Niti Naan addaba godhadhu saree ATI sareedha Amma hajiin hin geesu maal hadha kee yeroo hundaa abdii jalaa dhabbata gaddiseen yero abdiin mana isaati baayii jedhin hin batu Essa demtii jetaa ati Yo gaddisee jalatee mana keetii galfadhu qoshasha ati fqndoodha tish oso Nama taate biyya dhiraf jetee dhufte kino die sii gate deme
An kan jedhu intala gaddise jedhan tana rakkinni mana hadha keetii kan mana nama kana caala moo kuno asittu obsa jirta maal qaba yoo demte harmee kee ararafate wallah hadha tiyyan wal dhabe nyata dhugatiin nattii tolu demen ararafadha male cakanyii icc
Gadisee to osoo nabiraa jiratee walhii akaa oboletii tiyaa xiqo silalee gamachuu dhan waliin jiranayuu garuu amshiir hin darbaa wan hin darbinee hin jiruu ❤
Oromoo koo worrii caalaatu jallataan matii nafii ta.ii pls oro koo ❤❤❤🎉🎉🎉
Maati naaf tai lubbuu koo
Yaa Gadisee waraa kee dhifaama gafadhu matii keettiti galii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Maal goodhaan maatishee biyaa biraa demnaan dukkaa demuu jibiitee biraa haaftee akkas hin jedhiinaa sinif hin gaalee😢😢😢
Biiyyaa kaamii deemanii waarrii😢😢😢@@lesaawallaggaa9342
Caltu atifi Gadisen oboleyani kanafu waljabesa walgargara walbira dhabadha Rabin isin haa gargaru isin jaladha ❤❤❤
Maati naaf tai lubbuu koo
Uuuufff Gadisee too na bochistee dhugaa rabbii 😭😭
Caltuu sirrii hin gonee malif waan akkanaa irraatti dalgadaa
Yaa caltuu Atii Namaa garidhaa micatii tanaa gargaranii garii isnii itii baduu hin jiruu ufumaa fudhaniu
Eemiskina wollaahi yaa nama Rakkatee akkaaf bakkalee hiinqabu😢😢 dhugaa Rabbii akka waan dhugaan ariiteetii imimmaan ijakoo keessa jige haaycaraa namaa
Kaan dammachaasa kaan dhagaa baachisaa kaan yadaan maraachisaa.
Gaadissee Abbshiir ❤ habiibtii nama namni Jibee Rabbiin hiin jibuu gaaf tokkoo nidabarttii rakkoon cuuftii akkanattii hiin haftuu jabaadhu attuumaan obsa qabadhuu dhugaa Rabbii jechoota haasaya keettii keessattii jechaa bilchataa jechoota obsaa dubatee abshiir Abshiir....
Caaltuyee malloo hardha piraankii kee nahiingammachiisne yeroo miskini mana keettii boottuu baay'ee rifadhe dhugaa Rabbii.
Irraa deebi'ii dhifama gaafadhu mucayyoo qalbii fi onneen ishii cabdee ...
Maati naaf tai lubbuu koo
Anii kan nadhibuu Gadisee atii dargagetiidhaa maliif hojii hin hojetuu dhugaa dubachuuf anii osoon Gadisee ta,ee halakaan tokkoo hin buluu🤨
sillaa Rabii Jedhaatii Gaadiseenii haadhaafi abba qaabdii mee naamani beetani saababa asii teesufii beekituu😭😭
Mucaan gaaddiseen kun haadha fi Abbaa hin qabduyuu 😢😮😮dhugaa hardha immo miskiina taate😢😢😢❤❤❤
Maati naaf tai lubbuu koo
Hadhaa fi abbaa yoomi barbadee ishee jarissaa maallee ?🤣🤣🤣🤣👈
Niti Naan addaba godhadhu saree ATI sareedha Amma hajiin hin geesu maal hadha kee yeroo hundaa abdii jalaa dhabbata gaddiseen yero abdiin mana isaati baayii jedhin hin batu Essa demtii jetaa ati Yo gaddisee jalatee mana keetii galfadhu qoshasha ati fqndoodha tish oso Nama taate biyya dhiraf jetee dhufte kino die sii gate deme
Maalif rakkiftuu garuu ufee dhiphateti ofifuu bohama toltii ufee na marartee waaqaa dhisaa hin bosisinati waanuma ishee gammachisuu hoojedhaa mee 😢😢😢😢😢😢😢😢
Maati naaf tai lubbuu koo
Mikinaa dhugaa rabii gadisee 😢😢😢
Maati naaf tai lubbuu koo
Uuuuff Yaa Garbumma Biyya Nama Kessatii Akana Nugote😢😢 Yaa Rabbii 🤲🤲🤲
Abo rabbi jedhaa daa,iim amba itti taphaatina ❤
Maati naaf tai lubbuu koo
Hayii namaa rakkate
Hatumaan gaddisee namaa akkamitti finaa ofii akkanatti rakkate osoo agartu malif califati silaa 😢😢
G🥰❤️❤️❤️💔💔
Maa intalli lafakana hunda dalagaa barbaadateseente hindalagattu maaltu rakkisa fayyaaguutu qabdi abdii eeguf manatihaftemale
wlh hadhaa gadisee garaa naa balesitee 😭Gaadiisee atiii Maatiii keetii debiii osoo hadhaa kakee yaamaniii kesaa qabduu amalaa kakee balagee kanaa siirefadhuu gaaraa hadhaa ketiii deebii akamii ilmo dhalaa toko yoo haatiii loktunii maanaa hadhaa iiraa bayee baadhee gaalaa haatiii ufiii duwiitiidha ishiii 🙄😒
Maati naaf tai lubbuu koo
Malif Akkana gotaa atii saa gadise Abba fi hadha hin qabduu atii yoo qabatee Eessa jiran naf debisii mee
Maati naaf tai lubbuu koo
Abbaafi Haadha qabdii quuftee irraa baatee dhiira bira seentee
Ayii caraa gadisee ❤❤
Uuuuuffff gaddooo koo miskina😢😢waan hundumaafu waaqni saa gargaruu giftiikoo
Maati naaf tai lubbuu koo
Wolhii Caaltuu rabbii siin dhisuu uuuuuuuyiiii 😭😭😭😭
An kan jedhu intala gaddise jedhan tana rakkinni mana hadha keetii kan mana nama kana caala moo kuno asittu obsa jirta maal qaba yoo demte harmee kee ararafate wallah hadha tiyyan wal dhabe nyata dhugatiin nattii tolu demen ararafadha male cakanyii icc
Hatii mana jiirtu bakabiirademte jatee nafakate
Haatishee achii hin jirtuu dukkaa demuu jibiitee haaftee maalee haalagaatuu haadhaa namaaf caalaaf achii tesii setemoo😢😢😢
Calatuu sirii hin galanee eshii mucayoo qalbii cabasetee😢😢😢
Uuuuuuuuufffffffff muccatin tun malumaa rakatee dhugaa bayee garraa nyattee😭😭😭😭😭rabbiin rako teee ha furruu
Uufeee baay'een gamadee dhugaa 😢😢😢😢😢😢irraa dedebitee sii kadhatii isaayuu hin amanuu jete 😢😢😢😢😢😢
Uuuuuff wly imimanii qabachuu dadhabe😢😢😢😢
Miskiina mucattiin tuni rakkatte yaa harmee isii ima danddeette rakkoo isii kana😢😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭caaltuu waan akkan irrati hin hojjatiin rabbiif jedhiti mucatii kan marachuuf jirtu maalii gaaruu sammuu akkami qabdu😢😢😢😢😢😢😢
Maati naaf tai lubbuu koo
Miskinaa gadisee rakoo isin kesaa jirtuu warii yeroo kanii arbsaa oltan hubadhaa hadharaa malii hadhaa abanii ishii garaa jabeyidhaa akamtii calisuu rakoo ilmoo ofii yoo wataa fetee balesitee dhisanii iraa darabanii ilmoo ufii galfachuu qabanii anii hadhaa abbaa ishitii naa ajibaa jiraa vidiyoo argaa jiranii silaa😢😢😢😢
itii hin tabatinaa miskinaa tanaa silaa namii rakatee roroo itii bayataa hin ciqinaa hangaa warii ishii dhufuu gadisee ❤
Maati naaf tai lubbuu koo
Oduu keessan dadhamnebboo otuun abdiin baii jedhee isheedhumatu ba'aa Manni kan abdiirii oduu dhiisii maatii isheetti araarsii yoo maatiin ishee hin feenes mana biraa galchii shamarabiratti
7:12 8:41 Dhugaa jiruu kanumaa situu balesaa jiraa caltuu gorsii malee manaa kee keessatii hin dhoksiin ararsii manatii deebisii
Maati naaf tai lubbuu koo
Caltu walhi ani hin boyaa mucatin daima pirakin akan malii😢😢😢😢😢
Walekuassalam warahmatulhi wbrakatuu. Anatu duraa kometii baresee😂
Maati naaf tai lubbuu koo
Maal taate kun wayittii achitti sii hidhemoo hin deemtu maatii kee biraa
Gara jabumma akkanaa essa fiddee icccii, sitti haree hin beku na harsitee, nama rakkate jiru akkana gota??
Mali jecha jiriti mucati caltuu baba jecha jiriti woyi nunee woyi ❤❤
Gadisee to osoo nabiraa jiratee walhii akaa oboletii tiyaa xiqo silalee gamachuu dhan waliin jiranayuu garuu amshiir hin darbaa wan hin darbinee hin jiruu ❤
Maati naaf tai lubbuu koo
Uuuuuuuuuuffffffff 😭 😭. 😭 😭. 😭 😭. 😭 😭. 😭 😭. 😭 malii.badaa.calluu.kanaa.maraa.imimaa.qabachuu.dadhabbee
Woyyi miskkinaa 😢😢
Uufffffiii milkiina too gaddiser
Uuuufff yaa rabbii koo gara na jatee😢😢😢😢😢
😢😢😢Abshiri lubbuuko 😢
Boode gaddisee akkuma prank kana naa amanii dura maltu sibasee mana hadha keetii?caaltuu atii gowwa waan hojjatuf dhiiftuu hin beektuu Abdii baha malee atii hin batuu jechuu kee mal jechuu?caaltuuf gaddisele tokkoma balageedhani 🤧🤧
Misikina pirankii kana Dhisaa
Aboo caltuu hin bochi siinaa 😢😢😢😢
Masha Allha ❤❤❤❤❤❤
Abshiir gadisee siifii rabii jiraa 😢😢😢😢😢
Ofuuu.anaa.kee.hadhoo.koo
Nama.hadhaa.birraa.jiree.piraank.irraait.hojetinna.itti.dhahamaa.uf
my gadishe misikina😢
Maaliif mana hojii seenteen hojetu mucaa??😮
Wayii miskinaa tiyaa
Maaloo lakkoofsa gaaddisee warri qabdan naaf laadhaa😢😢
Miskina too😢😢😢
😭😭😭😭😭 Calituu ufiiiii gara dadhabee
Maati naaf tai lubbuu koo
Caaltuni daaballatee kaa ergaa deese homa naama arasa Hojaati subahaani allah misikina gaanada Raakisata😢
❤❤❤❤🎉🎉🎉 abshirraa😢😢❤❤❤
Misikinaa😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Daaimaa gaanada itti taaphaatani😞
Chaltuu hojii kee nyaadhuu gadiiseen rifatee😢😢😢
Miskinko 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Maliif akkan gootu micayoo tanaa yoo isheenilee Amalaa jargaruu Qabatilee dhisaa malii abdii kan duraa enyuu ajjeesse sii ajeessa atii Amalaa kee sirreefadhu ati abdii waan siin lollofii hin jiruu
😢😢😢😢
SAgalen gadise das namajeti gadoo❤❤❤ baredu to Aabshiir
Maati naaf tai lubbuu koo
Uuuuuuuuiuffffff cubbuuu caltuu wly 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮
Wayoo maskina koo gadoo 😢😢
Maati naaf tai lubbuu koo
Gaaddisee fi Caaltuu ❤❤❤❤🎉🎉
Ayii.gaadisee.masikinii.tiyaaa
😢😢😢😢😢😢😢😢
❤❤❤ misikina walayii gadisheni ❤❤❤❤caltu lubuu koo❤❤❤❤❤
Dhugaa rabbii baay'een bohe
Maati naaf tai lubbuu koo
.gadiiseennbaayee.miskiinn.caaltuu.uftii.qaabbii..hadaraa❤❤❤❤❤
Bayee sitii gadinee dhugaa😢😢😢
Maati naaf tai lubbuu koo
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
MashaaAllah MashaaAllah 😢😢😢😢
Uuuuffff anaa Kee Gaddoo too 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
Maati naaf tai lubbuu koo
Caltuu daimmi kee bakkaa hojiii tiii demmii
Uuuuuuf miskina
Uuuuuuuuuffffffff yaa rabbii gara na baleessitee gadisee😢
Maati naaf tai lubbuu koo
@@MesiOro-dt8np siif ta,ee
Masahalla Masahalla ❤❤❤❤
😂😂😂sila Jarii birikii hotati malif boyotuu kk
Maati naaf tai lubbuu koo
Ufii kabajaan uuf irra fuute.galchaa gara matii isii
Maati naaf tai lubbuu koo
Caltuu ati gana daa.ima tee.ee irraati prikii hojata kkk😅😅😅
😭😭😭Misikina ko Gadiisee
Maati naaf tai lubbuu koo
Miskiinaa wolyyii😢😢😢😢
Maati naaf tai lubbuu koo
Miskiina caaltukoo❤❤❤
Dhugaa rakkate gadiseen😢
Maati naaf tai lubbuu koo
Uuuufiiii woollaah gara na badeee
Maati naaf tai lubbuu koo
😢😢😢😢❤❤❤
😢😢😢😢😢😢
Miskinaa tiyaa 😢😢
Please muca kana lakkofsa ishee na kenni caaltu
Abshiri Qalii to 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Maati naaf tai lubbuu koo
pirankiin akkana nama jibisisaa caaltuu lamaata pirankii akkana hin godhiin
Miskin gadisee 😢😢😢❤❤😢
Mucayyoo kun da'immaa yoo amalaa dhabdes malif dhiphiftuu garuu ittiin you tube dalagatuu abdinis atis caltuu irraa dhabadhuu malii garuu miskinaa kana akkana gochun
Dhugaadha caaltu sumatu balleesse gaaddise nuu tanan durallee video abdii jalatti barreessa turree siima dahoo godhattee yoo waa balleessite simatti fiiydii sirrii jeetteen abdii bineessa kaa dheesitu caaltu nutu sitti haarree kaa mana kessattii dhossitu yoo isiin sittii dhuftuu gorsitee firraa manatti deebistu
❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢 hayyii maal atti yaa gadisee hati tee waan feete sirati hojatee hadha tee lukka jalati kufte hararfachuu dandeessa hanga mana namati dararmtuu😢😢😢😊
Maati naaf tai lubbuu koo
@@MesiOro-dt8np tolee ♥️♥️
Wayyoo way jireenya 😂
Haay mucatiin nuun imaa rakate
Sila waarrumma akkam qabdii isiin ???!!!