Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Marsaa Sadaffaan Sanbata Dabre Geggeessame| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Sirni Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa marsaa sadaffaan Sanbata darbe Magaalaa Finfinneetti taasifamee jira. Namoota fi qaamolee muuziqaa Oromoo guddisuuf dhimmaman jajjabeessuu kaayyoo godhatee kan hundeessame badhaasa kana ramaddiiwwan adda weellistootni fi muuziqeessitooti hojii isaaniin filataman fudhatanii jiru. Haati warraa Artiisti Hacaaluu Hundeessaa fi hoji-gaggeessituun Faawundeeshinii Hacaaluu Hundeessaa Faantuu Demissee ‘Ammas ajjeechaa Hacaaluuf “Haqi Dhugaa” haa kennamu jechuun sirnicha irratti gaafattee jirti.Galmoo Daawit sirna badhaasaa kanaa irratti argamee qophii qindeesse qabna.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии •