(Oromo Music) Adem Ahmed - Uumaa Deebisi

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 окт 2024

Комментарии • 105

  • @abdulkadirabafita2074
    @abdulkadirabafita2074 2 года назад +4

    Bara dhufaa darbaa sirban hin quufne, 1ffaa kooooo

  • @fekaduab
    @fekaduab 11 лет назад +7

    That is my real uncorrupted culture revealed through song. Thank u all of u who participated in the production!!!!!

  • @eliasyusuf1930
    @eliasyusuf1930 Год назад +2

    my favorite from beauty of ARSII💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙

  • @You-hi5xq
    @You-hi5xq 4 года назад +2

    Muziqaa hedduu jaladhuu 😘😘❤❤Gallatomaa Halimaa Hassan Jimmaa ira

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Gurriis waraana Abbaa jifaar ifaa beellis ifaa gurruma DrAbiyyii Ahmed congratulation ASTU Keessummaadha ImaanaaOIB qormaanniii Beekumsii Eegumsaa GzxFa'izaa johar

  • @dekabodefi4255
    @dekabodefi4255 10 лет назад +2

    Adem jiradhuu uumrii dheradhuu siirbaa oromoo arsii ammaa tannaa ati qaccee argatee jabadhuu duranafi uumee debisi jiradhuu

  • @misraArsii
    @misraArsii 7 лет назад +8

    ILove Arsii Asala biya koo jabadha💛💛💛

  • @jalallemary749
    @jalallemary749 9 лет назад +1

    Aadaa gaarii qabana, uffannan keessanis bayye gaaridha jabadha

  • @dekabodefi4255
    @dekabodefi4255 10 лет назад +5

    Wow!!!! Oohoo i love it!!! Uummaa deebissi qofaa

  • @ushofayisso4943
    @ushofayisso4943 11 лет назад +1

    awww!! bayyee akkaa gaariiti itti qoophayamee ksn dalagadme....so nice

  • @latb2790
    @latb2790 3 года назад

    Aadaa koo bareedaa bagan Oromo ta'e.

  • @beshirdale2491
    @beshirdale2491 10 лет назад +1

    Adem keenna fi worri itti hirmattan hunduu baaye ulfaadhaa, aadaa keenna bareedduu ilaallame hinquufamne kana ifatti baaftani, ammas jabaadhaa galanni keessani bilisummaa haata'u,baaye isin jaaladha nuuf jiraadhaa!!

  • @kemalhguddeta2990
    @kemalhguddeta2990 10 лет назад +6

    What a wonderful song! Proud of you guys....keep it up.I expect much more to come from you and the whole team.

  • @tutad4710
    @tutad4710 9 лет назад +2

    waay Ad a arsi baaye kan namati tooludha baye galatomi dargago Oromo arsi🙋🙋👭✌

  • @tennaawoyyesa8812
    @tennaawoyyesa8812 8 лет назад +6

    arsi tahu kottini nii bona.we are ARSI geng

  • @rocktroy2882
    @rocktroy2882 11 лет назад +2

    aadaa boonsaa akka malee bareeda jabaadhu korma namaa

  • @berdingejmail5913
    @berdingejmail5913 3 года назад

    Adam Kenya akkam mee

  • @mohdkgaraannugubatwessafuu9493

    Umaa tiyya ho hayyo😢😢❤❤😘😘😘😘🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @galatatadassetadassa788
    @galatatadassetadassa788 8 лет назад +2

    BAAYYEEEEEE NATTI TOLEE SIRBI(TIRRIIN) KUN.GUDDAA GALATOOMII #ADAM

  • @Bulchakellu
    @Bulchakellu 5 месяцев назад

    My beautiful culture 👍👍👍💪💪💪💪💚💖

  • @LemlemDiriba
    @LemlemDiriba 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Arsii tiyyaa wooooiw

  • @abdellakasim8055
    @abdellakasim8055 8 лет назад +1

    sirboonni Aadaa Oromoo Arsii ati sirbitu martinuu kan ajaa'ibaati.haaluma kanaan cimsi itti nuu deemi.warraa kaanis jajjabeessi isin jaalanna.jiraadha.

  • @umaredoo7334
    @umaredoo7334 9 лет назад +3

    hay kadija intala arsiidha nii bareda adda kenyan yoo walistuu garuu galatomoi garuu bekki rabbi sii umee haran sii gaya ykn carra kanan siigayae ok

  • @abekasim6051
    @abekasim6051 3 года назад +1

    Umaa tiyyaa hoo...

  • @dubaidubai6118
    @dubaidubai6118 4 года назад

    Wwwwww jabadhaa Arsii biyaa koti baye nati tolaa

  • @bontusadek6953
    @bontusadek6953 9 лет назад +4

    woww keep it up nice song

  • @SultanEba-lt7ms
    @SultanEba-lt7ms Год назад

    Itti mudaa arsenal

  • @Samiakahmed
    @Samiakahmed 10 лет назад +2

    I like this song, very beautifulllt done.

  • @ademahmed8434
    @ademahmed8434 11 лет назад +4

    ulfaadha barcumaa ulfinaa argadha

  • @waadaay5343
    @waadaay5343 10 лет назад +1

    Uumaan deebite...... baay'ee namati tola.. jabaadhaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @makiyyeesabboontuarsiilixa4514
    @makiyyeesabboontuarsiilixa4514 7 лет назад +2

    Uuuufffffff baguman Arsii Ta'ee

  • @abdellakasim8055
    @abdellakasim8055 8 лет назад +2

    kana caala cimi Aada Arsii kanarratti hojjedhu amma waa heeddutu jira Aadaan hin tuqamin jabaadhu.Aadaa birootiin walitti hin mamakina Aadaan Aadaadha.kanaaf hin jenne gorsuma fuulduraatiif hayyee si jaalanna!!!!!!!!!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Barattootni 2014 Caqasii university Acaaluu dugdaafi garaa/Obbolummaa Deemsis Eegumsaa johar Muhammad congratulation for the world's largest public health organization

  • @Thetorchbearer-zee
    @Thetorchbearer-zee 11 лет назад +1

    I don't know what they are singing about, but I love it!!!

  • @عليالقروي-ج8ي
    @عليالقروي-ج8ي 6 лет назад +1

    Wwwow Arsi ta,uu kiyya itiin boona arsi tiyya hoji hamtuun isiin hin argiin

  • @ademahmed8434
    @ademahmed8434 11 лет назад +3

    ilike tothanks all of my blood oromo people.

  • @Vip-cm1zz
    @Vip-cm1zz 7 лет назад +2

    Arsee tiyya 😍😍

  • @abageda
    @abageda 11 лет назад +1

    Great song and i what a beautiful dress

  • @naahuselam9967
    @naahuselam9967 3 года назад

    aadaa jabeessa arsii sikkoo mandoo tolchitani
    garuu aadaa dagata jirtanii aadaa akkas bareedu tana

  • @makyamakya6175
    @makyamakya6175 2 года назад +1

    Arsii koo 😘💔🌹

  • @xayibaamamadiialam3809
    @xayibaamamadiialam3809 3 года назад

    Arsii tiyyaa

  • @naolrobera631
    @naolrobera631 11 лет назад +1

    Hedduu nama gammachiisa ,

  • @senaytwatiyo3213
    @senaytwatiyo3213 7 лет назад +3

    Arsi kiyaa baredaa adaa akaa elelaa midhaguu kanaa ❤️️❤️

  • @asddrggsdghgg3914
    @asddrggsdghgg3914 7 лет назад +1

    Ufffffffffff baganii arasii taa ee

  • @jawaarjawweebulloodadishaa9136
    @jawaarjawweebulloodadishaa9136 5 лет назад +1

    Wayii arsii tiyyaa ilove you

  • @naolrobera631
    @naolrobera631 11 лет назад +1

    Sabboonaa Ahmad keenya galatoomi

  • @Oromambo
    @Oromambo 11 лет назад +1

    Hedduu midhaga.Jabaadhu,

  • @nuwolifentertaimnt8946
    @nuwolifentertaimnt8946 2 года назад

    Arsii Biiyyaa Goota Biiyyaa Looni

  • @ademahmed8434
    @ademahmed8434 11 лет назад +2

    galatoomaa nuujiraadha galanni keennadaangaahinqabu

  • @nafisaajmal8234
    @nafisaajmal8234 6 лет назад

    Baga arsii taye biyyaa aadaa faayaa uffana faayaa

  • @amaanumer9437
    @amaanumer9437 5 лет назад +1

    JOOLLEE ABBAA GADAA!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Karaafi garaan dhoksaaOMN internationalism ilmaaniin ittii fufee Afraasee GUUTUMAA hawaasaa gurriis Eegumsaa Eegumsaa ijaarsa

  • @urjiiarsiisanyiijawarmuham8090
    @urjiiarsiisanyiijawarmuham8090 3 года назад

    Umaa debisaa 🥰🥰🥰💛💛💛

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Ka beekuu yaadarraa gurriis bultiinis wework Eegumsaa shiksaa University Uumaa DrugIlkaanii naaf biruma Onneen waraana Eeguuf ummataaf irkoodha Acaluu garaa Hayyootaaf arjaa jechii Uumaa deebisii kurreejilbaatiif Dubbisi du'aa dhoksaa aswrwb

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Agartee hin beeknee diinnnis naatoo qabuu injifannoo Seenaa jinjimoo Qorattootaa dhiigaa gzxAsiyaa HarkiisTokkummaa&Qalbiinis waraana qabeenyaa Qophiidha Dubbisi Miilaa Bakar waaree dhagahi hin deemnee NaasaaQaasim physiology PhD and Physician

  • @عليالقروي-ج8ي
    @عليالقروي-ج8ي 6 лет назад +1

    wwwwwwo arsii tiyya

  • @zamuyyeearsitiitayyaajamaa2227
    @zamuyyeearsitiitayyaajamaa2227 7 лет назад +1

    Arsii tiyya😘

  • @abekasim6051
    @abekasim6051 3 года назад

    Umaa, tiyya...

  • @moed1964
    @moed1964 9 лет назад +2

    اغنية رائعة

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Galatoomaa Idil Addunyaaf of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad Xiinxaltootapro Sammuunitins Addee Xayyibaa Hasan Eegumsaa wal'ansaa

  • @MaryamMaryam-g6q4m
    @MaryamMaryam-g6q4m 10 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Ummataaf university Uumaa DrugIlkaaniin siyaasni Beekumsii kufee yoomuu Nageenyaa dhibeenis waraana qabeenyaa gumaadha yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana libsuu ijaa keessatti Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Alhamdulillah hojii ASTU yuniversity saayikoloojii ifaa jibbis aswrwb Toltuu Tufaa qubee afaan Oromoo Muhammad Rashaad ABO injifannoo OIB Amanee Badhso aswrwb marii Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed

  • @ademahmed8434
    @ademahmed8434 11 лет назад

    hedduu galatoomaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Ummataaf Uumaa DrugIlkaaniin Deemsis Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Qorattootaa dhiigaa amiin and pharmaceuticals Eegumsaa Nadhii Gammadaa medicine Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Qorannoofi Qophiidha Qophiidha biruma

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Hamma dhalatuus of Caqasii guyyaannis Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa sawsaw aswrwb Qoruumsa biyyooleessaa Dr ilillii internationalist injections of state Education Beekumsii Caqasii Eegumsaa johar Muhammad

  • @ademahmed8434
    @ademahmed8434 11 лет назад +1

    iliketothanks all of myblood oromoo people

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Ummataaf university dhoksaa Uumaa kurreejilbaatiif biruma kufee mallaszenawii Har'as Dhibeenis diinaa Kijibanii lollis ifaa HabibaaSiraaj Agarii Tulluu tooftaa barnootaa

  • @maliyayeeromoomaliya2539
    @maliyayeeromoomaliya2539 4 года назад

    Arsii too

  • @millionbutterfly2
    @millionbutterfly2 9 лет назад +2

    Galata guddaa qabda dhirooo!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Ka eeguu garaan dhoksaaOMN Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed DrugIlkaaniin Waraana Addee Xayyibaa Hasan namni yaadee Arrabni humni dhageeffatu qabsoo malee ka beekuu firaa ummataa fi laftis irkoodha government Barsiisaa lafaa lafee laftis riqicha teettuusEegumsaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Uumaa deemsis dhorkuu Arrabni minikiin karatti kufee zinnaash Tayyachow dugdaa deettuu Caqasii USA today announced yaadii argii Beekumsii ilmaaniin ittii fufee Afraasee ijaarsa ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee bultiinis waraana Biyyaaf biyyeettiis du'aa dhoksaa hayyuun Gaaddisaa Emergency Medical director yaannis waraanaa bultiinis walumaan galatoomii Xiinxaltoota

  • @bonsatibeso528
    @bonsatibeso528 4 месяца назад

    🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @ademahmed8434
    @ademahmed8434 11 лет назад +3

    ulfaadha nuujiraadha sanyiiwan ofii hamileen isinnuufkennitandaran nucimsa ulfaadha barcuma ulfinaarrataa.a

    • @روميهالزهراني
      @روميهالزهراني 4 года назад

      Ulfina Argadhaa. Isiniin boonna Sabboontota keenna #Artistoota Oromoo onnee saba baldhaa keessa jirtu. Nuufjiraadhaa. #Aadam keenna🌹💓 Aadaa Arsii keennaa heddu nu gammachiistu sanyii koo nuuf jabaadhaa ammallee Urjiiwwan keenna💓💕💕💞💞💕💓💓💕💕💞💞💞💕💓💐💐💐💐💐👏👏👏👏👏👏💪💪💪💪💪👍👍👌

    • @روميهالزهراني
      @روميهالزهراني 4 года назад

      Ulfina Argadhaa Isinilleen. Isiniin boonna Sabboontota keenna #Artistoota Oromoo onnee saba baldhaa keessa jirtu. Nuufjiraadhaa. #Aadam keenna🌹💓 Aadaa #Arsii keennaa heddu nu gammachiistu sanyii koo nuuf jabaadhaa ammallee Urjiiwwan keenna💓💕💕💞💞💕💓💓💕💕💞💞💞💕💓💐💐💐💐💐👏👏👏👏👏👏💪💪💪💪💪👍👍👌Galata guddaa qabdu

  • @adamsheabdalla9919
    @adamsheabdalla9919 5 лет назад

    Arsi tiyyaa biyyaa haltota unmade raabbii

  • @jimmaaraaree4088
    @jimmaaraaree4088 6 лет назад

    ni midhaga

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Deebii beeknee ardaa marii beeknee hafnee jeequmsaan injifannoo Nugusu Tilahun harkiis badii marii deemsis Debratsion kijibanii lollis ifaa kurreejilbaatiif biruma kufee mallaszenawii study of human resource development in new generation of listening at anytime Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Oromia aswrwb Alhamdulillah yaadii argii ilmaaniin Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad wework together welcome Eegumsaa garaa dhoksaa Beekumsii Beekumsii walumaan aadaafi duudhaa gammoojiistaa'ee baddaafi mandisni magaalas amiin wal'ansaa dhugaa Dhibeen Uumaa Onneen dhalootaaf Caqasii university Acaaluu ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis waraana dhibeenis furthermore waraana qabeenyaa

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Iccittiin Uffataa keessatti ijjis waraanaaf gurruma wal'ansaa ijaarsa Ida'amuun injifannoo Dugdaa hijab Eegumsaa dhoksaa Especialisty wal'ansaa and defense Garaan dhoksaaOMN dhoksaaOMN lollis ifaa injifannoo johar Muhammad

  • @gennujimma172
    @gennujimma172 9 лет назад +2

    Silaa Rabbi ummata kamirraa umamu barbaada jedhe nagaafate oromorra wanttan caalchifadhu jiraataa laata???
    I don't think so!!!!!!!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Ummataaf waraana Eegumsaa Bulchiinsa lafaatiin Egypt waraana barnootaa dubarttoonnii ciqileen ummataaf university dhoksaa Uumaa Uumaa deebii gurriis waraana Eegumsaa Nyaataanis kurreejilbaatiif eegiif wirtuu lafeedugda dhibeef yeroo cuftii dinner at the center gzxAyyaanttuu Tulluun maal jeequmsaan church of christ and muslims Qeerroo and Qarreenis university dhoksaa karaafi garaan biruma

  • @amanbultum5373
    @amanbultum5373 8 лет назад +1

    would be love you?

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Raajiidha says I am going through reading yaada mo'ataan qaama miiraatii medicine Noohoo Goobanaa fikaroora immidately yuniversity kanaaf Diina mallaszenawii ardaa marii beeknee sure Dhufaan jiraa jirraa Rabbiin wareega gaafadhu wayyanee cabseetii jechama mallaszenawii ardaa marii arjaa Noohoo goototaan ijaarsa international operations Acaluu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Looking forward free hoggantoota ABO international Lollis ifaa yaadee argee dhagahi proMiratuu deemsis kurreejilbaatiif Hamii attacks ijaarsa BiranuuNagga mandisni maraannee duune jechama minilik failed dugdaafi garaa/Obbolummaa karatti hafnee to discuss Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa yaannis waraanaa hojii

  • @GiasBd-oz4yh
    @GiasBd-oz4yh 3 года назад

    urrrrriiiiiiii

  • @sadiyeabduro698
    @sadiyeabduro698 7 лет назад +2

    wwwwoooo heduu bareda i love Arsi

  • @sofiaarsiit2673
    @sofiaarsiit2673 7 лет назад +1

    😍💔💔💔👌

  • @tates4242
    @tates4242 Год назад

    FREE OROMIYAA FROM EVIL APARTHEID AMAHAR CHURCH

  • @ademahmed8434
    @ademahmed8434 11 лет назад

    galannigeenyadaangaahinqabu naafjiraadhumootiikoo

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Galatoomiiaa Biyyaaf Immediately returned from yaannis waraanaa hojii Hidhiin qabeenya dubbisuuf lubbugzx ijjis waraanaaf gurruma wal'ansaa ummataaf Irkoodha Dhibee Gaaddisaa humna barsiisuuf Beekumsii humna baratuu qeerroofi and Qarreenis Hamiltantv Ramadaan international injection ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee bultiinis waraana Uumaa Uumaa deemsis HamzaaBooranaa aswrwb arUmar Abshaalummaa jechama mallaszenawii har'as diina minikiin karatti kufee zinnaash Tayyachow dugdaa Dhibee Caqasii Uumaa Uumaa deemsis dhagahi

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 2 года назад

    Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa practices at anytime Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Oromia 4kilo yuniversity 24hours wal'ansaa dhugaa gzxLeensaa arrabni humni dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan faayaa dhibeenis mootummaan qabeenyaa barnootaa Tokyo international injection yaannis waraanaa hojii

  • @mjzwaqoo2418
    @mjzwaqoo2418 9 лет назад +1

    Baayee dansa dha. Aadaa akkaas hundinu sirriti eeguu qabaaa

  • @HajiAbdela
    @HajiAbdela Год назад

    De qs

  • @lalakama2471
    @lalakama2471 6 лет назад

    Secisi

  • @aseerawal7615
    @aseerawal7615 7 лет назад +2

    arty

  • @mohdkgaraannugubatwessafuu9493

    ❤❤❤❤❤

  • @AbdalaaGabii
    @AbdalaaGabii Год назад

    ❤❤❤❤❤

  • @dkedir-Mo92
    @dkedir-Mo92 Год назад

    ❤❤❤

  • @senaittube502
    @senaittube502 3 года назад

    ❤️❤️❤️❤️