New Afaan Oromoo Gospel Mezmur 2018 Nuf Keni Furmata By Amanuel Gadisa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 26 ноя 2024

Комментарии • 509

  • @lidacall5422
    @lidacall5422 Год назад +2

    በጌታችን በኢየሱስ ስም ተባረኩልኝ እጅግ በጣም በጣም ደስ የሚል መዝሙር ነው ኢየሱስ ጌታ ነው ሰምቼ ሰምቼ መቼም የመልጠግበው መዝሙር ነው ከልብ እወዳችኋለሁ ስለ እናንተ ቅዱስ እግዚአብሔርን እጅግ በጣም በጣም አመሰግናለሁ በእውነት ደስ የሚል መዝሙር ነው ፀጋ ይብዛላችሁ ክብር ለእግዚአብሔር ብቻ ይሁን አሜን እልልልልል ሃሌሉያ ኢየሱስ ጌታ ነው ሴይጣን ሌባ ነው

  • @asaminchdama2606
    @asaminchdama2606 6 лет назад +5

    Ameen waaqni nuuf haa laatu furmaata faaruun kun baay'ee keessa koo tuqe 😭😭😭😭😭 waaqayyoon isin haa eebbisu👏👏👏👏👏

  • @AmeleBerasa
    @AmeleBerasa 4 месяца назад +1

    Gooftaan barake ha eebbisu Amoo yesuus furmaata nufa kennu Ebbifami Ebbfamako dacha dacha far/ke yero hunduma itti eebbifaman ture far/kun kankeetimo!!!!!!!!!!!!!!!!❤❤❤❤Ayyanisa sifa dabalamu hadhooko hojikes baayye ilaalen garramsifadhe warri dhoksa dubbi waqayyo bekan Akkaketi jabaadhu

  • @abdiinkooamanammaadha4091
    @abdiinkooamanammaadha4091 3 года назад +1

    Uff😭😭 nuuf kenni maaloo furmaata😭🙏
    Eebbaaf ta'i qaalii koo❤♡❤♡❤

  • @godisgoodallthetime643
    @godisgoodallthetime643 3 года назад +2

    Nuf kenii furmaataa ufeeeee ameen Amen ebifamii dachaan

  • @Singermilkiasbeketo
    @Singermilkiasbeketo 3 месяца назад

    Dhugaa waaqayyoo farfannaan kun keetii adaa daa'imummaa kiyyaa kaasee itti eebbifamaa ture❤❤❤

  • @obseenmucaayesuus7539
    @obseenmucaayesuus7539 3 года назад

    Gooftaan baraa fiJireenyaa keessani haa Ebbisuuuu sabaa waqayyoooo darbaa Adeema maqaa Yesuusin🙏🙏🙏🙏

  • @lamlamlamlam4261
    @lamlamlamlam4261 4 года назад +1

    Ameen ameen ameen waaqayyoo dacha dachaan siin haa Eebbisuu Eebbifamaa

  • @damitufayera1269
    @damitufayera1269 3 года назад

    Ameeen ameeeen ameeen ameen ameeeen ebbifamaa ijjollee waqayyoo dachaa dachaan ammayyu ayyanichii isinif haa baay'atuu

  • @mebratuasefa1446
    @mebratuasefa1446 Год назад +1

    please update this song all Christian to share

  • @bonidhiba7845
    @bonidhiba7845 6 лет назад +4

    Ameeen ameeen ameeen ebbifamii uuuuuuuuff 😭😭😭😭😭😭😭🙇🙇🙇🙇🙇🙇 yesus koo nufi Ken furimata

  • @genetiyob7893
    @genetiyob7893 6 лет назад +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen
    Nuf Kenni Maaloo Furmata Biyyaa Keenyaaf Uuuuuuuuuuu Malooo Waaqayyooooooooooo
    Eebifamiii Amanueliyee

  • @galatielias2023
    @galatielias2023 3 года назад +1

    Wow!jabaadhaa iyyesuus nuuf kenni maaloo furmaataa ameeeeeeeen

  • @standwithjustice6622
    @standwithjustice6622 6 лет назад

    Woooow my god,Emanuel baga gammadde,waliin teenyee barannee declares kanarra gahuukeef badge iyesuus si gargaare America irraa

  • @lordjesus9994
    @lordjesus9994 6 лет назад +1

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen nuuf kenni maaloo furmaata gooftaa keenyaa furmanni si harkaa keessa jiraa yesuus keenyaa????????

  • @ayyuutessema6313
    @ayyuutessema6313 6 лет назад

    furmaata nuf kenni abaa malooo si maleen qabnu furmaata dhugaa EBBIFAMI DACHAAA AMEEEN AMEEEN

  • @Singermilkiasbeketo
    @Singermilkiasbeketo 3 месяца назад

    Uffe eebbifami obboleessa koo
    Akkana farfannaan waaqarraa dhufe❤❤

  • @carraafayisaa929
    @carraafayisaa929 6 лет назад

    Waaqayyoo sin haa eebbisuu..Ameen gooftan nuuf haa laatu..isa harkaa jira!!!

  • @muluuurgeessa5290
    @muluuurgeessa5290 6 лет назад +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen waaqayyoo Gooftaan ko hamma dhumaatti isiini haa dhaabu jiraa yesuusi ameeee .en ameeee.n 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @falmilelisa8467
    @falmilelisa8467 5 лет назад +1

    Waaqayyo ammayyuu ayyaana isaa siif haa baay'isu Amoo koo!!!

  • @M.Y252
    @M.Y252 6 лет назад

    Farfattuu waggaa afurii guddatte,eebbifami,waaqayyo si haa eebbisu

  • @argachewabebe7539
    @argachewabebe7539 6 лет назад +1

    WAW My God Bless you and your feature in Jesus name!!!!!!!!!!!!! I glorify God to hear such blessing sound and message to submit our current issue to almighty God who is the only answer to our people, country..... my origin is from SNNPR thus I heared the message again and again even by searching words from Oromic Amharic dictionary. All the time when I hear it was impressing me. One thing to add in my comment, Please those who are from home land of oromiya and the blessed singer Amii (lovely) and know Amharic language. Please please try to translate the message in to Amharic so that all can hear this wonderful message of praying !!! this is my honestly and lovely comment.

  • @fitsummdereje7042
    @fitsummdereje7042 6 лет назад +2

    am blessed with ur prayer song. God bless u abondantly!
    "Very soon it will be ours Jericho!! the more you pray, the more you draw closer to ur blessing GOD packaged for your People and Land" Prayer is the best weapon ever seen!!

  • @bekijs1443
    @bekijs1443 6 лет назад

    Waaqayyo Si haa Eebbisu.Waaqayyo abbaan dibataa itti dabalee si haa Dibu jabaadhu Faar.Amu!

  • @billiseefayyeraa8054
    @billiseefayyeraa8054 6 лет назад

    uuufffff jechaan ittin isiin ibsuu hin qabuu maloo kan akka kessanii waldaa kiristanaa kessatti nuf habayyatuu.ebba dachaan siinif hakennu.ameen nuf kenni maloo yesuus furmaataa

  • @miliyonabera588
    @miliyonabera588 5 лет назад

    amoo koo eebbifami waaqayyoo sagalee hoolotasaa ittiin waamuu siif kenneera maqaan isaa haa eebbifamu

  • @muletamuleta1761
    @muletamuleta1761 4 года назад

    Goftaan isiin haa ebbiissuu ebbifama barrii kessaan kan ebbiifamee haa ta.uu

  • @garumakelbesa151
    @garumakelbesa151 6 лет назад

    Nama Waaqayyoo guddaa eebbifami,ayyaanni kun dacha sirratti haa dabalamu

  • @hawii1034
    @hawii1034 4 года назад +1

    😭😭😭😭😭ameeeeeen ameeeeeen ameeeeen uuuuffuuuuu maalo nuf keenni furmmata ebbifama daacha

  • @birtukankalbesa8109
    @birtukankalbesa8109 5 лет назад +1

    Uuuuuuuuuuuuuuf
    Namnii siti baqatee jirenyaa gari jirata
    Ameeeeeeeeeeeeeeen
    Ebiffaami 🙌

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 3 года назад

    Uuuuuufffff 😭😭😭😭 ameeeeeeeenn Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa

  • @muluwerkhuawei9429
    @muluwerkhuawei9429 6 лет назад

    ዋው.ትርጉም ባይገባኝም.ደስየሚል.መዝሙር.ተባረኩልኝ.

    • @UserUser-ef9ds
      @UserUser-ef9ds 6 лет назад

      አሚንንንንንንንን ህየሱስ

  • @sabotuumucaaoromookwt336
    @sabotuumucaaoromookwt336 5 лет назад

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen waqayoo isin haa ebisuu Ebbiffam

  • @obseenmucaayesuus7539
    @obseenmucaayesuus7539 3 года назад

    Uuuuufffeeee Ameeeeeen Ebbifaammmiiii mucaa kakuuu😥😥🙏🙏🙏

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome 25 дней назад

    Qobba kee hojechuu sii waa,yya ami koo nuufi keeni maaloo fuurmatta 🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🙌🏼🙌🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🙌🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼😭😭😭😭😭😭😭

  • @gammachuuturaa5319
    @gammachuuturaa5319 2 года назад

    Faarfannaa kana yemmuun dhaggeeffadhu yeroo hamaa bara wayyaane gidirfama ummanni Oromoo baroota 2014-2018 keessa darbe nayaadachiisa. Garuu, kan baayyee nagaddisiisu harrallee dachaan gidirfama caalmaatti hamaa ta'e keessa ummanni keenya jiraachuun akkamalee nagaddisiisa. Waaqayyoo dhugaa ummata Oromoof akka dhaabbatu kadhannaa keenya ittihaafufnu.

  • @dadydodd5880
    @dadydodd5880 3 года назад

    Wanitii mumulituu nu midhee👈🤲🤲gofataa kesa KENAA aba 😭

  • @jiratatube8271
    @jiratatube8271 3 года назад

    Ameen...
    Eebbifami Farfstaa Amaanu'eel

  • @zufaanjifaronamakaku5157
    @zufaanjifaronamakaku5157 6 лет назад +2

    waqayyoof hundumtu nidanda'amaa waqayyoooti ofdhifnee iniiyaa looluu😭😭😭😭😭😭kan lolaabeku isssaaa💪

    • @mohamadkhoder6997
      @mohamadkhoder6997 3 года назад

      Animidhama
      Sabakoo
      Warrag
      Gibxii
      Jiranii
      Argeera
      Aadnaa
      Isnni
      That's.eera
      Isaan
      Furuudhaafs
      Bu.eera
      H.erg7.34
      Kannii
      Jiradhu
      Ebifamaa

  • @hawiyessus7109
    @hawiyessus7109 6 лет назад +1

    ameeeen ameeen yessus nufi keni maloo furmataa ebifama

  • @ebisaararsa5112
    @ebisaararsa5112 6 лет назад

    ameen kabajni isaa kan gooftaa nu ijoollee isaaf immoo furmaanni haa ta'u.eebbiffama

  • @samuelpaulos6725
    @samuelpaulos6725 3 года назад +1

    God bless you!, I loved it so much!!!

  • @aregashalbe1058
    @aregashalbe1058 2 года назад

    ኣሜን ኣሜን ኣሜን ኣሜን ኣሜን 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @kulanimagarsa2785
    @kulanimagarsa2785 6 лет назад

    Nuf kenii maloo furmtaa yesus ameen

  • @kiyarabi9440
    @kiyarabi9440 6 лет назад

    Ammen ammee ammen amme ayyaan isa sif ya ta'u amme amme

  • @DaniDhibbarra
    @DaniDhibbarra Месяц назад

    Amo ko ebbifami farsaan Kun kan bara kanadha Qufuun dadhee

  • @lordjesus9994
    @lordjesus9994 6 лет назад +1

    Ebbifamii maqaa yesuusitin mucaa kakuu barri jireenyaa keeti guutuun maqaa kiristoosin haa Ebbifamuu!!!!!!!!!

    • @androiduser8153
      @androiduser8153 6 лет назад

      Lord Jesus uuuufffffffffff amniiiiiiiiiiiiiiiii

  • @abdulrahmanfahad4659
    @abdulrahmanfahad4659 5 лет назад

    Furamni nama kaaku turuyu arka waqayyo keessaa ni dhufa jabadha hoolota waqayyo

  • @mimikorsa3747
    @mimikorsa3747 4 года назад +4

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii 📖🙏🙏🙏♥️♥️♥️

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin6456 6 лет назад +1

    Ameeeeen ameeeeeen nutuu kan biraa bennuu kan itii iyaanu simaalee goftaa koo nuf kenii maaloo furmaata uuuufffffeeee maaloo imiman kenyaa ilaalii goftaa koo eebbifaama saba waaqayyoo dachan

  • @jiraayesus3162
    @jiraayesus3162 5 лет назад

    uuuuffffeeyiii aleluyaaa nuf keeni malo furmaata ameen ebbifami dachan

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 3 года назад

    Nuuf kenniii maaloo furmaata Yesuus koo 😭😭🤲🤲🤲😭

  • @aminafayiso5912
    @aminafayiso5912 3 года назад

    Iyasusi kiristosi jirataadha abbaan furmataa 🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭🙇🙇🙇

  • @zinahailu6829
    @zinahailu6829 6 лет назад

    waqaayyo dachaa isin haa ebbissuu ittii fuufaa ameeeeeeeeeeen Beeruutirra

  • @chialidagafa9414
    @chialidagafa9414 4 года назад +2

    Ameen ameen ameen ameen ameen ebbifami ✝️✝️✝️📖📖📖🙏🙏🙏🙏❤❤❤🌹🌹🌹🌹🙋‍♀️🙋‍♀️🙋‍♀️

  • @abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645
    @abdiinkoorabbiiabdiinkoora9645 6 лет назад

    Maaloo furmaata kee nuf kenni ebbiifamii daachaaan

  • @asteertasfuu3497
    @asteertasfuu3497 3 года назад

    Waaqayyoo isin haa ebbisu dachaa dachaa

  • @bedassamelkamu9997
    @bedassamelkamu9997 5 лет назад +2

    Ameen! Haallee Luyyaa ! God bless you more .

    • @marroo9646
      @marroo9646 5 лет назад

      Ameen nuuf keni maaloo furmaata yaa waaqakoo

  • @fantofanto5403
    @fantofanto5403 6 лет назад

    Eebbifamaa ijoolee kaakuu.☝🙋🙇🙇🙇🙇👉🏫☝☝☝👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋

  • @fenetjesusismyprovedarjesu1303
    @fenetjesusismyprovedarjesu1303 6 лет назад +2

    Oh .....So broken my heart 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
    My god bless you more

  • @tadetare2145
    @tadetare2145 6 лет назад

    ameen ammeen ammas ebbi dachaan sif haa addabalamuu

  • @yadesagari7713
    @yadesagari7713 2 года назад

    Waaqayyoo furmaani keenya sii qoofa biira.motummaan lafa irraa furmaata hin fiidu

  • @mazertmama3742
    @mazertmama3742 5 лет назад +1

    Furmaata nuuf kenni Amen Amen Amen ebbifamaa ebbifamaa

  • @rahmamth8034
    @rahmamth8034 6 лет назад

    Orominga. Baaygabangimi. Baxaami. Girumi. Zimaare. Nawu. Geta. Yibarikachiu. Tabaareku

  • @tayitukebede4899
    @tayitukebede4899 6 лет назад

    Ameen baayyee namati tola sumatu furmata si egnaa Yesus

  • @wodneshwodnesh9379
    @wodneshwodnesh9379 6 лет назад +2

    Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen alaluyàaa waqaayoo sihaa Ebbisuu amale dachaa dachaan ebbifama ilililii Ame Ame Ame Ame Ame Ame Ame Ame Ame Ame

  • @رقيهالحمادي-د1ض
    @رقيهالحمادي-د1ض 6 лет назад

    Biyyaa keenyaa furmaata
    Nuuf kenni malaa yesuus
    Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen
    Eebbifaamaaaaaaaaaaaa
    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
    📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖
    Caaltuu taaddasa.

  • @dilertygurmecha5243
    @dilertygurmecha5243 5 лет назад

    Ameeeeen ameeeeen ilililillliiillliiillliiiii yesus furmaata gafii hundatii gooftaa saa ebbisuu

  • @hawwiihawwii602
    @hawwiihawwii602 6 лет назад

    Ameeeen waqayyo dacha dachaa saah ebissu barrake tajajilake

  • @yesuuskooadaaranaamaari1742
    @yesuuskooadaaranaamaari1742 2 года назад

    Ameen Ameen maalo nu yaadadhuu gooftaa koo

  • @teshomedandesa1294
    @teshomedandesa1294 5 лет назад

    Waaqayyoo si haa eebbisu. Faarfannaa gaaridha

  • @buzee167
    @buzee167 3 года назад

    Àmenneebifamii waqayoo goftani sii yaa ebisuuu 📖🔦🔦🔦🙏🌹💟👏🙏

  • @hawwiihawwii602
    @hawwiihawwii602 6 лет назад

    watii mumulatu numidhe kessakenya uuu abiyye siqofaa furmani nuf kenni furmata😭😭😭🙏

  • @deboratube9945
    @deboratube9945 6 лет назад

    Waaqayyoo si haa eebbisu farfannaan kee saba keef araara Waaqayyoon kadhachaa eyeglasse( ministirii) godhachuun immoo ergaa faaruu keetittiin faallaa ta'a isa sirreefadhu eebbifami

  • @ebisebushurafayisaabdinkoo4906
    @ebisebushurafayisaabdinkoo4906 5 лет назад

    fuurmaani namaa waaqayyoo haarka waaqayyoo jiraa Amne Amne Amne Amne Amne Amne Amne haaleluyaa

  • @aregafeyera3299
    @aregafeyera3299 6 лет назад

    dhugaa dha! furmanni dhalootaa,furmanni biyyaa harka waaqayyo waaqa jiraataa jira. waaqayyo gooftaan waaqaa fi lafaa bara kee jireenyaa kee haa ebbisu.hubannaa fi ogummaa itti siif yaa dabalu waaqayyo.

  • @farshawayejesus8112
    @farshawayejesus8112 3 года назад

    Uuuuufffeeee uuuuufffeeee uuuuufffeeee namaa waqyaoo ebbifamii hadho koo

  • @DinqoAyana
    @DinqoAyana 10 месяцев назад

    Farfanaa kana hin qufumi ani dhuga waqayyoo dachaa si he bessuu

  • @Makiya-r5zyoutube
    @Makiya-r5zyoutube 3 года назад

    Ameen ebifama waqqayyo sin haa ebisuu matii waqqayyo

  • @chufaysa2094
    @chufaysa2094 6 лет назад +1

    Rabbi kadhaa kessan isnif hadhagahu. Amen !

  • @ayyuuyesus9148
    @ayyuuyesus9148 6 лет назад

    Ameeeeeen ameeeeeeeeen maloo yaa goffitaa nufii keennii furamaetaa ebifamaa dachaa

  • @bayisa_guta
    @bayisa_guta 6 лет назад

    Waaqayyo si haa eebbisu! Waaqayyo furmaata nuuf haa kennu!

  • @QataaNufBariesaaamen
    @QataaNufBariesaaamen 6 лет назад

    Ammeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeee nuuf kenii kaa yesus furmataa malo.Ebifami nama kakuu

  • @mimialamayehu5649
    @mimialamayehu5649 5 лет назад

    Ameen ebiii dhumaaf dangaa hin qabnee siratii haa robuu maqaa iuesuusiin ebifamii

  • @asterwaaqayyooasterwaaqayy9562
    @asterwaaqayyooasterwaaqayy9562 3 года назад

    Amen amen ebifamaa sabba waaqayyoo is

  • @kenatashome7058
    @kenatashome7058 6 лет назад

    Ishoofarsankun Bayenamatii tolla ammmmmeeeeeen ammmmmmmeeeeen nuf keni furmataa ebifamaa waqayoo dachaa dachaa isinyaaebisu

  • @kakkuuoromiyaa7507
    @kakkuuoromiyaa7507 5 лет назад +3

    Ameeeen nuf keni maloo furmataa

  • @tenayatenaya3256
    @tenayatenaya3256 6 лет назад +3

    Ameeeeeeeeeeeeeen
    Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ebifamii mucaaa kakuu

  • @megertugudeta6270
    @megertugudeta6270 6 лет назад

    Ameèeèèeèen eebifami waqqayyoo kanumaa Caala ayyaana isaa sif yaa dabaluu

  • @lilonagi862
    @lilonagi862 11 месяцев назад

    Ameeeeeeeen Ameeeeeeen Ebbifaama Ebbifaama Araraa nufi godhii Abbaa 😢😢😢😢😢😢😢😢🤲🤲🤲🤲🤲

  • @alamazgaja4510
    @alamazgaja4510 2 года назад

    Ameen Ameen ebbifamaa maqaa yesusin

  • @kanani_baredu
    @kanani_baredu 5 лет назад +3

    Absolutely love this song, galatomi🙌🏽

  • @maremare348
    @maremare348 3 года назад

    Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Eebbiifamii 💗🙏🙏🙏🙏🙏🙏💗💗💗💗💗💗💗💗💗🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @gelsimokebede3213
    @gelsimokebede3213 2 года назад

    God bless you the blessed
    man

  • @waaqayyooabbaadhugaa.koofj4074
    @waaqayyooabbaadhugaa.koofj4074 6 лет назад

    Ameeeeeeeen Ameeeeen gooftaa guddaa godhee si haa ebbisuu

  • @zienaziena3698
    @zienaziena3698 6 лет назад +4

    ZenebuAyans and Ethiopian AmeeeenAmeeeeeeeen

  • @beshirburkaasfawdoogaro2359
    @beshirburkaasfawdoogaro2359 11 дней назад

    Lamnsirbadhate jirenya gaari jirata.
    Gofta atimuilali nufen maalo furmaatta
    Gofta ko nufenni maalo furmaatta
    Biyyaa keenya nufeenni maalo furmaata

  • @elizvicas3318
    @elizvicas3318 6 лет назад +2

    Wow Dachaan eebbifamaa!

  • @ayananegera8812
    @ayananegera8812 2 года назад

    EEYYEE FURMAATNI SIIRA QOFAADHA BARANAS FURMAATA SIBIRAA BARBAADNA
    NUF KENNI MAALOO FURMAATA

  • @senaamidaksa8317
    @senaamidaksa8317 3 года назад

    Ameeeeeeeeeeeeen Ebbifamii dacha uuuuuuuuuffffee