Tapha gabaabaa waltajjii ayyaanaa Saxxammaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 сен 2024
  • Tapha gabaabaa waltajjii ayyaanaa Godina Jimmaa Aanaa Saxxammaatti qophaa'erratti dhihaate.
    Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
    Yuutuubii: RUclips.com/OBNoromiya...
    Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
    Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/...
    Tiwiiterii: / obnoromiyaa
    Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic
    Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish
    Teeleegraamii:t.me/OBN_Voice...
    Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
    OBN Sagalee Uummataa.

Комментарии • 7

  • @nuradinmohammed8649
    @nuradinmohammed8649 Год назад

    Kun tuffii ummataa Harargeef qabdan isin warri waan kana daleeydanii fi warri OBN kun hawaasa walitti buusuudha

  • @user-ki7tk7qb5e
    @user-ki7tk7qb5e 4 месяца назад

    ❤❤

  • @abdiraficustom184
    @abdiraficustom184 Год назад

    hhhhh nice commedy anyway jimma is love

  • @9gydrurys35
    @9gydrurys35 Год назад

    Mashaalla mashaalla bayyee namattii tollaa❤❤❤❤❤👍

  • @user-xb2nj7fy3f
    @user-xb2nj7fy3f Год назад

    kijibdota hatu wari farsho dhuge jijiga olu kan fira fincanura man dalagina jiman jimadha male balamiti

  • @user-bk1jf2he7t
    @user-bk1jf2he7t Год назад

  • @gechseenaaol9874
    @gechseenaaol9874 Год назад

    kkkk