette dhugaaf dhaabbachuu fuula rabbii duratti nama milkeessa 👍👍👍👍
Dhugaa jetee sumayaa gafain wan qanee wojin jiratee Yoon gese Kuni biri fi jechaa jasanama jalatee malee
Nafxanya farsa hin olina baga fudhe intala oromoti nafxanyan kaa amma oromo fixa jiru usa🤐
Usaa rabbii dhabbama isin ha godhuu oromoo tatani Asii jallaa yattan bagaa jetuu xiqoo salfadha mee Umattaa salallee Akkaa ballaa harcassaa jiruu oromoo fudhee❤❤ bar ha fudhuuu❤❤❤
@@QamaruuAbdii GOSUMMAAF bultiin wol hin ilaallatu sila oromoo dhabee fuudhee?
ani waayeee gosaan wal qoodumsa keessa hin jiru ani dubartiidha booru kun narra gahuu tokko biyya ormaa keessatti ijollee waliin rakkatti inni immoo biyya isaa keessatti fuudhu maaltu fide yoo fuudhellee kan duraani bakka qabsiise biyyatti galchee inni ofiif yaade malee sumayyaaf yaadera otuu intalli kun biyya ormaa keessatti waa taatehoo Eenyutu jira ijoollee isheef rabbiin malee
Firaa sumayaa jetaan subanallah qaraa maal godhuu nafaxayaa wamtaan
Bagaa😁😁😁😁😁😁sumiyaa king 🥰
My Love sumayaaa❤❤❤❤
❤❤❤❤
Wawwww ✍️ Bagaa badde sumayaa biyyaa ormatii ijollee Isaa wajini gubatti in biyyaa Isaa fi matii ISA wajini sirbaa kaa Abban sargi 😅😅😅😅😅
Bagaa fudhani malif yo jetee sumayaan vidiyo sani laltee hin gadituu 👍✅️♥️ rako hin qabuu iti dhisaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Baqaqii qomcee zarii.qomcee mal.baga jeta
Dhugaa jetee bagaa itii😢😂😂😂
Ww sumayaa qali nama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤iti diqesitee wly
Miimoritu bade malee ciini sa'idoofi Ayyuu hin banne sumayaan nafxanyumaan isii itti bahee
tuni jarti jedhamti ama godare hulaa
Muslima yo Tate hin gahu
Zarenyoch
Usii wosakaa nafxanyanii sii yaa kokolee kokolee
MariamAbu kolkoleen si badaa dhoqqee demii hudduu sumayyaa arrabii yoo barbaddee Ayyuu I love you sumayyaa nafxanyaa jaraa mitii kaa mormaa nurraa muraa jiruu yaa saido of eggannoo godhii hintaloon tun si ajjeftii
Nafxanyumaan dinaa oromtii❤❤❤S&A❤❤❤❤
Yes bagaa bayee natti tole mash allah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ishoo baga badee maqa sumayyaa hin dha'iinaa kolkoleen,
Sumayyee Love You ❤❤❤❤💋💋💋💋💪💪💐💐
Sumayya king❤❤❤ baga isinittii😂😂😂
Bagaaa.silaa.isiin.achiii.bochiii.isiin.nibashanantaniii.sumeyaaaaaaa❤❤❤❤❤❤.haqaa.isitiii
Kkkkkk ilove YOU sumayaa
Argaa Masanu baga bade jaru habadanu
Uuuuuffff yaa rabbii allahamdulillah maali jechuu silaa 💔💔💔💔😥😥😥
❤❤❤❤❤❤
Bagaa ililililili ijollee isatuu hagaa aragatuu mojiii
itti bichate Ganaa Ayyuu fi sa idoon wolirkaa badan isin sababa isiin oromoo ta uu dhabdeef Sumayyaatti Duultan utuusiin oromoo taatee miira isii eegdan Sumayyaa💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻❣️❣️❣️❣️❣️❣️💘💘💘💘💘💘💘💝💝💝💝💝💝 Free Sumayyaa 💪🏻💪🏻❣️💝 worri sumayyas deeggartan👍like godhaa
Ha dhaquu dhisaa bagga isaan wal fudhan male qomcee ye qomcee zari
Bagaa 😂 isinii xiqatee namanii jarsaa namaa hatuu dubaanii isaa kananumaa 😅😅😅😅
ሡመያ ይሔን ካደረገች ጀግና ነት ጎበዝ ብያታለዉ።
Sumaya my king 🤴 ❤️ ♥️ 💙 💖 💕
😂😂😂 King of King sumayya ❤❤❤
Baga wanumti aka kesani gowan hin jiruu Malif wamtan sargi ishi qoricha kesanii😋😋
Yesiiii bagaa elleeellle degii aregishii jeginnaa gena yabidali sayidii kadi yelijuu enatito mini yiqolowali
Sumee gosh maa silaa ini ilman wolin gatee asaan
Warrii sumayee jettani moo amanta isaaniyu jarrati 4 eyyamee jedhuu mal namati gammaduu rabii walii isaanif haa dhisuu
Rabbin isin haa milkessu oliin rabbi isin haa deemu mikaaya ❤❤maatii naa tahaa❤🎉❤🎉❤
Bagaa isinit sumayyaa kep up yen konjo❤❤❤❤❤
Naadhoo dinnaa maaliifi fudhee duraa qorichaa isaati amarii quftee amma sadoo Ajjeeffiti egaa 😢
Maasha Allah jennaafi Ati Waan waraabde Gadi nuu lakkisika ilaalle itti gammannaafii. memoriin Badu kan itti gammade Warra dhalaa qofa jarri duruu inaaftuudha Kun beekamaadha waan fedhan ha jedhanuu.
Ishoo hamayuu Rabbin issinif hin milikesii
Namni naannoo sana hin jiru sadansaa keessaa yeroosheen yaastu
Yes love you sumayya❤❤❤❤😂😂😂😂😂
Ayuun oromoodha bagaa fudhee sumayaan nafxanyadhaa
Congra sa'idoo
Bagaa isho ganaa waan sumayaa iratii hojatan rabbin isin iraa kafalla
Rabbini sodadha Mali kuni hundu obolewani kena muca kana hin yadani ati jecha hin tane kanu baresitu oso kee Tae akami gota😢😢😢😢😢
Bagaa yaa abboo sumaya waggaan sagaalii guutuu jaarsaa kiyyaa jete wali biyyaa ormaa keessaa jiraachuu kuni gantuu torbee lama keessaatti jaartii fudhee biyyaa galee kuni konkaa Ilkaani lakkuu
Sumayam biti hon iarsuwano miti godaa injii sayidoon ati gadm lamiin endezii mitii hono
sumayaa❤❤❤❤❤❤❤
Sababii maa hdumesitan takaa qalabatii badee takaa olaa badee takaa waraa sumeyatii dhufee Akaa kiijibaa tatee ni beynaa maa sababa hdumesitan waree
Sumayaa kigi ❤❤❤
Isho Alamdulilih sumeyaa kase yaro rako isa wojin qabsatee Asian geseenhadhaa fuchuu qophaa
baga ishoo yoo hojii jera ilaalu kun homa mitti garuu mucaatin shahada qabateti moo akkasumati fuudee
Rabiin isin hin milkesuu dubartii Boochiisaa ofii gamadee jirtaa
Bagaa badee uuuuuuufffffffffeeeeeee ishoo galataa waqayoo cubuu sumayatii
Saido Rabbin haa qarqaruuni
bagaa sini tibitee sumaya ❤❤❤❤likineshi
😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤ደግ አደረገጅ ጀግና በመኪና በሂደችባችሁ ሁላችሁንም😂😂😂😂😂
Sumaya my king
Sumaye quite silaa ossoo ijolee qabu fudhaa rabbin dhabama isaa godhuu
Nuu dhuma diraamaa keessanii Eegaarraa kaameeraatu bade jettanii piraankii nugootanii😂😂😂😂😂😂😂😂
Sumayaa HaSbunallaah Woniimal Wokiil ati nama ijolee durbah qabu dha garuu malif inlilahi Wanerajun Rabbiin si haa qajechuu 💔💔💔💔😭😭😭😭
Ana sumatu na kofalchissaa 😂😂😂😂ani bade
Bagaa Aban hijolee malif sargii baribacisee😂😂hisho😂😂😂
dhugaa ketii Ayuni Oromoo❤❤
My king ofii king sumee ❤❤❤
Amarii Gara Hin lafuu ganaa qalchifti Sumayan sayido
Sumayyaa king of king ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yasuu ciqii.tesanini
Dadhamanee.nudhisaa
Baga bade rabbin hin mullisin inshallah
Soba dhugaa iraa Fagaate
Bagaa Bagaa 😂😂😂😂😂sumiyaaa🎉
Bagaa. Akesii. Gotee.. Xosii. Emarifii. Sumaya. Fudhaa. Belakenecaluyuu. Esinitii. Habusuu. Ya rabii
Summaya dhugaa qabdi❤❤
I had to think of it. The Skinner shouldn't go radio tomorrow SMS NOK gush.😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Xosisanii. Fudhu. Emarfii. Sumayaa.. Liqimisitee. Cacabisite. Nyateetii. Hijiru. Wati. Arigeten
Saido ayuu jabeefadhu nafxanya of irraa eegii dinakeeti arras boris RABBin dihaeguu
bagaa.badee sumayaa.gubbuu jetaanitii silaan.kesaan.
Miskinii koo sidoo Rabbiin hamtuu sirhqabuu❤❤❤
Siilaa Ayule fudhu qabadii zakira bicaa mitii Alahaduluhi Baga fuutee
Baga badee namichatinna mahltuuu sigachee haqii sumyaatti
😊
Rabbii baga siintii ergiree
Akasii sumee❤❤
Suumayaani kanaa boodaa hinciitii namaa basee hin duubadhuu jeetee kaanafuu niitii kaanaa hin dhiisinaa
Intali Ayuun tuni sheyixana gudodha sido wanuma dirra Rabbiin irra haa qabu
Sumayaa ❤❤❤❤❤
Wolahi yasino ani hasaya ketu na kolfisa
Bagaa badee👍👍👍👍sumayaa
Isni xiqatee Allhamdulilah baga
Kha isinumaahuu hin hatin rabbin isin baase Alhamdulillah jedhaa
Gobaz sumayya my king sumee ♥️♥️♥️♥️💯💯
Ajaiba qaabdu sumayaan osoo hineeyamin itii seentani siilumaa
Jalanu jibaanu Wal fudhani mitii❤
Bagaa walh bayyee das na jedheee😂😂😂
Atii eyasuu ni farefitaa mali wani keyiri hin hasufituu 👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻👎🏻🙉🙉🙉🙉🙉🙉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yoo dhugaa tahe cidhaa memory hiriyotaa kesss jiruu nuu garsisaa
Kama sii bira sanuu siirtii jabesii Yasuu rabbi jedhii yadanodhaa yokn dafa gadii lakisaa yutbii saydo irtii homtuu mitii mimor badee malee kaa nagayan cini gegefaamee ni gaya hujji sumeyatii nama issn jelati bitetii durayuu cidha kesa ka filsxintif ka israili ha tahu jedha turtee garuu ka namani nagayan galee ni gayaa sabarsisaan homatu mitii
Hhhhhhhhh yoo dhugaa tahee bg issin salfachiftee wly👈kolkollee wayiti hundikeyuu🙈🙈🙈🙈🙈🙈
Ani hasaya mucaa kan na ajibsisa dhugaa hundaa memory homa mit ka namani wa tayyii alhmduliha jeedhu male hin dubbatin
Say say say say say say say say say say say sayy qiricha keessan isinitti xiqqaata
Odu dhisi atii kaa wrbde sani gdi dhisimee isaa lala
በእግ ጠይቃት ወዳ ሳትሆን ስትያዚ ትመልሳለች ዚም አትበላት ሰይድ
Waxiqo bodaa Ayuu fuutii abashiri tana balagee jarasa Nama Jala dematuu
Maaltuu kii issin godhee muusibaa jeetaa saanuu muimorii baadee maalee maaltuu baadee 😏
Silaa sumaayaatuu kiw jeedhaa baar baakaa keesaan baaagumaa baadee suumaayan laaltee kiw jeechu irraa baagaa baadee🎉🎉🎉
Sayidoo kaanaa bodaa ofii egii jeedhiini 😢😢😢😢raabii jiraa osso akkaa ishiitii humarii qarshii dhaanii biitamee isaharaa hin buhinaa sareenii kunii
Dhugaa raabii suumayaani nama badudhaa
Offeganoo..godhaa
Kan..bodaa.moo..lubbuu
Basisifatii..Hayuu
Sobaagaruu