Bar hojiin midiyaa kun sammu namaa nyaate wallah Akuma Ati jetee midiyaa irraati wan hunda basun sirii mitii nu guyyama san nu jibisise hojii ustaza bayaan 😢😢
Ani arsii dha garuu wollaahi gammachuun Abiyi ti fi jawaris anaaf gammachuu dha dhugaa irratti yoo ta'e maalif Yoo jettan lamaan isaanituu Oromoo dha asoo akka yaada garaa kiyyaatii Jawar ,marroo fi Abiyyis tokko tahanii biyya tana gara dimukraasitti ceesisu . Duuba Maal godhuu dandeenya sabni guddaan kun Jara kana sadeen jidutti dhamaa'aa jiranii
Ani Ammo Abiyii qofaa Nagamachisa wly dhugaa dubbachuuf sababiin isaas Fuula oso hin taane yaada isaanin ilaaleetin dr Abi filadhe Aka nama tokoti Ani dhalata Harargeeti wanti ganduma kesa hin jiru wan taheef
Maaaaasha allllllllaaah Jeenera isaqii keena ❤❤❤❤❤❤
Mashaalla Mashaalla dhugaa raabii anis akaasumaa ❤❤❤❤❤❤
Dhimmii jarsaa fi jarittii midiyyaa dhufuu hin qabuu😊😊😊😊
Yes❤
Wlyi dhugaadha nama muziqaa dhisu raabiin isaa haa godhu ❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉maashaa Allaah lamaanuu dhigaa tokko bagaa jaalatee anis nan jaaladhaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Maashaa allaah jazaakumullaah
Wl wr wb faayyadha Alhamdullilah
Subahan Allaah wolhii sheikh Robee hayudha mashaallaah 😂😂
Mashaallaa yaada gaaridha
Sirriidha dubbatte. Ammiin Ammiin Ammiin
The right person!
Aniis walahii Lamaan isanituu nan. Jaladhaaaaaaaaaaaa❤❤ isaan lachuu obbolaadha. Tokkummaa isaanif haa latuu❤
Isuu bagaa Nagan gesee 🎉❤❤❤
As wr wb
Ati baredaa jirta jabadhuu
Haluma kanaan ittii fufii
Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Ammiiiiiiiiiiiin Yaa Rabii Baga naganii deebiite ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa jette qaali Namni Jereenya mataa ofii jiraata❤
Dhugaa jetee
Maatii naa tahaa❤
Dhugaa jete wly ❤❤❤
Shek roobe dhugaa keeti wly 👍
Wly yaani kessanii bayye garridhaa mashaall gallatoma ❤
Dhugaa ketii kamalo mucaa ollako jabadhu ❤❤❤❤❤❤
Yaa rabii naaga nuuf tasiisi Yaa Allah 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiin
Hhayi babaa boniyee 😂😂😂 wow jawee kooo❤❤❤❤
Dhugadhaa ormoko ❤❤bagumaa anii oromo tayee walhii❤❤❤ufii ormo ko
Jabadhu bro
Sheika Robe dhuga jedhanii subanallah yaa Raabi nuf lafisiiu
Amiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiin jabaadhuu mashaallah mashaallah mashaallah tabaarakaallah rabbiin rabbiin duraa dubaa kee haa tolchuu gorsii kee keessaa nama tasgaabeessa wollaah anii mashaallah siirraa jedhee rabbiin nama akka amaala keetti rabbiin sii haa hofooqu ishaallaah jartii saliiyaa ishaallaah 🤲🤲🤲☝️☝️☝️
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Hay she Muhammad😀😀
Jawweeeee❤💖🥰😘🐅🐅💯👍✅
Jawwee koo 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Dhugaa ketii ❤❤❤❤❤
Amiin 🤲🤲 allhummaa amiin galtoomii. Qallii. Keenaa
Hhhhhhhh aduwiiin jawee shimii shimiii jedhaa gaaa
Bar hojiin midiyaa kun sammu namaa nyaate wallah Akuma Ati jetee midiyaa irraati wan hunda basun sirii mitii nu guyyama san nu jibisise hojii ustaza bayaan 😢😢
Dhugaa ketii qaalii 🎉
Abiyyi jawwarn qalee saree nyaachisu fedhaa akkam woli araraman😢😢 biyyaa ormaati jaala deeme shiraa itii bitaa jiraa guyya hadhaa wan jawwar mudatee wan garaa nama gubuu😢😢
Maltu mudate🥺😢?
Jawwee my king ❤❤❤❤❤Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin 🤲
❤
Rabbin Jarars wal hajalarchisuu
Waggaa 6 guutuu gorfameedadhabamee abiyiin
❤❤❤
Assalaamu Alaykum Worahmatullah ❤❤❤
Wl wr wb❤🎉
Anis akumaa kee jaweee ❤❤ abichuu iloveeé ❤❤❤
as wr wb zad dhiisii wa,ee dachaas fi sabriina muccaadha gowwaan
Argaa Abiy rabbiin dhabamaa Isa haagodhu akka bashaar sana miskiin jiraachuu dadhabee biyya keessatti. 😢😢
Dhabamaa sihaa hodhuu bikasaa isii akaketii zamazarii kee fixudhaa
Atii baka isaa,dhabama ta,ii mal sif godhare kesa deme maati keti irdata hiruuu dide kolkole ati dhabamii idoo isa kalbii 😮
😂😂😂😂😂 woyi ustaaza mahaammad bayyaan😮😮😮😮😮😮
Wlwrwb ❤❤❤
😅😅😅😅 haii shekaa robbee😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅 aboo aboo
Jawwee kiyyaa
Dhugadha Rabbiin waliifhagalchu
Wl wr wb
Hayyee sh roobee kkkkkk😅😅😅😅
Uffiii uufii zadi oro nuu ajetee kofanii malii esaa gutee fidaa atii kanaa 😅
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂dhugaa rabbii sheeka roobee kolfa keessa ba'ee naaboosiisee dabalii nuufiidii sheeka roobee
😂😂😂😂😂😂boniyee boniyeee macarashan akkasi tehe amiiiiiiiiiin amiiiiiin amiiiiiiiiiin amiiiiiin alhumaa amiiiiiiiiiin
Jawe ko 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Jaalala Ayyir Ba Ayyirii Takka Beeytuu Jedhe Baban Shek Aamiin Ibroo 😅😂
Isaaq Zenuu baga gamade Dinii irrati ille Raabin siya jabesuu
Amala qabesa nama 🎉💚💚💚💚💯🩵🩵🩵🩵💜💜💜💜
Congratulation 🎉🎉🎉🎉
Wwww jaweee
Jaaawwwwweeee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤maaaaaasha Aaaallllllh maaaaasha allllllllaaah Jeenera
Yaa rabbi rahamata nu godhi kiyyan deme deme hadhatti bilbile sagale waraba kun
❤❤❤❤❤🎉🎉
ani nama tokkoo yoon jaaladhe namni sun dirqama jaalachuu qaba soba akkatti hin yaadina wollahii
Ani arsii dha garuu wollaahi gammachuun Abiyi ti fi jawaris anaaf gammachuu dha dhugaa irratti yoo ta'e maalif Yoo jettan lamaan isaanituu Oromoo dha asoo akka yaada garaa kiyyaatii Jawar ,marroo fi Abiyyis tokko tahanii biyya tana gara dimukraasitti ceesisu
.
Duuba Maal godhuu dandeenya sabni guddaan kun Jara kana sadeen jidutti dhamaa'aa jiranii
wollahii Jawar oromoo muslimati
Abiyoota kasa'ee nafxanyadha gonkuma walitti rabbii hin deebiisin nama Haccaaluun Hundeessa ajeesse akkamiti Jawarin walitti deebii'a
Abiyyi zaalima kana maal isaajaallatta
Babo bonniyyee😂😂😂😂😂😂
Wolhii bay'ee garaa Nama nyataa videon tokko tokko😢
Jawwee❤❤❤❤❤❤❤❤
Boniyyee😅😅😅😅😅
Abiyiin. Balagedha. Abiyin . Diina. Oromoti
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
😢😢😢😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤
Anisi lachuu hin jaladha kkkk
Dhugaan lama hin jirtu A ykn J
Walohi dhirri yoma dubartii ofin bulchite baredaa
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Hamma Animmo sinjaalladhaa Malloo kiyyaho??😢😢😢
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
homa agarte hin fidin ati waan bareeda yoo fidde fidi
🥰🥰🥰🥰
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
WL wr WB welcome 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤wwww
😅😅😅😅😅
Ani Ammo Abiyii qofaa Nagamachisa wly dhugaa dubbachuuf sababiin isaas Fuula oso hin taane yaada isaanin ilaaleetin dr Abi filadhe Aka nama tokoti Ani dhalata Harargeeti wanti ganduma kesa hin jiru wan taheef
Dhugaa walitti himnaa dhirri yoo ofitti amanumma qabatte baredaa mucatin kaka guddiftii namni kaka guddisuu kun hin amanamu
لو.كان.لى.قلبان.عشت.بواحد.
وتركت.قلبا.فى.هواك.يعذب
لاكن.لي.قلبا.مشوقا.تملكه.الهوي
للعيش.يحلو.لهو.والموت.يقرب.
كعصفورة.فى.يدى.طفل.تعانى.الام.الموت
لا الطفل.ذو.عقل.يرق.لحالها.
ولا.العصفورتى.ذو.جناحين.تطير
فاتهربوا...✌️😅
Jedhee majinuun laylaan 😅
Akkamitti abiy nan jaalladha jatta ati muslimaa mitii ?
Dirqaman na jaallattu jedhaa jiramoo?✌️😎
Fiqiriin dirqii hin jiru jedhaani😅
abiyyi abbaa irree taya jedha ajjeesee hidhee waraanaan bulcha jechaa jira jawaar ammoo democracy jaarra jedhaasitti wal bira taran akkasumattuu amaararra isuma nuuf waayya jennee callifne malee akka malee nu miidhe abiyyi
Gara nama www hadha Nama akati yadi
Namni galata nama hin beekne galata rabbiile hin beeku jedhan haqni irra haa aanu
Anis akuma kee Lamanu Nan jaladhaa
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Akkasuma politican obboleessa Koo qeeqni jiraachuu n gaaridha ija diinatif
An sira qabamer Mal Nan jetar muca biyako
Jawee Lenca fakkii nama