Obbo Jawar Mohammed Jaal Sanyii Nagaasaa Galchuun Nagaha waaraa hin fidu jedhe.

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 3 дек 2024

Комментарии • 23

  • @DohaQatar-mk7kv
    @DohaQatar-mk7kv День назад +2

    Rabbii isini haa tisuu

  • @NuriyaJibril-x3j
    @NuriyaJibril-x3j День назад +2

    Dhugaa keeti yaa obbole sako

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 День назад +3

    Dhugaa isanii jedhan oboon jawarii dhugaan bulee isaa abulfatuu ❤

  • @GhFy-f4f
    @GhFy-f4f День назад +1

    Juarii dhuga jedhe yomiyu asa namafi akani dubaa debine abdi gudaa qabna jabadhu bilisumanii kanii umata oromo atauu

  • @GadaaFamily
    @GadaaFamily День назад +3

    Nagaya barbaanna waan taheef kan hafelleen galuu qaba.

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 День назад +2

    Dhugaa dhaa 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @damtewleta6359
    @damtewleta6359 День назад +1

    Mootummaa Oromiyaa fi Jaal Sanyii maal irratti wali galanii akka malateesaan mee ifa nuu godhaa.

  • @ahmedumar817
    @ahmedumar817 День назад +1

    Opdo haatu soobidu gaanitu. Saanyi Nagasa gaanitudha

  • @BekaTamasgen
    @BekaTamasgen День назад +1

    shane isa ishen ummata ittin rakkisa turtedha dhuga dubachuf kun wbo kayyof bahe galma galcha

  • @ArsiiColle
    @ArsiiColle День назад +1

    Dhugaa isaatti jaween

  • @AbdimahiMahi-t6k
    @AbdimahiMahi-t6k 17 часов назад

    Kan hafe ile rabiin hagalchu

  • @DohaQatar-mk7kv
    @DohaQatar-mk7kv День назад +1

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @zuriyaAbadiga
    @zuriyaAbadiga 19 часов назад

    Hundinu nuf haa galanu nagaa fena

  • @SamiraMuhidin
    @SamiraMuhidin День назад +1

    ❤❤❤

  • @adisuyadesa7593
    @adisuyadesa7593 День назад

    Kahaab buttaa kun media guddaan as bahuu qaba.

  • @RaamaaFayyis0
    @RaamaaFayyis0 День назад

    Gallee batee garruu nagheenyii hini buu,uu motuumanii kuunnii qufadhaa

  • @AffectionateHarmonica-dx5vq
    @AffectionateHarmonica-dx5vq День назад

    Sabaaqii ussi

  • @ahmedumar817
    @ahmedumar817 День назад

    Opdo since May 1991 working for Oromo enemies Tigray Tplf and Amhara supremacy Menelik custodians. Oromo never ever Abiy Ahmed Ali who even killed his father and destroyed Lema Megersa and many Ks Oromo people please

  • @SiidaaWaaktolaa
    @SiidaaWaaktolaa 17 часов назад

    qaamni hidhates mootummaaanis silmii ummata kanatti ta"e malee maal nu fayyaddan? Oromoon akka bara kanaatti salpatee hin beeku.Qotee bulaan oromoo boohuu malee gammadee hin beeku.nuti WBO Baayee jaalanna garuu Ummataaf Nagaa fiduu dhiistsnii nagaa saba kanaa balleessitan.Nagaa Oromoof Oromiyaaf

  • @hayatah7696
    @hayatah7696 День назад

    Jal sanyiini waggaa meqaa boosoona turee galee jawar guyyaa tokkoo buusoonaa olee hin bekuu jal Sanyi qeeqaa 😂😂

  • @TibesoTuna
    @TibesoTuna 18 часов назад +1

    ❤❤❤