Sona Takele Live from Adama- Warra Boolee

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 сен 2024

Комментарии • 38

  • @BontiMustafa
    @BontiMustafa 4 дня назад +3

    an waraa comment ilaluu dhufee bagaa ittiii cabsitee wan fedhaan ha jedhanu utuma mortun mortuu hin horaa Abaan horuu jedhee Haceeen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @genwakot5800
    @genwakot5800 2 дня назад

    According to my understanding this should be the error of sound system but sonaa he's one of the best.

  • @kumaraassefa5356
    @kumaraassefa5356 4 дня назад +1

    Sirbi kun waltajjiif baay'ee rakkisa, Sonan Jabaadhu jibba hin dhagahiin!

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 4 дня назад +1

    Bagaa akka barbadeti sirbee ❤❤❤ welistonin hundi akkas istudioti hin sirbanu waltaji irrati

  • @Amadomengitu
    @Amadomengitu 4 дня назад

    Sona we love u so much. Yahoode egna gar endetimaxa temegnaw. Yahoode is our equivalent to the great erreecha

  • @kerayub2681
    @kerayub2681 2 дня назад

    Finfinen kan oromoti!!!!

  • @Adaanech-ev9hl
    @Adaanech-ev9hl 4 дня назад +1

    Warii mucaa kana xuqixan diqalaa ilmoo baddii gadi galabaxamaa 🤸🏿🤸🏿🤸🏿🤸🏿🤸🏿🤸🏿

  • @SamiiroLamesa
    @SamiiroLamesa 5 дней назад +1

    Ummata jibbitu wal cabsu duultu me sirbi kun maal taye dhuga maaf guddateti akkana sin maarache dhuga ici oromumma na jibbisiftan dhuga muca kana erga qeeqxani arran oromo tau kotti gaabbe utu warra jaraati taye yoona kana maal akka godhamuuf hin beenna garu keenya wal cabsu beetti re'ee bichaan kanatu nu gabroomse jarra meeqa jabako jabaadhu ati sona isa isaan ruuza quufani dubbattan miti dubbin uuuuuuuuupha dhuga baayye das na jette ❤❤❤❤❤❤❤❤ hacaaluun utuma moortuun moortu hin hora abban oruu jedhe kanaafu sitti hin dhaga'amiini soni

  • @Amadomengitu
    @Amadomengitu 4 дня назад

    Yahoode the Haddiya, new year, the bro of the great oromo

  • @DammaquuTayyee
    @DammaquuTayyee 4 дня назад +2

    Sonaa ilma sabaa jabaadhu❤️❤️💪😍

  • @RetoAl-fl2iq
    @RetoAl-fl2iq 3 дня назад

    Sona jabadhuu ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @ABDULKERIMHassen-nn5hz
    @ABDULKERIMHassen-nn5hz 2 дня назад

    ❤❤❤

  • @aygcomputerinsights2024
    @aygcomputerinsights2024 4 дня назад

    Ani yeeroo dheeraaf muuziqa nan dhageefadha rakkoo guddaan ykn ilalchi ani qabu akk armaan gadiiti
    stage performance kan madaalamu nama tokkon qofa miti waan baayetu ilaalama.
    1. sound isaa bareed miti jechuun stage irrati oggeesotni sagalee seeran hin qindeesine
    2. Bandiin baaye dadhabaadha .key isan kenaniif mucaf waan mijate natti hin fakkaatu
    walumaagalati gurbaan sirriiti sirba danda'a garuu ammalee Artiin oromoo kun itti yaadamu qaba. dheechisa (wakaba) keesa ba'uu qaba

  • @HussenAbduu-d2u
    @HussenAbduu-d2u 3 дня назад

    ❤❤❤❤❤🎉

  • @Adaanech-ev9hl
    @Adaanech-ev9hl 4 дня назад +1

    Jabadhuu sanyii ko gadhee wantaa barbadee ya jetuu Oromoo duruu miqanyaa dhaa nama olii gudatuu hin jalatuu jabadhuu kormaa ko💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿

  • @tadalugetachew6360
    @tadalugetachew6360 3 дня назад

    Sonaa Lecaa oromiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @DiribaaHabtamuu
    @DiribaaHabtamuu 5 дней назад

    Sagalen kunii ketii mitii dhugaa sona

  • @TarikuoroOlbaanoro-r3l
    @TarikuoroOlbaanoro-r3l 4 дня назад

    ❤❤❤❤❤

  • @ZahabSamah
    @ZahabSamah День назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkklllllllllllllll😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @Bona39
    @Bona39 4 дня назад

    Soshaal Media irratti Oduu demtu Arge Mee maaltu humame Jedhen barbaachatti Ka'e Sagantichaaf Rakko jedhame Argee Rakkon Nama Sagale Qindessutu Mic Duwwaa banaa godhe isakaan Sagale Cufe nama Soundi to'atutu Rakko qaba Dina Saba Oromo ta'us danda'aa

  • @abyaby7953
    @abyaby7953 3 дня назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AyanaaJiraata
    @AyanaaJiraata День назад

    Aserti maltu mudate?

  • @GadisaTekalign-o7k
    @GadisaTekalign-o7k 5 дней назад

    Sona jabadhu akkasuma jedhanitu milkawu

  • @SolomonTufa-uh4jj
    @SolomonTufa-uh4jj 4 дня назад +1

    Sorry ati hin sirbin waltajii irratti sirba bareeda san baleesitee gudii

  • @shaggarentertainment120
    @shaggarentertainment120 4 дня назад

    Maaloo waal jaajabessa maalee waal hin cabsiina mucaan kuun oromo maaltu xuqare ijjoole jedhe sirbe maaf maaf itti dulttu

  • @ketimonmengistu8675
    @ketimonmengistu8675 4 дня назад

    Bayee midhaga

  • @KetemaMiesa
    @KetemaMiesa 5 дней назад

    Sirban akkaan jaaladhu akkan jibbu na goote, maali gaaficha sitti hafeera osoo ta'ee

    • @sena_oro
      @sena_oro 4 дня назад

      This isn’t his fault stop discriminating him. This is the people at back fault !! They were not supporting him enough

  • @Adaanech-ev9hl
    @Adaanech-ev9hl 4 дня назад +1

    Ayii Oromoo gaaruu wantaa nama jetaan hin dhabduu 😡😡

  • @SolomonTufa-uh4jj
    @SolomonTufa-uh4jj 4 дня назад

    sagalee kee shakali irra dedebi oôo sirri nitti nama bira fakkata

  • @YadesaTasema
    @YadesaTasema 5 дней назад

    Baayye dandeessa garuu Sona koo sagalee kee Fi ati tasuma waltajjiif hin taatu 😢

    • @sena_oro
      @sena_oro 4 дня назад

      This isn’t his fault stop discriminating him. This is the people at back fault !! They were not supporting him enough

  • @edenduguma7682
    @edenduguma7682 5 дней назад

    😂😂 zeema lammaaffaadhab inni kun

  • @Vlog12125
    @Vlog12125 5 дней назад

    Dhiifama wajjiin sirba kaan akka jibbinu nu goote.

    • @sena_oro
      @sena_oro 4 дня назад

      This isn’t his fault stop discriminating him. This is the people at back fault !! They were not supporting him enough

    • @Adaanech-ev9hl
      @Adaanech-ev9hl 4 дня назад

      Us jedhii nama yartuu golaa kessa dhabani kan akka ketti kana

  • @BethelihemDady
    @BethelihemDady 5 дней назад

    Shashiitu Akkana si godhe bar sin Atti faarfanna farfadhu kana itti dhiisituma 😂

  • @BontiMustafa
    @BontiMustafa 4 дня назад

    an waraa comment ilaluu dhufee bagaa ittiii cabsitee wan fedhaan ha jedhanu utuma mortun mortuu hin horaa Abaan horuu jedhee Haceeen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤