dr gammachis wassofni kee hin miyawaa akka damma dhugaa waqaa baay,ee natti tolta yeroo baay,ee dhageeffachu daqiqaa dheradhaf dhageefachuu hin jaladhuu ati yoo dubbatu garuu osoo cal jete asoofte na hin nufisisuu barumsa guddas argadhe jira nama kofalchisaa barrumsa gudda nama kennita bari kee dabale dadabalee haa ebbifamu nu jiraadhu hamtun sii hin argiin sii jalanna 😍😍😍😍😚😚😚😚
By the grace of God, if our brother continues by investing in this generation in such away, the generation is going to be dynamic. So may God Almighty bless him abundantly❤
waqayyoo isin ha ebisuu ummurii keessan hadheeresuu waqayyo jabadha
Waqaayyoo goftaa sin haa ebisuu nama waqayyoo Amenn Amenn Amenn Amenn Amenn Amenn Amenn Aleluyaa
dr gammachis wassofni kee hin miyawaa akka damma dhugaa waqaa baay,ee natti tolta yeroo baay,ee dhageeffachu daqiqaa dheradhaf dhageefachuu hin jaladhuu ati yoo dubbatu garuu osoo cal jete asoofte na hin nufisisuu barumsa guddas argadhe jira nama kofalchisaa barrumsa gudda nama kennita bari kee dabale dadabalee haa ebbifamu nu jiraadhu hamtun sii hin argiin sii jalanna 😍😍😍😍😚😚😚😚
I thank you very much for your preaching : the man of God
Uuuufffeee gooftan baraa keesan haa ebbisuu Luba Dr Gammachisii barumsii kessani akkaa anaanni nama Qabanessa umurii dheradha
Dhugaa bayyee namaatti tola barumsa gaarii dha keessumma waaee itti gargarama afanich hunduu utuu akkasi tahe baayyee namatti tola long life dr
Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen
Haallelujah Prasie the Lord haallelujah GBU
the world class mind dr . gemichess desta viva keep on .
Gaalaatooma 📖📖📖 yes yes yes Thanks So much!!!!
Wooowww jaalatamoo nama waaqayyo dr gamachiis waaqayyo gooftaan eebba iraa hafa isin haa eebbisu
LUBA DR GEMMECHIS ....
Ebbifaama umurii dheerradha....
Eebbifama jireenyi keessaa kan durii caalaa maqaa Iyeesus haa eebbifamuu
I'm Muslim,but Dr. Gamechiis is one of my favorite pastors. May Allah bless you abundantly my brother in Oromo.
dhugaa jette
gorsuma isaa qofa dhaggeeffadhu anis akkasuma
Jesus is the only person who cane take us to heaven! No one else!
wwwww barumsaa dhaggeffatamee hin dhumnef sammuu mana karaa hojiitti geessudha eebbifamaa kabajamoo Dr Gammachis umrii nuf dheeradha bay'e isin jalaadha
God Bless You Long Live The Man Of God!…
ebbifama nama waqayyo goftan baraf jirenyaa keessan haa ebbisuu barumsa kessanira wan bayye baradhee
By the grace of God, if our brother continues by investing in this generation in such away, the generation is going to be dynamic. So may God Almighty bless him abundantly❤
Ameen Ameen dachaa ebbifamaa
Ebbifamaa guddaa namaa waaqayyoo Dr gamachisi
Amazing and insightful lecture. Thank you, Dr. Gemechis Buba!
Waqayyoo isaan haa Ebbisuu Dr Gammachis! Jabadhaa!
Ameeen Ameeen ebbifamaa
wow, absolutely lovely and inspiring message. Thank you, DR. Gemechis
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifamaa
Maqaa waaqayyotin ebbifamaa
Halleluuyaa halleluuyaa 🌻🌻🌿🌷🥀🌻🌼🌾
10Q U very much God bless Dr.
wow Waaqiyoo Dcha Siin Ebisu Dr Gamachu Himurii Dhera Nujirdha Beka Hudaa Waaqiyyo Sidibra Gofitfi Galani Ata'u
Waqayyoo siinii yaa eebbissuu Dr gamachisii
Umaria naaf dheeradhuu waan bayyee sirraa barree
Amennnnnn ebifama ❤❤
Amennnnnn amennnnnn ❤
Dr kenyaa Eebbifamaa
Waaqayyo dachaa dachaa isin haa eebbisu Dr.
Ameeeeeeeen uuuuuufffffeeeeeee Ameeeeeeen Dr/G/ waqayyoo ogumma kan caluu sif dabaluuu
Ammeenn Ammeenn Ammeenn ebbifama nufi jiraadha D R G umuri nufi dheraadha gudda galatoma👍👍
Goftaa bara jirenyaa keessanii haa ebbisuu ebifamaa dacha dachanii
Amen Amen Amen 🙏
God bless you 🙏🙏
Baayyee Baayyee Waaqayyo isin haa eebbisu. Barumsa guddaa irraa arganne( Warri Mo'aa TV kutaa isa hafe akka nuuf gadhiistan kabajaan isin gaafadha)
My GOD bless you
thankyou Dr.
Hi doktor
Eebbifam Namaa waqqayo
Wawoooooo maloooo barnoottaa akkaa anaaniiiiiii namattii toluu waqayyoo isiinaa ebbisuuuu Dachaaaaaaaaa ameeeeeeeen
Nama Waqayyoo Ebbifama
Wowow nuf jiradhaa
🥰🥰🥰🌹🌹🌹🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 thanks
Ebbifamaa gudaa namaa waaqayyoo
Thanks a lot
Eebbifamaa
Ameee Ameee Ameee waaqayyo isini ebisu mulata kana Caaluu isinif haa keenu
Baayee waanan hin beekne barera bayee galatomi
Ebbifama.
Stay blessed!
Waaqayyoo jireenya irraa hafaa nuf haakennu !!!
Dhugaadha Amma biyya arabaa kana keessa yoo ilaale ummata hindituu gute jira Mani nyaata Mani bankii bakka gurgudaa qabu umuurii dheradhu haayu kenyaa
Nama Waaqayyoo Oggumma ajayiba qabdu isinan jaaladha
yeroo Sadafaafan Dhaggeffachaa Jira
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifama
umrii nuuf dheeradhu yaa hayyuu dhugaa.
Today Ethiopia is like Africa three!! But I'm not it!!
Wawu waqayyo umuri kessan nufa haa dheresu
Uuuuuuyyyyyeeeee eebbifama nama waaqayyoo
ebbifamma
Ok
Uuuuffffff sagalee isin himtanin jireenya kootu boqata akkasumas beekumsa guddaatu naaf baayyata barrif jireenyi keessan kani eebba yaa ta'u eebbifama dacha nama waaqayyoo
gaalatoma DR
Ebbifaama
Dhugaadha waqayoo kanuma cala oguma sif ya dabalu ebifami
JabadhaUmataQaromssaa
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen
Barnotaa gaaridha itti nu fufaaaa
Dachaa dachaa eebbifamaa maqaa yesuusiin
Eebbifamaaaaa
galatoomi
Barumsa guddaa fi barbaachisoo ta'e dha. Osoo ODPn hundi taa'anii irraa baratanii gaarii dha.
Nuf jiradha
Waqayyoo isin haa Ebbisuu
God is blessed you
Gofataani dachàaa dachaa osonii Abisùu
goftan bara keessan haa eebbisuu
Galtomaa docter
Hi doktori
❤❤❤